*Namoota yaada gadhee deeggaran caala
*Jireenya hamma qabnu kana keessatti wanti nuti hojjenne akka waan hin hojjenneeti.
*Wanti aarsaa nama hinkaffalchifne yoo aarsaa tahu Caalaa wanti gatii qabuu hinjiru.
.Karaan kufaati hinqabne hinjiru,hinjiraatus.
*Har'a jireenyatti jiraachaa yoo hinjirree boru jireenyatti akka jiraattu ammuma akeeka jireenyaa bocadhu.
*Karoora dhabuu caalaa wanti karoora hinqabne hinjiru.Karoorri imala gochaati.
*Addunyaa kanarra namoota bifan nama fakkaatan baayyee ta'aanis,namummaan nama kan ta'aan
*Ammayyummaa ilaalcha sammuu nama dhuunfaati.Ilaalchi gaariin hundaarra ilaalcha gaariidha.
*Lafa oolmaakeeti caalaa wanti sitti dhiyoon hinjiru.Lafa oolmaakee hinfakkaatin
*Nama bira ta'uuf yaaluun of wallaaluu irra darbee of awwaaluudha.Ani anuma yoontahe anuman ta'a.
*Ilaalcha gaarii ofiif qabdu haala fi halaalatti ofirra hin ittisin.Ilaafi ilaamee walta'iinsa waloo yaada sammuu keenyati.
*Hariiroo
*Wanti Biiftuu gaditti bifa bareeduu hundi biiftuma gadi.Yaadni keenya yaada keenyan ol haa tahu.
Viv:-M²
@Mijuu_sammuu