πŽπ‘πŽ πŒπŽπ“πˆπ•π€π“πˆπŽπ π•πŽπˆπ‚π„
934 subscribers
1.06K photos
21 videos
36 files
167 links
Oro Airdrop Hunters πŸ₯°

⚑️Channel jalqaba Afan Oromo odeeffannoo jechotaa honnachiso waan barbachisaan kamiyyuu Saffisaan isin biran ga'uf qophii xumuree jira.

Kan adda nu godhuu!

🚩 Channel kana irratti jechota Soba kam iyyuu hin argatan.
Download Telegram
βœ”οΈNamooti paws keessan exchange irra isinif hin galle website paws keessa seenun check godhaa onchain eegaluuf jedha !

Paws link website ➑️https://paws.community/app/dashboard
paws call-auction

Buy $0.002
Sell $0.005

Namoonni sell and buy gatii Isaan ittin gochaa jiranidha.
❀1
CRYPTO MARKET UPDATE 🌎 !!!

πŸͺ™ Current Prices: 

πŸ€‘$BTC = $95.9K
πŸ€‘$ETH = $1843
πŸ€‘$SOL = $146
πŸ€‘$TON = $3.10
🐾$PAWS = $0.000094

TON Ecosystem Token Prices (with ATHs )

$PX = $0.076 (ATH: $0.77) 
$NOT = $0.0022 (ATH: $0.027) 
$MAJOR = $0.16 (ATH: $1.7) 
$DOGS = $0.00014  (ATH: $0.0016)
$HMSTR = $0.0026 (ATH: $0.0085)
πŸ€‘ BLUM - Hojjechaa jirtu moo dagattaniittu?

➑️ Telegram Airdrop ani amanee hojjechaa ture keessaa kan ganaa list ta'u BLUM kana qofa!

βœ”οΈTicket 🎟 qabdanitti fayyadamaa guyyaa lama booda expired taha sababa taheef

➑️ Akka roadmap isaaniitti Blum ganna kana list ni ta'a!

βœ”οΈ Garuu token argachuuf ykn eligible ta'uuf ulaagaa 3 kaa'anii jiru:

1) Blum balance 100K ol
2) Proof of Activity(PoA) task hojjechuu(Task kana hin hojjenne yoo ta'emmoo Memepoint 750 fi isaa ol qabaachuu)
3) Refer 2 fi isaa ol qabaachuu
❀3
HACHALU HUNDESSA

JUNE 29 πŸ˜­πŸ’”
1986 - 2020
_
Hace week πŸ’”

'' Ani Oromoof Qaaliidha ''
_----------------__

Yomiyu tanani siin daganu Hacekoo πŸ™

Seena rimii hin nyattu πŸ™πŸ’”
❀1πŸ₯°1
Channel Gurgurachuu kannen barbadaniif!

Namoonni Channalii Kessaan Gara Qarshii Jijirachuu barbadaniif

Channalii Miseensa 1k Ol Qabu Gaatii Madalawaan ni binna!

Namonni Channalii Qabdan
Ammuma keessan nu dubbisuun gurguradhaa!!

@Oldgroup2015_2023
@Oldgroup2015_2023
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
πŸ€–New Bot

πŸŽ‰Namooti group member 300 ol qabdan carraa kanatti fayyadamaa πŸ’―Dhugaadha check godheera

Akkaata hojisaa akkami ?⬇️

1️⃣●Bot dhaf admin laattu
2️⃣●invite link isinif kenna invite link keessan nama affeertu nama tokko irra $100 argachu dandeessu

πŸ’‘Wan isin rakkisef video ilaalaa comment jelattis nu gaafachu dandeessu

🚨Bot itti add gootan sanaf permission admin hunda kennaafii !


πŸ”΄START

https://t.me/t22_robot?start=ref_2004249062
❀1
Hello familyπŸ’₯πŸ’₯

πŸ””Kana dura bot kana isinf maxxanseen ture .

πŸ’₯Bot kana irrati amman dura group irratti admin keenu dhan kan TON badhaasa ture dha.

⚑️Amma ammoti channel irratti admin kennudhan ammas badhaasa TON keennu eegalera.

πŸ‘‰Akkaatan isin ittin admin gochuu dandeessanis profile bot icha tuquun step suura irra jiru hordofaa.πŸ‘

Amma jalqaba guys
Link πŸ‘‰
https://t.me/t22_robot?start=ref_2004249062

⚠️
#HuB
Channel keessan irratti active ta'un maxxansa garaagaraa maxxansu hin dagatina, darbes channel keessan subscriber 300 fi sana ol qabaachuu qaba.
βž•Hordoftoota amantii kiristaana hundumaaf, baga guyyaa dhaloota gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin ga'e.

Ayyaanni kan nagaa, kan jaalalaa fi kan tokkuummaa isiiniif haa ta'u.

Ayyaana GaariiπŸŽ„βœοΈ
πŸ”₯3πŸ‘3
Milkaa’ina Ijaaruuf: Hojii Xiqqaa Guyyaa Guyyaan fi Obsa Walitti Fufiinsa Qabuun Hojjadhuu dha

1. Kaayyoo Ifaa Qabaachuu
Milkaa’inaaf jalqabni kaayyoo ifaa qabaachuudha. Yoo bakka deemuu barbaaddu hin beekne ta’e, hojii guyyaa guyyaan hojjettu bu’aa hin qabaatu. Kaayyoo kee ifatti kaa’i; gabaabaa fi dheeraa adda baasi. Kun siif kallattii sirrii kenna, akkasumas hojii xiqqaa guyyaa guyyaan hojjettu gara milkaa’inaatti si geessa.

2. Hojii Xiqqaa Walitti Fufiinsa Qabu
Hojii guddaan yeroo tokko keessatti hin hojjatamu; garuu hojii xiqqaa guyyaa guyyaan walitti qabamuun bu’aa guddaa fida. Guyyaa guyyaan wanta xiqqaa tokko hojjechuun si guddisuuf bu’uura cimaa ta’a. Kunis milkaa’ina dhugaa ijaaruuf karaa sirrii dha.

3. Obsa Qabaachuu
Milkaa’inni yeroo fudhata. Namni dafanii bu’aa barbaadu yeroo hedduu abdii kutata. Garuu obsaan, yeroo rakkisaa keessa darbee, hojii itti fufuun si geessa bakka barbaadde. Obsi bu’uura milkaa’inaa keessaa isa guddaadha.

4. Barachuu Itti Fufiinsaan
Namni barachuu dhaabe guddina dhaaba. Guyyaa guyyaan waan haaraa barachuun, ogummaa kee dabaluun, si fooyyessa. Milkaa’inni namoota yeroo hunda of fooyyessan bira jira.

5. Ofitti Amanamummaa (Self-Confidence)
Yoo ofitti hin amanne, hojii kee keessatti jabaachuu hin dandeessu. Ofitti amanamummaan si kakaasa, si jajjabeessa, siifis humna itti fufiinsaa kenna. Milkaa’inni nama ofitti amanutti dhiyaata.

6. Rakkoo Irra Barachuu
Kufaatin dhuma miti; barnoota. Namni milkaa’e hundi kufaatii keessa darbeera. Garuu gara milkaa’inaatti deebi’ee ka’ee itti fufe. Rakkoo irraa barachuun si cimsa, si fooyyessa, gara sadarkaa itti aanu si geessa.

7. Yeroo Sirnaan Fayyadamuu
Yeroon qabeenya guddaadha. Namni yeroo isaa sirnaan fayyadamu hojii isaa saffisaan fi bu’a qabeessa taasisuu danda’a. Yeroo kee irratti xiyyeeffadhu, wanta hin barbaachifne irraa of qusadhu; kanaan milkaa’inaaf saffisaan siqta.

Xumura irratti milkaa’inni hojii guddaa tokko osoo hin taane, hojii xiqqaa guyyaa guyyaan hojjetamuun ijaarama. Obsa, kutannoo, fi hojii walitti fufiinsaa qabaachuun, tarkaanfii xiqqaa irraa ka’uun gara bu’aa guddaatti si geessa. Kanaafuu, har’a irraa eegali wanta xiqqaa hojjedhu, boru immoo bu’aa guddaa argita.
❀1