EECMY Children Ministry: MY Sunday School
957 subscribers
1.4K photos
15 videos
187 links
MY Sunday School is the official page of EECMY Children Ministry.

Wholistic Growth For Our Children!

Access Sunday School learning materials at www.mysundayschool.org
Download Telegram
Forwarded from EECMY Youth Ministry
***Daawwannaan Ijaarsa Mana Kitaabaa Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggootaa Taasifame, #Shaakkisoo
====
WKWWMYI, Sinoodoosii Adoolaa Gannaaleetti,  Sabakaa Oddoo Shaakkisootiin kan jalqabame Ijaarsi Mana Kitaabaa Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggootaa, waggaa lama dura bara 2022ALA'tti dhagaan bu'uuraa kaa’ame eegalamee gara xumuraatti dhiyaachaa jira. Ijaarsa isaas, Daarektarri Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa WKWWMYI Wondmagegn Udessa Bidire, Pirezidaantii Sinoodoosichaa Luba Geeloo Gololchaa, Daarektara Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Sinodoosichaa H.W Shibbiruu Cuuraa fi gaggeessitoota Sabakaa Oddoo Shaakkisoo waliin ta'uun daawwataniiru. Qajeelchaan hojii sabakichaa Lubni Maatiwoos Jiloo akka ibsanitti, adeemsi ijaarsaa kun bara 2017/ 2025ALA'tti xumuramuuf karoorfamee irratti hojjatamaa jira.

Kaayoon isaa akkaataa WKWWMYI karaa Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaatiin karoorfattee irratti hojjachaa jirtutti:

👉Ijoolleenii fi dargaggootni guddina hunda galeessa qabaatanii akka guddataniif kan gargaaru galma barumsaa fi leenjii qopheessuu,
👉Ijoollee fi dargaggoon keenya beekumsa hunda galeessa qabaatanii akka guddataniif kan gargaaru iddoo dhalootni itti dubbisu Mana Kitaabaa mijeessuu,
👉 Ijoollee fi dargaggoo keenyaaf bakka taphaa fi bashannanaa mijeessuu
👉Dhaloota dhufuuf ashaaraa gaarii kaa'uu...xiyyeeffannaa kan godhateedha.

Daarektarri Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo WKWWMY Wondmagegn daawwannaa booda, hojiin hojjatamaa ture dansaa/gaarii fi sinoodoosota kan birootiifis fakkeenya kan ta'u ta'uu ibsuudhaan hojii sinodoosichaa erga jajjabeessanii booda, namootni kan biroos mul'ata kana deeggaruudhaaf deeggarsa barbaachisu akka godhanuuf waamicha dhiyeessaniiru.

'..."Nuuti garboonni Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna Waaqayyo Gooftaan bantii waaqaa immoo nuuf qajeelcha;...' Nahamiyaa 2:20

***ሁለንተናዊ የልጆች እና የወጣቶች ቤተመጻህፍት ግንባታ ጉብኝት: በሻኪሶ
===
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ: በአዶላ ገናሌ ሲኖዶስ: በኦዶ ሻኪሶ ሰበካ በሰበካው ሴንተር ሻኪሶ ከተማ ከሁለት አመት በፊት በ2022እኤአ የመሰረት ድንጋይ የተቀመጠው ሁለንተናዊ የልጆች እና የወጣቶች አገልግሎት ቤተመጻህፍት ግንባታው ተጀምሮ በመልካም ሂደት ላይ ይገኛል:: የግንባታውንም ሂደት የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ: የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሳ ከሲኖዶሱ ፕረዝደንት ቄስ ጌሎ ጎሎልቻ :  ከሲኖዶሱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወ/ዊ ሽብሩ ጩራ እና የሰበካው መሪዎች ጋር በመሆን ጎብኝተዋል:: የግንባታውም ሂደት በ2025እኤአ ለማጠናቀቅ ታቅዶ እየተሰራበት መሆኑን የሰበካው ሥራ መሪ ቄስ ማቴዎስ ጅሎ ገልጸዋል::

የሁለንተናዊ የልጆች እና የወጣቶች አገልግሎት ቤተመጻህፍት አላማው ቤተክርስቲያኒቱ በልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት በኩል አቅዳ እየሰራችበት ባለው መሰረት:
👉ልጆች እና ወጣቶችን በሁለንተናዊ ዕድገት ለማስታጠቅ የሚረዳ ፣የትምህርት እና የስልጠና ማዕከል እንዲሆን:
👉ልጆች እና ወጣቶች አዕምሯቸው በእውቀት ታንጾ: በጥበብ እንዲያድጉ የሚረዳ የማንበብያ ስፍራ (ሁለንተናዊ አገልግሎት የሚሰጥ ቤተ መጻህፍት)  ማደራጀት
👉ለልጆቾ እና ወጣቶች የሚሆን የተለያዬ መጫወቻ ያለው የመዝናኛ ስፍራ ማደራጀት:
👉የልጆችን እና የወጣቶችን አገልግሎት በኢኮኖሚ ለማጠናከር የሚረዳ ሁለገብ አገልግሎት እንዲሰጥ ታስቦ ይሰራል...
👉ለቀጣይ ትውልድ መልካም አሻራን ማስቀመጥ...

የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ከጉብኝቱ በኋላ: የተሰራው ስራ አበረታች መሆኑን እና ለሌሎች ሲኖዶሶች: ሰበኮች እና ማ/ምዕመናናት መልካም ምሳሌ መሆኑን ገልጸው የሲኖዶሱን መልካም ስራ ካበረታቱ በኋላ: ሌሎችም ራዕዩን ለማሳካት የተቻላቸውን ድጋፍ እንዲያደርጉ ጥሪ አድርገዋል::

===
''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን...'' ነህምያ 2:20


#ቤተመጻሕፍትን በሁሉም ማ/ም የማደራጀት ሥራ ተጠናክሮ ይቀጥላል። ልጆች እና ወጣቶቻችንን በእግዚአብሔር ቃል ለማስታጠቅ: በሁለንተናዊ ዕድገት ታንጸው እንዲያድጉ ለማድረግ ሁላችንም ተባብረን እንስራ!  ይሄ ሥራ እና አገልግሎት በሁሉም ሲኖዶሶች: ማ/ምዕመናናት ተጠናክሮ የሚቀጥል ይሆናል!

Hojiin manneen kitaabaa Waldaa Amantootaa hunda keessatti gurmeessuu fi jalqabsiisuu kun itti fufa. Ijoollee fi dargaggoota keenya Sagalee Waaqayyoo hidhachiisuuf: hundi keenya waliin taanee guddina hundagaleessaan waliin akka guddatan haa goonu!  Hojii fi tajaajilli kun sinoodoosota hunda keessatti cimee kan itti fufu ta’a.

#EECMY #AGS #Youth #Children #Library
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool