Burqaa jaalala dhugaa ๐Ÿ’“
2.47K subscribers
115 photos
2 videos
717 links
Jaalala dhugaa
Download Telegram
โค๏ธodoo wal jaalannuu jiruudhaan wal dhabaa,
Odoo wal jaalannuu jiruudhaan wal dhabaa,
Teessoo halaalaatuu nu ta'ee sababaa,
Na marse yaanni kee harkumaa na qabaa,
Footoo tee naa ergi ifiiniin sossobaa,
Suuraa tee naa ergii ifiiniin sossobaa!
๐Ÿ’‹Yeroo tokko tokko nama waa'ee keenya sekondii tokkofillee yaadee hin beekne yaaduun yeroo keenya balleessina!๐Ÿ’‹
โค๏ธJecha keessa koo naaf ibsu kan siis naaf gammachiisu addunyaa kanarraa barbaadeen dhabe. Onnee koo keessa jaalala dhugaa kan namni wal jaalatu waliif qabu caalaa waaniin siif qabuuf, jechi โ€˜siin jaaladhaโ€™ jaโ€™u natti saplate. Jechi biraa uumuuf ammoo dandeettiin dhabe. Mee maaluma jaโ€™ee jaalala too siif haa ibsu? Hangaan jecha miira keessa kootii kan dhugaa baasee naaf ibsu argadhuu siin jaaladhaa siin jachuuf dirqamullee; yeroon siin jaaladha siin jaโ€™u ati garuu yaadumaan jaalalliin siif qabu kan namoota addunyaa kanarratti wal jaalatanii mara akka caalu naaf hubadhu.๐Ÿ’‹
๐Ÿ‘ซNamoonni baayyeen Jaalalti nama miiti jedhu, kuni garuu soba. Kan nama miidhu kophummaadha. Jibbi si miidha, dhabuunis si miidha. Namoota baayyee kun jalaa wal dhawa, garuu dhugaan jiru; Jaalalti wanta cinqii sirraa balleessuun miirri gaariin akka sitti  dhagahamu taasitu takkittii addunyaa kanarra jirtuudha.๐Ÿ’˜
โœ”Namoonni baayyeen Jaalalti nama miiti jedhu, kuni garuu soba. Kan nama miidhu kophummaadha. Jibbi si miidha, dhabuunis si miidha. Namoota baayyee kun jalaa wal dhawa, garuu dhugaan jiru; Jaalalti wanta cinqii sirraa balleessuun miirri gaariin akka sitti  dhagahamu taasitu takkittii addunyaa kanarra jirtuudha.โœ”

Join and follow us @
https://t.me/qaaliilromo
โค๏ธWalaloo Jaalalaaโค๏ธ
Ani sumaan yaadaa
Hin rafu an halkuu
Lameen wal jaalate
Rabbiin wal hin dhoorkuu
Jaalalti haalaalaa
Fedhii namaa hin guuttuu
Abjuu dhugoomfannaa
Dafii natti koottuu
๐ŸŒทIlmi namaa cufti jaalala keessatti uumamte qaba. Garuu itti fayyadamuu irratti garaagarummaa qabna. Adoolf Hitlaruu jaalala hin qabu jechuun hin dandeenyu, garuu
Hammenyaatuu jaalala isaa mohate malee. Jibbansi waan baratamu malee waan wajjiin uumamnee miti. Namni yeroo dhalate jibbansi onnee isaa keessatti hin jirtu. ๐ŸŒท
==>Join and follow us @ https://t.me/qaaliilromo
#Intala: Anaa fi ji'a kamtu irra bareeda?
#Gurbaa: Hin beeku. Garuu kaniin beeku , yeroon si arge ji'a guutumatti niin dagadha; yeroon ji'a argu ammoo siin yaadadha!


๐Ÿ‘‰join us @ https://t.me/qaaliilromo
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
>odoo wal jaalannuu jiruudhaan wal dhabaa
>Odoo wal jaalannuu jiruudhaan wal dhabaa
>Teessoo halaalaatuu nu ta'ee sababaa
>Na marse yaanni kee harkumaa na qabaa
>Footoo tee naa ergi ifiiniin sossobaa
>Suuraa tee naa ergii ifiiniin sossobaaโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ sirba artistii keenya guddaa 'Aadam Haarun' keessaa kan fudhatame . ๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
@ https://t.me/qaaliilromo
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
๐Ÿ’๐ŸŒทHiriyaa tokko malee, maatii tokko malee, qarshii tokko malee jiraachuu niin danda'a. Garuu siin ala jiraachuun natti ulfaata.๐Ÿ‘ซ
@ https://t.me/qaaliilromo
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
๐ŸŒทYeroon si yaade fagoo deemuun na hin barbaachisu. Onnuma koo keessaan si ilaala. Sababni isaas achi keessa akka jiraattuun barbaada waan ta'eef. 
@ https://t.me/qaaliilromo

@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
>Nuti numa jirraa isin hoo akkam jirtan,
>Warri Facebook dhiistanii telegram fayyadamtan,
>Chaanaaliin haaraan dhufee baguma gammaddan,
Yoo join godhuun nu jajjabeessitan ,
>Jechoota gaggaariin ergaa dabarfattan,
>Jaalatamuu malee yoomuu hin jibbamtan.
  ๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’Join โค๏ธ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
๐ŸŒท๐ŸŒทHarka koo Istoovii ho'aa irra daqiiqaa tokkoof yoon kaa'u waan sa'aa tokkoof irra tursiise natti fakkaata, Harkaa koo dubra baareedduu takka irra sa'aa tokkoof yoon kaa'u garuu waan daqiiqaa tokkoof irra tursiise natti fakkaata! ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท  join this channel @ https://t.me/qaaliilromo
Dubbii Qabdii Dubbisi

Gaaftokko bakka abbaan warraa
Mana hin jirretti
Jaldeessi niitii leencaa
Argate dirreetti

Humnaaf dandeettisaa
Waa'ee gootummaasaa
Waan hu**uusaa diimesse
Dhiirummaa jedhee fakkeese

Booroo manaatti ol ba'ee
Yeroof mootii niitii leencaa ta'e.

Yeroo leenci alaa galu,
Niitiin fuula jijjiiratte.
Nyaara sassaabbattee,
Kan biraa fakkaatte.

'Maal taate har'ammoo'jedheen,
Of too'atee miira.
Ati dhiiraa mitii jetteeen
Ol seenii argi dhiira.

Yemmuu leenci booroo manaatti,
Deemsaaf ol akeeku.
Kunoo jaldeessaadha,
Isa inni duraan beeku.

Mootiin yeroof ture,
Baaxii manaatti ba'e.
Iyyaan lafa baqaqse,
Abjuu mootomuu raajii ta'ee.

Baaqum jechaa albaatii xarrisiisa
Baaqum- fincaan sharrisiisa
Baaqumii yoom danda'ee obsa
Baaqum -ammas dafqa cobsa.

Gootummaan yeroof,
Niitii leencaa ittiin dhiphise.
Albaatii of laaqqachiisee,
Jiraatti of salphise.

โœ๏ธAmiin
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
Anis nan boqodha!

Akkam jirta jedhee
Nagaa sigaafachuuf
Anoo akkan qabuu
Hojiin koo siyaaduu
Si arguuf araaduu
qofa akka ta'e
hunduu quba qabu

Ati garuu beektaa
Rakkoo kee isa kalee
Hubatteettaa laata
Sijaallee maraachuuf
Qarqara gahuukoo
Mee maaloo maal jettaa

Guyyuma jalqabaa
Gaafan si arge san
Keessi koo dhibamee
Midhaan bishaan miti
Haasaa namaattiyyuu
Qaatan nagaa dhaame

Yeroon karaa deemu
Namnin ani argu
Hunduu si fakkaata
Yeroon gara manaa galus
Girgiddaa mana koo
Bifuma kee baata

Yoon achi ilaalu
Yoon asis ilaalu
Suuruma keen arkaa
Yoon hirriba rafus
Na dursitee kortee
Hirriba na dhorkaa

Boqonnaa dhoowwitee
Lapheekoo rarraastee
Maal argattaa egaa
Maali yoo garaa laaffatte
Miidhamuun koo kunii
Maal bu'aa sii qabaa
Maalii yoo na dhiifte

Sinjaaladhuu anii
Sin barbaadu jettee
Yoo garaa na kutte

Maaf natti taphatta
Maaf na maraachita
Kun cubbuu guddaadhaa
Dawaa dhukkuba koof
Falasaa barbaadi
Anis nan boqodhaa!
~~
โ˜† https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
Seenaa ajaa'ibaa waa'ee nama Badhaasa Nagaa Nobel (The Nobel AwardS or 'Nobels utmรคrkelser' in Swedish) jalqabee hangam beeytu?
(Barruu kana yeroon bardheengaddaa Afaan Sweden baradhu kanin hubadherraa afaan keenyatti hiikee dhiheessuuf jedheen guyyaan badhaasaa dabarraan achumaan irraanfadhe. Edaa guyyaa badhaasni sun biyya keenya dhuftu eeguuf na irraanfachiise!)
Namni badhaasa kana eegale lammii Sweden, Alfred Nobel (1833โ€“1896) jedhama. Namni kun ogeessa Chemistry ture. Bara jireenya isaa keessatti dhuka'aawwan gurguddaa har'a addunyaan waraanaa fi hoji ijaarsaaf itti fayyadamtu sadi kalaqe. isaanis Dynamite (dimaamitii), Gelignite, and Ballistite. Meeshaaleen waraanaa gurguddaan har'a gabaa irra jiran baay'een isaanii jalqabbii nama kanaa irraa dagaagan. Bara jireenyaa isaa keessa hayyama abbummaa (patents) 350 ol argate. Kana irraas qabeenya guddaa horate. Nobel yeroo du'utti warshaalee meeshaa waraanaa 90 ol qabaachuu ture.
Ofii isaaf nama nagaa tahuyyuu, ogummaan isaa guddaan meeshaalee dhuka'oo hojjechuu waan taheef eebbaa fi dhaadessa dandeettii isaa gitu hin arganne. Bara 1888 osoo inni lubbuun jiruu obboleessi isaa Ludvig jedhamu boqote. Duuti obboleessa isaa sun dogoggoraan akka waan Nobel mataan isaa du'eetti afarfame. Inumaa gaazeexaan biyya Faransaa tokko "Le marchand de la mort est mort (the merchant of death is dead)" (Daldaltichi du'aa sun du'eera) jechuun gabaase.
Alfred Nobel osoo lubbuun jiruu gabaasa gaazexaa kanaa yoo dubbisu baay'ee rifate. Addunyaan akkamitti akka isa laalaa jirtu xiinxale. Gaafa du'e waan hamaan malee waan gaariin kan hin yaadatamne tahuu isaa hubate. Kanaafuu wayta saniraa qabee akka itti du'a booda maqaa gaarii dhiisee dabru xiinxale. Yaada Nobel Awards jedhu jalqabuu kan murteesses wayta kana. Badhaasa gosa shan ogummaa saayinsii afurii fi nageenyaan namoota gumaacha olaanaa taasisan waggaa waggaatti badhaasuu yaadni jedhu wayta kana dhalate. Qabeenya isaa hundumaas kanumaaf oolche. Badhaasota shanan keessaa afur Swedenitti kan qopheeffaman yoo tahu kan dhimma nagaa ammoo Norway Oslootti akka kennamu murteeffame. Yaada kana dhalchee korees itti ijaree eega amaanaa kennatee booda Mudde 10, bara 1896tti du'e. Bakki owwaalca isaa magaalaa guddoo Sweden Stockholm keessa iddoo Norra begravningsplatsen jedhamutti argama. Alfred Nobel bara jireenya isaatti hin fuune. Ilmoos hin horre.
Madda: Svenska fรถr invandrare (SFI) Kurs D @ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
Nutu dhuma malee hojiin hin dhumu; kanaafuu boqonnaa fudhachuu amaleeffadhu!
Jecha " busy" jedhu sababeeffattee waan akka hojiin dhumuutti boqonnaa of hin dhowwin.
Gidduudhaan uumama naannoo kee daawwadhu, firaa fi aantii kee waliin yeroo dabarsi, kolfii kofalchiisi, luka qullaa adeemi, ispoortii ba'ii hojjedhu,...
Dubartiin miskiina, feeling isii hamma dhiiraa dhoofkachuu hin dandeessu. Si jaalatti taanaan miirri ishii hundi ni ibsa. โ™ฅ๏ธ

Hin miidhina isaan kun uumama laafaa tokkooโค๏ธ
๐Ÿ“„ Xib xib godhee Imimmaan!

Boo'ee si deebisuufi
Hin arganne bakkakee
Kiisee sossobachuuf
Nan wallaalee akkakee

Akka nama ormaa
Garaa na dhokfattee
Gadoo qiimii guddaa
Narratti qabattee

Siif jedhee aaduukoo
Siif jedhee aaruukoo
Waan maraa dagattee
Utuun siif maraadhuu
Erga na baqattee

Anis maalan boo'aa
Xibxibgodhee imimmaan
Kan ofiin nama ganu
Jibbuu hin didu garaan

Kolfaan si geggeessaa
Beenu dhaqi dhimmakee
Anaaf sin qoodneefuu
Faannikee sigigaate

โœจใ€‚๏ผผ๏ฝœ๏ผใ€‚๐ŸŒท
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
   ๐Ÿ’”ใ€‚๏ผ๏ฝœ๏ผผใ€‚โบ
          #share
            #join
๐Ÿ”ฝ
๐—Ÿ๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚ ๐—ธ๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐˜€๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—๐—ฒ๐—ฑ๐—ต๐˜‚๐˜‚
๐—ถ๐˜€๐—ต๐—ฒ๐—ฒ ๐—•๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ถ๐—ป ๐—•๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐—ฎ๐—บ๐—ป๐—ฒ๐—ฒ
๐——๐—ผ๐—ธ๐˜๐—ผ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ๐—ป๐—ป๐—ถ ๐—›๐—ฒ๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚๐—ฑ๐—ต๐—ฎ
๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐—ฆ๐—ถ๐—ป ๐——๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐—ป๐—ฒ๐—ฒ

๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ฎ
๐—ก๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ๐—ป ๐—”๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฒ ๐—๐—ฎ๐—ฟ๐—ท๐—ฎ๐—ฟ๐˜๐—ฒ๐—ฒ
๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—ž๐—ผ๐—ผ ๐—›๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐˜‚๐—บ๐—ฎ๐—ฎ
๐—ด๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐˜๐—ถ๐˜€ ๐——๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐˜๐—ฒ๐—ฒ

๐—œ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—ž๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ผ๐—ผ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ
๐—š๐—ฎ๐—น๐—บ๐—ฎ ๐—š๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ค๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฒ๐—ฒ
๐—™๐—ถ๐—น๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—บ๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—›๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ธ๐—ผ๐—ผ
๐—ฏ๐—ฎ๐—ด๐˜‚๐—บ๐—ฎ๐—ป ๐—ฆ๐—ถ ๐—ค๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฒ๐—ฒ

โœจใ€‚๏ผผ๏ฝœ๏ผใ€‚๐ŸŒท
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
@ https://t.me/Jalalaadh๐ŸŒน๐Ÿ’Œ
   ๐Ÿ’”ใ€‚๏ผ๏ฝœ๏ผผใ€‚โบ
          #share
            #join