EECMY Children Ministry: MY Sunday School
957 subscribers
1.4K photos
15 videos
187 links
MY Sunday School is the official page of EECMY Children Ministry.

Wholistic Growth For Our Children!

Access Sunday School learning materials at www.mysundayschool.org
Download Telegram
#EECMY- FEESTIIVAALA GANNAA IJOOLLEEDHAAF
👉 Yoom? Adoolessaa fi Hagayya
👉Mata Duree: Amantii- Abdii-Jaalala
👉Eessatti? Waldaa Amantootaa hundumaatti
👉Eenyutu qopheessa? Jaarsolii, tajaajiltoota, tola-ooltota, dargaggootaa fi maatii...
👉Kaayoo:
-Amantii, abdii fi jaalala ijaaruu...
-Ijoollee keenya bifa Hunda-galeessa ta'een guddisuu,
-Ijoolleen yeroo gannaa kana bu'a qabeessummaan akka fayyadamaniif gargaaruu...

👉Hojiilee Hojjataman:
-Qu'annaa Kitaaba Qulqulluu, Kadhannaa fi Faarfannaa

-Taphaa fi dorgommii ispoortii garagaraa

- Barumsaa fi leenjii ogummaa garagaraa, akkaataa dandeettii fi fedhii isaaniitiin...


"...amantiin, abdiin, jaalalli isaan kun sadan hafanii in jiraatu, ..." 1Qor. 13:13

Feestiivaala Gannaa Gaarii Isiniif Haa Ta'u!

https://t.me/MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
YEROO LEENJII SINOODOOSII WALAL BEETEELITTI: GAGGEESSITOOTAA FI TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI  DARGAGGOOTAAF
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ስልጠና ለወለል ቤቴል ሲኖዶስ መሪዎች እና የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች
#Training for EECMY #WelelBethelSynod Leaders, Children & Youth Ministry Coordinators
===@EECMY-WBS #Chanka, Kellem Wollega
WKWWMakaana Yesuus Itoophiyaatti Qajeelchi Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Gaggeessitoota Sinoodoosii Walal Beeteelii fi Qindeessitoota Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa pireesbitarootaa fi waldaa amantootaa sinoodoosichaa garagaraa irraa dhufaniif mata duree "Guddinaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa" jedhuun Leenjiin Paakeejii Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Hunda-galeessa bu'uura godhate kennameera. Leenjicha kan kennan Daarektara Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo waldattii kan ta'an Wondimmaagany Uddeessaa yoo ta'an, Pirezidaantiin sinoodoosichaa Lubni Masfiin Yiggazuus leenjicha irratti argamuudhaan hirmaattotaaf ergaa dabarsaniiru. Leenjicha booda paakeejii hunda-galeessa irrattii fi haala tajaajila ijoollee fi dargaggootaa waliigalaa irratti yeroon marii taasifameera. Leenjifamtootni leenjii fudhatan kana akkaataa paakeejicha irratti ibsameera sadarkaa sadarkaadhaan gara Waldaa Amantootaa isaaniitti gad buusuun irratti kan hojjatan ta'a.

Guddinnaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf!

"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20
===
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ለወለል ቤቴልሲኖዶስ መሪዎች እና ከሲኖዶሱ ፕረስብቴሪዎች እና ማ/ምዕመናናት ለመጡት የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች "ሁለንተናዊ ዕድገት እና ለውጥ" በሚል ርዕስ ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ፓኬጅ ላይ መሰረት በማድረግ ስልጠና ተሰጥቷል:: ስልጠናውን የሰጡት የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሣ ሲሆኑ: የሲኖዶሱ ፕረዝደንት ቄስ መስፍን ይገዙም በስልጠናው በመገኘት ለልጆች እና ወጣት አገልግሎት መሪዎች መልዕክት አስተላልፈዋል:: ከስልጠናው በኃላ ስለ ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች ፓኬጅ እና በአጠቃላይ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ዙርያ ሰፊ የምክክር ጊዜ ተደርጓል። ሰልጣኞች የወሰዱትን ስልጠና ወደየ ማ/ምዕመናኖቻቸው በማውረድ የሚተገብሩት ይሆናል::

ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!

''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20
===
===
The Children and Youth Ministry Department of the Ethiopian Evangelical Church Mekane gave training for the leaders of the newly established Walal Bethel Synod, and for the coordinators of the children and youth ministries from the synod presbyteries and the congregations based on the Wholistic Ministry Package of Children and Youth of the EECMY entitled "Wholistic Growth and Transformation." The training was given by the Director of the church's children and youth ministry department, Brother Wondmagegn Udessa. The President of the Synod, Reverend Mesfin Yigezu, attended the training and delivered a message to the leaders of the children and youth ministry of the synod. After the training, there was an extensive consultation period about the comprehensive package for children and youth and overall children and youth ministries of the synod. The trainees will apply the training they have received in their respective congregations.

Wholistic Growth and Transformation for Our Children and Youth!

"“The God of heaven will give us success. We His servants will start rebuilding,...” Neh. 2:20

👇👇👇
#EECMY #WalalBethelSynod #Chanka
#Children #Youth #Leadership #Training
t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus- Children and Youth Ministry Department
Forwarded from EECMY Youth Ministry
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢ አለምአቀፍ የሚስዮን በዓል
GUYYAA MIISIYOONII ADDUNYAA
===@EECMY Alemgena Congregation
-‘ተነስ፣ ሂድ፣ ስበክ’ በሚል መሪ ቃል (ዮናስ 3፡2፣ ለዕለቱ በተሰጠው ርዕስ ላይ) በኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢየሱስ የአለምገና ማ/ም በሚስዮን አገልግሎት ላይ ሰፋ ያለ ትምህርት ተሰጥቷል፣ ሁሉም ሰው፣ ልጆችን ጨምሮ የዓለምአቀፍ የወንጌል ተልዕኮን ለመደገፍ የገቢ ማሰባሰቢያ ላይ ተሳትፈዋል ። ከቀትር በኋላም ለወጣቶች እና አገልጋዮች ተጨማሪ ስልጠና የተሰጠ ሲሆን በዕለቱ መልእክት ላይም በማ/ምዕመናኑ ወጣቶች ድራማ ቀርቧል:: በአጠቃላይ መልካም የአምልኮ እና የአንድነት ጊዜ ነበረ። ክብር ለእግዚአብሔር ይሁን!

===
'Ka'i, Deemi, Lallabi' Mata duree jedhuun (Yoonaas 3:2, Mata Duree Guyyichaaf kenname irratti) WKWWMYI Waldaa Amantootaa Alamganaatti barumsi bal'aan Waa'ee Tajaajila Miisiyoonii irratti kennameera, hojii Wangeelaa Miisiyoonii Addunyaa deeggaruudhaafis ijoollee xixiqqoo dabalatee hundumtuu galii walitta qabuutti hirmaatee jira. Saatiin boodas yeroon leenjiin dabalataa dargaggootaa fi tajaajiltootaaf kan kenname yoo ta'u, ergaa guyyichaa irrattis dargaggoota waldattiitiin diraamaan dhiyaateera. Walumaagalatti, yeroo waaqenfannaa fi tokkummaa dansaa ture. Waaqayyoo galanni haa ta'u.

#EECMY Youth
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢ #የልጆች_በዓል
AYYAANA IJOOLLEE WKWWMYI
===@EECMY Children’s Day Kotebe Congregation

-‘ልጆች ወደ ኢየሱስ ይምጡ’ በሚል መሪ ቃል (ማር. 10:14፣ ለዕለቱ በተሰጠው ርዕስ ላይ) በኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢየሱስ የኮተቤ ማ/ም በልጆች እድገት እና አገልግሎት ላይ ሰፋ ያለ ትምህርት ተሰጥቷል፣ በልጆች መዘምራንም ዝማሬ ቀርቧል: እንዲሁም በዕለቱ መልእክት ላይም በማ/ምዕመናኑ ልጆች ድራማ እና ግጥም ቀርቧል:: በመጨረሻም ከልጆች ጋር አብሮ ኬክ በመቁረስ መልካም ጊዜ አሳልፈናል:: በአጠቃላይ መልካም የአምልኮ እና የአንድነት ጊዜ ነበረ። ክብር ለእግዚአብሔር ይሁን!

===
'Ijoolleen Gara Yesuus Haa Dhufan' Mata duree jedhuun (Maar. 10:14, Mata Duree Guyyichaaf kenname irratti) WKWWMYI Waldaa Amantootaa Kotabeetti barumsi bal'aan Waa'ee Guddisaa fi Tajaajila Ijoollee irratti kennameera. Tajaajilli faarfannaa faarfattoota ijoolleetiin kan dhiyaate yoo ta'u, ergaa guyyichaa irrattis ijoollee waldattiitiin diraamaa fi walaloon dhiyaateera. Dhumarrattis ijoollee waliin yeroo keekii kutuu gaarii qabaanne. Walumaagalatti yeroo waaqenfannaa fi tokkummaa dansaa ture. Waaqayyoof galanni haa ta'u.

"Yesuus..., bartoota Isaatiin, "Lakkisaa ijoolleen gara koo haa dhufan, hin dhowwinaa! Mootummaan Waaqayyoo warra akkasiitiif ta'a.
Ani dhuguman isinitti hima, eenyu illee mootummaa Waaqayyoo akka mucaan simatutti kan hin simanne, itti hin galu" jedhe. Ijoollees hammatee harka Isaas mataa isaanii irra kaa'ee isaan eebbises." Maar. 10:14-16

Via: Wondmagegn Udessa, EECMY Children and Youth Ministry Department Director
📷: EECMY Kotobe Congregation Digital Media Team ( Lencho)
#EECMY #Kotobe #ChildrenDay #EmergingLeaders

https://t.me/MYSundaySchool
ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!

"ማደግህ በነገር ሁሉ እንዲገለጥ ይህን አስብ: ይህንም አዘውትር።"
1ጢሞ. 4:15

#EECMY #SouthSynod #ChildrenandYouthMinistry #Training #Dilla
https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
EECMY Children Ministry: MY Sunday School
Photo
LEENJII DARGAGGOOTAA FI KOONFIRAANSA MAATII SINOODOOSII ADOOLAA GANNAALEETTI:
የወጣቶች ስልጠና እና የቤተሰብ ኮንፈረንስ በአዶላ ገናሌ  ሲኖዶስ
#Youth Leaders Training & Family Conference @EECMYAdolaGenaleSynod
===@EECMY-AGS #AdolaWoyu #EastGuji
WKWWMakaana Yesuus Itoophiyaatti Qajeelchi Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Gaggeessitoota Sinoodoosii Adoolaa Gannaalee fi Qindeessitoota Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Sabakootaa fi waldaa amantootaa sinoodoosichaa garagaraa irraa dhufaniif mata duree "Guddinaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf" jedhuun Leenjiin Paakeejii Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Hunda-galeessa bu'uura godhate kennameera. Leenjicha kan kennan Daarektara Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo waldattii kan ta'an Wondimmaagany Uddeessaa yoo ta'an, leenjicha booda barumsa maatii fi guddina ijoollee irratti xiyyeeffate amantoota hundumaaf kennaniiru. Leenjifamtootni  leenjii fudhatan kana galanii waldaa amantootaa isaaniittis akka kennaniif jecha 'moojulli' leenjiis kennameeraaf. Dabalataan Pirezidaantiin sinoodoosichaa Lubni Geeloo Gololchaas leenjicha irratti argamuudhaan barumsa kennaniiru, hirmaattotaafis ergaa dabarsaniiru.  Leenjicha cinaatti kitaaboleen guddinna hunda-galeessa dhalootaaf gargaaran, kan tajaajila ijoollee fi dargaggootaaf ta'an, akkasumas tajaajiltootaa fi amantoota hundumaaf ta'an karaa dhaabbata Sagalee Misiraachootiin raabsameera.  Leenjifamtootni leenjii fudhatan kana akkaataa paakeejicha irratti ibsameera sadarkaa sadarkaadhaan gara Waldaa Amantootaa isaaniitti gad buusuun irratti kan hojjatan ta'a.

Guddinnaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf!

"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20
===
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ለአዶላ ገናሌ ሲኖዶስ መሪዎች እና ከሲኖዶሱ ሰበካዎች እና ማ/ምዕመናናት ለመጡት የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች "ሁለንተናዊ ዕድገት እና ለውጥ" በሚል ርዕስ ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ፓኬጅ ላይ መሰረት በማድረግ ስልጠና ተሰጥቷል:: ስልጠናውን የሰጡት የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሣ ሲሆኑ: በተጨማሪም ከስልጠናው በኋላ ለመላው ምእመናን በቤተሰብና በልጆች እድገት ላይ ትምህርት ተሰጥቷል። በተጨማሪም  ፕረዝደንት ቄስ ጌሎ ጎሎልቻም በስልጠናው በመገኘት ለልጆች እና ወጣት አገልግሎት መሪዎች ትምህርት ሰጥተዋል: መልዕክትም አስተላልፈዋል:: ከስልጠናው ጎን ለጎን ለሁለንተናዊ አገልግሎቱ የሚጠቅም የልጆች አገልግሎት እንዲሁም ለወጣቶች እና አጠቃላይ የቤተክርስቲያን አገልግሎት የሚሆኑ መጽሐፍት በቤተክርስቲያኒቱ የምስራች ድምጽ በኩል ተሰራጭቷል:: በተጨማሪም የስልጠናው ሞጁል እንዲደርሳቸው የተደረገ ሲሆን: ሰልጣኞች የወሰዱትን ስልጠና ወደየ ማ/ምዕመናኖቻቸው በማውረድ የሚተገብሩት ይሆናል::

ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!

''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20
===
===
The Children and Youth Ministry Department of the Ethiopian Evangelical Church Mekane gave training for the leaders of the Adola Genale Synod, and for the coordinators of the children and youth ministries from the synod parishes and the congregations based on the Wholistic Ministry Package of Children and Youth of the EECMY entitled "Wholistic Growth and Transformation." The training was given by the Director of the church's children and youth ministry department, Brother Wondmagegn Udessa. After the training, he gave teachings on family and child development to all believers. In addition to this, the President of the Synod, Rev. Gelo Gololcha, also gave a training and delivered a message to the leaders of the children and youth ministry of the synod. Beside the training, different books that will help for the holistic children and youth ministry and overall church service are distributed to the trainers through the EECMY Yemisrach Dimts Communication Service , and the module of the training, 'Wholistic Ministry Package of Children and Youth', is distributed to them. The trainees will apply the training they have received to their respective congregations.

Wholistic Growth and Transformation for Our Children and Youth!

"“The God of heaven will give us success. We His servants will start rebuilding,...” Neh. 2:20

👇👇👇

Photo Credit: Hinbisilla Media (0919634017/0980408783)
#EECMY #AdolaGenaleSynod #AdolaWoyu
#Children #Youth #Leadership #Training
t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
የልጆች  እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና በደቡብ ሲኖዶስ- ዲላ

Children & Youth Ministry Leaders Training @EECMY South Synod- Dilla

LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO SINOODOOSII KIBBAATTI- DIILLAA


''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20

"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20


"“The God of heaven will give us success. We His servants will start rebuilding,...” Neh. 2:20

👇👇👇
#EECMY #SouthSynod #Dilla #Children #Youth #Leadership #Training
t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
ልጆች እና ወጣቶች ላይ መስራት በዛሬዋና በነገዋ ቤ/ክ ላይ መስራት ነው!
The SundayService@EECMY; #Dilla Congregation
===
"ልጅን በሚሄድበት መንገድ ምራው፥ በሸመገለም ጊዜ ከእርሱ ፈቀቅ አይልም" እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (ምሳሌ 22:6): ልጆችን በትክክለኛው እና በእውነተኛው የዕድገት አቅጣጫ ለመምራት የልጆች አገልግሎትን በሚገባ ማደራጀት: የልጆች መምህራንን መደገፍ: እንዲሁም ቤተሰብን በአገልግሎቱ ማሳተፍ አስፈላጊ እና ወሳኝ ነው::

-ልጆች እና ወጣቶች የዛሬ/የአሁን እና የነገ/የወደፊት ቤተክርስቲያን ናቸው::
-ልጆች እና ወጣቶች የሌሉባት ቤተ ክርስቲያን የሞተች ናት::
-ነባሩን እና የሚመጣውን ውስብስብ ዓለም (ዘመናዊነት) እንዲቋቋሙ እና እንዲያልፉ በጊዜው በቃሉ እውነት ማስታጠቅ አስፈላጊ ነው::
-ልጆች ከአዋቂዎች የበለጠ በቀላሉ የሚነኩበት የልጅነት የመጀመሪያዎቹ ዓመታት በጣም አስፈላጊ ስለሆኑ ትኩረት ሰጥቶ: ቀድሞ በእነርሱ ላይ መስራት አስፈላጊ ነው::

"ልጆች ሆይ፥ ለወላጆቻችሁ በጌታ ታዘዙ፥ ይህ የሚገባ ነውና።መልካም እንዲሆንልህ ዕድሜህም በምድር ላይ እንዲረዝም አባትህንና እናትህን አክብር፤ እርስዋም የተስፋ ቃል ያላት ፊተኛይቱ ትእዛዝ ናት። እናንተም አባቶች ሆይ፥ ልጆቻችሁን በጌታ ምክርና በተግሣጽ አሳድጉአቸው እንጂ አታስቆጡአቸው።" ኤፌ. 6:1-4

Equipping Family in a Holistic Way (Children, Youth & Parents)

📷: EECMY Dilla Congregation Media

#EECMY #SouthSynod #Dilla #Leadership #Training #Children #Youth #Family
Forwarded from EECMY Youth Ministry
'ሁለንተናዊ ዕድገት ለሁለንተናዊ ስኬት'
የ2016 ዓ.ም የወጣቶች በዓል መልዕክት

'Holistic Growth For Holistic Success'
EECMY 2016/2024 Youth Day Message

#EECMY #YouthDay #2016EC #2024
#መካነኢየሱስ #ወጣቶች #በዓል
https://t.me/eecmyyouthministry
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
Mekane Yesus TV
EECMY Youth Ministry
Forwarded from EECMY Youth Ministry
'GUDDINA HUNDA-GALEESSA MILKAA'INA HUNDA-GALEESSAAF'

Ergaa Ayyaana Dargaggootaa Bara 2016/2024

#EECMY #YouthDay #2016EC #2024
#MekaneYesus #Dargaggoo
https://t.me/eecmyyouthministry
@EECMY Youth Ministry
EECMY Children Ministry: MY Sunday School
We are Stewards of God's Creation! === Today, June 5, is World Environment Day 2024. World Environment Day (WED) is a powerful reminder of the importance of our natural environment and the urgent need to protect it. By raising awareness, encouraging action…
We are Stewards of God's Creation!
===
Today, June 5, is World Environment Day 2024. World Environment Day (WED) is a powerful reminder of the importance of our natural environment and the urgent need to protect it. By raising awareness, encouraging action, and fostering global collaboration, it plays a vital role in promoting a sustainable and resilient future.

God has clearly placed humans in a position of responsibility over the creation. (1) Genesis 2:15 says “The Lord God took the man and put him in the Garden of Eden to work it and take care of it.”(2) We recognize that all created things belong to God (3) and that we are accountable to Him as stewards of the creation. God commissions us to rule over the creation in a way that sustains, protects, and enhances His works so that all creation may fulfill the purposes God intended for it. We must manage the environment not simply for our own benefit but for God′s glory.
We worship God the Creator more fully as we see His glory in His creation and as we participate in His work of sustaining and restoring proper relationships within the creation.

If we are careless in our stewardship of God’s creation, we not only destroy that which He has made for His glory, but we also deny others the opportunity to see with wonder and awe God’s creation.

The slogan of Environment Day 2024 is “Our land. Our future. We are #GenerationRestoration.” As we celebrate World Environment Day 2024 (WED 2024), let’s become a part of #GenerationRestoration and resolve to heal our planet by making responsible choices!

#WorldEnvironmentDay 2024 #OurlandOur future
#GenerationRestoration
The Lutheran World Federation
All Africa Conference of Churches
LWF for Climate Justice LWF Youth
AACC - CETA Youth
EECMY Youth Ministry
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus
#AACC #LWF #EECMY #Youth #Ethiopia #Africa
*የታዳጊ ወጣቶች አውደ ርዕይ ተካሄደ*

በኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የመካኒሳ ማህበረ ምዕመናን በወጣቶች አገልግሎት ስር በሚገኘው የታዳጊ ወጣቶች የተዘጋጀ አውደ ርዕይ/ኤግዚቢሽን ተካሄደ::  የኤግዚቢሽኑ ዋና አላማ ታዳጊዎች ባለፈው አመት የተማሩትን ትምህርት በራሳቸው የፈጠራ መንገድ ለማሳየት ነው። በዚህ ዝግጅት ላይ ከ85 በላይ ታዳጊዎች በ5 የተለያዩ ቡድኖች የተሳተፉ ሲሆን: እያንዳንዱ ቡድን ስለ ፕሮጀክታቸው የፈጠራ ጥበብ ስራዎችን አሳይተው ለጎብኝወች ገለጻ አድርገዋል።
የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምርያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሳ በኤግዚቢሽኑ ተገኝተው ከጎበኙ በኋላ: የመካኒሳ ማ/ም ወጣት መሪዎችንም ስለ መልካም ስራቸው አበረታተው:  ስራቸው ለሌሎችም መልካም ምሳሌ መሆኑን ገልጸዋል::

#EECMY #Teenager #Ministry #Mekanisa #Congregation
https://t.me/MYSundaySchool
የታዳጊ ወጣቶች ስልጠና በሀዋሳ
====
"በሥጋችሁ እግዚአብሔርን አክብሩ " በሚል መሪ ቃል
በማዕከላዊ ደቡብ ኢ/ያ ሲኖዶስ  በልጆች አገልግሎት መምርያ የተዘጋጀ የታዳጊ ወጣቶች ስልጠና ከ ሐምሌ 1-5 - 2016 ዓ.ም ቀኑን ሙሉ ለተከታታይ አምስት ቀናት ዕድሜያቸው  ከ14-17 ዓመት ላሉ ታዳጊ  ወጣቶች በሀዋሳ ታቦር መካነ ኢየሱስ  ግቢ ውስጥ ተዘጋጅቷል። ወላጆች ልጆችን ምሳ በማስያዝ እንድትልኩ የልጆች መምርያ  ያሳስባችኃል: ሁላችሁም ተጋብዛችኃል ተባረኩ።

#EmpoweringGeneration #EECMY #SouthCentralEthiopiaSynod #ChildrenMinistry  #Teenagers #Hawassa
@MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
***የወጣቶች የወንጌል ስርጭት እንቅስቃሴ- በሻኪሶ
***Youth Evangelism Movement in EECMY-AGS- Shakiso
===
የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ በአዶላ ገናሌ ሲኖዶስ: ከኦዶ ሻኪሶ ሰበካ ማ/ምዕመናናት የተወጣጡ ወጣቶች እና የወጣቶች አገልግሎት መሪዎች በሻኪሶ ከተማ የተሰጠውን ሁለንተናዊ የወጣቶች አገልግሎት ስልጠና ካጠናቀቁ በኋላ በሻኪሶ ከተማ በመዟዟር ለብዙዎች ወንጌልን መስክረዋል: በዚህም የወንጌል ምስክርነት አገልግሎት ብዙዎች ወንጌልን ሰምተዋል:: ስልጠናውን ሲሰጡ የነበሩት የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር Wondmagegn Udessa Bidire ከወጣቶቹ ጋር በመሆን በወንጌል ምስክርነት አገልግሎት የተሳተፉ ሲሆን: በከተማው አደባባይም ስለ እግዚአብሔር ፍቅር እና የክርስቶስ አዳኝነት ላይ ትኩረት በማድረግ ወንጌል ሰብከዋል:: በቤተክርስቲያኒቱ አቅዳ እየሰራችበት ባለው መሰረት:
ይህ የወንጌል ስርጭት እንቅስቃሴ ተጠናክሮ የሚቀጥል ይሆናል::

''ሰዎች ሁሉ ሊድኑና እውነቱን ወደ ማወቅ ሊደርሱ በሚወድ በእግዚአብሔር በመድኃኒታችን ፊት መልካምና ደስ የሚያሰኝ ይህ ነው።''
1ጢሞቴዎስ 2:3-4
====
====
***Duula Dhuga Ba'umsa Wongeelaa Dargaggootaa, Shaakkisootti
===
WKWWMYI Sinoodoosii Adoolaa Gannaaleetti, dargaggootnii fi qindeessitootni tajaajila dargaggootaa sabakaa Oddoo Shaakkisoo irraa walitta qabamaniif, tajaajila hundagaleessa dargaggootaa magaalaa Shaakkisootti kennamaa ture erga xumuranii booda, magaalaa Shaakkisoo keessa naanna’uun wangeela labsaniiru, namoota hedduuttis Wongeela dhugaa bahaniiru. Leenjicha kennaa kan turan
Daarektarri Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa WKWWMYI Wondmagegn Udessa Bidire, dargaggoota waliin ta’uun tajaajila Wongeela dhugaa bahuu irratti hirmaataniiru, addabaabahii magaalaa Shaakkisoottis ergaa Jaalala Waaqayyoo fi Fayyisaa ta'uu Kiristoos irratti xiyyeeffate bu'uura godhachuun Wangeela lallabaniiru. Akkaataa karoora WKWWMYI karoorfattee irratti hojjachaa jirtuu, sochiin labsii Wangeelaa kun cimee kan itti fufu ta'a.
===========
===========

''Kun gaarii dha, fuula Waaqayyo fayyisaa keenya durattis fudhatamaa dha. Waaqayyo, namni hundinuu akka fayyu, dhugaa beekuu biras akka ga'u in fedha.'' 1Xim. 2:3-4

===
👉Youth Evangelism Movement in EECMY- AGS- Shakiso.

''This is good, and pleases God our Savior, who wants all people to be saved and to come to a knowledge of the truth.'' 1Tim. 2:3-4

#EECMY #Mission #Evangelism #Gospel #GreatCommission #Wangeela #ወንጌል
@eecmyyouthministry
Forwarded from EECMY Youth Ministry
***Daawwannaan Ijaarsa Mana Kitaabaa Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggootaa Taasifame, #Shaakkisoo
====
WKWWMYI, Sinoodoosii Adoolaa Gannaaleetti,  Sabakaa Oddoo Shaakkisootiin kan jalqabame Ijaarsi Mana Kitaabaa Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggootaa, waggaa lama dura bara 2022ALA'tti dhagaan bu'uuraa kaa’ame eegalamee gara xumuraatti dhiyaachaa jira. Ijaarsa isaas, Daarektarri Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa WKWWMYI Wondmagegn Udessa Bidire, Pirezidaantii Sinoodoosichaa Luba Geeloo Gololchaa, Daarektara Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Sinodoosichaa H.W Shibbiruu Cuuraa fi gaggeessitoota Sabakaa Oddoo Shaakkisoo waliin ta'uun daawwataniiru. Qajeelchaan hojii sabakichaa Lubni Maatiwoos Jiloo akka ibsanitti, adeemsi ijaarsaa kun bara 2017/ 2025ALA'tti xumuramuuf karoorfamee irratti hojjatamaa jira.

Kaayoon isaa akkaataa WKWWMYI karaa Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaatiin karoorfattee irratti hojjachaa jirtutti:

👉Ijoolleenii fi dargaggootni guddina hunda galeessa qabaatanii akka guddataniif kan gargaaru galma barumsaa fi leenjii qopheessuu,
👉Ijoollee fi dargaggoon keenya beekumsa hunda galeessa qabaatanii akka guddataniif kan gargaaru iddoo dhalootni itti dubbisu Mana Kitaabaa mijeessuu,
👉 Ijoollee fi dargaggoo keenyaaf bakka taphaa fi bashannanaa mijeessuu
👉Dhaloota dhufuuf ashaaraa gaarii kaa'uu...xiyyeeffannaa kan godhateedha.

Daarektarri Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo WKWWMY Wondmagegn daawwannaa booda, hojiin hojjatamaa ture dansaa/gaarii fi sinoodoosota kan birootiifis fakkeenya kan ta'u ta'uu ibsuudhaan hojii sinodoosichaa erga jajjabeessanii booda, namootni kan biroos mul'ata kana deeggaruudhaaf deeggarsa barbaachisu akka godhanuuf waamicha dhiyeessaniiru.

'..."Nuuti garboonni Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna Waaqayyo Gooftaan bantii waaqaa immoo nuuf qajeelcha;...' Nahamiyaa 2:20

***ሁለንተናዊ የልጆች እና የወጣቶች ቤተመጻህፍት ግንባታ ጉብኝት: በሻኪሶ
===
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ: በአዶላ ገናሌ ሲኖዶስ: በኦዶ ሻኪሶ ሰበካ በሰበካው ሴንተር ሻኪሶ ከተማ ከሁለት አመት በፊት በ2022እኤአ የመሰረት ድንጋይ የተቀመጠው ሁለንተናዊ የልጆች እና የወጣቶች አገልግሎት ቤተመጻህፍት ግንባታው ተጀምሮ በመልካም ሂደት ላይ ይገኛል:: የግንባታውንም ሂደት የኢ/ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ: የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሳ ከሲኖዶሱ ፕረዝደንት ቄስ ጌሎ ጎሎልቻ :  ከሲኖዶሱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወ/ዊ ሽብሩ ጩራ እና የሰበካው መሪዎች ጋር በመሆን ጎብኝተዋል:: የግንባታውም ሂደት በ2025እኤአ ለማጠናቀቅ ታቅዶ እየተሰራበት መሆኑን የሰበካው ሥራ መሪ ቄስ ማቴዎስ ጅሎ ገልጸዋል::

የሁለንተናዊ የልጆች እና የወጣቶች አገልግሎት ቤተመጻህፍት አላማው ቤተክርስቲያኒቱ በልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት በኩል አቅዳ እየሰራችበት ባለው መሰረት:
👉ልጆች እና ወጣቶችን በሁለንተናዊ ዕድገት ለማስታጠቅ የሚረዳ ፣የትምህርት እና የስልጠና ማዕከል እንዲሆን:
👉ልጆች እና ወጣቶች አዕምሯቸው በእውቀት ታንጾ: በጥበብ እንዲያድጉ የሚረዳ የማንበብያ ስፍራ (ሁለንተናዊ አገልግሎት የሚሰጥ ቤተ መጻህፍት)  ማደራጀት
👉ለልጆቾ እና ወጣቶች የሚሆን የተለያዬ መጫወቻ ያለው የመዝናኛ ስፍራ ማደራጀት:
👉የልጆችን እና የወጣቶችን አገልግሎት በኢኮኖሚ ለማጠናከር የሚረዳ ሁለገብ አገልግሎት እንዲሰጥ ታስቦ ይሰራል...
👉ለቀጣይ ትውልድ መልካም አሻራን ማስቀመጥ...

የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ከጉብኝቱ በኋላ: የተሰራው ስራ አበረታች መሆኑን እና ለሌሎች ሲኖዶሶች: ሰበኮች እና ማ/ምዕመናናት መልካም ምሳሌ መሆኑን ገልጸው የሲኖዶሱን መልካም ስራ ካበረታቱ በኋላ: ሌሎችም ራዕዩን ለማሳካት የተቻላቸውን ድጋፍ እንዲያደርጉ ጥሪ አድርገዋል::

===
''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን...'' ነህምያ 2:20


#ቤተመጻሕፍትን በሁሉም ማ/ም የማደራጀት ሥራ ተጠናክሮ ይቀጥላል። ልጆች እና ወጣቶቻችንን በእግዚአብሔር ቃል ለማስታጠቅ: በሁለንተናዊ ዕድገት ታንጸው እንዲያድጉ ለማድረግ ሁላችንም ተባብረን እንስራ!  ይሄ ሥራ እና አገልግሎት በሁሉም ሲኖዶሶች: ማ/ምዕመናናት ተጠናክሮ የሚቀጥል ይሆናል!

Hojiin manneen kitaabaa Waldaa Amantootaa hunda keessatti gurmeessuu fi jalqabsiisuu kun itti fufa. Ijoollee fi dargaggoota keenya Sagalee Waaqayyoo hidhachiisuuf: hundi keenya waliin taanee guddina hundagaleessaan waliin akka guddatan haa goonu!  Hojii fi tajaajilli kun sinoodoosota hunda keessatti cimee kan itti fufu ta’a.

#EECMY #AGS #Youth #Children #Library
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
#Visiting #UnityPark #Fellowship #friendship
ሀገርአቀፍ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች (ከሲኖዶሶች የመጡ) የአንድነት ፓርክን ሲጎበኙ...

Tajaajiltootni Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa biyyoolessaa WKWWMYI (Sinoodoosotarraa dhufan) paarkii tokkummaa yoo daawwatan...

#EECMY National Children and Youth Ministry Leaders (from Synods) visited Unity Park...

ሁለንተናዊ አገልግሎት ለልጆች እና ወጣቶች ሁለንተናዊ ለውጥ እና ዕድገት

TAJAAJILA HUNDAGALEESSA GUDDINAA FI JIRJIIRAMA HUNDAGALEESSA IJOOLLEE FI DARGAGGOO KEENYAAF!

Wholistic Ministry for holistic growth and transformation of our children and youth!

===
Fellowship, Training & Consultation Time of Children & Youth Ministry Leaders, from EECMY Synods, August 2024
👇👇👇
📷 📽 EECMY- Mekane Yesus TV (0911454205)
https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
#Visiting #UnityPark #Fellowship #friendship
ሀገርአቀፍ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች (ከሲኖዶሶች የመጡ) የአንድነት ፓርክን ሲጎበኙ...

Tajaajiltootni Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa biyyoolessaa WKWWMYI (Sinoodoosotarraa dhufan) paarkii tokkummaa yoo daawwatan...

#EECMY National Children and Youth Ministry Leaders (from Synods) visited Unity Park...

ሁለንተናዊ አገልግሎት ለልጆች እና ወጣቶች ሁለንተናዊ ለውጥ እና ዕድገት

TAJAAJILA HUNDAGALEESSA GUDDINAA FI JIRJIIRAMA HUNDAGALEESSA IJOOLLEE FI DARGAGGOO KEENYAAF!

Wholistic Ministry for holistic growth and transformation of our children and youth!

===
Fellowship, Training & Consultation Time of Children & Youth Ministry Leaders, from EECMY Synods, August 2024
👇👇👇
📷 📽 EECMY- Mekane Yesus TV (0911454205)
https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
***ከአዲስ አበባ እና ከሸገር ከተሞች ለተወጣጡ የማዕከላዊ ኢት. ሲኖዶስ የልጆች እና ወጣቶች አገልጋዮች ስልጠና ተሰጠ
***Tajaajiltoota Ijoollee fi Dargaggootaa Sinoodoosii G/G Itoophiyaa Magaalota Finfinnee fi Shaggar irraa dhufaniif leenjiin kenname
*** Holistic Training for Children and Youth Ministers of Central Ethiopia Synod- from Addis Ababa & Sheger City Congregations
===
ማደግህ በነገር ሁሉ ይገለጥ እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (1ጢሞ. 4፡15) ልጆች እና ወጣቶቻችን በሁለንተዊ መልኩ ታንጸው እንዲያድጉ: የተፈጠሩበትን ዓላማ ለይተው: እግዚአብሔር በውስጣቸው ባስቀመጠው ልዩ የተፈጥሮ ችሎታ እና መንፈሳዊ ጸጋ መልካም ተጽዕኖ ፈጥረው ለትውልድ በረከት እንዲሆኑ: በተጨማሪም የ21ኛውን ክ/ዘመን ተረድተው በመልካም ተጽዕኖ መፍጠር እንዲችሉ ከአዲስ አበባ እና ከሸገር ከተሞች ለተወጣጡ የማዕከላዊ ኢት. ሲኖዶስ ማ/ምዕመናናት የልጆች እና ወጣቶች አገልጋዮች ከሲኖዶሱ ጋር በመተባበር በዋናው ጽ/ቤት የልጆች እና ወጣቶች መምሪያ በኩል
5ኪሎ በሚገኘው በአዲስ አበባ መካነ ኢየሱስ ስልጠና ተሰጥቷል:: በስልጠናው ለተሳተፉት ሰልጣኞች ለልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት የሚጠቅሙ የልጆች መጽሐፍ ቅዱሶች: Bible Commentary, እና ለደቀመዛሙርትነት እና ለሌሎች ለቤተክርስቲያን ስነ መለኮታዊ አስተምህሮ የሚረዱ የተለያዩ መጽሐፍቶች በመምሪያው በኩል በድጋፍ መልክ ተሰጥቷቸዋል:: ለቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት የመንፈሳዊ መጽሐፍት ድጋፍ የሚያደርጉ የ'Lutheran Heritage Foundation' የኢትዮጵያ ዳይሬክተር አቶ ደረጀ ጥላሁን በስልጠናው ቦታ በመገኘት ስለ ስለ መጽሐፍቶቹ እና አጠቃቀማቸው አጭር ገለጻ አድርገዋል::

የሲኖዶሱ መሪዎችም በስልጠናው ላይ በመገኘት የልጆች እና ወጣቶችን አገልግሎት ጊዜው በሚፈልግ መልኩ ለማሳደግ ስልጠናው አስፈላጊ መሆኑን ገልጸው: ሰልጣኞች በወሰዱት ስልጠና መሰረት ወደ ተግባር መቀየር እንዳለባቸው አጽንኦት ሰጥተው መልዕክት አስተላልፈዋል:: ለተቀሩት የሲኖዶሱ ክላስተሮች እና ሌሎች ሲኖዶሶች ከሲኖዶሶች ጋር በመተባበር የሚሰጥ ይሆናል:: የሲኖዶሱ መሪዎችም በስልጠናው ላይ በመገኘት የልጆች እና ወጣቶችን አገልግሎት ጊዜው በሚፈልግ መልኩ ለማሳደግ ስልጠናው አስፈላጊ መሆኑን ገልጸው: ሰልጣኞች በወሰዱት ስልጠና መሰረት ወደ ተግባር መቀየር እንዳለባቸው አጽንኦት ሰጥተው መልዕክት አስተላልፈዋል:: ለተቀሩት የሲኖዶሱ ክላስተሮች እና ሌሎች ሲኖዶሶች ከሲኖዶሶች ጋር በመተባበር የሚሰጥ ይሆናል::

===
Tajaajiltoota Ijoollee fi Dargaggootaa Sinoodoosii G/G Itoophiyaa Magaalota Finfinnee fi Shaggar irraa dhufaniif leenjiin kenname
***
Guddinnikee kallattii hundumaa haa mul'atu akkuma jedhu Sagaleen Waaqayyoo (1Xim. 4:15), ijoollee fi dargaggootni keenya guddinni isaanii karaa hundumaan, hunda-galeessa akka ta’uuf, ijoollee fi dargaggootni kaayoo Waaqayyo isaan uumeef adda baafatanee, kennaa fi dandeettii addaa Inni isaaniif kenneen dhiibbaa gaarii uumanii dhalootaaf eebba akka ta'anuuf, jaarraa 21ffaa beekanii, baricha bituu fi baricha keessatti dhiibbaa gaarii uumuu akka danda'anii tajaajiltoota ijoollee fi dargaggootaa Sinoodoosii G/galeessa Itoophiyaa, Waldaa Amantootaa Magaalota Finfinnee fi Shaggar irraa dhufaniif sinoodoosicha waliin ta'uun karaa Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa WKWWMYI'tiin Waldaa Makaana Yesuus Addis Ababaa naannoo kiiloo 5'tti argamutti leenjiin kennameera.
Leenjifamtoota leenjii kana irratti hirmaataniif tajaajila ijoollee fi dargaggootaaf kan fayyadu : Kitaabni Qulqulluun ijoollee garagaraa, akkasumas kitaabonni adda addaa duuka bu’ummaa fi barsiisa bu'uura amantii Kiristaanaatiif gargaaran garagaraa karaa qajeelchichaatiin bifa gargaarsaatiin kennameefii jira.

Kitaabota hafuuraa tajaajila ijoollee fi dargaggootaa gargaaran garagaraatiin kan deeggarsa Waldattiif taasisan Dhaabbata 'Lutheran Heritage Foundation' Daarektara Itoophiyaa kan ta'an Obbo Darajjee Xilaahuun leenjicha irratti argamuun waa’ee kitaabotaa fi itti fayyadama isaanii irratti ibsa gabaabaa kennaniiru.
Hoggantoonni Sinodosichaas leenjicha irratti argamuun tajaajila daa’immanii fi dargaggootaa akka yeroon gaafatutti guddisuuf leenjichi barbaachisaa ta'uu ibsaniin booda, leenjifamtootni leenjii fudhatan kana hojiitti akka hiikan cimsanii ergaa dabarsaniiru. Leenjiin wal fakkaataan kilaastaroota sinoodoosichaa warra hafanii fi sinoodota kan biroottis walta’iinsaan kennamuu kan itti fufu ta'a.

===
===
*** Holistic Training for Children and Youth Ministry Coordinators @EECMY CES
📷: Olif Jira, EECMY- Digital Media Head
#EECMY #Youth #Leadership #Children #Family #Empowerment
https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
የልምድ ልውውጥ እና የመማማር ጊዜ በኦስሎ የኖርዌጂያን ሉተራን ሚስዮን ዋና መስሪያ ቤት ተደረገ
Experience Sharing Session was held at the headquarters of the Norwegian Lutheran Mission in Oslo, #EECMY #NLM #Youth

የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሳ በኖርዌይ ኦስሎ በሚገኘው የኖርዌጂያን ሉተራን ሚስዮን ዋና መስሪያ ቤት፡ ከወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ጋር የልምድ ልውውጥ እና የምክክር ጊዜ አድርገዋል፤ የወጣቶችን እና የልጆችን አገልግሎት ክፍሎች እና ስራዎቻቸውን ጎብኝተዋል፡፡ በቆይታቸውም በሀገር-አቀፍ ኖርዌጂያን ሉተራን ሚስዮን ኮንፈረንስ ላይ የሚሳተፉ ይሆናል፡፡ የኖርዌጂያን ሉተራን ሚስዮን ከ1948እኤአ ጀምሮ ከቤተክርስቲያኒቱ ጋር በሁለንተናዊ አገልግሎት አብሮ እየሰራ ያለ ከቀደምት እና መስራች የሚስዮን ተቋማት አንዱ እና ዋነኛው ነው፡፡

Wondmagegn Udessa, Director of the Department of Children and Youth Ministry of the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus, at the headquarters of the Norwegian Lutheran Mission in Oslo, Norway, had an exchange of experiences and a consultation with the youth ministry leaders. They visited youth and children's departments and their work. During his stay, he will participate in the Norwegian Lutheran Mission National Youth Conference. The Norwegian Lutheran Mission is one of the earliest and founding mission institutions that have been working with the Church in the holistic ministry of the church since 1948.

Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaatti, Daarektarri Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Wondimmaagany Uddeessaa, waajjira muummee dhaabbata Miisiyoonii Lutaraanii Noorweey, Osloo, Norweey’tti argamuudhaan, hoggantoota tajaajila dargaggootaa waliin yeroo marii fi muuxannoo wal jijjiiruu taasisaniiru. Yeroo marii boodas, kutaa tajaajila dargaggootaa fi ijoollee, akkasumas hojiilee isaanii daawwataniiru. Turtii isaanii kanaan Konfiraansii biyyoolessaa dargaggootaa NLM irratti kan hirmaatan ta’a. Dhaabbatni Miisiyoonii Lutaraanii Noorweey, dhaabbata miisyiyoonotaa jalqabaa fi hundeessitoota keessa tokko yoo ta’u, bara 1948 irraa eegalee tajaajila hundgaleessa irratti WKWWMYI waliin hojjechaa jira.

#EECMY #NLM #Ethiopia #Norway #Global #Mission
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus

https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
የምክክር ጊዜ ከኖርዌጂያን ሉተራን ሚስዮን ዋና መሪዎች ጋራ በኦስሎ ዋና መስሪያ ቤት ተደረገ

Consultation Session was held with the Top Leaders of the Norwegian Lutheran Mission in Oslo, #EECMY #NLM #Youth

የኢት./ወ/ቤ/ክ/መካነ ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሳ በኖርዌይ ኦስሎ በሚገኘው የኖርዌጂያን ሉተራን ሚስዮን ዋና መስሪያ ቤት፡ ከተቋሙ ዋና መሪዎች ጋራ የምክክር ጊዜ አድርገዋል:: በምክክሩም በቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ዙርያም ገለጻ አድርገዋል:: በቆይታቸውም በሀገር-አቀፍ ኖርዌጂያን ሉተራን ሚስዮን የወጣቶች ኮንፈረንስ ላይ የሚሳተፉ ይሆናል፡፡ የኖርዌጂያን ሉተራን ሚስዮን ከ1948እኤአ ጀምሮ ከቤተክርስቲያኒቱ ጋር በሁለንተናዊ አገልግሎት አብሮ እየሰራ ያለ ከቀደምት እና መስራች የሚስዮን ተቋማት አንዱ እና ዋነኛው ነው፡፡

Wondmagegn Udessa, Director of the Department of Children and Youth Ministry of the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus, at the headquarters of the Norwegian Lutheran Mission in Oslo, Norway, had a consultation with the Top NLM leaders. In the consultation, he also gave a presentation about the children and youth ministry of the church. During his stay, he will participate in the Norwegian Lutheran Mission National Youth Conference. The Norwegian Lutheran Mission is one of the earliest and founding mission institutions that have been working with the Church in the holistic ministry of the church since 1948.

Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaatti, Daarektarri Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Wondimmaagany Uddeessaa, waajjira muummee dhaabbata Miisiyoonii Lutaraanii Noorweey, Osloo, Norweey’tti argamuudhaan, hoggantoota olaanoo dhaabbatichaa waliigalaa waliin marii taasisaniiru. Yeroo marichaattis, waa'ee tajaajila ijoollee fi dargaggoo WKWWMYI irratti ibsa taasisaniiru. Turtii isaanii kanaan Konfiraansii biyyoolessaa dargaggootaa NLM irratti kan hirmaatan ta’a. Dhaabbatni Miisiyoonii Lutaraanii Noorweey, dhaabbata miisyiyoonotaa jalqabaa fi hundeessitoota keessa tokko yoo ta’u, bara 1948 irraa eegalee tajaajila hundgaleessa irratti WKWWMYI waliin hojjechaa jira.

#EECMY #NLM #Ethiopia #Norway #Global #Mission