Yeroo hundumaa hirriba koo kessatti abjuudhan, yeroon hirriba dammaquus yaanniko si bira jira.❤❤❤❤️🎋
⇣⇣
@ https://t.me/Jalalaadh
⇣⇣
@ https://t.me/Jalalaadh
Dhiironni torbanitti al sadii walqunnamtii saalaa raawwatan, carraa dhukkuba onnee fi dhiigni sammuu keessatti dhangala'uu isaanii dhibbeentaa 50n hir'isu. dubartoonni walqunnamtii saalaa mi'eeffatan ammoo, warra hin raawwanne caalaa umurii dheeraa kan jiraatan ta'uu, Doktoroonni tokko tokko ni dubbatu.
@ https://t.me/qaaliilromo
@ https://t.me/qaaliilromo
𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮 𝗷𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻
𝗪𝗮𝗹 𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂
𝘄𝗮𝗹 𝗱𝗵𝘂𝗻𝗴𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂
𝘀𝗶𝗻 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝗱𝗵𝗮 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻 𝗷𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗾𝗼𝗳𝗮𝗮 𝗺𝗶𝘁𝗶.
𝗮𝗻𝗮𝗮𝗳 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮 𝗷𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝘁𝗮𝗻 𝘀𝗮𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗻𝗮𝗺𝗮 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗾𝗮𝗯𝗻𝘂 𝘁𝗮𝗮𝗻𝗲𝗲 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝘂𝘂, 𝘄𝗮𝗹 𝘆𝗮𝗮𝗱𝘂𝘂 𝗳𝗶 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗳 𝘆𝗮𝗮𝗱𝘂𝘂, 𝘄𝗮𝗹 𝗱𝗵𝗮𝗴𝗮𝗵𝘂𝘂 𝗳𝗶 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗳 𝗱𝗵𝗮𝗴𝗮𝗵𝘂𝘂, 𝗯𝘂'𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗵𝗶𝗶 𝗷𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮 𝘄𝗮𝗹 𝗴𝗮𝗿𝗴𝗮𝗮𝗿𝘂𝘂, 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗴𝗮𝗱𝗱𝗮𝗮𝗳 𝗴𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝘄𝗮𝗹 𝗰𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗱𝗵𝗮𝗮𝗯𝗯𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮, 𝗺𝗶𝗶𝗿𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗵𝗮𝗻𝗶𝗶 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗳 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂, 𝗻𝗮𝗺𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗶𝘀𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗯𝗯𝗮𝗻𝗶𝗶 𝘆𝗼𝗼 𝗱𝘂𝗴𝗱𝗮 𝗶𝘀𝗶𝗻𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗴𝗮𝗿𝗮𝗴𝗮𝗹𝗰𝗵𝗮𝗻 𝗱𝘂𝗴𝗱𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘄𝗮𝗹 𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂, 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗴𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝘄𝗮𝗹𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗸𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗾𝗼𝗳𝗮 𝗼𝘀𝗼𝗼 𝗵𝗶𝗻 𝘁𝗮𝗮𝗻𝗲, 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗿𝗮𝗸𝗸𝗼𝗼𝘀 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗳 𝗸𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂, 𝗶𝗻𝗮𝗮𝗳𝘁𝗼𝘁𝗮 𝗺𝗼𝗼'𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂, 𝗺𝗶𝗶𝗿𝗮 𝗷𝗶𝗯𝗯𝗮𝗮 𝗺𝗼𝗼'𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮.
❤️ https://t.me/qaaliilromo ❤

Tokkotu Haadha warraa isaatiif qoricha bituuf kilinika deemeetu
Maaltu sidhukkuba jennaan
Cinaacha bitaakoo hin jedhu seetanii😂😂
@ https://t.me/qaaliilromo ❤️🌷
Maaltu sidhukkuba jennaan
Cinaacha bitaakoo hin jedhu seetanii😂😂
@ https://t.me/qaaliilromo ❤️🌷
Hafuura baafachuu fi si jaalachuu
keessaa filachuun osoo narra jiraatee
hafuura koo isa dhumaa fayyadameen
akkan si jaalladhuun sitti hima ture.
@ https://t.me/Jalalaadh share godhi
Join👇
♥️ @ https://t.me/Jalalaadh ♥️
keessaa filachuun osoo narra jiraatee
hafuura koo isa dhumaa fayyadameen
akkan si jaalladhuun sitti hima ture.
@ https://t.me/Jalalaadh share godhi
Join👇
♥️ @ https://t.me/Jalalaadh ♥️
Jaalachuuf carraa argattu hundaan ofii kee jaaladhu.
* *
Sana booda addunyaan hundi jaalala keetiin kufti.
@ https://t.me/qaaliilromo share godhi
Join👇
♥️ https://t.me/Jalalaadh ♥️

𝘿𝙝𝙞𝙞𝙧𝙤𝙣𝙣𝙞 𝙝𝙞𝙧𝙞𝙮𝙖𝙖 𝙨𝙝𝙖𝙢𝙖𝙧𝙧𝙖𝙣𝙞𝙞 𝙗𝙖𝙖𝙮'𝙚𝙚 𝙦𝙖𝙗𝙖𝙣, 𝙬𝙖𝙧𝙧𝙖 𝙝𝙞𝙣 𝙦𝙖𝙗𝙣𝙚 𝙘𝙖𝙖𝙡𝙖𝙖 𝙊𝙛𝙞𝙩𝙩𝙞 𝘼𝙢𝙖𝙣𝙖𝙢𝙪𝙢𝙢𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙝𝙖𝙧𝙞𝙞𝙧𝙤𝙤 𝙃𝙖𝙬𝙖𝙖𝙨𝙪𝙢𝙢𝙖𝙖 𝙜𝙖𝙖𝙧𝙞𝙞 𝙦𝙖𝙗𝙪.
𝙃𝙞𝙧𝙞𝙮𝙖𝙖 𝙨𝙝𝙖𝙢𝙖𝙧𝙧𝙖𝙣𝙞𝙞 𝙗𝙖𝙖𝙮'𝙞𝙛𝙖𝙙𝙝𝙖𝙖😁🤣
@ https://t.me/qaaliilromo
𝙃𝙞𝙧𝙞𝙮𝙖𝙖 𝙨𝙝𝙖𝙢𝙖𝙧𝙧𝙖𝙣𝙞𝙞 𝙗𝙖𝙖𝙮'𝙞𝙛𝙖𝙙𝙝𝙖𝙖😁🤣
@ https://t.me/qaaliilromo
Sinbirroo🐦 takkaatu Abaaboo🌹 jaalate ja'an!
Abaaboon Adii turte. Sinbirroon Abaaboodhaan Gaafa biffi TiyyA diimtuu taate si jaaladha jatteen ja'an... yeroo kana sinbirroon hagam takka jaalalaa isiitif akka Aarsaa kafaluuf qophaa'e. Goblaa isaa ka ittiin balali'u firraa muree dhiiga isaa dhangalaaseef. Abaaboonis diimtuu taate. Abaaboon hagam takka akka sinbirroon isii jaalatu barte jaalala isaa qeebaluuf qopheeyte.
Garuu Yeroon dabree jira turte jirti. Dhiigni hedduun sababa irraa yaa'eef du'ee jira.💔
https://t.me/qaaliilromo

Waan jaallattu argachuudhaaf waan hin jaalanne keessa darbuu qabda.
Bakka mukni goolii jiru hin beektu taanan callistee kubbaa dhiituun kee faayidaa hin qabu.
Namni nama jijiruu hin danda'u. Garuu namni tokko akka namni jijiiramuuf sababa ta'uu danda'a.
Dukkanni ati amma keessa jirtu humna guddaa qabaatee miti.Situ ifa guddaa sirka jiru dhaamsee keessa dhaabbataa jiraaf malee.
Namni irra daddeebiin waan hin qabne lakka'aa oolu,Waan qabu dagata.
Nama hunda biratti fudhatama dhabuu dandeessa, garuu kan jijjiirama fidu ofuma kee biratti fudhatama qabaachuufi dhiisuu keeti.
Bololli Mootii gabra yoo taasisu.Obsi immoo gabra mootii
taasisa.

Jaalachuu gaafa dandeessu Waan jaalattu beekuu qofaa miti, gama waan jaalattee tarkaanfatuu eegalta, Sababa kanaan Jaalatanis jaalatamaanis Jaalallis Tokko taha!.
❤️ https://t.me/qaaliilromo ❤️
❤️ https://t.me/qaaliilromo ❤️
Hariiroon Jaalalaa Amma Qabdan Karaa Sirrii Irra Jiraachuu Isaa Hubachuuf Gaaffilee Barbaachisoo ➓:
➊. Jaalallee kee yookiin hiriyaa gaa'elaa kee waliin yeroo waliin jirtan, yommuu waa haasoftan, yaada irratti waliigaltee qabaachuu fi walitti dhufuu moo walii galuu dhabuu fi garaagarummaatu mul'ata?
➋. Jaalallee yookiin haadha manaa kee waliin qaamaan yommuu wal argitu yookiin bilbilaan yeroo haasoftu amala nuffisiisaa ni argita?
➌. Dhimmoota bu'uuraa irratti ilaalchi keessan wal fakkaataa yookiin walitti dhiyoo moo walirraa fagoodha?
➍. Hiriyaa jaalalaa kee hangam beekta jettee yaadda?
➎. Atii fi hiriyaan kee hangam wal amanta?
➏. Gaafa waliigaltee dhabuun uumamu gara gargar ba'uutti geessa moo haalli rakkoo furuu fi itti fufuu ni jira?
➐. Waan tokko yommuu hojjettu ilaalcha mataa keetii qofaan raawwatta moo miira jaalallee keetii ilaalcha keessa galchuun murtoo dhuunfaa irraa of eegda?
➑. Hiriyaan jaalalaa kee waan hunda itti gaafatamummaa fi of eeggannoodhaan moo of eeggannoo malee hojjeta?
➒. Wanta jaalallee kee caalaa iddoo kennituuf kan akka maatii, hiriyoota yookiin namoota biroo ni qabdaa?
➓. Yeroo baay'ee hiriyaa jaalalaa kee keessatti irra deddeebiidhaan sobaa fi sababa wanta ta'e ni argitaa?
🌷 https://t.me/qaaliilromo ❤️

😒 Hubaadhuu???
Jaalala jechuun nama jaalatteef bo'uu osoo hin tanee nama jalatuuf amanamtuu tatee jiraachuudha.
Kaayyoon jaalalaa immoo nama jaallatte argachuuf ykn
Nama si jaalatu Argaachuuf amaal garii qabachuun garidha.
Nama jaalatu argachuuf wan sadii hin dagatiin.
1.obsaan. 2.gorsaan. 3.dhoksaan

jaalalli nama bareedaa jaalachuu miti
Nama guutuu ta'e barbaadus miti
Uuman ala namni guutun hin jiruuti.
Dureessa barbaadus miti
jaalalli qarshiidhan hin hojjatamuuti
ilaa nama koo Jaalalli
nama si kabaju
nama siif yaadu
nama si hubatu
si jaalachuu isaatti/isheetti kan gammadu/ddu
Eenyummaa ati qabdu waliin kan si jaalatu
haala kam keessattuu nama si jaalatu argachuudha.
✅JOIN US @ https://t.me/qaaliilromo SHARE♻️

Maal taha amma yoo hundumti keessan link channel kanaa nama shan shanif share gootan eebbii koo immoo lafa hin buhu.
Dhihoo kana mucaa ollaa kenyaa tokkoon bahaaf galli kee konkolaatadhan haa tahu jedhee eebbisee kunoo rabbiif galanni haa tahuu raddaati(gargaaraa) konkolaachisaa tahera.😭
@ https://t.me/qaaliilromo 💙

Sin jaaladhaf malee
osootiin si jibbee
Lapheen koon rukuttu
sagal akka dibbee
Dhugaan sin jaalladha
jaalala onneerraa
Si malee hin argatu
keessi kiyya faara
Shakkii tokko malee
onneen kiyya keeti
Mee anaan faayadhu
na godhadhu meetii
osootiin si jibbee
Lapheen koon rukuttu
sagal akka dibbee
Dhugaan sin jaalladha
jaalala onneerraa
Si malee hin argatu
keessi kiyya faara
Shakkii tokko malee
onneen kiyya keeti
Mee anaan faayadhu
na godhadhu meetii
1.Shammaran jaalalan qabamuuf guyyaa 15 itti fudhata.Faallaa kanammoo,dhiirotatti Secoondii 8 qofa itti fudhata.
2.Namni rifeensi isaa moluu ta'e,carraan jalqabatti dhiira godhachuu isaa guddaadha(yoo fudheef
3.Shammaran sa'aatii 47 caalaa iccitii hin qabatan.Hiriyoota isaaniitti himu.
4.Namni guyyaa irra halkan salphaatti boo'a.
😁DHUGAAWWAN SAAYIKOOLOOJII😅🤣

Baayyee callisuu koo irraan kan kahee gaafa kessumman mana keenya dhufu anaan haasahi jedha😭
❤️ https://t.me/qaaliilromo ❤️
❤️ https://t.me/qaaliilromo ❤️
Gaaf tokko jedhe Robert Mugaabeen akkaawuntii Sobaa Facebook irratti suuraa sobaa Mucaa dubraa bareedduu tokko qabun uumee banadhe jedhe.Yerooma sana abbaan koo friend request naaf ergeen fudhadhe ykn deebiseef jedhe.Anis yeroo ammaa kanatti qofaa koo akka ta'ee fi ijoollee akka hin qabne natti hime jedhe..itti fufee hoo?😁😁
💚 https://t.me/qaaliilromo 💖
💚 https://t.me/qaaliilromo 💖