š Jaalatamtuu!
Bareedduu koo
Hundaan toltuu
Tokkittii koo
Jaallatamtuu!
Naasolee koo
toltuu maraa
jaalattuu koo
mootii namaa!
Marartuu koo
gar laafettii hundaaf naatu
Obsituu koo,
ka dandeettee hundaa baattu!
Jajjabeessituu koo
miyeessituu jiruu
addunyaa kanarra
fakkaattin ke in jiru!š
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Bareedduu koo
Hundaan toltuu
Tokkittii koo
Jaallatamtuu!
Naasolee koo
toltuu maraa
jaalattuu koo
mootii namaa!
Marartuu koo
gar laafettii hundaaf naatu
Obsituu koo,
ka dandeettee hundaa baattu!
Jajjabeessituu koo
miyeessituu jiruu
addunyaa kanarra
fakkaattin ke in jiru!š
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
ā
Baasi Jireenya kee Keessaa!š¤
ā”ļøNamni yeroo ati kolfitu si wajjin kolfee yeroo ati gadditu ykn boossu immoo sibiratti hin argamne maal jireenya kee keessaa fuudha? Nama akkanaa qabda taanaan dafii baasi jireenya kee keessaa!
Namni akkasii jireenya kee keessa jiraachuun inumaayyuu gadda kee irratti gadda biraa sitti dabala.
Akkamitti yoo jette rakkoo si mudate irratti si bira dhaabachuu dhabuu isaa yaaduun kee ykn komachuun kee hin hafu yeroo sanammoo sammuu keetu miidhama.
ā”ļøAti nama gaafa kolfaa yoom dhabde kan gaafa gaddaa fi rakkinaati malee! Gaafa kolfaa gabaatu si wajjin kolfa!.
Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof taajajila kennuu, waan gaarii yaaduufi gargaaruudha.
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/walaloojalal
ā”ļøNamni yeroo ati kolfitu si wajjin kolfee yeroo ati gadditu ykn boossu immoo sibiratti hin argamne maal jireenya kee keessaa fuudha? Nama akkanaa qabda taanaan dafii baasi jireenya kee keessaa!
Namni akkasii jireenya kee keessa jiraachuun inumaayyuu gadda kee irratti gadda biraa sitti dabala.
Akkamitti yoo jette rakkoo si mudate irratti si bira dhaabachuu dhabuu isaa yaaduun kee ykn komachuun kee hin hafu yeroo sanammoo sammuu keetu miidhama.
ā”ļøAti nama gaafa kolfaa yoom dhabde kan gaafa gaddaa fi rakkinaati malee! Gaafa kolfaa gabaatu si wajjin kolfa!.
Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof taajajila kennuu, waan gaarii yaaduufi gargaaruudha.
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/walaloojalal
Sobadha...āļø
Sobadha giiftiikoo
Jaalalli jaamaadhaan
Jaalalli duudaadhaan
Sobadhašµ
Jaalalli ulaagaadha
Jaalalli gucadha
Jaalalli barbaaduu
Jaalalli araaduu
Jaalalli hawwuudha
Jaalalli arguudha
Didiitii liqiimsi
Didiitii cillimsi!
Jaalalliā¦
Kennuuf fudhachuudha
Fedha guuttachuudha
Jaalalli
miiradha
Miira waloomadha ā
Jaalalli
Lafa goobe
Samii cobee
Qilleensaāee
Faffacaāee
Suuta loāee
Quruphisaa
Bububbisaa
Nama hinqabu ā
Jaalalli ilaallatee
Filateetu
Hubateetu
Wanta sirraanā¦
Ilaalchakee
Amalakee
Biifakankee
Beekumsakeef beekamtiikee
Soqateetu
Qorateetuu
Sitti duula.
Malee...
Junuunfatee
Waan hin argin
Hinjaallatu
Hin simatu
Maaf š¤
nuti nama
Ulaagaa itti dhiifne
Haalotarra buufne
Waljaallachuu mitii
Rabbi isa nuuf godheef
Nuti homa hingooneef
Uuma isa nuuf jedheef
Nuti homaa hinjenneef
Tariiā¦
ulaagaan alatti
Inni jaalaladha
Inni nuuf arjaadha
Jaalalli inni tolaa
Jaalala waaqaadha
Kan isarra hafe
Hunduu ulaagaadha
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Sobadha giiftiikoo
Jaalalli jaamaadhaan
Jaalalli duudaadhaan
Sobadhašµ
Jaalalli ulaagaadha
Jaalalli gucadha
Jaalalli barbaaduu
Jaalalli araaduu
Jaalalli hawwuudha
Jaalalli arguudha
Didiitii liqiimsi
Didiitii cillimsi!
Jaalalliā¦
Kennuuf fudhachuudha
Fedha guuttachuudha
Jaalalli
miiradha
Miira waloomadha ā
Jaalalli
Lafa goobe
Samii cobee
Qilleensaāee
Faffacaāee
Suuta loāee
Quruphisaa
Bububbisaa
Nama hinqabu ā
Jaalalli ilaallatee
Filateetu
Hubateetu
Wanta sirraanā¦
Ilaalchakee
Amalakee
Biifakankee
Beekumsakeef beekamtiikee
Soqateetu
Qorateetuu
Sitti duula.
Malee...
Junuunfatee
Waan hin argin
Hinjaallatu
Hin simatu
Maaf š¤
nuti nama
Ulaagaa itti dhiifne
Haalotarra buufne
Waljaallachuu mitii
Rabbi isa nuuf godheef
Nuti homa hingooneef
Uuma isa nuuf jedheef
Nuti homaa hinjenneef
Tariiā¦
ulaagaan alatti
Inni jaalaladha
Inni nuuf arjaadha
Jaalalli inni tolaa
Jaalala waaqaadha
Kan isarra hafe
Hunduu ulaagaadha
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Erga aduun lixxee
Lafti dukkanaa'ee
Ergan galmee cufee
Dachaasee olkaa'ee
Ergan taa'ee taa'ee
Si eegee dadhabee
Ergan mana kootti
Imala jalqabee
Fedhiif hawwii kankee
Erga dharraa baatee
Nan dhaabin karaarra
Gufuu natti taatee
Hamilee koo cabsitee
Na buustee mogolee
Nan waamin hin dhufu
Ofii koon wal_lolee
Eenyummaa kee dhugaa
Bareera garaa kee
Lammaffaa nan eegin
Hin darbu karaa kee š
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Lafti dukkanaa'ee
Ergan galmee cufee
Dachaasee olkaa'ee
Ergan taa'ee taa'ee
Si eegee dadhabee
Ergan mana kootti
Imala jalqabee
Fedhiif hawwii kankee
Erga dharraa baatee
Nan dhaabin karaarra
Gufuu natti taatee
Hamilee koo cabsitee
Na buustee mogolee
Nan waamin hin dhufu
Ofii koon wal_lolee
Eenyummaa kee dhugaa
Bareera garaa kee
Lammaffaa nan eegin
Hin darbu karaa kee š
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
ā
Dhiirri tasumaa Dubartii gammachiisuu hin danda'u
Yoo maallaqa qabaatee maallaqa kenneef yeroo naaf hin kennine jetti. Yeroo qabaatee yoo yeroo kenneef maallaqa hin qabu jetti. Kan baay'ee nama ajaa'ibu immoo dhiirri yeroo qabu maallaqa hin qabu. Dhiirri maallaqa qabu immoo yeroo hin qabu. Kanaaf Yaa nama koo nama gammachiisuuf jettee of hin miidhiiniitii sirrii Fi dhugaa kan ta'e raawwadhu. Hamma Bara Jireenya kee Uumaan Kee waan Itti gammadu hojjedhu malee waan feete yoo raawwatte tasumaa guutummaattu nama kamuu gammachiisuu hin dandeessu.
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/walaloojalal
Yoo maallaqa qabaatee maallaqa kenneef yeroo naaf hin kennine jetti. Yeroo qabaatee yoo yeroo kenneef maallaqa hin qabu jetti. Kan baay'ee nama ajaa'ibu immoo dhiirri yeroo qabu maallaqa hin qabu. Dhiirri maallaqa qabu immoo yeroo hin qabu. Kanaaf Yaa nama koo nama gammachiisuuf jettee of hin miidhiiniitii sirrii Fi dhugaa kan ta'e raawwadhu. Hamma Bara Jireenya kee Uumaan Kee waan Itti gammadu hojjedhu malee waan feete yoo raawwatte tasumaa guutummaattu nama kamuu gammachiisuu hin dandeessu.
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/walaloojalal
#maaltu_qofummaa_caale
Maaltu qofummaa caalee
yeroon waa'ee kee yaaduu
duraanuu gowwaan turee
siif dhukkubsadhee aaduu
Sijaallachuun maal buusaa
jaalalaa hin qabdu bakkaa
dhugaadhaan sijaallachuun
sibiratti ammoo yakkaaą² _ą²
gaafan jedhu sin jaalladhaa
natti qoostee kolfa duutaa
osoo anaan hin xumuriin
onnee namaa keessa buuta
haala ilaaltee natti siqxaa
gaafa feetes nii sokkitaa
onnee kiyyas akkaa qixxaa
qara harraba keen horfitaa
kanaafuu an sirraa citeera
jaalala kees nan goolabee
utuun baay'ee sijaalladhuun
jaalala haqaa sirraa dhabee
Bareera hamma ati geessuu
Miira dhugaa isa si keessaa
Siichii namaan sin qixxeessu
onnee kan keetu hiyyeessaa
@ https://t.me/walaloojalal
Maaltu qofummaa caalee
yeroon waa'ee kee yaaduu
duraanuu gowwaan turee
siif dhukkubsadhee aaduu
Sijaallachuun maal buusaa
jaalalaa hin qabdu bakkaa
dhugaadhaan sijaallachuun
sibiratti ammoo yakkaaą² _ą²
gaafan jedhu sin jaalladhaa
natti qoostee kolfa duutaa
osoo anaan hin xumuriin
onnee namaa keessa buuta
haala ilaaltee natti siqxaa
gaafa feetes nii sokkitaa
onnee kiyyas akkaa qixxaa
qara harraba keen horfitaa
kanaafuu an sirraa citeera
jaalala kees nan goolabee
utuun baay'ee sijaalladhuun
jaalala haqaa sirraa dhabee
Bareera hamma ati geessuu
Miira dhugaa isa si keessaa
Siichii namaan sin qixxeessu
onnee kan keetu hiyyeessaa
@ https://t.me/walaloojalal
Irran fiigiin kufta
Bool'a seetee dirree
Kabootan barbaadiin
Bakka Saawwin jirree
Sammuu malee yaatee
Akka dhaaba loonii
Dirree Xiyyaaraarraa
Hin eeggatiin Doonii
Hin abdatiin milkii
Soba faana ciisaa
Mana Farsoo seentee
Hin ajajiin piizaa
Dhangaa sobaa nyaatee
Afaanis haqate
Hin milkaa'u namni
Waan dhugaa lagate
Eelamtee wargamtee
Rakkoonis si miite
Dhugaa faana bulii
Gali bakka dhiite!
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
Bool'a seetee dirree
Kabootan barbaadiin
Bakka Saawwin jirree
Sammuu malee yaatee
Akka dhaaba loonii
Dirree Xiyyaaraarraa
Hin eeggatiin Doonii
Hin abdatiin milkii
Soba faana ciisaa
Mana Farsoo seentee
Hin ajajiin piizaa
Dhangaa sobaa nyaatee
Afaanis haqate
Hin milkaa'u namni
Waan dhugaa lagate
Eelamtee wargamtee
Rakkoonis si miite
Dhugaa faana bulii
Gali bakka dhiite!
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
Ulaa kee naaf banaa
Seenee baāuu baree
Karaa geeddareetan
Ollaa kootti gore
Garuu
Gola ormaa keessaa
Wanta haaraan dhabe
Amma mana keetii
Naaf gaāuun dadhabe
Naannaāee deebiāus
Ilaalee miilladhee
Godoo koo barootaa
Cufaasaan argadhe
Nan gubadhe
Turee
Waan hubadhe
Inni harkaa qaban
Gatiinsaa kan baramu
Gaafa dhabamuu
Kunoo yoosii kaasee
Quufni koo dirreetti na baasee
Mana koo hooāerraa
Qorratti na buuse
Kaachuu
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
Seenee baāuu baree
Karaa geeddareetan
Ollaa kootti gore
Garuu
Gola ormaa keessaa
Wanta haaraan dhabe
Amma mana keetii
Naaf gaāuun dadhabe
Naannaāee deebiāus
Ilaalee miilladhee
Godoo koo barootaa
Cufaasaan argadhe
Nan gubadhe
Turee
Waan hubadhe
Inni harkaa qaban
Gatiinsaa kan baramu
Gaafa dhabamuu
Kunoo yoosii kaasee
Quufni koo dirreetti na baasee
Mana koo hooāerraa
Qorratti na buuse
Kaachuu
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
Qabiinsa jaalalaa šµ
Eenyutu si caala?
Sirka jiran tooftaan martuu
Tika jibbaanis hin durfamtu
Jaalalas jibbas itti beekta
Akkaan qabdee yeroon eegda.
Tooftaakee keessaa tokko:
Kan jaalattu san, ofirraa fageessita
Kan si jibbu san, ofitti dhiyeessita
Jibbituu dhiyeessuunkee,
akka sin dagneefi
Jaalattuu fageessuunkee,
akka sin barreefi!
Dagatnaan ni miidhamta
Baramnaan ni jibbamta!
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Eenyutu si caala?
Sirka jiran tooftaan martuu
Tika jibbaanis hin durfamtu
Jaalalas jibbas itti beekta
Akkaan qabdee yeroon eegda.
Tooftaakee keessaa tokko:
Kan jaalattu san, ofirraa fageessita
Kan si jibbu san, ofitti dhiyeessita
Jibbituu dhiyeessuunkee,
akka sin dagneefi
Jaalattuu fageessuunkee,
akka sin barreefi!
Dagatnaan ni miidhamta
Baramnaan ni jibbamta!
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Jaalatanii Dhabuu š„¹
Ifa jiruu kootii
Isheen ittiin jedhe
Jireenya koo boriif
Kanan an filadhe
~
Jaallee koo bareedduun
Isheen hunda caaltu
Biiftuu barii caala
Dachaadhan kan iftu
~
Raabsituu dhiiga koo
Onnee koorra teessee
Deemte gaafa jedhan
Laphee koo madeesse
~
Osoon ishee fedhuu
Osoon ishee jedhuu
~
Saalfii tokko malee
Seente onnee biraa
Yaadni ishee yoomiyyuu
Na keessa kirkiraa
~
Ajaa'iba rabbii
Guyyaa yoo naa fidu
Inni bira dhaqxe
"Tutuxuqee" diduu!
~
Lafa seentu dhabnan
Dhuftekaa na bira
Gochaanshee kaleessaa
Ana keessa jira
~
Waa tokkon dubbadheen
Osoo na gugguubuu
"Kanan arge argi
Jaalatanii Dhabuu"
Kana namaa mitii
Hin jaalatu rabbuu
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Ifa jiruu kootii
Isheen ittiin jedhe
Jireenya koo boriif
Kanan an filadhe
~
Jaallee koo bareedduun
Isheen hunda caaltu
Biiftuu barii caala
Dachaadhan kan iftu
~
Raabsituu dhiiga koo
Onnee koorra teessee
Deemte gaafa jedhan
Laphee koo madeesse
~
Osoon ishee fedhuu
Osoon ishee jedhuu
~
Saalfii tokko malee
Seente onnee biraa
Yaadni ishee yoomiyyuu
Na keessa kirkiraa
~
Ajaa'iba rabbii
Guyyaa yoo naa fidu
Inni bira dhaqxe
"Tutuxuqee" diduu!
~
Lafa seentu dhabnan
Dhuftekaa na bira
Gochaanshee kaleessaa
Ana keessa jira
~
Waa tokkon dubbadheen
Osoo na gugguubuu
"Kanan arge argi
Jaalatanii Dhabuu"
Kana namaa mitii
Hin jaalatu rabbuu
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Dhugaan Sikomadhe š
Sikomadhe garaa koo
Si komadhe jaallee too
Quuqaa Jaalala koo
Sitti hobbaafadha se'ee
Si amanee jaalala kee
Yoo na waliin jirtu
Yoo Jaalala keen
Onnee koo na hiitu
Suutumee too dammakoo
Maaluma si godhee
Qilee kan na buuftuu
ššššššš
Sikomadhe garaa koo
Sikomadhe jaallee too
Ofii kootti dubbadheet
Waa'ee kee guungumaa
Yaadakoon bu'ee bahee
Miidhaa kee dhundhumaa
Si komadhe garaa koo
Si komadhe jaallee too
Jaalala hin beekne
Ani sirraaniin baree
Onnee koo goge
Jaalala keen jiiftee
Suutaan na dhiyaattee
Onnee koo na fuutee
Ani nama qabuu
Jedhee sitti himadhee
Imimmaan jaalalaa
Ija koorra jigsee
Akkuma duraatti
Naaf Yaadi siin jedhee
Madaa garaa kootii
Baasee sitti hin himnee
An dhugaan si komadhee
Erga Jaalalti kee
Sammuu kan koo guutee
Gabayaa jaalalaa anarratti bantee
Maamila biroof jettee
Kophaa koo na dhiiftee?
Ani homaa beeknee
Rakkoo koo kankoo kana
Bareedas yoo ta'e
Inumaan qaba se'aa
Jaalalas yoo ta'e
Jiruu kankoo ol
Jaaladheenin se'aa
Maaluma rakkoon koo
Qabeenya dhabuu kiyyaa?
Amma homaa jedhuu
Dhaamsa koo dhagahii
Badiin kee gurguddoon
Ana hedduu na miitee
Homaa ani hin beeku
Garaan koo fagaatee
Keessi koo dadhabee
Gochaa keen hiraaree
Naaf deebi'i dammatoo
Dhaamsa koo dhagahii
Boruu kee rakkoodha
Ati ofirratti hin beektu
Kan si waliin jiruu
Inni safuu hin beekne
Fedhii fooniif malee
Jaalala kee hin qabu
Madaalliin jaalalaa
Waa harka kee hin jiru
Koottuu as deebi'i
Hirkoon Jaalala kee
Jaalalleen ganamaa
Maraataan jaalala kee
Kophaa taa'ee jira
Akka si jaaladhus
Maal jedhee sitti himaa
Atuu tolchitee beekta
Jaallee koo waadaa koo
Homaa karaa dhabnee
Yaadaan as deebi'ii
Jaalala keen wal'aanii
Keessa koo madaa'ee š
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Sikomadhe garaa koo
Si komadhe jaallee too
Quuqaa Jaalala koo
Sitti hobbaafadha se'ee
Si amanee jaalala kee
Yoo na waliin jirtu
Yoo Jaalala keen
Onnee koo na hiitu
Suutumee too dammakoo
Maaluma si godhee
Qilee kan na buuftuu
ššššššš
Sikomadhe garaa koo
Sikomadhe jaallee too
Ofii kootti dubbadheet
Waa'ee kee guungumaa
Yaadakoon bu'ee bahee
Miidhaa kee dhundhumaa
Si komadhe garaa koo
Si komadhe jaallee too
Jaalala hin beekne
Ani sirraaniin baree
Onnee koo goge
Jaalala keen jiiftee
Suutaan na dhiyaattee
Onnee koo na fuutee
Ani nama qabuu
Jedhee sitti himadhee
Imimmaan jaalalaa
Ija koorra jigsee
Akkuma duraatti
Naaf Yaadi siin jedhee
Madaa garaa kootii
Baasee sitti hin himnee
An dhugaan si komadhee
Erga Jaalalti kee
Sammuu kan koo guutee
Gabayaa jaalalaa anarratti bantee
Maamila biroof jettee
Kophaa koo na dhiiftee?
Ani homaa beeknee
Rakkoo koo kankoo kana
Bareedas yoo ta'e
Inumaan qaba se'aa
Jaalalas yoo ta'e
Jiruu kankoo ol
Jaaladheenin se'aa
Maaluma rakkoon koo
Qabeenya dhabuu kiyyaa?
Amma homaa jedhuu
Dhaamsa koo dhagahii
Badiin kee gurguddoon
Ana hedduu na miitee
Homaa ani hin beeku
Garaan koo fagaatee
Keessi koo dadhabee
Gochaa keen hiraaree
Naaf deebi'i dammatoo
Dhaamsa koo dhagahii
Boruu kee rakkoodha
Ati ofirratti hin beektu
Kan si waliin jiruu
Inni safuu hin beekne
Fedhii fooniif malee
Jaalala kee hin qabu
Madaalliin jaalalaa
Waa harka kee hin jiru
Koottuu as deebi'i
Hirkoon Jaalala kee
Jaalalleen ganamaa
Maraataan jaalala kee
Kophaa taa'ee jira
Akka si jaaladhus
Maal jedhee sitti himaa
Atuu tolchitee beekta
Jaallee koo waadaa koo
Homaa karaa dhabnee
Yaadaan as deebi'ii
Jaalala keen wal'aanii
Keessa koo madaa'ee š
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
"Maaloo dhiifama siif godheera , akkasuma ammaas siin jaaladha nan jedhi hirriibni na didee" jannaniini anaaf jattee halkan tokko illee yoo hirriiba malee buluu baatte akkamittiin akka na jaalattu beeka naan jatteeš
Ani immoo guyyaa guutuu wanaan rafeef hirriibni na dideš
@ https://t.me/walaloojalal
lakkisaa wal hin sobinaaš
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
Ani immoo guyyaa guutuu wanaan rafeef hirriibni na dideš
@ https://t.me/walaloojalal
lakkisaa wal hin sobinaaš
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
Jaalalaa Dhugaa ā¤ļø
Waadaa Siif seeneera
An sirra hin baqadhuu
Waadaa siif galee dhiisee
Takkumaa karaa maquu
Leelloo tiyya buskutee
Owwaadhu mee na jalaa
Sagalee koo dhageessaa
Lallabee too si dhabee
Kumaatama keessaa
Fageenya irra teessee
Harka keen na dhungattaa
Ija kee burcuqqoo gootee
Keessa koo na marartaa
Guyyaa Rabbi jedhee
Dheebuu jaalala koo
Araadaa jaalala keef
Fageenyallee hirdhisee
Barrisee siif dhufaa
Diriirfattee ciiftee
Na hammattee raftaa?
Hanga du'aattis taanan
Sin dagadhu yaa Leelloo
Siin malees namni biraa
Onnee koo hin seennee
Jalqabbii koo irratti
Onnee jaalalaa siif laadhee
Guca qabsoo dhiisee
Waadaa kee sana baadhee
Ni yaadattaaree tarii
Guyyaa wal dhabne sani
Gaafan abdii dhabee
Lafaaf samiin wallaalee
Guyyaa sababa keetiin
Si dhabee hin taa'uuf
Murteessee guca qabsoo
Mudannoo gaafa sanii
Ni dagattaaree leelloo
Tokkoof ni bari'a
Barri jibbaa darbee
Tokkos garaan boora'a
Jaalala dhugaa dhabee
Tokko fageenya raata'aa
Jaalala dhugaa baatee
Anaaf atillee raatofnee
Jaalalli nutti hammaatee
Jaalallee nabsee too
Kan moote keessa kiyya
Ani jaalala keef jedhee
Halkan walakkaa ka'ee
Waa'ee kee taa'ee yaada
Guyyaa natti fakkeessee
Of biraa si barbaadaa
Waada kee sana baadhee
Waadaa jaalalaa dhugaa
Imaana jechaa kootii
Kankee sanas yaadachaa
Guyyaa bilbila koon
Gurra kee si duuchaa
Halkan online dhaan
Sa'aa dheeraa barreessaa
Jaalalaa durii araadaaf
Halkani guyyaa jooraa
Deeffachuuf jaalalaa kee
Meeqa si godhe maraatuu
Dhugaas ta'u dharaa
Yoomuu jaalalaa keef
Torba kaa'ee madaala
Jabumma jaalala kee
Jaalalaa kee argee
Baree ittiin boonuufi
Madaala kana kaayee
Hin dagatin yaa leelloo
Jibbaa jaalala kee mitii
Dhiibba madaala kiyyaa
Jaalalli keenya durii
Ana garaa na nyaata
Suuraa kee yoo ilaaluu
An ammallee ni yaada
Akkasitti yoom deebinaa
Jaalallee nabsee tiyyaa
Wali dhufnee barbaannaa
Jaalalaa yeroo duraa
Nu jidduu jirtii laataa?
Raajii tokkoon yaadadhee
Raajii abjuu keessaa
Abjuun waliin jiraannee
Bultii ijaaaranne
Gammachuu tasa garre
Wal wajjiin dabarsinee
Jireenya jiruu gaddaa
Takkallee waa hin garree
Haha...maal kana qofaree
Jireenya waliin dabarsineen
Abjuun ilma argannee
Ilma maqaan qeerroo
Maqaa goota moggaafne
Bara sadiin boodaas
Intalas dabalannee
Maqaallee qarree jennee
Moggaasaa gaarii laannee
Abjuu Sana keessatti
Guyyaa natti fakkeessee
Leelloo jedhee siyaamaa
Sagalee kootiin lallabee
Mana keessa si barbaada
Hanga lallabe lallabee
Dubbiin abjuu taanaan
Lafa ol utaalee
Akka waan dhugaa ta'ee
Suuraa kee dhudhuggacha
Yaa Rabbii kiyyaa jedhee
Dogoggoruun hin ooluu
Dogoggora na oolchi
Abjuu tiyya milkeessi.......
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Waadaa Siif seeneera
An sirra hin baqadhuu
Waadaa siif galee dhiisee
Takkumaa karaa maquu
Leelloo tiyya buskutee
Owwaadhu mee na jalaa
Sagalee koo dhageessaa
Lallabee too si dhabee
Kumaatama keessaa
Fageenya irra teessee
Harka keen na dhungattaa
Ija kee burcuqqoo gootee
Keessa koo na marartaa
Guyyaa Rabbi jedhee
Dheebuu jaalala koo
Araadaa jaalala keef
Fageenyallee hirdhisee
Barrisee siif dhufaa
Diriirfattee ciiftee
Na hammattee raftaa?
Hanga du'aattis taanan
Sin dagadhu yaa Leelloo
Siin malees namni biraa
Onnee koo hin seennee
Jalqabbii koo irratti
Onnee jaalalaa siif laadhee
Guca qabsoo dhiisee
Waadaa kee sana baadhee
Ni yaadattaaree tarii
Guyyaa wal dhabne sani
Gaafan abdii dhabee
Lafaaf samiin wallaalee
Guyyaa sababa keetiin
Si dhabee hin taa'uuf
Murteessee guca qabsoo
Mudannoo gaafa sanii
Ni dagattaaree leelloo
Tokkoof ni bari'a
Barri jibbaa darbee
Tokkos garaan boora'a
Jaalala dhugaa dhabee
Tokko fageenya raata'aa
Jaalala dhugaa baatee
Anaaf atillee raatofnee
Jaalalli nutti hammaatee
Jaalallee nabsee too
Kan moote keessa kiyya
Ani jaalala keef jedhee
Halkan walakkaa ka'ee
Waa'ee kee taa'ee yaada
Guyyaa natti fakkeessee
Of biraa si barbaadaa
Waada kee sana baadhee
Waadaa jaalalaa dhugaa
Imaana jechaa kootii
Kankee sanas yaadachaa
Guyyaa bilbila koon
Gurra kee si duuchaa
Halkan online dhaan
Sa'aa dheeraa barreessaa
Jaalalaa durii araadaaf
Halkani guyyaa jooraa
Deeffachuuf jaalalaa kee
Meeqa si godhe maraatuu
Dhugaas ta'u dharaa
Yoomuu jaalalaa keef
Torba kaa'ee madaala
Jabumma jaalala kee
Jaalalaa kee argee
Baree ittiin boonuufi
Madaala kana kaayee
Hin dagatin yaa leelloo
Jibbaa jaalala kee mitii
Dhiibba madaala kiyyaa
Jaalalli keenya durii
Ana garaa na nyaata
Suuraa kee yoo ilaaluu
An ammallee ni yaada
Akkasitti yoom deebinaa
Jaalallee nabsee tiyyaa
Wali dhufnee barbaannaa
Jaalalaa yeroo duraa
Nu jidduu jirtii laataa?
Raajii tokkoon yaadadhee
Raajii abjuu keessaa
Abjuun waliin jiraannee
Bultii ijaaaranne
Gammachuu tasa garre
Wal wajjiin dabarsinee
Jireenya jiruu gaddaa
Takkallee waa hin garree
Haha...maal kana qofaree
Jireenya waliin dabarsineen
Abjuun ilma argannee
Ilma maqaan qeerroo
Maqaa goota moggaafne
Bara sadiin boodaas
Intalas dabalannee
Maqaallee qarree jennee
Moggaasaa gaarii laannee
Abjuu Sana keessatti
Guyyaa natti fakkeessee
Leelloo jedhee siyaamaa
Sagalee kootiin lallabee
Mana keessa si barbaada
Hanga lallabe lallabee
Dubbiin abjuu taanaan
Lafa ol utaalee
Akka waan dhugaa ta'ee
Suuraa kee dhudhuggacha
Yaa Rabbii kiyyaa jedhee
Dogoggoruun hin ooluu
Dogoggora na oolchi
Abjuu tiyya milkeessi.......
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
"...Namootarraa amaloota koo muraasa barbaadee dhabuun koo ani adda ta'uu koo mirkaneessaa?
Eeyyee, ani adda ta'uu koo mirkaneessa. Haata'u malee, addummaa isa of-toolummaa dhalchu miti; addummaa isa dhugaarraa dhalatedha malee. Sii'achi namootarraa amaloota lubbuu koo gammachiisan hin eegu. Namni hundi dhandhama jireenyaa dhuunfaa isaa qabahoo!
Eenyummaa ani barbaadu kana kan qabu anuma qofa ta'uu hin oolle.
Miiltoo jireenyaa barbaaduutti aduun maalif anatti dhi'a?! Jireenyi imala miiltoo itti barbaadan miti; jireenyi imala dhuunfaati.
Osoon eenyummaa koo kana kunuunfadhee imaluu yoo eenyummaan ani barbaadaa ture na mudatehoo?
Nan simadha! Nan kunuunfadha!
Kan waaqnii fi lafti cidha godhatan yeroo akkanaatihoo!
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
Eeyyee, ani adda ta'uu koo mirkaneessa. Haata'u malee, addummaa isa of-toolummaa dhalchu miti; addummaa isa dhugaarraa dhalatedha malee. Sii'achi namootarraa amaloota lubbuu koo gammachiisan hin eegu. Namni hundi dhandhama jireenyaa dhuunfaa isaa qabahoo!
Eenyummaa ani barbaadu kana kan qabu anuma qofa ta'uu hin oolle.
Miiltoo jireenyaa barbaaduutti aduun maalif anatti dhi'a?! Jireenyi imala miiltoo itti barbaadan miti; jireenyi imala dhuunfaati.
Osoon eenyummaa koo kana kunuunfadhee imaluu yoo eenyummaan ani barbaadaa ture na mudatehoo?
Nan simadha! Nan kunuunfadha!
Kan waaqnii fi lafti cidha godhatan yeroo akkanaatihoo!
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
Jiruun addatti faca'ee
Yaanni hiramaadha
Tiruun gaddatti manca'ee
Faanni diramaadha
Faanni faana jijjiiree
Karaarraa qajeelaa
Yaanni yaada micciiree
Garaarraa kajeelaa
Yaanni yaadaan kufee
Akka yaade hin ta'u
Karaatti kichuu cita
Bakka yaade hin ga'u!
@ https://t.me/walaloojalal
Yaanni hiramaadha
Tiruun gaddatti manca'ee
Faanni diramaadha
Faanni faana jijjiiree
Karaarraa qajeelaa
Yaanni yaada micciiree
Garaarraa kajeelaa
Yaanni yaadaan kufee
Akka yaade hin ta'u
Karaatti kichuu cita
Bakka yaade hin ga'u!
@ https://t.me/walaloojalal
Dhukkubbii Onnee Koo ā¤ļøāš©¹
Yoon yaadu waa'ee kee
Yaadan koon qaxxisee
Si yaadaan oolaam
Garaan koo calliisee
Dhukkubbiin onnee koo
Daran natti hammaatee
Qalbii na dhuunfatte
Jaalalaan na mootee
Dheebuu jaaalala kee
an danda'ee hin obsu
Isa onnee jabaataa
Qarxam" godhee cabsu
Foolii jaalaala kee
Waamee nama maksu
Nan himadha malee
An danda'ee hin obsu
Namootee keessa koo
Jaalalaan marsitee
Kankee na godhatte
Nama hunda dursitee
Utuun himaa oolee
Silaa natti tolaa
Waa'ee jaalala kee
Qalbii wajjin jirta
Guyyaa si wajjin oola
Naaf dhiyoodha golli kee
Si yaadeeni malee
Kan ani jecha coru
Natti caala malee
Homaa natti hin furu
Asuma irratti dhaaba
Jechoota hin funaanuu
An barreessuu jalqabnaan
Dhiisuu hin beeku duraanuu
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Yoon yaadu waa'ee kee
Yaadan koon qaxxisee
Si yaadaan oolaam
Garaan koo calliisee
Dhukkubbiin onnee koo
Daran natti hammaatee
Qalbii na dhuunfatte
Jaalalaan na mootee
Dheebuu jaaalala kee
an danda'ee hin obsu
Isa onnee jabaataa
Qarxam" godhee cabsu
Foolii jaalaala kee
Waamee nama maksu
Nan himadha malee
An danda'ee hin obsu
Namootee keessa koo
Jaalalaan marsitee
Kankee na godhatte
Nama hunda dursitee
Utuun himaa oolee
Silaa natti tolaa
Waa'ee jaalala kee
Qalbii wajjin jirta
Guyyaa si wajjin oola
Naaf dhiyoodha golli kee
Si yaadeeni malee
Kan ani jecha coru
Natti caala malee
Homaa natti hin furu
Asuma irratti dhaaba
Jechoota hin funaanuu
An barreessuu jalqabnaan
Dhiisuu hin beeku duraanuu
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Na jaalattus na jibbitus lamaanu naaf ni ta'a. Yoo na jallaatte, yeroo mara Onnee kee keessan jiraadha; yoo na jibbite, yeroo maraa Sammuu kee keessan jiraadha!ā
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
Damma nadhii qabu
Urgooftuu calalaa
Hin urgeeffattuuree
Daraaraa jaalalaa
Hin nyaadhu jedheen
Dhoksee kutadha
Si hin yaadu jedheen
Dhoksee gubadha!
Waadaan siif seena
Hanga lubbuun jiru
Eenyullee onnee kiyya
Gargar sirraa hin hiru
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Urgooftuu calalaa
Hin urgeeffattuuree
Daraaraa jaalalaa
Hin nyaadhu jedheen
Dhoksee kutadha
Si hin yaadu jedheen
Dhoksee gubadha!
Waadaan siif seena
Hanga lubbuun jiru
Eenyullee onnee kiyya
Gargar sirraa hin hiru
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Laphee Keerran Ciisa š„
Wacni addunyaa kanaa
Hirriiba na dhorkee
Ulfaatinni jiruu
jilba kiyyaan morkee
Rakkoon heddummatee
Naannoo kiyya marsee
Tolaan narraa badee
jireenyi na aarsee
Dachee hamtuu kana
Argaa ishee jibbee
Onneen kiyya kunoo
Sumaaf dhoofti dibbee
Gadoo kana maraa
An siinan dagadhaa
Lubbuu koo caalchisee
Hedduun si jaaladhaa
Boqoo kee dhungachuun
Addunyaa koo ibsaa
Atis na hammadhu
Laphee keerran ciisaa
Lapheen kee waa miti
of na gachisiisaa
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
Wacni addunyaa kanaa
Hirriiba na dhorkee
Ulfaatinni jiruu
jilba kiyyaan morkee
Rakkoon heddummatee
Naannoo kiyya marsee
Tolaan narraa badee
jireenyi na aarsee
Dachee hamtuu kana
Argaa ishee jibbee
Onneen kiyya kunoo
Sumaaf dhoofti dibbee
Gadoo kana maraa
An siinan dagadhaa
Lubbuu koo caalchisee
Hedduun si jaaladhaa
Boqoo kee dhungachuun
Addunyaa koo ibsaa
Atis na hammadhu
Laphee keerran ciisaa
Lapheen kee waa miti
of na gachisiisaa
š ā¤ļø š¬ āļø
Ė”ā±įµįµ ʳįµįµį¶įµ į¶įµįµįµįµāæįµ Ė¢Ź°įµŹ³įµ
āØćļ¼¼ļ½ļ¼ćš·
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
šćļ¼ļ½ļ¼¼ćāŗ
#share
#join
dhiirri durba argite faana
wil wil godhattu guyyaa
tokko kinbil jettii qoyiiš¤š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
wil wil godhattu guyyaa
tokko kinbil jettii qoyiiš¤š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š
@ https://t.me/Jalalaadhš¹š