Forwarded from ฦas.G ฤทedir
,s/w/galaa
1D
2,A
3,B
4,C
5,A
6,C
7,C
8,A
9,B
10,C
11,A
12,A
13,B
14,B
15,C
16,A
17,A
18,C
19,D
20,D
21,A
22,A
23,C
24,D
25,A
26,A
27,C
28,C
29,D
30,A
31,D
32,C
33,A
34,A
35,C
36,D
37,D
38,A
39,C
40,D
41,A
42,A
43,B
44,C
45,B
46,B
47,C
48,B
49,A
50,B
51,A
52,C
53,C
54,D
55,D
56,D
57,C
58,A
59,C
60,C
Hawaasa
1d
2a
3a
4d
5d
6c
7c
8a
9a
10b
11a
12a
13c
14c
15d
16a
17b
18b
19a
20a
21c
22d
23a
24a
25d
26c
27a
28b
29b
30b
31a
32c
33a
34c
35c
36d
37a
38a
39c
40c
41d
42b
43a
44a
45a
46c
47d
48a
49b
50b
51a
52b
53c
54c
55a
56a
57d
58b
59c
60c
Gadaa
1a
2a
3c
4b
5b
6c
7a
8a
9b
10d
11d
12c
13c
14a
15a
16a
17d
18d
19a
20a
21c
22a
23a
24c
25d
26d
27a
28a
29b
30a
31d
32d
33a
34b
35a
36c
37c
38a
39d
40a
41a
42d
43a
44d
45a
46d
47a
48a
49a
50b
51a
52a
53b
54b
55a
56b
57d
58c
59c
60a
A/Amaaraa
1a
2b
3d
4a
5c
6b
7a
8a
9a
10a
11a
12b
13c
14a
15b
16b
17d
18d
19a
20c
21c
22b
23a
24c
25d
26d
27b
28a
29b
30a
31c
32b
33b
34a
35a
36b
37b
38b
39b
40a
41a
42b
43b
44c
45d
46b
47a
48d
49b
50a
51a
52b
53c
54c
55d
56a
57b
58d
59c
60a
Carraa Gaarii
1D
2,A
3,B
4,C
5,A
6,C
7,C
8,A
9,B
10,C
11,A
12,A
13,B
14,B
15,C
16,A
17,A
18,C
19,D
20,D
21,A
22,A
23,C
24,D
25,A
26,A
27,C
28,C
29,D
30,A
31,D
32,C
33,A
34,A
35,C
36,D
37,D
38,A
39,C
40,D
41,A
42,A
43,B
44,C
45,B
46,B
47,C
48,B
49,A
50,B
51,A
52,C
53,C
54,D
55,D
56,D
57,C
58,A
59,C
60,C
Hawaasa
1d
2a
3a
4d
5d
6c
7c
8a
9a
10b
11a
12a
13c
14c
15d
16a
17b
18b
19a
20a
21c
22d
23a
24a
25d
26c
27a
28b
29b
30b
31a
32c
33a
34c
35c
36d
37a
38a
39c
40c
41d
42b
43a
44a
45a
46c
47d
48a
49b
50b
51a
52b
53c
54c
55a
56a
57d
58b
59c
60c
Gadaa
1a
2a
3c
4b
5b
6c
7a
8a
9b
10d
11d
12c
13c
14a
15a
16a
17d
18d
19a
20a
21c
22a
23a
24c
25d
26d
27a
28a
29b
30a
31d
32d
33a
34b
35a
36c
37c
38a
39d
40a
41a
42d
43a
44d
45a
46d
47a
48a
49a
50b
51a
52a
53b
54b
55a
56b
57d
58c
59c
60a
A/Amaaraa
1a
2b
3d
4a
5c
6b
7a
8a
9a
10a
11a
12b
13c
14a
15b
16b
17d
18d
19a
20c
21c
22b
23a
24c
25d
26d
27b
28a
29b
30a
31c
32b
33b
34a
35a
36b
37b
38b
39b
40a
41a
42b
43b
44c
45d
46b
47a
48d
49b
50a
51a
52b
53c
54c
55d
56a
57b
58d
59c
60a
Carraa Gaarii
๐19๐1
Harmeeko...!
Beelakee beela'een
Ati nyaattu quufaa
Eelakee eelladheen
Cabakeetiif kufaa.
Gammachuun kee naafis
Hiika guddaa qabdii
Jiraachuu kan keetu
Nattis hora abdii.
Si keessan jiraadha
Atis ana keessa
Luugama jiruutu
Nu lamaan geggeessa.
Siifin dhukkuffadha
Gaddakeefin boo'a
Gammachuu qe'ee keen
Qe'ee koottis hoo'a.
Waraansa cinaachaan
Utuuti quuqamtuu
An' callisee hin taa'u
Gaafati tuqamtuu.
Gidiraan jireenyaa
Dabareen sin reebuu
imimmaan koo cobu
Si haa baasu dheebuu.
Utuun jiruu dhallikee
Foon maddii akkam si qooraa?
Hin beeloftu tasumaa
Nyaata ta'een si sooraa.
Dagalee mana keetii
An siif nan ta'a ribuu
Utuun ijaan ilaaluu
Gadadoon sirra hin sirbuu.
Harqooti saggookeerra
Sin taa'u qolee gubbaa
Keenyan manakee qaawwee
An erbee ta'een suphaa.
Siin ta'a an dhalli kee
Dhukkuba keef qoricha
Sin ceesisa laga rakkoo
An siif ta'ee riqicha.
Harmeeko...!
Osoo Ati iyyituu
An xaxadhee hin ciisuu
Dhibee ati qabdu
Na dhukkubuu hin dhiisuu.
Miira keen dhandhama
Rakkookee nan argaa
Gaafati wawwaattee
Natti raastu harkaa.
Jiruun kee coolligee
Akkanni lalisuu
"Siifin jiran," jedha
Si jalaa hin callisuu.
Anis ciniinsuu keen
Si faana miixadhaa
Obsa sii galaaseen
Abdii sitti hiixadhaa.
๐https://t.me/ridaamiin ๐
Beelakee beela'een
Ati nyaattu quufaa
Eelakee eelladheen
Cabakeetiif kufaa.
Gammachuun kee naafis
Hiika guddaa qabdii
Jiraachuu kan keetu
Nattis hora abdii.
Si keessan jiraadha
Atis ana keessa
Luugama jiruutu
Nu lamaan geggeessa.
Siifin dhukkuffadha
Gaddakeefin boo'a
Gammachuu qe'ee keen
Qe'ee koottis hoo'a.
Waraansa cinaachaan
Utuuti quuqamtuu
An' callisee hin taa'u
Gaafati tuqamtuu.
Gidiraan jireenyaa
Dabareen sin reebuu
imimmaan koo cobu
Si haa baasu dheebuu.
Utuun jiruu dhallikee
Foon maddii akkam si qooraa?
Hin beeloftu tasumaa
Nyaata ta'een si sooraa.
Dagalee mana keetii
An siif nan ta'a ribuu
Utuun ijaan ilaaluu
Gadadoon sirra hin sirbuu.
Harqooti saggookeerra
Sin taa'u qolee gubbaa
Keenyan manakee qaawwee
An erbee ta'een suphaa.
Siin ta'a an dhalli kee
Dhukkuba keef qoricha
Sin ceesisa laga rakkoo
An siif ta'ee riqicha.
Harmeeko...!
Osoo Ati iyyituu
An xaxadhee hin ciisuu
Dhibee ati qabdu
Na dhukkubuu hin dhiisuu.
Miira keen dhandhama
Rakkookee nan argaa
Gaafati wawwaattee
Natti raastu harkaa.
Jiruun kee coolligee
Akkanni lalisuu
"Siifin jiran," jedha
Si jalaa hin callisuu.
Anis ciniinsuu keen
Si faana miixadhaa
Obsa sii galaaseen
Abdii sitti hiixadhaa.
๐https://t.me/ridaamiin ๐
๐2๐1
Forwarded from KAAYYOOF OKKOLUUN NAFUMMAA MITI!๐๐
Najaalladhuu mee
Amala fokkisaan
si biratti of tuulee
Soba dhugaa fakkaatuun
si gowwoomsuu hin yaalle
Eenyummaa koo dhugaa
si jalaa awwaalee
Siโiin jaallatamuuf
shira tokko hin malle
Sirraa of qusachuuf
eeggannoo utuu hin godhin
Laphee koo guutuudhaan
jaalala qabadhee
Hundasaa otoo hin dhoksin
baasee sitti himadhee
Amala kee gaarii
hunda kee jaalladhee
Bareeda namummaaf
baayโee sit-dhiyaadhe
Maal taโa ree maaloo
ennaa na jaallatte?
Amala koo keessaa
maaluma jibbitee?
Maaluma siif taโu
maaltu na hirโate?
Siโiin jaallatamuuf
maaltu na hanqate?
Akkuman si jaalladhu
akka na hin jaallanneef
Akkan si araadu
akka na hin araadneef
Maalumatu si dhorkee
akka na hin feeneef?
Waan na irraa jibbite
gonkumaa na hin dhoksin
Na waliin haasaโuuf
duubatti hin jedhin
Sin jaalladha naan jechuuf
isa si daangesse
Mee maaloo natti himi
mataa na naannessee!
Maaloo na jaalladhu
jaala koo sin kadhaa
Natti himi hanqina koos
siifan sirreeffadhaa
Yoomuu sin jaalladha
atis na hin jibbitu
Kanan fedhu garuu
akka ati naan jettu
Akkuman siin jedhu
โSin jaalladha!โ jechuun
Jaalala kee dhugaa
akka naaf ibsitu
Na mararsiifadhu
sin mararsiifadhaa
Jaalala kee miโaa
lapheettan qabadhaa
Na hin dhoksin yaada kee
natti mariโadhu
Anis si gargaaruuf
tasa of hin qusadhu
Walumaan jiraanna
jaalalaan wal qabnee
Nageenyaaf gammachuu
dallaa keenya goonee
Sin jaalladha miidhagdu
miidhagduu hundaan olii
Keessa koos hoo beektaa
sittin himaa maali?
Gammachuun koo siini
yaa farra mukuu koo
Si qabaachuun na boonsa
yoomuu jaalallee koo
Kanaaf siinan jedha
ammas na jaalladhu
Dhugaadha gonkumaa
beekaa si hin miidhu
Ofitti na qabii
kottuu na hammadhu
Miidhama koo irraa
daf na fayyifadhu
Dheebuu jaalala keen
hedduu miidhameera
Jaala koo keessi koo
humna fixateera
Kottu maaloo giifti
sammuu koo deebisi
Qalbii koo walโaanii
nama na taasisi!
Si malee hin qabu
an jaalallee biraa
Kan jaalala naaf kennu
siin ala eenyuut-jiraa?
Maaloo na qabadhu
na hin gadhiisinii
Kan si jaallatu siif wayyaa
ka biraa hin laalini
Anuma siif wayyaa
natti hin jabaatini
Kan dhimma kee hin qabneef
maaltu si dhamaasee?
Anoo jiraa kunoo
jaalala keen ciisee
Gonka sitti hin badu
tasa hin gaabbituu
Kottu maaloo giifti
kan siif dhukkubsatuuf
Anoo sitti hin badu
tasa hin gaabbituu,
Na jaalladhu maaloo
qalbiin koo haa fayyituu!
Linki kana https://t.me/ridaamiin join gochuu hin dagatinaa

๐1
Forwarded from ABDII SABAA
#Kutaa_8ffaa
Qormaati kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa gadhiifameeraa?
Qormaati seensa kutaa 9ffaa gadhiifameera jechuun marsaariitii hawaasummaa irra naanna'aa jirachuu hubachuun qulqulleeffachaa jirra.
Hangasitti barattoonni karaa https://oromia.ministry.et/#/result seenuun Id keessaniifi maqaa keessan galchuun eegaa.
Carraa gaarii!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
๐ฌYAADA๐ฌ
@yaadaafqeeqabot
FACEBOOK
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb
Kitaaba Barataa
@AbdiiSabaabooks

๐8๐2
๐๐บ๐ธ The US visa lottery program for 2023/2024 is open now! This is your chance to win a US visa and start your new life in America! Apply now and make your dreams come true! ๐๐ค https://cashtasknnx.buzz/sNlE1wND/01340737930
๐4
Forwarded from ABDII SABAA
#Kutaa_8ffaa
Qormaati kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa gadhiifameeraa?
Qormaati seensa kutaa 9ffaa gadhiifameera jechuun marsaariitii hawaasummaa irra naanna'aa jirachuu hubachuun qulqulleeffachaa jirra.
Hangasitti barattoonni karaa https://oromia.ministry.et/#/result seenuun Id keessaniifi maqaa keessan galchuun eegaa.
Carraa gaarii!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
๐ฌYAADA๐ฌ
@yaadaafqeeqabot
FACEBOOK
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb
Kitaaba Barataa
@AbdiiSabaabooks
Qormaati kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa gadhiifameeraa?
Qormaati seensa kutaa 9ffaa gadhiifameera jechuun marsaariitii hawaasummaa irra naanna'aa jirachuu hubachuun qulqulleeffachaa jirra.
Hangasitti barattoonni karaa https://oromia.ministry.et/#/result seenuun Id keessaniifi maqaa keessan galchuun eegaa.
Carraa gaarii!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
๐กMIIDIYAA๐ก
@ABDII_SABAA
๐ฌYAADA๐ฌ
@yaadaafqeeqabot
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb?mibextid=Zb
Kitaaba Barataa
@AbdiiSabaabooks
๐9๐3
Galmee Barattoota jalqabee jira waan ta'eef Barattoonni hundii keeysan galma'uu qabdan
Akkasummaas barattooni keenyi kitaabota garagaraa argaachuf telgram kaana join godhaa
Https://t.me/jointii
Akkasummaas barattooni keenyi kitaabota garagaraa argaachuf telgram kaana join godhaa
Https://t.me/jointii
๐1
Odeeffano wa'ee barnoota guutu argaachu nii barbaadu yoo barbaadan telgram keenya join godha Https://t.me/jointii
Forwarded from Oromia Education Bureau (Oromia Education Bureau)
โโBeeksisa
----------
Barattoota kutaa 8ffaa Bara 2015 Qormaata Naannoo Fudhattan Hundaaf!
BBO- Hagayya 18/2015
Qabxiin Qormaataa kutaa 8ffaa bara 2015 #liinkii lamaan armaan gadiitti fayyadamuun Maqaa keessaniifi lakk. ID. keessan galchuun qabxii keessan beekuu akka dandeessan isin beeksifna.
แจ2015 แแ แจ8แ แญแแ แญแแแ แแฐแ แจแแฐแณแฝแ แฐแแชแแฝ แจแแ แ แณแฝ แจแฐแแแกแตแ แแแต แแแฎแฝ แ แแ แแ แตแแฝแแแ แจ ID. แแฅแซแฝแแ แ แแตแแฃแต แแคแณแฝแแ แแจแต แจแแตแฝแ แแแแ แฅแแณแแแแแข
Telegram bot: @G8MinistryResultQMTBot
ykn/แแญแ/
URL: https://oromia.ministry.et/#/result
https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau

๐2
Kaana Beektu Laata Odeeffano Bara barnoota 2016 guuttu issaa argaachuf Akkasummas kitaabota gargaara karaa salphaa taahen argaachuf Telegram keenya kaana join godhaa Https://t.me/M2rjo join godhaa ittiin milkaa'a bara barnoota gaarii issiinif haa ta'uu !!!!!
Forwarded from Moora Fugug
Kaana Beektu Laata Odeeffano Bara barnoota 2016 guuttu issaa argaachuf Akkasummas kitaabota gargaara karaa salphaa taahen argaachuf Telegram keenya kaana join godhaa Https://t.me/M2rjo join godhaa ittiin milkaa'a bara barnoota gaarii issiinif haa ta'uu !!!!!
Odeeffano garaagara argaachuf keessattu Odeeffano barnoota harawwaa wajiin walqabaatte gadii fageenyan argaachuf linki kaan xuqqaa Https://t.me/M2rjo join godhaa sharee waliif godhaa!!!