#Lubbuudhaan yeroo jirtuu waan sadii irraa of eegi!
1.Dafqa nama irraa
2.Dhiiga nama irraa
3.Imimmaan nama irraa
Kanneen sadan irraa bilisa taanaan Milkaaāinni dhihoo jira.
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
1.Dafqa nama irraa
2.Dhiiga nama irraa
3.Imimmaan nama irraa
Kanneen sadan irraa bilisa taanaan Milkaaāinni dhihoo jira.
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
Yihudaan Baga uumame!
Otoo si faana imaluu
Si waliin oolee galuu
Kan siin wal fakkaatu
Si faana dhugee nyaatu
Si waliin guyyuu kaatu
Dabaan haa jiraatu!
-
Kan si ciniinee hin beekne,
dhungoo malee
kan si cinaa hin dhabamne,
durgoo malee
Gaarreffannaakee kan hindhufne
Arrabnisaa kan sin tuqne
Inni yaa'iitti koodee fakkaatu
Inni garaatti qoree baatu,
Dabaan dabu haa jiraatu!
-
Raagamni hafuu baatus kan ganama murame
Hamaan riqicha ta'u, Yihudaan baga uumame!
Hammeenyi Yihudaa, Yesuus gurgursiisee
Du'a Addaam fide amanaarraa xumursiise!
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
Otoo si faana imaluu
Si waliin oolee galuu
Kan siin wal fakkaatu
Si faana dhugee nyaatu
Si waliin guyyuu kaatu
Dabaan haa jiraatu!
-
Kan si ciniinee hin beekne,
dhungoo malee
kan si cinaa hin dhabamne,
durgoo malee
Gaarreffannaakee kan hindhufne
Arrabnisaa kan sin tuqne
Inni yaa'iitti koodee fakkaatu
Inni garaatti qoree baatu,
Dabaan dabu haa jiraatu!
-
Raagamni hafuu baatus kan ganama murame
Hamaan riqicha ta'u, Yihudaan baga uumame!
Hammeenyi Yihudaa, Yesuus gurgursiisee
Du'a Addaam fide amanaarraa xumursiise!
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
Sitti hoo'uun,
hundaaf hin hoo'ine
Sitti qorruun,
maraatti hin qorrine
..
Haalakeetiin hin madaaliin kan warra biraa
Abuuraan jireenyaa hundaaf adda-adda hira
Ijji waliin arguyyuu gamaa-gamana walii jira.
Manni tokkoo, tuggee gargariini kan hundaa'u
āāAbbaan daadhii dhugeef, ilmi afaan hin urgaa'u āā
..
āHubannoon huuba guuraanā dhugaadha
Akkasumas,
Abbaarra kan beeku ammoo ābudaadha!ā
..
Kanaaf,
Uraa banatteen
Ulaa argatteen
Giroo ormaa ilaaluun
Haala maraa madaaluun
Dhugaatti siquu danda'a
Garuu,
Dhugaan akka Abbaan itti jiru ta'a.
..
Uffatni ati uffattu manatti,
Hoo'a hinta'u kan alaatti!
* *
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
hundaaf hin hoo'ine
Sitti qorruun,
maraatti hin qorrine
..
Haalakeetiin hin madaaliin kan warra biraa
Abuuraan jireenyaa hundaaf adda-adda hira
Ijji waliin arguyyuu gamaa-gamana walii jira.
Manni tokkoo, tuggee gargariini kan hundaa'u
āāAbbaan daadhii dhugeef, ilmi afaan hin urgaa'u āā
..
āHubannoon huuba guuraanā dhugaadha
Akkasumas,
Abbaarra kan beeku ammoo ābudaadha!ā
..
Kanaaf,
Uraa banatteen
Ulaa argatteen
Giroo ormaa ilaaluun
Haala maraa madaaluun
Dhugaatti siquu danda'a
Garuu,
Dhugaan akka Abbaan itti jiru ta'a.
..
Uffatni ati uffattu manatti,
Hoo'a hinta'u kan alaatti!
* *
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Gaafa Jaalala Keessatti si dhiisanii deeman. Waan gochuu qabdu:
1. Kara kamiin qunnamu dhiisuu Fkn bilbiluu, barreessuu,
2. Callisuu.
3. Lafa namni hin jirre baqachuu
4. Hojiitti busy tahuu
5. Of-jijjiruu. Of-bareechuuu
6. Amananii fudhachuudha.
1. Kara kamiin qunnamu dhiisuu Fkn bilbiluu, barreessuu,
2. Callisuu.
3. Lafa namni hin jirre baqachuu
4. Hojiitti busy tahuu
5. Of-jijjiruu. Of-bareechuuu
6. Amananii fudhachuudha.
Ulaa kee naaf banaa
Seenee baāuu baree
Karaa geeddareetan
Ollaa kootti gore
Garuu
Gola ormaa keessaa
Wanta haaraan dhabe
Amma mana keetii
Naaf gaāuun dadhabe
Naannaāee deebiāus
Ilaalee miilladhee
Godoo koo barootaa
Cufaasaan argadhe
Nan gubadhe
Turee
Waan hubadhe
Inni harkaa qaban
Gatiinsaa kan baramu
Gaafa dhabamuu
Kunoo yoosii kaasee
Quufni koo dirreetti na baasee
Mana koo hooāerraa
Qorratti na buuse
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Seenee baāuu baree
Karaa geeddareetan
Ollaa kootti gore
Garuu
Gola ormaa keessaa
Wanta haaraan dhabe
Amma mana keetii
Naaf gaāuun dadhabe
Naannaāee deebiāus
Ilaalee miilladhee
Godoo koo barootaa
Cufaasaan argadhe
Nan gubadhe
Turee
Waan hubadhe
Inni harkaa qaban
Gatiinsaa kan baramu
Gaafa dhabamuu
Kunoo yoosii kaasee
Quufni koo dirreetti na baasee
Mana koo hooāerraa
Qorratti na buuse
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Telegram
Walaloo jaalala ššš¹šā
Jaalala dhugaa
𤫠Garaankee Maal Yaada
Jaalalaaf dhuftemoo
Onneekoo dhamaasuudha
Dhugaa keessa kooti
Tuttuqxee madeessuudhaa
Mana naaf ta'uumoo
Man'ee koo diiguudha
Anaaf yaaduumoo
Gandarra fiiguudha
Anaaf hubachuumoo
Kiisii koo fixuudha
Jaalalaaf dhabakoo
Walqixa ilaaluudhaa
Moo...
Ulaa kiyya bantee
Hattuu seensista
Yaadakoo isa gaarii
Hudhaatti kuttaa
Biddeenkoo golaa
Alagaa soortaa
Boriif olkeessamoo
Quufteetu machoofta
Onneekoof bitamtee
Jaalala barbaaddaa
Moo faayidaa keef
Qarshiidhaaftu aadda
Fedhiinkee Naan galle
Garaankee maal yaadaš¤
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Jaalalaaf dhuftemoo
Onneekoo dhamaasuudha
Dhugaa keessa kooti
Tuttuqxee madeessuudhaa
Mana naaf ta'uumoo
Man'ee koo diiguudha
Anaaf yaaduumoo
Gandarra fiiguudha
Anaaf hubachuumoo
Kiisii koo fixuudha
Jaalalaaf dhabakoo
Walqixa ilaaluudhaa
Moo...
Ulaa kiyya bantee
Hattuu seensista
Yaadakoo isa gaarii
Hudhaatti kuttaa
Biddeenkoo golaa
Alagaa soortaa
Boriif olkeessamoo
Quufteetu machoofta
Onneekoof bitamtee
Jaalala barbaaddaa
Moo faayidaa keef
Qarshiidhaaftu aadda
Fedhiinkee Naan galle
Garaankee maal yaadaš¤
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Leenci barii ka'ee
Kan karoorsu yoomuu
Kuruphee adamsee
Nyaachuuf kan dorgomuu
Kurupheenis kaatee
Fiigichaaf karoortii
Akkasittiin lubbuun
Ishee harka ooltii
Akkasiin dorgomaa
Jireenya wolfaallaa
Tokko yoo miidhamu
Kun gammadee bulaa
Kanaafuu Yaa lammii
Milkaa'uu barbaadduu
Karoora baafadhuu
Osoo Yeroo qabduu
š@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
š@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼
š ⤠šØļø āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
Kan karoorsu yoomuu
Kuruphee adamsee
Nyaachuuf kan dorgomuu
Kurupheenis kaatee
Fiigichaaf karoortii
Akkasittiin lubbuun
Ishee harka ooltii
Akkasiin dorgomaa
Jireenya wolfaallaa
Tokko yoo miidhamu
Kun gammadee bulaa
Kanaafuu Yaa lammii
Milkaa'uu barbaadduu
Karoora baafadhuu
Osoo Yeroo qabduu
š@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
š@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼
š ⤠šØļø āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
Suuraa kee ilaalee
Dhaabadhee rata'ee
Nama ta'ee kootuu
Wollaaleen of dha'ee
Mataa hanga miilaa
Mirgaa gara bitaa
Seenaa kee baruudha
Gootummaa dhalootaa
Ammas ta'ee laalee
Suuraa kee akka leencaa
Saroonni si nyaatte
Deemaa ooltu wacaa
Ati gurran laannee
Bifaaf boca namaa
Daandii qoreen guutee
Hawwiin ganamumaa
Oromoof qaaliidha
Jettee osoo kaattuu
Worqiin harkaa qaban
Silas waan fakkaattuu
Akkasiin dhuunfattee
Onnee keenya keessaa
Seenaa kee hundumaa
Adduunyaatu odeessaa
Hamtuu homaan qabduu
Gaariidha maleessaa
Gooticha Oromoo
Hacaaluu Hundeessaa
š@ https://t.me/walaloojalal
š@ https://t.me/walaloojalal
ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼
š ⤠šØļø āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
Dhaabadhee rata'ee
Nama ta'ee kootuu
Wollaaleen of dha'ee
Mataa hanga miilaa
Mirgaa gara bitaa
Seenaa kee baruudha
Gootummaa dhalootaa
Ammas ta'ee laalee
Suuraa kee akka leencaa
Saroonni si nyaatte
Deemaa ooltu wacaa
Ati gurran laannee
Bifaaf boca namaa
Daandii qoreen guutee
Hawwiin ganamumaa
Oromoof qaaliidha
Jettee osoo kaattuu
Worqiin harkaa qaban
Silas waan fakkaattuu
Akkasiin dhuunfattee
Onnee keenya keessaa
Seenaa kee hundumaa
Adduunyaatu odeessaa
Hamtuu homaan qabduu
Gaariidha maleessaa
Gooticha Oromoo
Hacaaluu Hundeessaa
š@ https://t.me/walaloojalal
š@ https://t.me/walaloojalal
ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼
š ⤠šØļø āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
Telegram
Walaloo jaalala ššš¹šā
Jaalala dhugaa
Maal ulfinni simboon Waaqaa!
Maal ayyaanni at waan meeqa?
Maal miidhagni onnee kaasu!
Maal mararteen garaa raasu!
Leensii ijakoo fajachitee
Akka duumessaan na golgitee
Akkan-sin laalle na dhorkite.
Foolii addaan na weerartee
Na keessatti wareegamte.
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Maal ayyaanni at waan meeqa?
Maal miidhagni onnee kaasu!
Maal mararteen garaa raasu!
Leensii ijakoo fajachitee
Akka duumessaan na golgitee
Akkan-sin laalle na dhorkite.
Foolii addaan na weerartee
Na keessatti wareegamte.
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Si komachuuf seen-duubeekee yoon lakkaa'uu
Si himachuuf sis dubbiikees yoon akaa'uu
Akka dhabee bitaa galee kan na jeequu
Lamaan keessaa ofiikoo moo siin si qeequ.?
Mararoo keen mararamee yoon wargamuu
Sirraa hiiquun du'a ta'ee natti argamuu
Xuqaa maalii na xuqsiistee kun hidhaadha
Citee hin citu Kudhaamichi naaf bitaadha
Rarraafadhee akka gowwaa jiraachuunkoo
Mararfadhee akka doofaa tirachuunkoo
Bor ergereef hambaa kaa'ee cirachuufi
Yoon du'ellee galmee keerra jiraachuufiš
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Si himachuuf sis dubbiikees yoon akaa'uu
Akka dhabee bitaa galee kan na jeequu
Lamaan keessaa ofiikoo moo siin si qeequ.?
Mararoo keen mararamee yoon wargamuu
Sirraa hiiquun du'a ta'ee natti argamuu
Xuqaa maalii na xuqsiistee kun hidhaadha
Citee hin citu Kudhaamichi naaf bitaadha
Rarraafadhee akka gowwaa jiraachuunkoo
Mararfadhee akka doofaa tirachuunkoo
Bor ergereef hambaa kaa'ee cirachuufi
Yoon du'ellee galmee keerra jiraachuufiš
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
"Akka nama dhukkuba
Bofti buutiin hiddeetti,
Agartuunkoo si malee
Homaa arguu diddeetti;
Hidda dhiigakoo seente
Toora galtee yaata,
Yaannikee kophaatti
Cuffatee na nyaata;
Garaankoo siif raafama
Siif na'eera miirrikoo,
Akka paastaa affeelamee
Siif ta'eera miillikoo......."
~~~
"Haasaan sagaleekee
Dhamsisaa safuudha
Luuccaan rifeensakee
Onneekoo na fuudha
Ati sanyii guddaati
Qomookee qoradheera
Waan hafe haa hafu
Si fuudhuu horadheera
Si qofan amana
Hundaarraa abdii muree"
Kana nan yaadadha
Eyyee; jedheen ture!
~~~
"Taphnikee qabbana
Biftikee kan Gugeeti
Haasaakee nat' mi'oofti
Qixan damma dhugeeti
Sin argiin bullaan
Yaannikee na darara
Deemsa tarkaanfattuuf
Ija keetu na-marara
Xiyyaan jaalalakee
Onneekoo na uree"
Dhugaadha, siin sobu
Eyyee! Jedheen ture!
~~~
#Garuu,.......
Odaa baala baase
Namuu koree hinciru
Onneekee keessatti
Bakki anaaf, 1% hinjiru
Kanaafan suutuma
Ofirraa si bute
Ciniinnadhee micciiree
Ofirraa si kute!
~~~
āļø.... @ https://t.me/Jalalaadhš¹š ā¤ļøāš©¹
Bofti buutiin hiddeetti,
Agartuunkoo si malee
Homaa arguu diddeetti;
Hidda dhiigakoo seente
Toora galtee yaata,
Yaannikee kophaatti
Cuffatee na nyaata;
Garaankoo siif raafama
Siif na'eera miirrikoo,
Akka paastaa affeelamee
Siif ta'eera miillikoo......."
~~~
"Haasaan sagaleekee
Dhamsisaa safuudha
Luuccaan rifeensakee
Onneekoo na fuudha
Ati sanyii guddaati
Qomookee qoradheera
Waan hafe haa hafu
Si fuudhuu horadheera
Si qofan amana
Hundaarraa abdii muree"
Kana nan yaadadha
Eyyee; jedheen ture!
~~~
"Taphnikee qabbana
Biftikee kan Gugeeti
Haasaakee nat' mi'oofti
Qixan damma dhugeeti
Sin argiin bullaan
Yaannikee na darara
Deemsa tarkaanfattuuf
Ija keetu na-marara
Xiyyaan jaalalakee
Onneekoo na uree"
Dhugaadha, siin sobu
Eyyee! Jedheen ture!
~~~
#Garuu,.......
Odaa baala baase
Namuu koree hinciru
Onneekee keessatti
Bakki anaaf, 1% hinjiru
Kanaafan suutuma
Ofirraa si bute
Ciniinnadhee micciiree
Ofirraa si kute!
~~~
āļø.... @ https://t.me/Jalalaadhš¹š ā¤ļøāš©¹
Argaa kan kee dharra'uun koo
Foo'aa keetti rarra'uun koo
Badii keetiif shakkamuun koo
Gocha keetiin yakkamuun koo
Maradhee ciisuun koo
Dubbachuu dhiisuun koo
Erga ta'ee wanta dabaa
Sirraa goruuf karaan qabaa
Si malee nan qaba Riqicha naan ce'u
Lamuu galabaa kee saggoo koottin fe'u!
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Foo'aa keetti rarra'uun koo
Badii keetiif shakkamuun koo
Gocha keetiin yakkamuun koo
Maradhee ciisuun koo
Dubbachuu dhiisuun koo
Erga ta'ee wanta dabaa
Sirraa goruuf karaan qabaa
Si malee nan qaba Riqicha naan ce'u
Lamuu galabaa kee saggoo koottin fe'u!
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Furdina hir'isu yoo barbaaddee nama sirrii hin taanee jaalladhu! Yeroo hundumaa waan jeeqamtuuf nagaa waan hin argamneef uulfatinni qaamaakee hir'ata deemaš
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
Argaa kan kee dharra'uun koo
Foo'aa keetti rarra'uun koo
Badii keetiif shakkamuun koo
Gocha keetiin yakkamuun koo
Maradhee ciisuun koo
Dubbachuu dhiisuun koo
Erga ta'ee wanta dabaa
Sirraa goruuf karaan qabaa
Si malee nan qaba Riqicha naan ce'u
Lamuu galabaa kee saggoo koottin fe'u!
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Foo'aa keetti rarra'uun koo
Badii keetiif shakkamuun koo
Gocha keetiin yakkamuun koo
Maradhee ciisuun koo
Dubbachuu dhiisuun koo
Erga ta'ee wanta dabaa
Sirraa goruuf karaan qabaa
Si malee nan qaba Riqicha naan ce'u
Lamuu galabaa kee saggoo koottin fe'u!
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Isan halkaniif guyyaa
Waa'ee keetiif gubadhuu
Miidhama onnee kootii
Adaraa naaf hubadhuu...!
~
Nattin tolu gonkumaa
Hunda na jibbisiisaa
Cabako naaf wallaantee
Yoomin boqodhe ciisaa...!
~
Yaada keeti yoomiyyuu
Kan dhippisee na gooluu
Naaf hin ta'u gonkumaa
Guyyaan sin argiin ooluu...!
~
Natti boontee jaalalaan
Hin jabaatiinii garaa
Miidhama koo naaf barii
Na simadhu adaraa...!
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
Waa'ee keetiif gubadhuu
Miidhama onnee kootii
Adaraa naaf hubadhuu...!
~
Nattin tolu gonkumaa
Hunda na jibbisiisaa
Cabako naaf wallaantee
Yoomin boqodhe ciisaa...!
~
Yaada keeti yoomiyyuu
Kan dhippisee na gooluu
Naaf hin ta'u gonkumaa
Guyyaan sin argiin ooluu...!
~
Natti boontee jaalalaan
Hin jabaatiinii garaa
Miidhama koo naaf barii
Na simadhu adaraa...!
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
āAdda baāaa jettanii
Lakki nu adda hin baanu
Kaleessa tokko turre
As geenyee lama hin taanuā¦
Islaama - kiristaana jettanii
Nu hin qoodiinaa gonkumaa
Dhiigaafi lafeen hidhamne
Kaayyoon keenyas tokkuma!
Sababa kamiiniyyuu
Nu gidduu hin dhaabdan dallaa
Oromoo taanee baane
Oromoo taanee galla!
Galuun suniyyuu hafee
Yoo taates cita mormaa
Walirraa adda hin baanu
Fudhannee ajaja ormaa!
Jabbii miilli sakaalame
Margaan hin badadiinaa
Amantaa lakkooftanii
Kutaan nu hin ramadiinaa
Feetan qawwee keessaniin
Nu harcaasaa akka baalaa
Qoodamnee jiraachuurra
Tokkoomnee duāuutā caala!ā
Kun Irbuu Shinnigaati
Waadaa lafeefi dhiigaati!
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Lakki nu adda hin baanu
Kaleessa tokko turre
As geenyee lama hin taanuā¦
Islaama - kiristaana jettanii
Nu hin qoodiinaa gonkumaa
Dhiigaafi lafeen hidhamne
Kaayyoon keenyas tokkuma!
Sababa kamiiniyyuu
Nu gidduu hin dhaabdan dallaa
Oromoo taanee baane
Oromoo taanee galla!
Galuun suniyyuu hafee
Yoo taates cita mormaa
Walirraa adda hin baanu
Fudhannee ajaja ormaa!
Jabbii miilli sakaalame
Margaan hin badadiinaa
Amantaa lakkooftanii
Kutaan nu hin ramadiinaa
Feetan qawwee keessaniin
Nu harcaasaa akka baalaa
Qoodamnee jiraachuurra
Tokkoomnee duāuutā caala!ā
Kun Irbuu Shinnigaati
Waadaa lafeefi dhiigaati!
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Guyyaa dhaabachaa ooltee
halkan dubbifta hin raftu
Mindaan ati argattummoo
Liqiirraayyuu hin haftu !
Coomanis wal hin beektu
Piizas ta'ee bargarii
Kaffaltiin at argattuuf
Dadhabbiin kee gargari
Kaabinee xobbee miti
tasa hin argattu durgoo
Kan ittiin bittu hin qabdu
Ibsaan yoo bade dungoo !
Dhaloota meeqa soorte
Ofiif immoo beelofte
Warra qubee barsiisteen
Deebiteemmoo yeellofte
Osoo ati beeloftuu
Hattuufi sobduun quufti
Abshir yaa barsiisaa koo
Siifis guyyaan ni dhufti
Harki kee qulqulluudha
Dhiiga namaa hin laaqne
Dhabdus keetin jiraatta
Dafqa namaa hin nyaanne
Lafas gurgurtee hin beektu
Sabbataaf Galaan keessaa
Boquu kee gadi buustee
Mana kiraayii teessaa
Utuu waan gaarii gootuu
Jiraachuyyuu dadhabdee
Dhugaa qabda barsiisaa
Gatii dafqa kee dhabdee!!!
āļøUnknown
š@ https://t.me/walaloojalal
š@ https://t.me/walaloojalal
ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼
š ⤠šØļø āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
halkan dubbifta hin raftu
Mindaan ati argattummoo
Liqiirraayyuu hin haftu !
Coomanis wal hin beektu
Piizas ta'ee bargarii
Kaffaltiin at argattuuf
Dadhabbiin kee gargari
Kaabinee xobbee miti
tasa hin argattu durgoo
Kan ittiin bittu hin qabdu
Ibsaan yoo bade dungoo !
Dhaloota meeqa soorte
Ofiif immoo beelofte
Warra qubee barsiisteen
Deebiteemmoo yeellofte
Osoo ati beeloftuu
Hattuufi sobduun quufti
Abshir yaa barsiisaa koo
Siifis guyyaan ni dhufti
Harki kee qulqulluudha
Dhiiga namaa hin laaqne
Dhabdus keetin jiraatta
Dafqa namaa hin nyaanne
Lafas gurgurtee hin beektu
Sabbataaf Galaan keessaa
Boquu kee gadi buustee
Mana kiraayii teessaa
Utuu waan gaarii gootuu
Jiraachuyyuu dadhabdee
Dhugaa qabda barsiisaa
Gatii dafqa kee dhabdee!!!
āļøUnknown
š@ https://t.me/walaloojalal
š@ https://t.me/walaloojalal
ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼ą¼
š ⤠šØļø āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
OKOLEE JAALALAA!
Onnee jaalalakoo,
Abdiinsaa hamma gaaraa
Akka buufaa tumtuu
Qilleensa siphatee,
Qilleensa hammaaraa,
Diilloo qoraattiirra,
Sagal tarkaanfata
Salganiin marmaara...
Ati___
Akka saawwa harkuu
Ilmoon jalaa duutee,
Muchi onnee keetii
Jaalala hongoofte,
Yeroo malee guute!
Ammas:
Arfaasaan yoo roobe
Coqorsi ni lata;
Labeessi migiraa
Aannan goromsakoo
Kanan itti elmadhu
Okolee jaalalaa
Qoraasuuttin jira...
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Onnee jaalalakoo,
Abdiinsaa hamma gaaraa
Akka buufaa tumtuu
Qilleensa siphatee,
Qilleensa hammaaraa,
Diilloo qoraattiirra,
Sagal tarkaanfata
Salganiin marmaara...
Ati___
Akka saawwa harkuu
Ilmoon jalaa duutee,
Muchi onnee keetii
Jaalala hongoofte,
Yeroo malee guute!
Ammas:
Arfaasaan yoo roobe
Coqorsi ni lata;
Labeessi migiraa
Aannan goromsakoo
Kanan itti elmadhu
Okolee jaalalaa
Qoraasuuttin jira...
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Mildhuu keetu naaf dawwaadha
Dhibee koorraa na fooyyessa
Si arginaan suusiin ba'a
Siin dhabnaan na joonjessa
...na raatessa
At na waamnan nagaan buusa
Nan si'aa'a waa maraafuu
At callisnaan gooliin kaasa
Harka hin laadhu waan baraafuu
Dhokachuu kee na maraacha
Naaf boo'icha guyyaan chidhaa
Mul'achuu keen araada
Suusii hamaan kankoo sidha.
Ati jiraannan an lafadha
Nama hundaaf nagaa waaraa
Halaala irraa gaafa ibsitu
Ilkaan keettan bohaaraa
... Ati haalaa
... Ati miira š¹āļø
ćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Dhibee koorraa na fooyyessa
Si arginaan suusiin ba'a
Siin dhabnaan na joonjessa
...na raatessa
At na waamnan nagaan buusa
Nan si'aa'a waa maraafuu
At callisnaan gooliin kaasa
Harka hin laadhu waan baraafuu
Dhokachuu kee na maraacha
Naaf boo'icha guyyaan chidhaa
Mul'achuu keen araada
Suusii hamaan kankoo sidha.
Ati jiraannan an lafadha
Nama hundaaf nagaa waaraa
Halaala irraa gaafa ibsitu
Ilkaan keettan bohaaraa
... Ati haalaa
... Ati miira š¹āļø
ćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Dhugaan sijaalladheen
Siif kenne onneekoo
Ammas sin jaalladha
Caalsisee lubbuukoo
....................................
Faaya miidhaginaa
Urgaa akka shittoo
įį£įŖ į³į¶įį
įįįį į įįį¶
.............................
Hundaa itti dhiiseen
Ta. uu akka namaa
Waa. eemakeen yaada
Galgalaaf ganama
...................................
Asjedhime natti
Wahin sittimadha
Dhugaadha hinsobu
Hedduun sijaalladhaš
š·š·š·š·š·š·š·š·š·š·š·
Gixam ba amarigna jettagaa ija lama keessa maktee.
āFB irraa
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
Siif kenne onneekoo
Ammas sin jaalladha
Caalsisee lubbuukoo
....................................
Faaya miidhaginaa
Urgaa akka shittoo
įį£įŖ į³į¶įį
įįįį į įįį¶
.............................
Hundaa itti dhiiseen
Ta. uu akka namaa
Waa. eemakeen yaada
Galgalaaf ganama
...................................
Asjedhime natti
Wahin sittimadha
Dhugaadha hinsobu
Hedduun sijaalladhaš
š·š·š·š·š·š·š·š·š·š·š·
Gixam ba amarigna jettagaa ija lama keessa maktee.
āFB irraa
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š