MIKO TECHโ„ข
1.46K subscribers
115 photos
2 videos
50 files
33 links
๐Ÿ‡ผ ๐Ÿ‡ช ๐Ÿ‡ฑ ๐Ÿ‡จ ๐Ÿ‡ด ๐Ÿ‡ฒ ๐Ÿ‡ช

๐Ÿ‘‰ Channel kana irra kan argatan
๐Ÿ›’ Application haara Nama fayyadan!
๐Ÿค– Application waan Mod Ta'an!
๐Ÿ Game waan haara Fi Kan durii!

โœ๏ธ @Mikom8
Download Telegram
MIKO TECHโ„ข
Call of Duty - Black Ops.part01.@MIKO_TECH.rar
๐Ÿ‘‘ Download All Parts Then Just Extract Part 1 And Install The Game
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
4๐Ÿ‘8๐Ÿ”ฅ2โค1
Call Of Duty: Black Ops 2

๐Ÿ˜Ž Minimum system requirements:

โžก๏ธ OS: Windows Vista SP2 or Windows 7
โžก๏ธ CPU: Intel Core2 Duo E8200 2.66 GHz or AMD Phenom X3 8750 2.4 GHz
โžก๏ธ RAM: 2 GB for 32-bit, 4 GB for 64-bit
โžก๏ธ Graphics: NVIDIA GeForce 8800GT 512 MB or ATI Radeon HD 3870 512 MB
โžก๏ธ DirectX: Version 9.0c
Storage: 16 GB free space
โžก๏ธ Sound: DirectX 9.0c compatible sound card

๐Ÿ”ฅ This one hits different
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค2
Samsung Galaxy S26: CPU, NPU fi GPU jechuun maal?

1) CPU ๐Ÿง 
Siโ€™ina waliigalaa bilbila: apps banuu, hojii baayโ€™ee tokko irratti.

2) GPU ๐ŸŽฎ
Suuraa/viidiyoo fi game: FPS ol-aanaa, graphics bareedaa, heat xiqqaa.

3) NPU ๐Ÿง 
AI hojii saffisaa: photo keessaa qulqulleessuu, tarjuma, voice, edit viidiyoo-battery qusata.

- CPU/GPU performance + cooling
- NPU (AI) speed

#samsung
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐ŸŒ Google Stitch maalidha?
Google Stitch tool AI dha. UI design fi code siif uuma. Idea kee gara app yookaan websitetti saffisaan jijjiira.

๐Ÿ“Œ Akkamitti itti fayadamtu
โ€ข Gara website isaa seeni
โ€ข Idea kee barreessi
โ€ข Design yookaan app fakkii argatta
โ€ข Code isaa copy gochuu dandeessa
โ€ข Project kee keessatti fayyadami

๐Ÿ’ก Fayida isaa
โ€ข Yeroo si qusata
โ€ข Coding beekumsa xiqqoo qofaan hojjechuu dandeessa
โ€ข Design saffisaan argatta
โ€ข Startup yookaan bot project irratti ni gargaara
โ€ข UI/UX bareedaa siif uuma

โ›“ Link: https://stitch.withgoogle.com

๐Ÿ˜‡ @MIKO_TECH
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Meeshaalee Bilisaa 5 Fayyadamuu Qabdu

๐Ÿ“ฑ Notion
Jireenya kee fi hojii kee qindeessuuf
Yaadannoo, tarree hojii, fi database uumi
Pirojektii karoorsi, adeemsa hordofi bakka tokkotti
Best use: planner guyyaa guyyaa, yaadannoo barnootaa, hordoffii hojii/biizinasii

๐Ÿ”Ž Canva
Design qulqulluu daqiqaan uumi
Template qophaaโ€™aa post, logo, flyer
Drag & drop; ogummaa design hin barbaadu
Best use: post Telegram, beeksisa, thumbnail

๐Ÿ“ฑ CapCut
Viidiyoo saffisaan gulaali (bilbila ykn PC irratti)
Caption, effect, transition dabal i
Quality olโ€™aanaan export godhi (watermark malee)
Best use: promo video, reels, short content

๐Ÿ“ฑ ChatGPT
Barreeffama, yaada, fi script siif uuma
Gaaffii gaafadhu; deebii saffisaa argatta
Coding help fi yaada biizinasii irratti fayyadami
Best use: caption, reply, karoora content

โ˜๏ธ Google Drive
Faayiloota kee online irratti nageenyaan kuusi
Meeshaa kamirrayyuu irraa seenu dandeessa
Faayila salphaatti qooddii (share)

๐Ÿ˜‡ @MIKO_TECH
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค2
โญ๏ธ Telegram Premium
๐Ÿ’ฐ USDT
๐Ÿ’ณ Visa Card
๐ŸŽฌ Netflix Subscription

๐Ÿ“ŒService kana hunda iddoo tokkotti gatii gadi bu'aadhan Bot irra argatan:

โœ…@EthioCart_Bot

๐Ÿ“ŒAmanamummaa fi saffisaan tajaajila barbaadan isin qaqqabsisna.

๐Ÿ›ก@EthioCart_Bot
๐Ÿ›ก@EthioCart_Bot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1