亗 ORO LIVERPOOL 亗
1.59K subscribers
1.8K photos
35 videos
4 files
1.06K links
❤️ YOU'LL NEVER WALK ALONE ❤️
Download Telegram
Tabacha jira
Daqiiqaa 4 dabalameera
Akka szoboslai itti miilasaa hidhatee taphachaa jiru baayyee nama sodaachisa.
Taphnii boqonnaa duraa xumurame
🔥 Tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 11ffaa – Tapha Eegama torbee kanaa

             ⏰ Boqannaa

  🏴󐁧󐁢 Liivarpuul 2-0 Maanchistar Yunaayitid 🏴󐁧󐁢󐁥󐁮󐁧󐁿
   #Szoboszlai 10'
   #Wirtz 13' .

❗️❗️❗️❗️❗️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Liverpool_FC5    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @Liverpool_FC5

🟢#ORL CHOICE OF ALL

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤3
Taphna Boqannaa dura akkamiiti ilaltaan family

❗️❗️❗️❗️❗️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Liverpool_FC5    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Liverpool_FC5

🟢#ORL CHOICE OF ALL

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍1
Statistics tapha guutuu


#ORL CHOICE OF ALL

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍1
🔥 Hirmaannaa Goolii fi Assistii (G+A) Taphattoota Liverpool Hunda – Season 2026/27! 🔴⚽️
Tapha har'a Liverpool 4 - 0 Manchester United injifate booda, taphattoonni garee kanaa dorgommiiwwan hunda keessatti (Premier League, Champions League & Carabao Cup) goolii fi assistii galmeessisan kanneen armaan gadiiti:
1️⃣ Alexander Isak – 9 (⚽️ 8 | 🅰️ 1)
1️⃣ Cody Gakpo – 9 (⚽️ 3 | 🅰️ 6)
3️⃣ Florian Wirtz – 8 (⚽️ 3 | 🅰️ 5)
4️⃣ Bradley Barcola – 7 (⚽️ 3 | 🅰️ 4)
5️⃣ Alexis Mac Allister – 6 (⚽️ 5 | 🅰️ 1)
6️⃣ Dominik Szoboszlai – 5 (⚽️ 4 | 🅰️ 1)
7️⃣ Víctor Muñoz – 3 (⚽️ 3 | 🅰️ 0)
7️⃣ Ronald Araújo – 3 (⚽️ 2 | 🅰️ 1)
7️⃣ Rio Ngumoha – 3 (⚽️ 1 | 🅰️ 2)
7️⃣ Jeremie Frimpong – 3 (⚽️ 1 | 🅰️ 2)
7️⃣ Kostas Tsimikas – 3 (⚽️ 0 | 🅰️ 3)
1️⃣2️⃣ Lewis Koumas – 2 (⚽️ 1 | 🅰️ 1)
1️⃣3️⃣ Trey Nyoni – 1 (⚽️ 1 | 🅰️ 0)
1️⃣3️⃣ Ryan Gravenberch – 1 (⚽️ 0 | 🅰️ 1

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Liverpool_FC5    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Liverpool_FC5

🟢#ORL CHOICE OF ALL

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍1
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇

Bot: @mysearch
Channel: @MySearchANN
Group: @MySearch01
🔜 Tapha Itti Aanu

🇪🇺 Sagantaa Marsaa 5ffaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa

🔵 Club Brugge Vs Liverpool 🔴

📆 Roobii, Sadaasa 16

⏰ Galgala sa'aatii 5:00

🏟️ Istaadiyeemii Jan Breydel

📱 Tamsaasa kallattii Oro Liverpool irratti

Injifannoo boonsaa kilaba guddichaa Ingilaand Liverpool'f!🔥

🔴SHARE➪  |@Liverpool_FC5
🔴SHARE➪  |@Liverpool_FC5

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲      🔕        ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍1
🔥 SEENAA HAARAA LIIVARPUUL KEESSATTI! 🔥
Dargaggeessi ganna 18 Riyoo Nguumoohaa (Rio Ngumoha) maqaa isaa seenaa kilabichaa keessatti galmeessuu itti fufeera! 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿✨
✅ Goolii: Seenaa Liivarpuul keessatti taphataa umurii xiqqaadhaan goolii galche.
✅ Hiriira Jalqabaa: Dorgommii seera qabeessaa irratti taphataa umurii xiqqaadhaan hiriira dhaabbataa ta'ee seene.
✅ Waltajjii Awurooppaa: Seenaa kilabichaa keessatti dorgommii Awurooppaa irratti taphataa umurii xiqqaadhaan hirmaate.
✅ Shaampiyoonsi Liigii: Taphataa umurii xiqqaadhaan kubbaa goolii ta'u mijeessee kenne (asiistii godhe).
✅ Piriimiyer Liigii: Taphataa umurii xiqqaadhaan goolii galchee fi asiistii godhe

❗️❗️❗️❗️❗️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Liverpool_FC5    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Liverpool_FC5

🟢#ORL CHOICE OF ALL

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍1
🚨🆕| Bara dorgommii 2021/22 irraa kaasee taphattoota rukuttaa adabbii (free kick) baay'ee galchan keessaa, Szoboszlai Messiitti aanee lammaffaa ta'uu danda'eera 🔥

🇦🇷| Lionel Messi: 22
🇭🇺| Dominik Szoboszlai: 10
🇵🇹| Cristiano Ronaldo: 8
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿| James Ward-Prowse: 7

🔴SHARE➪  |@Liverpool_FC5
🔴SHARE➪  |@Liverpool_FC5

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲      🔕        ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍1
亗 ORO LIVERPOOL 亗
🔥 SEENAA HAARAA LIIVARPUUL KEESSATTI! 🔥 Dargaggeessi ganna 18 Riyoo Nguumoohaa (Rio Ngumoha) maqaa isaa seenaa kilabichaa keessatti galmeessuu itti fufeera! 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿✨ ✅ Goolii: Seenaa Liivarpuul keessatti taphataa umurii xiqqaadhaan goolii galche. ✅ Hiriira…
Rio record breaker

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Liverpool_FC5    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄  @Liverpool_FC5

#ORL CHOICE OF ALL

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🔥1
🎙 WAA'EE FILOORIYAAN WIIRTIZ (FLORIAN WIRTZ) MAAL JEDHAME? 🔴
Tapha dinqisiisaa Wiirtiz agarsiise booda, xiinxaltoonni beekamoon Jeemii Kaaraagar fi Gaarii Neevil yaada cimaa kennaniiru:
🗣️ Jeemii Kaaraagar:
“Nuti qeeqxota Wiirtiz miti, yaada keenya qofa ibsina. Har’a garuu dinqisiisaa ture! Torban torbaniin akka har’aa kana goolii fi asiistii galchuu baatus, tapha hunda irratti sochii garee irratti dhiibbaa guddaa uumuu qaba. Maaliyaa Liivarpuul keessatti waan guddaan isa irraa eegama.”

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Liverpool_FC5    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Liverpool_FC5

🟢#ORL CHOICE OF ALL

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍1
亗 ORO LIVERPOOL 亗
🎙 WAA'EE FILOORIYAAN WIIRTIZ (FLORIAN WIRTZ) MAAL JEDHAME? 🔴 Tapha dinqisiisaa Wiirtiz agarsiise booda, xiinxaltoonni beekamoon Jeemii Kaaraagar fi Gaarii Neevil yaada cimaa kennaniiru: 🗣️ Jeemii Kaaraagar: “Nuti qeeqxota Wiirtiz miti, yaada keenya qofa ibsina.…
🗣️ Gaarii Neevil:
“Kun qeequu osoo hin taane, safartuu Liivarpuuliti! Dirree irratti Saalaah, Maanee fi Daalgilish argineerra. Liivarpuul waancaa Piriimiyer Liigii mo’achuu yoo barbaade, taphataan £115M bitame kun goolii 15 fi asiistii 15 galchuu qaba. Sadarkaa Baayer Leevarkuuzenitti qabu sana asittis agarsiisuu qaba!”

👇 Isin hoo maal jettu?

Wiirtiz safartuu Saalaah fi Maanee bira gahuu ni danda'aa? Yaada keessan nuuf qoodaa!

❗️❗️❗️❗️❗️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Liverpool_FC5    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @Liverpool_FC5

🟢#ORL CHOICE OF ALL

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍1
Kallessaa, Wirtiz carraa galchii Manchester Yuunaayitid caalaa uumeera 🔥

Wirtiz: 10
Manchister Yuunaayitid :9 😬

What a player 🤯

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Liverpool_FC5    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄  @Liverpool_FC5

#ORL CHOICE OF ALL

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍1
Maanchistar Yunaayitid tapha Liivarpuul waliin taasisaniin kaardii diimaa Leenii Yooroof kennameef ol’iyyannoo dhiyeessuuf akka yaadan Waldaa Kubbaa Miilaa Ingilizii beeksisaniiru.

[skysports]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 @Liverpool_FC5    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄  @Liverpool_FC5

#ORL CHOICE OF ALL

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👍1