EECMY Children Ministry: MY Sunday School
842 subscribers
947 photos
14 videos
174 links
MY Sunday School is the official page of EECMY Children Ministry.

Wholistic Growth For Our Children!

Access Sunday School learning materials at www.mysundayschool.org
Download Telegram
Forwarded from EECMY Youth Ministry
YEROO LEENJII SINOODOOSII WALAL BEETEELITTI: GAGGEESSITOOTAA FI TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI  DARGAGGOOTAAF
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ስልጠና ለወለል ቤቴል ሲኖዶስ መሪዎች እና የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች
#Training for EECMY #WelelBethelSynod Leaders, Children & Youth Ministry Coordinators
===@EECMY-WBS #Chanka, Kellem Wollega
WKWWMakaana Yesuus Itoophiyaatti Qajeelchi Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Gaggeessitoota Sinoodoosii Walal Beeteelii fi Qindeessitoota Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa pireesbitarootaa fi waldaa amantootaa sinoodoosichaa garagaraa irraa dhufaniif mata duree "Guddinaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa" jedhuun Leenjiin Paakeejii Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Hunda-galeessa bu'uura godhate kennameera. Leenjicha kan kennan Daarektara Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo waldattii kan ta'an Wondimmaagany Uddeessaa yoo ta'an, Pirezidaantiin sinoodoosichaa Lubni Masfiin Yiggazuus leenjicha irratti argamuudhaan hirmaattotaaf ergaa dabarsaniiru. Leenjicha booda paakeejii hunda-galeessa irrattii fi haala tajaajila ijoollee fi dargaggootaa waliigalaa irratti yeroon marii taasifameera. Leenjifamtootni leenjii fudhatan kana akkaataa paakeejicha irratti ibsameera sadarkaa sadarkaadhaan gara Waldaa Amantootaa isaaniitti gad buusuun irratti kan hojjatan ta'a.

Guddinnaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf!

"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20
===
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ለወለል ቤቴልሲኖዶስ መሪዎች እና ከሲኖዶሱ ፕረስብቴሪዎች እና ማ/ምዕመናናት ለመጡት የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች "ሁለንተናዊ ዕድገት እና ለውጥ" በሚል ርዕስ ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ፓኬጅ ላይ መሰረት በማድረግ ስልጠና ተሰጥቷል:: ስልጠናውን የሰጡት የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሣ ሲሆኑ: የሲኖዶሱ ፕረዝደንት ቄስ መስፍን ይገዙም በስልጠናው በመገኘት ለልጆች እና ወጣት አገልግሎት መሪዎች መልዕክት አስተላልፈዋል:: ከስልጠናው በኃላ ስለ ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች ፓኬጅ እና በአጠቃላይ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ዙርያ ሰፊ የምክክር ጊዜ ተደርጓል። ሰልጣኞች የወሰዱትን ስልጠና ወደየ ማ/ምዕመናኖቻቸው በማውረድ የሚተገብሩት ይሆናል::

ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!

''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20
===
===
The Children and Youth Ministry Department of the Ethiopian Evangelical Church Mekane gave training for the leaders of the newly established Walal Bethel Synod, and for the coordinators of the children and youth ministries from the synod presbyteries and the congregations based on the Wholistic Ministry Package of Children and Youth of the EECMY entitled "Wholistic Growth and Transformation." The training was given by the Director of the church's children and youth ministry department, Brother Wondmagegn Udessa. The President of the Synod, Reverend Mesfin Yigezu, attended the training and delivered a message to the leaders of the children and youth ministry of the synod. After the training, there was an extensive consultation period about the comprehensive package for children and youth and overall children and youth ministries of the synod. The trainees will apply the training they have received in their respective congregations.

Wholistic Growth and Transformation for Our Children and Youth!

"“The God of heaven will give us success. We His servants will start rebuilding,...” Neh. 2:20

👇👇👇
#EECMY #WalalBethelSynod #Chanka
#Children #Youth #Leadership #Training
t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus- Children and Youth Ministry Department
Forwarded from EECMY Youth Ministry
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢ አለምአቀፍ የሚስዮን በዓል
GUYYAA MIISIYOONII ADDUNYAA
===@EECMY Alemgena Congregation
-‘ተነስ፣ ሂድ፣ ስበክ’ በሚል መሪ ቃል (ዮናስ 3፡2፣ ለዕለቱ በተሰጠው ርዕስ ላይ) በኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢየሱስ የአለምገና ማ/ም በሚስዮን አገልግሎት ላይ ሰፋ ያለ ትምህርት ተሰጥቷል፣ ሁሉም ሰው፣ ልጆችን ጨምሮ የዓለምአቀፍ የወንጌል ተልዕኮን ለመደገፍ የገቢ ማሰባሰቢያ ላይ ተሳትፈዋል ። ከቀትር በኋላም ለወጣቶች እና አገልጋዮች ተጨማሪ ስልጠና የተሰጠ ሲሆን በዕለቱ መልእክት ላይም በማ/ምዕመናኑ ወጣቶች ድራማ ቀርቧል:: በአጠቃላይ መልካም የአምልኮ እና የአንድነት ጊዜ ነበረ። ክብር ለእግዚአብሔር ይሁን!

===
'Ka'i, Deemi, Lallabi' Mata duree jedhuun (Yoonaas 3:2, Mata Duree Guyyichaaf kenname irratti) WKWWMYI Waldaa Amantootaa Alamganaatti barumsi bal'aan Waa'ee Tajaajila Miisiyoonii irratti kennameera, hojii Wangeelaa Miisiyoonii Addunyaa deeggaruudhaafis ijoollee xixiqqoo dabalatee hundumtuu galii walitta qabuutti hirmaatee jira. Saatiin boodas yeroon leenjiin dabalataa dargaggootaa fi tajaajiltootaaf kan kenname yoo ta'u, ergaa guyyichaa irrattis dargaggoota waldattiitiin diraamaan dhiyaateera. Walumaagalatti, yeroo waaqenfannaa fi tokkummaa dansaa ture. Waaqayyoo galanni haa ta'u.

#EECMY Youth
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢ #የልጆች_በዓል
AYYAANA IJOOLLEE WKWWMYI
===@EECMY Children’s Day Kotebe Congregation

-‘ልጆች ወደ ኢየሱስ ይምጡ’ በሚል መሪ ቃል (ማር. 10:14፣ ለዕለቱ በተሰጠው ርዕስ ላይ) በኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢየሱስ የኮተቤ ማ/ም በልጆች እድገት እና አገልግሎት ላይ ሰፋ ያለ ትምህርት ተሰጥቷል፣ በልጆች መዘምራንም ዝማሬ ቀርቧል: እንዲሁም በዕለቱ መልእክት ላይም በማ/ምዕመናኑ ልጆች ድራማ እና ግጥም ቀርቧል:: በመጨረሻም ከልጆች ጋር አብሮ ኬክ በመቁረስ መልካም ጊዜ አሳልፈናል:: በአጠቃላይ መልካም የአምልኮ እና የአንድነት ጊዜ ነበረ። ክብር ለእግዚአብሔር ይሁን!

===
'Ijoolleen Gara Yesuus Haa Dhufan' Mata duree jedhuun (Maar. 10:14, Mata Duree Guyyichaaf kenname irratti) WKWWMYI Waldaa Amantootaa Kotabeetti barumsi bal'aan Waa'ee Guddisaa fi Tajaajila Ijoollee irratti kennameera. Tajaajilli faarfannaa faarfattoota ijoolleetiin kan dhiyaate yoo ta'u, ergaa guyyichaa irrattis ijoollee waldattiitiin diraamaa fi walaloon dhiyaateera. Dhumarrattis ijoollee waliin yeroo keekii kutuu gaarii qabaanne. Walumaagalatti yeroo waaqenfannaa fi tokkummaa dansaa ture. Waaqayyoof galanni haa ta'u.

"Yesuus..., bartoota Isaatiin, "Lakkisaa ijoolleen gara koo haa dhufan, hin dhowwinaa! Mootummaan Waaqayyoo warra akkasiitiif ta'a.
Ani dhuguman isinitti hima, eenyu illee mootummaa Waaqayyoo akka mucaan simatutti kan hin simanne, itti hin galu" jedhe. Ijoollees hammatee harka Isaas mataa isaanii irra kaa'ee isaan eebbises." Maar. 10:14-16

Via: Wondmagegn Udessa, EECMY Children and Youth Ministry Department Director
📷: EECMY Kotobe Congregation Digital Media Team ( Lencho)
#EECMY #Kotobe #ChildrenDay #EmergingLeaders

https://t.me/MYSundaySchool
ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!

"ማደግህ በነገር ሁሉ እንዲገለጥ ይህን አስብ: ይህንም አዘውትር።"
1ጢሞ. 4:15

#EECMY #SouthSynod #ChildrenandYouthMinistry #Training #Dilla
https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
EECMY Children Ministry: MY Sunday School
Photo
LEENJII DARGAGGOOTAA FI KOONFIRAANSA MAATII SINOODOOSII ADOOLAA GANNAALEETTI:
የወጣቶች ስልጠና እና የቤተሰብ ኮንፈረንስ በአዶላ ገናሌ  ሲኖዶስ
#Youth Leaders Training & Family Conference @EECMYAdolaGenaleSynod
===@EECMY-AGS #AdolaWoyu #EastGuji
WKWWMakaana Yesuus Itoophiyaatti Qajeelchi Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Gaggeessitoota Sinoodoosii Adoolaa Gannaalee fi Qindeessitoota Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Sabakootaa fi waldaa amantootaa sinoodoosichaa garagaraa irraa dhufaniif mata duree "Guddinaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf" jedhuun Leenjiin Paakeejii Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Hunda-galeessa bu'uura godhate kennameera. Leenjicha kan kennan Daarektara Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo waldattii kan ta'an Wondimmaagany Uddeessaa yoo ta'an, leenjicha booda barumsa maatii fi guddina ijoollee irratti xiyyeeffate amantoota hundumaaf kennaniiru. Leenjifamtootni  leenjii fudhatan kana galanii waldaa amantootaa isaaniittis akka kennaniif jecha 'moojulli' leenjiis kennameeraaf. Dabalataan Pirezidaantiin sinoodoosichaa Lubni Geeloo Gololchaas leenjicha irratti argamuudhaan barumsa kennaniiru, hirmaattotaafis ergaa dabarsaniiru.  Leenjicha cinaatti kitaaboleen guddinna hunda-galeessa dhalootaaf gargaaran, kan tajaajila ijoollee fi dargaggootaaf ta'an, akkasumas tajaajiltootaa fi amantoota hundumaaf ta'an karaa dhaabbata Sagalee Misiraachootiin raabsameera.  Leenjifamtootni leenjii fudhatan kana akkaataa paakeejicha irratti ibsameera sadarkaa sadarkaadhaan gara Waldaa Amantootaa isaaniitti gad buusuun irratti kan hojjatan ta'a.

Guddinnaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf!

"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20
===
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ለአዶላ ገናሌ ሲኖዶስ መሪዎች እና ከሲኖዶሱ ሰበካዎች እና ማ/ምዕመናናት ለመጡት የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች "ሁለንተናዊ ዕድገት እና ለውጥ" በሚል ርዕስ ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ፓኬጅ ላይ መሰረት በማድረግ ስልጠና ተሰጥቷል:: ስልጠናውን የሰጡት የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሣ ሲሆኑ: በተጨማሪም ከስልጠናው በኋላ ለመላው ምእመናን በቤተሰብና በልጆች እድገት ላይ ትምህርት ተሰጥቷል። በተጨማሪም  ፕረዝደንት ቄስ ጌሎ ጎሎልቻም በስልጠናው በመገኘት ለልጆች እና ወጣት አገልግሎት መሪዎች ትምህርት ሰጥተዋል: መልዕክትም አስተላልፈዋል:: ከስልጠናው ጎን ለጎን ለሁለንተናዊ አገልግሎቱ የሚጠቅም የልጆች አገልግሎት እንዲሁም ለወጣቶች እና አጠቃላይ የቤተክርስቲያን አገልግሎት የሚሆኑ መጽሐፍት በቤተክርስቲያኒቱ የምስራች ድምጽ በኩል ተሰራጭቷል:: በተጨማሪም የስልጠናው ሞጁል እንዲደርሳቸው የተደረገ ሲሆን: ሰልጣኞች የወሰዱትን ስልጠና ወደየ ማ/ምዕመናኖቻቸው በማውረድ የሚተገብሩት ይሆናል::

ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!

''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20
===
===
The Children and Youth Ministry Department of the Ethiopian Evangelical Church Mekane gave training for the leaders of the Adola Genale Synod, and for the coordinators of the children and youth ministries from the synod parishes and the congregations based on the Wholistic Ministry Package of Children and Youth of the EECMY entitled "Wholistic Growth and Transformation." The training was given by the Director of the church's children and youth ministry department, Brother Wondmagegn Udessa. After the training, he gave teachings on family and child development to all believers. In addition to this, the President of the Synod, Rev. Gelo Gololcha, also gave a training and delivered a message to the leaders of the children and youth ministry of the synod. Beside the training, different books that will help for the holistic children and youth ministry and overall church service are distributed to the trainers through the EECMY Yemisrach Dimts Communication Service , and the module of the training, 'Wholistic Ministry Package of Children and Youth', is distributed to them. The trainees will apply the training they have received to their respective congregations.

Wholistic Growth and Transformation for Our Children and Youth!

"“The God of heaven will give us success. We His servants will start rebuilding,...” Neh. 2:20

👇👇👇

Photo Credit: Hinbisilla Media (0919634017/0980408783)
#EECMY #AdolaGenaleSynod #AdolaWoyu
#Children #Youth #Leadership #Training
t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
የልጆች  እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና በደቡብ ሲኖዶስ- ዲላ

Children & Youth Ministry Leaders Training @EECMY South Synod- Dilla

LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO SINOODOOSII KIBBAATTI- DIILLAA


''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20

"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20


"“The God of heaven will give us success. We His servants will start rebuilding,...” Neh. 2:20

👇👇👇
#EECMY #SouthSynod #Dilla #Children #Youth #Leadership #Training
t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
ልጆች እና ወጣቶች ላይ መስራት በዛሬዋና በነገዋ ቤ/ክ ላይ መስራት ነው!
The SundayService@EECMY; #Dilla Congregation
===
"ልጅን በሚሄድበት መንገድ ምራው፥ በሸመገለም ጊዜ ከእርሱ ፈቀቅ አይልም" እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (ምሳሌ 22:6): ልጆችን በትክክለኛው እና በእውነተኛው የዕድገት አቅጣጫ ለመምራት የልጆች አገልግሎትን በሚገባ ማደራጀት: የልጆች መምህራንን መደገፍ: እንዲሁም ቤተሰብን በአገልግሎቱ ማሳተፍ አስፈላጊ እና ወሳኝ ነው::

-ልጆች እና ወጣቶች የዛሬ/የአሁን እና የነገ/የወደፊት ቤተክርስቲያን ናቸው::
-ልጆች እና ወጣቶች የሌሉባት ቤተ ክርስቲያን የሞተች ናት::
-ነባሩን እና የሚመጣውን ውስብስብ ዓለም (ዘመናዊነት) እንዲቋቋሙ እና እንዲያልፉ በጊዜው በቃሉ እውነት ማስታጠቅ አስፈላጊ ነው::
-ልጆች ከአዋቂዎች የበለጠ በቀላሉ የሚነኩበት የልጅነት የመጀመሪያዎቹ ዓመታት በጣም አስፈላጊ ስለሆኑ ትኩረት ሰጥቶ: ቀድሞ በእነርሱ ላይ መስራት አስፈላጊ ነው::

"ልጆች ሆይ፥ ለወላጆቻችሁ በጌታ ታዘዙ፥ ይህ የሚገባ ነውና።መልካም እንዲሆንልህ ዕድሜህም በምድር ላይ እንዲረዝም አባትህንና እናትህን አክብር፤ እርስዋም የተስፋ ቃል ያላት ፊተኛይቱ ትእዛዝ ናት። እናንተም አባቶች ሆይ፥ ልጆቻችሁን በጌታ ምክርና በተግሣጽ አሳድጉአቸው እንጂ አታስቆጡአቸው።" ኤፌ. 6:1-4

Equipping Family in a Holistic Way (Children, Youth & Parents)

📷: EECMY Dilla Congregation Media

#EECMY #SouthSynod #Dilla #Leadership #Training #Children #Youth #Family
Forwarded from EECMY Youth Ministry
'ሁለንተናዊ ዕድገት ለሁለንተናዊ ስኬት'
የ2016 ዓ.ም የወጣቶች በዓል መልዕክት

'Holistic Growth For Holistic Success'
EECMY 2016/2024 Youth Day Message

#EECMY #YouthDay #2016EC #2024
#መካነኢየሱስ #ወጣቶች #በዓል
https://t.me/eecmyyouthministry
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
Mekane Yesus TV
EECMY Youth Ministry
Forwarded from EECMY Youth Ministry
'GUDDINA HUNDA-GALEESSA MILKAA'INA HUNDA-GALEESSAAF'

Ergaa Ayyaana Dargaggootaa Bara 2016/2024

#EECMY #YouthDay #2016EC #2024
#MekaneYesus #Dargaggoo
https://t.me/eecmyyouthministry
@EECMY Youth Ministry
EECMY Children Ministry: MY Sunday School
We are Stewards of God's Creation! === Today, June 5, is World Environment Day 2024. World Environment Day (WED) is a powerful reminder of the importance of our natural environment and the urgent need to protect it. By raising awareness, encouraging action…
We are Stewards of God's Creation!
===
Today, June 5, is World Environment Day 2024. World Environment Day (WED) is a powerful reminder of the importance of our natural environment and the urgent need to protect it. By raising awareness, encouraging action, and fostering global collaboration, it plays a vital role in promoting a sustainable and resilient future.

God has clearly placed humans in a position of responsibility over the creation. (1) Genesis 2:15 says “The Lord God took the man and put him in the Garden of Eden to work it and take care of it.”(2) We recognize that all created things belong to God (3) and that we are accountable to Him as stewards of the creation. God commissions us to rule over the creation in a way that sustains, protects, and enhances His works so that all creation may fulfill the purposes God intended for it. We must manage the environment not simply for our own benefit but for God′s glory.
We worship God the Creator more fully as we see His glory in His creation and as we participate in His work of sustaining and restoring proper relationships within the creation.

If we are careless in our stewardship of God’s creation, we not only destroy that which He has made for His glory, but we also deny others the opportunity to see with wonder and awe God’s creation.

The slogan of Environment Day 2024 is “Our land. Our future. We are #GenerationRestoration.” As we celebrate World Environment Day 2024 (WED 2024), let’s become a part of #GenerationRestoration and resolve to heal our planet by making responsible choices!

#WorldEnvironmentDay 2024 #OurlandOur future
#GenerationRestoration
The Lutheran World Federation
All Africa Conference of Churches
LWF for Climate Justice LWF Youth
AACC - CETA Youth
EECMY Youth Ministry
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
#AACC #LWF #EECMY #Youth #Ethiopia #Africa
*የታዳጊ ወጣቶች አውደ ርዕይ ተካሄደ*

በኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የመካኒሳ ማህበረ ምዕመናን በወጣቶች አገልግሎት ስር በሚገኘው የታዳጊ ወጣቶች የተዘጋጀ አውደ ርዕይ/ኤግዚቢሽን ተካሄደ::  የኤግዚቢሽኑ ዋና አላማ ታዳጊዎች ባለፈው አመት የተማሩትን ትምህርት በራሳቸው የፈጠራ መንገድ ለማሳየት ነው። በዚህ ዝግጅት ላይ ከ85 በላይ ታዳጊዎች በ5 የተለያዩ ቡድኖች የተሳተፉ ሲሆን: እያንዳንዱ ቡድን ስለ ፕሮጀክታቸው የፈጠራ ጥበብ ስራዎችን አሳይተው ለጎብኝወች ገለጻ አድርገዋል።
የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምርያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሳ በኤግዚቢሽኑ ተገኝተው ከጎበኙ በኋላ: የመካኒሳ ማ/ም ወጣት መሪዎችንም ስለ መልካም ስራቸው አበረታተው:  ስራቸው ለሌሎችም መልካም ምሳሌ መሆኑን ገልጸዋል::

#EECMY #Teenager #Ministry #Mekanisa #Congregation
https://t.me/MYSundaySchool
የታዳጊ ወጣቶች ስልጠና በሀዋሳ
====
"በሥጋችሁ እግዚአብሔርን አክብሩ " በሚል መሪ ቃል
በማዕከላዊ ደቡብ ኢ/ያ ሲኖዶስ  በልጆች አገልግሎት መምርያ የተዘጋጀ የታዳጊ ወጣቶች ስልጠና ከ ሐምሌ 1-5 - 2016 ዓ.ም ቀኑን ሙሉ ለተከታታይ አምስት ቀናት ዕድሜያቸው  ከ14-17 ዓመት ላሉ ታዳጊ  ወጣቶች በሀዋሳ ታቦር መካነ ኢየሱስ  ግቢ ውስጥ ተዘጋጅቷል። ወላጆች ልጆችን ምሳ በማስያዝ እንድትልኩ የልጆች መምርያ  ያሳስባችኃል: ሁላችሁም ተጋብዛችኃል ተባረኩ።

#EmpoweringGeneration #EECMY #SouthCentralEthiopiaSynod #ChildrenMinistry  #Teenagers #Hawassa
@MYSundaySchool