Burqaa jaalala dhugaa ๐Ÿ’“
2.27K subscribers
103 photos
2 videos
667 links
Jaalala dhugaa
Download Telegram
Gaafa waa'een kee sirritti siif Galee Waa'een namaa sitti
Hin ulfaatu nama Of Hubatee nama hubataa...


๐Ÿ‡ฏโ€Œโ€Œ๐Ÿ‡ดโ€Œโ€Œ๐Ÿ‡ฎโ€Œโ€Œ๐Ÿ‡ณโ€Œ_โ€Œ๐Ÿ‡บโ€Œโ€Œ๐Ÿ‡ธโ€Œโ˜Ÿ๏ธŽใ€
  โ˜› @ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
Namoonni ilaalcha ati ofiif qabdu irratti hundaa'anii ilaalcha siif qaban tolfatu!


Ilaalcha ofii keef qabdu qorii ilaali ๐Ÿ†

@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
aalala jalqabaa ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน


Jaalala jalqabaa
Qulqulluu taliila
Mi'ooftuu akka dammaa
Tan hin qabne jiila


Fakkiin isii adda
Maalitti haa fakkeessu
Ijoollummaa jedhuu
Lafarra daaddisuu

Eeyyeen ijoollummaa
Amma naaf fakkaatte
Cubbuu takkan qabdu
Garaatti baadhattee

Isii kennaa rabbii
Tan badhaasa uumaa
Maaf balleessitu nurraa
Irraa fixxee dhama
Goggogsitee garaa
Addeessitee qaama


Nuuf haa deebitu jennee
Jaalalti jalqabaa
Haa gaafannuu maaloo
Numaaf bu'aa qabaa
Silaa namni hundi
Abdii gaarii qabaa
Hamilee horatee
Hojiidhaaf ta'aabaa

Yaa ilma namaa kadhadhu
Jaalala qulqulluu
Tan idduma hundaa
Mul'attu akka tulluu

Gaafa isiin jirtu
Namni wal iyyaafata
Garaan soba barre
Dhugaadha dubbata
Kanaafuu yaa nama
Al tokko dhaabbataa
Ilaalladhu ofirraa
San booda jaalattaa
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
โœ…Waanuma qabdu, bakkuma jirtuu fi waanuma gochuu dandeessu gochuun jireenya kee jijjiiri!

โœYeroon yeroo itti waan dhabaniif boo'an miti; yeroo itti waan qabaniin mo'anidha malee! ๐Ÿ”ฅ

@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
๐Ÿ™‡โ€โ™‚  Hin yaadin waan dabaa

         Hin yaadin waan dabaa
         Baal'oo rabbittu qabaa
         Deemsa milaa kettirraa
         Keennaa guddaattuu jiraa.
         ~
โœ Jirreenyaa kee jijjirruuf
       Hin baalleessin waan firma
       Kan har'aa innii argatte
       Boruu siif darbuuf jirraa.
       ~
๐Ÿ™ wan raabbiin hin jaalane
       Waajin jirraachuf dhahran
       Ilaalchaa gadhee dhalee
      Wal sobuf karaa maraan.

โœ Gatii walii wal mutineers
      Kan bakkii addaan maaluf
      Dagatee rakkoo darbite.
Dambalii yaada keetu
Qalbii oliif gadi fiigsaa
Karaan jaalala dhugaa
Hidda onnee dhiigsaa.
~
Suuraa keenya ilaaleen
Yeroo hunda si yaadaa
Waan darbe madaaleen
Sumaaf seena waadaa.
~
Gola onnee keessatti
Mana jaalalaa ijaarraa
Hiree jiruu waliif taana
Baroota waliin jaarraa.
~
Miiltoo karaa jireenyaa
Egeree boruu akeekna
Jabaannee dhaabanna
Galma keenyas beekna.

Guutamaa Iddoosaa tiin
๐Ÿ–Add me @ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
Yeroo tokko tokko ๐Ÿ˜”

Addunyaan kun bitaacha
Toora siif hin galtuu
Wanta hamaa malees
Gaarii siif hin dhaltuu

Si jeeqxi si miiti
Dabaa sitti yaaddii
Gaarii keef osoo hin taane
Hamaa keetiif aaddii

Milkaa'insa keetiif
Bakka laachuu jibbitii
Haalaan sin gammachiistu
Haalumaan si miitii

Hundumaafuu ......

Fayyuma ta'u wayya
Waanta darbetti dhiisaa
Gaafa aduunkee baatees
Rabbumatus si kiisaa ๐Ÿ™

@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
Namoonni heedduun ganama yeroo hirriba irraa kaโ€™an...

1) Gareen tokko akkuma hirribaa dammaqaniin bilbila isaanii fudhatanii ilaaluu jalqabu.

2) Gareen biroon immoo jilbeenfataniis ha taโ€™u akkuma fedhanitti uumaa isaanii kan nagaan isaan bulche galateeffatu๐Ÿ‘

3) Gareen biroon immoo osoo rafanii yeroon hojii itti dabarraan fuula dhiqachuuf iyyuu yeroo dhabanii akkuma bulanitti kaโ€™anii bakka hojii isaaniitti fiigu.

4) Gareen biroon immoo hirribaayyuu hin kaโ€™an. Achuma ciisaa oolanii saโ€™atii 5 booda kaโ€™u.

Garee kanneen keessaa kam jalatti ramadamta?

@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
#Har'i guyyaa keeti; osoo kan kee hin taanee hin agartu turte!
#Bor guyyaa biraadha; yoo waaqni dabarsee guyyicha siif laate dogoggora guyyaa har'aa irra hin deebi'in!
#Abdii kutachuun dhiiga koo keessa hin jiru!

#Yaa Waaqayyo, maalif akka har'a dammaquun koo barbaachise yoon dagadhe, na yaadachiisi; yoon hin beeknemmoo na barsiisi! ๐Ÿ™
โžก๏ธGuyyaa har'aa jiraachuu keetiif qalbii galataa fi gammachuun guuteen ciisii boqodhu!

@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
โค๏ธ๐Ÿ‘ Baayyeen sii jaladha
           Hin fedhu sii dhabu
           Kan biraa jaallachuf
           Onnee lama hin qabuu
           Waadaa gaafa durba
           Hunduuma isaa eegee
           Onnee koo qulqulluun
           Jaalalaaf wareegee

                     โค๏ธโ€๐Ÿฉน Jaalalaa siif qabu
                           Qoosaati lakkofte
                           Gila onnee kee kessa
                           Jaalalaa koo olte
                           Yaadi kee na jeqee
                           Gaafa haalii cimtee
                           Si barbaadu yoommu
                           Jeette natti himte
       
  ๐Ÿคฆโ€โ™‚ Utuu siif dhipaadhu
        Balkan guyyaa cissee
        Utuu sii jaalladhu
       Siif dhisee si dhisee
https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
๐Ÿšถโ€โ™€Beenu๐Ÿšถ๐Ÿปโ€โ™€
  โ˜๏ธ Dhiisi jennaana diidee
        Anaan na dhaga'uu
        Namii hundii gaaru
        Akkaa koo sii ta'uu

                    ๐Ÿšถ๐Ÿฟโ€โ™€Beenu ergaa feet
                         Barbadii kan biraa
                         Raabbii kan naaf ume
                         Anaafis ni jiraa
                         ๐Ÿค
Kakuu baayโ€™ee Abdii meeqa utuu qabduu
Eegdee eegdee yoo dadhabduuโ€ฆ

โ€œHin abdadhuโ€ jettee diddaa?
Abdii kutteemmoo maal fiddaa?

Eelaan garaa - bowwuun mataa
Abdii kutnaan siif salphataa?
Yoos hiibboon kee hiika argataa?

Kana beeki Hagam turus karaan haqaa
Bakka abdatan namaan dhaqaโ€ฆ

Si dhukkubus imimmaan kee coccobsitee
Rakkoo harโ€™aa ciniinnattee yoo obsite,

Ni argita Bara aduun siifis baatu
Fagaatullee Kakuu kan kee ormi hin nyaatu!

๐Ÿ‘   โค๏ธ      ๐Ÿ’ฌ     โ™‚๏ธ
หกโฑแตแต‰  สณแต‰แตƒแถœแต— แถœแต’แตแตแต‰โฟแต— หขสฐแตƒสณแต‰

โœจใ€‚๏ผผ๏ฝœ๏ผใ€‚๐ŸŒท
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
   ๐Ÿ’”ใ€‚๏ผ๏ฝœ๏ผผใ€‚โบ
          #share
            #join
Sin jaalladha ittiin jennaan
boosee dhiisuu didde๐Ÿ˜๐Ÿ˜ Gammachudhayi wantichi๐Ÿ˜’

@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
#Guyyaa tokko hin deemta garuu, deebitee hin dhuftu. Guyyaa tokko hin rafta; garuu deebitee hin kaatu. Guyyaa  tokko ijikee walitti cufama garuu; deebi'ee hin banamu. Guyyaa tokko Namoonni irra deddebi'anii si waamu; Ati garuu, Eenyu jalaayyuu hin Owwaattu. Gaafas cidha waa'eekeef qophaa'utu jira; Ati garuu, si'a tokko illee mil'achuu hin dandeessu. Guyyichi har'a ta'uu danda'a. Boris ta'uu danda'a, Barreeffama kana akka dubbistee fixxeenis ta'uu danda'a. Waggaa dheeraa fi gabaabaa boodas ta'uu danda'a. Guyyichi hin beekamu! Guyyaan tokko garuu jira. Guyyaa warri si jaallatanis,  Si jibbaan si arguu dhaban jira.๐Ÿ˜ข
waligalaa guyyaa tokko ni duโ€ข โ€ขta๐Ÿ™„ Kanaaf har'a warra si jaallatanis si jibbanis jaalladhu! Bara Lafa kanarraa qabdutti gammadii, Uumaa kees namootas kabajaa jiraadhu! Har'umaa kaasii Isa sitti balleesseef dhiisi; Isa itti balleessites dhiifama gaafadhu! Jaalalan Addunyaa dhuunfaa kee keessa jiraadhu!

@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
Namoonni tokko tokko
karaa duubaa si waraananii
maal taatee dhiigda siin jedhu.๐Ÿ˜’

@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
๐Ÿ›– Manan itti gaalu
      Mukaan ijarraame
      Hirriibaf gad ciissee
      Yaada kee qabame

                         Xiqqoo akkaan raafen
                         Abjuun dararame
                         Saagalee ol kaasse
                         Al tokko sii waamee

๐Ÿ‘จโ€โœˆ๏ธ๐Ÿš” Police jalaalaan
            Marfamee qabamee
            Wanaan sii jalaadhef
            Hidhaatti galchamee
             
                            Hidhaa keessattile
                            Waa'ee kee jeqamee
              
    ๐Ÿ‘จโ€โš•๐Ÿš‘ Doktorrii na yaaluf
               Nati ijijjirramme
               Onnee koo keessaati
               Sii qofatuu argamee !!!!!!!!
โœ…๏ธ ๐Ÿ’  Ogummaa jalaalan
             Maada koo wala'aante
             Eessanan ol jedha
             Atoo na sakkaalatte
๐Ÿ’›๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ’–๐Ÿ‘‡๐Ÿ’š๐ŸŒน
https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
#Oolmaa kee guyyaa keessatti gonkumaa dogoggortee waantota kana hin dagatin๐Ÿ˜Š

#Ganama yeroo hirribaa kaatu osoo fuula hin dhiqatin dursitee uumaa Kee galateeffadhu! Maacafa qulquluu, Quran dubbisii!, Sana booda fuula dhiqachuun dirqama.

#Yoo qursii nyaattu qabaatte nyaattee hojii deemuu qabda. Yoo qursii hin qabdu taates akkanumaan bakka hojiikee deemuun dirqama.

#Yoo hojii hin qabdu taate immoo fuula kee dhiqadhuu qursii nyaadhuu deebiโ€™ii ciisi. Malee akka shamarran Buraayyuu bakkee kana keessa hin fandalalin blgee wayii๐Ÿ˜‘

#Misaa nyaachuunis dirqama waan taโ€™eef misaa nyaadhu. Misaa booda isa jiru garuu an hin beeku waan barbaadde hojjedhu dhimmakee keessa maaltu na galche anaan๐Ÿ˜ž

@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
๐Ÿ‘ Miidhaga uumatuu
      Sirraatti calaqqisa
     Jaalalikee na seene
     Eessan na lakkisaa
                                   
                           ๐Ÿ‘ Simboo sirraa tulle
                                 Biftuu barii caltaa
                                 Midhase si kullee
                                 Enyuu naf madalta
โžก Na siimattuu ragadatte
     
๐Ÿ‘ Moggatti heerregama galal
      Miraa nama saabbaata
       Akkuuma tulluu
๐Ÿ’–๐Ÿ‘‡๐Ÿ’š๐Ÿ‘‡๐Ÿ’ฏ
https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ