Barattoonni seera seenuuf yaaddanii nama marii'attan dhabdan jirtuu?
Ppt Kun isiniifi!
Ppt Kun isiniifi!
π3β€2
Forwarded from MICHUU
Law barachuu barbaaddaa (3).pdf
5.6 MB
ppt waggaa 3 dura qopheesse kana dubbisi si fayyaddi
β€13
MICHUUπ pinned Β«Dhugaan ilmoo waaqaati! Waaqni immoo ilmoosaaf ni dhaabbata! Nutimmoo dhugaa hordofna! Kanaaf yoomiyyuu injifatoodha! π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°π₯°Β»
"Silaa Miidhanii deemurra
Miidhamuutu caala
Nama dhugaan miite
Harka rabbii yaala!"
Jedhe Haceenuu!
Miidhamuutu caala
Nama dhugaan miite
Harka rabbii yaala!"
Jedhe Haceenuu!
β€21π₯2
Konkolaataa keessatti yeroo deemtu oduu sittti buusa taanaan dulloomaa jirta quba qabaadhu!
π10β€3
Mooraa Yuunivarsiitii irraa galaan jira. Deemsa guyyaa lammaaffaa Finfinnee irraa ka'een gara shaambuu imalaa jira. Bety' tu na bira taa'e. Erga Finfinnee fira bira ji'a 3 turtee biyyatti deebi'aa Akka jirtu natti himte. "Wallagga lixaarraa dhiistee gara shaambuu maalif deemaa jirtaree achis firatu jiramoo" jedheen gaafadhe. Loqoda lixaa kana bareechitee haasoftiifani. Hiriyyoonni ko baayyeen ijoollee lixaati loqodicha sirriittan adda baasee beeka.
"Lakkii anoo shaaambuumattan Ala'ee gudda'ebbaa wallagga lixaa miti!"jette. Amma reefu loqonni gara shaambutti jijjirame. Na dinqeen ahaa akkasii jedheen callise. Achumarra dhaabbadheen waa yaade maqaan dhalootashee gonkumaa bety Akka hin taanen bare. Maqaan dhalootashee Baqqaluudha.
Argitee waan baatii 3n qofti nama gootu!
Hunduumaafuu yoo bilchaatan wayya jechuufani!
Oolmaa Gaarii!

π9β€2π₯΄1π1
Waanti nama yaaddessu garuu Namni umuriin isaa 40'oota keessa jiru Gorsa daa'imaa yeroo inni si gorsu arguudhaπ₯²
π₯3
"Dargagguummaa daangaa dhabde " kitaaba jedhu dubbisuu ni barbaadduu?
Namni fedhu react godhi
Namni fedhu react godhi
π46β€28
Ofii sin Amanan garuu ati Akka isaan amantu si dirqisiisuπ
π4π¨βπ»1
Hordoftoota Koo nagaa jirtuu isin jalaan bade mitii xiqqoo biizii taheeni dhiifa
β€6π1
Xumura Bara barnootaa 2018 mana barumsaa cufuuf maatiin barattootaa, barsiisonnii Fi barattonni achitti argamne! Badhaasni barattootaa Fi qaama deeggarsa baruu barsiisuu deeggaraa tureef kennamuu eegale!
Jidduutti waan na dinqu tokkotu tahe. Class tokko keessaa gurbaa average 58 fidetu sadarkaa 1ffaa bahe jedhanii waamaniπ. Nan rifadhe. Gurbaan ija jabaatee dhufee badhaasa hin fudhatu jedhee osoon yaadaa jiruu gurbaanoo seeqaa dhuftee badhaasashee qalam gootee deebiteπ
Maalan yaade beektaa class Sanaa nama 3 caalaa barataan waan darbe nattin fakkaatu!
Dur average 58 namni fidu barataa dadhabaa Isa dhumarra jirudha. Dubbiin hedduun mataa miila taheera yeroo jennu nun amantani silaaπ

π8β€2π€2π
1
Yoomallee natti aarte
Maqaakoon hadheessiini
Sobiima seeqii darbi
Guyyaa Koon balleessiini!
Maqaakoon hadheessiini
Sobiima seeqii darbi
Guyyaa Koon balleessiini!
β€8
"Namni maraate Akka maraate hin beeku erga tahee nutis yoo maraanneerra tahe maalitti beekna" jette #_Ababo_Tamiruπ
π9π1π€‘1
X ke durii jazbooftee sitti dhuftu arguu caalaa maaltu si gammachiisa Ammaπ
π14β‘2β€2