ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa 𓆩♡𓆪
34.4K subscribers
462 photos
10 videos
14 files
742 links
😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋
Download Telegram
➬ Hubannoon Beekumsaa Caalaa Gadii Fagoodha Namoonni Si Beekan Baa'yeedha Garuu Kan Si Hubatan Muraasa!⬇️

❶ Jireenyi Kennaa Jalqabaati!
❷ Jaalalli Isa Lammaffaatti!
❸ Hubachuun Immoo Isa Sadaffaadhaa!

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🌞
Bareedinni sammuu umrii wajjin dabalaa yoo deemuu
Bareedinni bifaa Garuu hir'ataa deema.

Waa Sadiin hin dhaadatin
1, Qabeenyaan❤️
2, Beekumsaan❤️
3, Bareedinaan❤️

🎉Bareedinni dhugaa of ta'anii argamuudha.

🎉Beekumsi guddaan of bulchuu danda'udha😘

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁

🎉Qabeenyi guddaan Beekumsa biyya fayyadu qabaachuudha😘
❤️Eid Mubaarak

Hordoftoota Amantaa Muslimaa Maraaf..!

Baga jala bultii ayyaana iid al-Adahaa Nagahaan geessan


:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
"Hidhaa umurii guutuun itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma mana jireenyaa isaa ga'een haati manaa isaa "miliquu kee television sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef.
*
Namichi kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota waamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee jira. Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti deebi'e😋
:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁
Shammarran tokko
tokko gaafii akkasii dhiisa
Namootatti kan murteessitu yoo ta'e, isaan jaallachuuf yeroo hin qabaattu.

😋
:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 😍
"Murtiin hanga ammaatti murteesse keessaa taniin yeroo cufa itti gammadu jireenya kiyya keessaa si baasuudhaa"



:¨·.·¨: 💘
 `·.  @jireenya_jaalalaa 💔
Hariiroon koo nama wajjiin akka baala mukaati...
kan na wajjiin hafe ni daraara; kan narraa kufe yoomuu hin deebi'u...!

@jireenya_jaalalaa 💔
The greatest evidence of love...)👇

Hariiroo namoota wajjiin qabdu keessatti... namni tokko si jaalatuu isaa ragaan guddaan ati mirkaneeffatuu dandeessu... yeroo wal dhabbii qabdanitti kabaja inni siif muldhisuudha....!
Wal dhaba keessan keessattis hanga hayyamameef bira kutuu dhabuudha ...!

Yeroon Wal dhabbiidhaa.... jaalala keessatti, yeroo qormaata dhugaa ati hiriyyaa kankee/tee ittiin qormaatuu dandeessuudha....!

Namni hunduu yeroo nagaa fi tasgabbiin jiru... haasawa jaalalaa kana ni mimmi'eessa... garuu yeroo wal dhibdeen gidduu isaaniitti argame.. dhibee keessa isaa jiru hargufata.

Jaalala keessaa inni guddaan....(The greatest degree of love is...)
nama jaalattuun hanga feetes walitti buutu.... garuu nageenyii fi tasgabbiin keessa keetitti dhagahamuudha...!

@jireenya_jaalalaa 💔
"Account Facebook sobaa banadheen haadha warraakoo waliin haasa'uu yoon eegalu, abbaan mana ishee baatii kudhan dura du'uu natti himte." 🙄

Isaa moo ishee balleese..?


@jireenya_jaalalaa 💔
Televisiyoonni #Albaaniyaa gaazexeesitoonni dubartootaa guntutasaanii bakkeetti mul'isaa oduu akka dubbisaniif gaafate. Kunis ammoo daawwattootni tv irra media hawaasaa wan filataniif gara tviiti harkisuudhaaf jedhameetuudha jedhame. Maddi media hawaasaati.
🫣


@jireenya_jaalalaa 💔
Ofuma koon soba,obseen of jabeessuus yaala nan dagadha xiqqoon irraanfadha garuu...😌

Takkammoo akka nama abjuu keessaa dammaquun of ilaaleen of arguu dhaba,ofan barbaada anumti kunuu ana miti,Ofittan hima garuu of amansiisuun natti cime.

Ofittan haasa’a ofin dhaga’u, ofin gaafadha deebii ofiif hin kennu Jireenya abjuun jiraadhe ergan Si dhabeen ofis dhabe...😌

@jireenya_jaalalaa 💔
Jaalalli kan ibsamuun jechoota mimmidhagoon osoo hin taane gochaani.


🚸 🌐 @Jireenya_jaalalaa 🌐
💉 Yeroo waan dhabde hedduu isaa qalbiidhaan of kennitee yaaddu, miirri ofii kun namaan dhidhimee qaama ofii namatti alagoomsee, eenyummaa ofii waliin walitti nama diinomsee, weerara yaadaatiin nama dhuunfata.

💉 Yeroo tokkotti, humna sanaan too'atamanii, jabina qaban, abdii qaban, dandeettii qaban, ofitti amanamummaa qaban hunda of harkaa harcaasanii ona ta'uun, duwwaa ta'uun, kophaa ta'uun nama dhuunfata.

💉 Waan of harkaa qaban dhabuun yeroo tokkotti daaraa nama godhee bubbeetti nama kenna. Keessumaa nama. Nama jechuun karaa tokko fira, karaa biraammoo diinas. Inni tokko dhimma anaa dhabee gaafa darbatee na bira darbu, inni biraan immoo "Anaan" jechuun haga humna isaa kufaatii na oolchuuf batattisa. Gaafa inni tokko dhugaa koo arguu dadhabee soba koo qofa odeessu, inni tokkommoo dhugaakoof abukaattoo dhabbata.

💉 Gaafa inni tokko tuffii, arrabsoo, abaarsa, nuffii, jibbaaf summii yaadaa waa'ee koorratti kuusaa oolu, inni biraan immoo, Zinnaara kabajaa, jaalalaa, ulfinaa, dinqisiifannaa, jajjabinaa,hamilee, hidhatee as bahee annisaadhaan na guuta.

💉 Kanaafi namarraa abdii kutuu wantin dadhabuuf. Hundayyuu jireenya ofii keessatti beekuun, arguun immoo akkam nama gammachiisa...? Garuu addunyaan keessoo dhala namaa buburreedha. Inni tokko keessi isaa summii ofitti ta'eetu, namaaf qooda. Wanti nuti qixa qabnu nama ta'uu qofa.

💉Kanaaf kan...! Nama itti of kennitu, nama jaalattu, nama jiraachuufii barbaaddu, nama yeroo mara ofbiraa qabaachuu feetu gaafa dhabdu miirri ofii kun waan qabnii dhiisan nama wallaalchisa. Agartuu ofii kun haguugamee homaa argee itti goruu wallaala.

💉Kana hunda keessatti garuu ati nama taatee dhaabbachuu qabda. Namni kaleessa ol fuudhee sibaachuu kajeelu hundi bor akkasana miti. Jijiiramaadha. Afaan kaleessa sijajeen deebi'ee si abaara. Afaan kaleessa si jabeesseen deebi'ee si mudhuksa. Afaan kaleessa gaarummaaf jabina kee himeen, bor dabaaf laafina kee odeessa. Kana keessatti garuu atiin ofitti araaramuu, dhiifama ofiif gochuu, dhiiftee tarkaanfachuuf qophaa'aa ta'uu qabda.

💉Jireenyi kee tarkaanfiikee waliin gaafa itti fufu, waan haaraan, namni haaraan fuuldurumatti si waliin itti fufa. Tokko deemu tokkotu dhufa.

💉Hagamuu jeeqamtu waan jeequmsa kee si dagachiisan, boqonnaa siif kennan, haalota sanarra si dabarsanitti xiyyeeffadhu. Murtii badii fidu murteessuuf yaaluurra, murtii ittiin of too'attuuf, of qabdu barbaaduutu fala. Amma garuu waan dhabde hunda yaaduurraa deebi'ii waan qabdu mara yaadi.

💉 Miirri kee warra kaleessaaf taatee kaleessaa ilaalee akkan of sindagachiifneef, waan fuulduratti ta'u har'a yaadaan itti qophaa'i. Namarratti haalarratti of dagattee gaaftokko akka tasaa kufta. Har'uma akkan kufnetti ofdanda'ii dhaabadhu.

💉 Yeroo ammaa kanatti anikun akka jechis gochis nan cabsineef, bakkaa nan sochoofnetti ejjeta toleen jira. Atis akka jechiif gochi hamoon humna si dhoowwan tasa hin'eeyyamin.

#Share & #Join
🚸
🌐 @Jireenya_jaalalaa 🌐
Intala dhiira lama janajjantu sana maqaa isii eenyu jedhanii waamu
.
.
.
#Bon_two🤣🤣

🌐 @Jireenya_jaalalaa 🌐
🙍‍♂️Haadha manaa jechuun seexana halkan halkan dhiiga kee xuuxxu dha

🙍‍♀️Abbaa manaa jechuun hantuuta halkan halkan bol’aatti fiiguu jechuudha.

😂😁😂🤣

🌐 @Jireenya_jaalalaa 🌐
Forwarded from HOPE PROMO
Saree lakkoofsa meeqa irra jirtutu aannan dursee argata?
𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥
⦿ Lakk - 1
⦿ Lakk - 2
⦿ Lakk - 3
⦿ Lakk - 4
Anuma xuuxxa malee, xuuxxee waa nan xuruursituu.

🌐 @Jireenya_jaalalaa 🌐
Love + Care = Mom
Love + Fear = Dad
Love + Fight = Brother
Love + Help = Sister
Love + Life = Life partner
#But
Love + Care + Help + Fear + Life + Fight = #Best_friend.❤️

🌐 @Jireenya_jaalalaa 🌐
Abjuun abdiif deeggarsa kenna ; Abdiin carraaqqii namaa kakaasa!

Carraaqqiin milkaa’ina argamsiisa. Kanaaf abjuun kee hundee milkaa'ina keeti Yeroo tokko tokko rakkoo keenya irratti xiyyeeffanna maddi humna keenya guddaan eessaa akka dhufu illee nii daganna wanti hundi dursee ganamuma barreeffamee jireenya keessatti wanti irra deebi'ee barreeffamu hin jiru!

Kanaaf har'a gammadii boonii jiraadhu kan hafe waaqayyoof dhiisi namni ati jaallatu yoo si hin jaalanne yoo si ganes abdii hin kutatin ati Waaqayyo jireenya kee dhukkubbii fi qorichaan tolcha!

🌐 @Jireenya_jaalalaa 🌐