Forwarded from Barruulee
Dhugaan hadhooftuun jiru:
Jireenyi ulfaataadha, garuu humna dhala namaatiin ol miti! β
β€34π₯1π₯°1
Afeerraa gaarii kana simadhaa!π₯
Beekumsa seeraa fi wantoota seera faana wal qabatan tola iddooma jirtanitti argachuuf 'channel' kana seenaa hordofaa! π₯
Beekumsa seeraa fi wantoota seera faana wal qabatan tola iddooma jirtanitti argachuuf 'channel' kana seenaa hordofaa! π₯
β€1π1
Forwarded from Barruulee
Gaaf-tokko guyyaan tokko dhuftee guyyootii kee hafan mara jijjiirti!
πΆββοΈ
πΆββοΈ
β€38π₯1
Waan ati obsitee mataakee gadi qabattee kaayyokee milkeessuf ta'a jirtu si male eenyu illee sii hin hubatu
β€28π4
Amma uuman guyyaa si kennaa jirutti abdii hin kutin innii iyyuu utuu abdii sirraa hin kutin hara'as yaali jedhe carraa sii kennaa jira.
@moufi
@moufi
β€25π3
Mirga sooromuu qabda!
( Jechan hiriyaa koo irraa dhaga'ee jaalladhe!) π₯
( Jechan hiriyaa koo irraa dhaga'ee jaalladhe!) π₯
π11β€5
Gorsa namoota milkaa'ina barbaadaniif mara;
1. Hiriyaa milkaa'ina ati feetu bira qaqqabe tokko qabaadhu.
2. Guyyaa guyyaatti beekumsa milkaa'ina keetiif si barbaachisu keessaa yoo xiqqaate tokko hojiitti hiiki.
3. Har'a jalqabi; boriif beellama hin qabatin.
4. Bakka oolmaa keetii geeddari.
5. Osoo hin ciisin mul'ata kee sammuu keessatti kaafadhu!

β€17π6π3
Forwarded from Barruulee
Namoonni gaafa si hubachuu dadhaban akka gowwaatti si lakkaa'u!
Carl Jung ββ€15π2
β€18π2
'Transfer' godheen nyaadha jettee manaa baatee gaafa 'connection' si rakkisu...π³
π₯1
Forwarded from Abbaa Alangaa Feeben Yoonaasπͺ (Feenaan Fufaa)
Qarshii kaffaluu osoo hin qabaatin nyaata ajajuun nama gaafachisa.
Akkaata seera yakka kwt.859 tiin namni kammiyyuu kaffaluu akka hin dandeenye osoo beekuu manneen nyaata,mana bunaa,hoteelota ykn manneen ciisichaa tajaajila Kennan keessaa seene nyaatawwaan,dhugaatiwwaan,yykn faayidaalee akaakuu kammiyyuu kan ajaje kan argate yoo ta'e adabbii maallaqa ykn hidhaa mana turmaatan jia tokko hin caalleen ni adabama.βοΈ Hubannoo seera argachuuf garee kanaaf miseensa ta'a.

β€12
Yaris compact
Model 2008
Pallet A7****
Code 2
Transmission Automati
Price call 0995689764
Model 2008
Pallet A7****
Code 2
Transmission Automati
Price call 0995689764
β€2
β€3