β€οΈJecha keessa koo naaf ibsu kan siis naaf gammachiisu addunyaa kanarraa barbaadeen dhabe. Onnee koo keessa jaalala dhugaa kan namni wal jaalatu waliif qabu caalaa waaniin siif qabuuf, jechi βsiin jaaladhaβ jaβu natti saplate. Jechi biraa uumuuf ammoo dandeettiin dhabe. Mee maaluma jaβee jaalala too siif haa ibsu? Hangaan jecha miira keessa kootii kan dhugaa baasee naaf ibsu argadhuu siin jaaladhaa siin jachuuf dirqamullee; yeroon siin jaaladha siin jaβu ati garuu yaadumaan jaalalliin siif qabu kan namoota addunyaa kanarratti wal jaalatanii mara akka caalu naaf hubadhu.π
https://t.me/JalalaadhπΉπ
https://t.me/JalalaadhπΉπ
Bareeduu koo gaafan siin jedhu, dhuguma bareeduu waan taateef miti . Sammuu koo shamarran bareeduutti haasaβaa jira jedhee Amansiisuuf malee
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
β«Kan gaa'ila godhate wal hiikuu kan barbaadu yoo ta'u kan hin godhatin immoo jaalatamuu barbaadu.
β«Ijoolleen guddachuu kan barbaadan yoo ta'u, warri guddatan immoo deebi'anii ijoollee ta'uu barbaadu.
β«Warri qacaraman yeroo bilisaa tokko tokko yoo barbaadan hoji dhabeeyyiin ammoo tasgabbii argachuu barbaadu.
β«Isaan dargaggeessi warra isaanii wajjin wal-qunnamuu hin fedhan osoo maanguddoon warra isaanii arguuf waanuma fedhe kennuufi.
β«Ummanni beekamaa ta'uu yoo barbaadan inni beekamaan immoo dhokachuu barbaadu.
π Akkasitti murtoo hin ariifatin, waan namoonni keessa jiran gonkumaa hin beektu waan ta'eef.
βͺ @ https://t.me/JalalaadhπΉπ

β€οΈYoo booyaa jiraatte imimmaan kee,
Yoo rafaa jiraatte abjuu kee,
Yoo gammadaa jiraatte kolfa kee,
Yoo dubbisaa jiraatte seeqa kee, Naaf ergi, si waliin qooddachuun barbaada.
ππππ
Yoo rafaa jiraatte abjuu kee,
Yoo gammadaa jiraatte kolfa kee,
Yoo dubbisaa jiraatte seeqa kee, Naaf ergi, si waliin qooddachuun barbaada.
ππππ
β€οΈodoo wal jaalannuu jiruudhaan wal dhabaa,
Odoo wal jaalannuu jiruudhaan wal dhabaa,
Teessoo halaalaatuu nu ta'ee sababaa,
Na marse yaanni kee harkumaa na qabaa,
Footoo tee naa ergi ifiiniin sossobaa,
Suuraa tee naa ergii ifiiniin sossobaa!
Odoo wal jaalannuu jiruudhaan wal dhabaa,
Teessoo halaalaatuu nu ta'ee sababaa,
Na marse yaanni kee harkumaa na qabaa,
Footoo tee naa ergi ifiiniin sossobaa,
Suuraa tee naa ergii ifiiniin sossobaa!
πYeroo tokko tokko nama waa'ee keenya sekondii tokkofillee yaadee hin beekne yaaduun yeroo keenya balleessina!π
β€οΈJecha keessa koo naaf ibsu kan siis naaf gammachiisu addunyaa kanarraa barbaadeen dhabe. Onnee koo keessa jaalala dhugaa kan namni wal jaalatu waliif qabu caalaa waaniin siif qabuuf, jechi βsiin jaaladhaβ jaβu natti saplate. Jechi biraa uumuuf ammoo dandeettiin dhabe. Mee maaluma jaβee jaalala too siif haa ibsu? Hangaan jecha miira keessa kootii kan dhugaa baasee naaf ibsu argadhuu siin jaaladhaa siin jachuuf dirqamullee; yeroon siin jaaladha siin jaβu ati garuu yaadumaan jaalalliin siif qabu kan namoota addunyaa kanarratti wal jaalatanii mara akka caalu naaf hubadhu.π
π«Namoonni baayyeen Jaalalti nama miiti jedhu, kuni garuu soba. Kan nama miidhu kophummaadha. Jibbi si miidha, dhabuunis si miidha. Namoota baayyee kun jalaa wal dhawa, garuu dhugaan jiru; Jaalalti wanta cinqii sirraa balleessuun miirri gaariin akka sitti dhagahamu taasitu takkittii addunyaa kanarra jirtuudha.π
βNamoonni baayyeen Jaalalti nama miiti jedhu, kuni garuu soba. Kan nama miidhu kophummaadha. Jibbi si miidha, dhabuunis si miidha. Namoota baayyee kun jalaa wal dhawa, garuu dhugaan jiru; Jaalalti wanta cinqii sirraa balleessuun miirri gaariin akka sitti dhagahamu taasitu takkittii addunyaa kanarra jirtuudha.β
Join and follow us @
https://t.me/qaaliilromo
Join and follow us @
https://t.me/qaaliilromo
β€οΈWalaloo Jaalalaaβ€οΈ
Ani sumaan yaadaa
Hin rafu an halkuu
Lameen wal jaalate
Rabbiin wal hin dhoorkuu
Jaalalti haalaalaa
Fedhii namaa hin guuttuu
Abjuu dhugoomfannaa
Dafii natti koottuu
Ani sumaan yaadaa
Hin rafu an halkuu
Lameen wal jaalate
Rabbiin wal hin dhoorkuu
Jaalalti haalaalaa
Fedhii namaa hin guuttuu
Abjuu dhugoomfannaa
Dafii natti koottuu
π·Ilmi namaa cufti jaalala keessatti uumamte qaba. Garuu itti fayyadamuu irratti garaagarummaa qabna. Adoolf Hitlaruu jaalala hin qabu jechuun hin dandeenyu, garuu
Hammenyaatuu jaalala isaa mohate malee. Jibbansi waan baratamu malee waan wajjiin uumamnee miti. Namni yeroo dhalate jibbansi onnee isaa keessatti hin jirtu. π·
==>Join and follow us @ https://t.me/qaaliilromo

#Intala: Anaa fi ji'a kamtu irra bareeda?
#Gurbaa: Hin beeku. Garuu kaniin beeku , yeroon si arge ji'a guutumatti niin dagadha; yeroon ji'a argu ammoo siin yaadadha!
πjoin us @ https://t.me/qaaliilromo
#Gurbaa: Hin beeku. Garuu kaniin beeku , yeroon si arge ji'a guutumatti niin dagadha; yeroon ji'a argu ammoo siin yaadadha!
πjoin us @ https://t.me/qaaliilromo
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
>odoo wal jaalannuu jiruudhaan wal dhabaa
>Odoo wal jaalannuu jiruudhaan wal dhabaa
>Teessoo halaalaatuu nu ta'ee sababaa
>Na marse yaanni kee harkumaa na qabaa
>Footoo tee naa ergi ifiiniin sossobaa
>Suuraa tee naa ergii ifiiniin sossobaaβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ sirba artistii keenya guddaa 'Aadam Haarun' keessaa kan fudhatame . ππππ
@ https://t.me/qaaliilromo

ππ·Hiriyaa tokko malee, maatii tokko malee, qarshii tokko malee jiraachuu niin danda'a. Garuu siin ala jiraachuun natti ulfaata.π«
@ https://t.me/qaaliilromo
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
@ https://t.me/qaaliilromo
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
π·Yeroon si yaade fagoo deemuun na hin barbaachisu. Onnuma koo keessaan si ilaala. Sababni isaas achi keessa akka jiraattuun barbaada waan ta'eef.
@ https://t.me/qaaliilromo
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
@ https://t.me/qaaliilromo
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
>Nuti numa jirraa isin hoo akkam jirtan,
>Warri Facebook dhiistanii telegram fayyadamtan,
>Chaanaaliin haaraan dhufee baguma gammaddan,
Yoo join godhuun nu jajjabeessitan ,
>Jechoota gaggaariin ergaa dabarfattan,
>Jaalatamuu malee yoomuu hin jibbamtan.
ππππJoin β€οΈ https://t.me/JalalaadhπΉπ

π·π·Harka koo Istoovii ho'aa irra daqiiqaa tokkoof yoon kaa'u waan sa'aa tokkoof irra tursiise natti fakkaata, Harkaa koo dubra baareedduu takka irra sa'aa tokkoof yoon kaa'u garuu waan daqiiqaa tokkoof irra tursiise natti fakkaata! π·π·π· join this channel @ https://t.me/qaaliilromo
Dubbii Qabdii Dubbisi
Gaaftokko bakka abbaan warraa
Mana hin jirretti
Jaldeessi niitii leencaa
Argate dirreetti
Humnaaf dandeettisaa
Waa'ee gootummaasaa
Waan hu**uusaa diimesse
Dhiirummaa jedhee fakkeese
Booroo manaatti ol ba'ee
Yeroof mootii niitii leencaa ta'e.
Yeroo leenci alaa galu,
Niitiin fuula jijjiiratte.
Nyaara sassaabbattee,
Kan biraa fakkaatte.
'Maal taate har'ammoo'jedheen,
Of too'atee miira.
Ati dhiiraa mitii jetteeen
Ol seenii argi dhiira.
Yemmuu leenci booroo manaatti,
Deemsaaf ol akeeku.
Kunoo jaldeessaadha,
Isa inni duraan beeku.
Mootiin yeroof ture,
Baaxii manaatti ba'e.
Iyyaan lafa baqaqse,
Abjuu mootomuu raajii ta'ee.
Baaqum jechaa albaatii xarrisiisa
Baaqum- fincaan sharrisiisa
Baaqumii yoom danda'ee obsa
Baaqum -ammas dafqa cobsa.
Gootummaan yeroof,
Niitii leencaa ittiin dhiphise.
Albaatii of laaqqachiisee,
Jiraatti of salphise.
βοΈAmiin
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
Gaaftokko bakka abbaan warraa
Mana hin jirretti
Jaldeessi niitii leencaa
Argate dirreetti
Humnaaf dandeettisaa
Waa'ee gootummaasaa
Waan hu**uusaa diimesse
Dhiirummaa jedhee fakkeese
Booroo manaatti ol ba'ee
Yeroof mootii niitii leencaa ta'e.
Yeroo leenci alaa galu,
Niitiin fuula jijjiiratte.
Nyaara sassaabbattee,
Kan biraa fakkaatte.
'Maal taate har'ammoo'jedheen,
Of too'atee miira.
Ati dhiiraa mitii jetteeen
Ol seenii argi dhiira.
Yemmuu leenci booroo manaatti,
Deemsaaf ol akeeku.
Kunoo jaldeessaadha,
Isa inni duraan beeku.
Mootiin yeroof ture,
Baaxii manaatti ba'e.
Iyyaan lafa baqaqse,
Abjuu mootomuu raajii ta'ee.
Baaqum jechaa albaatii xarrisiisa
Baaqum- fincaan sharrisiisa
Baaqumii yoom danda'ee obsa
Baaqum -ammas dafqa cobsa.
Gootummaan yeroof,
Niitii leencaa ittiin dhiphise.
Albaatii of laaqqachiisee,
Jiraatti of salphise.
βοΈAmiin
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
Anis nan boqodha!
Akkam jirta jedhee
Nagaa sigaafachuuf
Anoo akkan qabuu
Hojiin koo siyaaduu
Si arguuf araaduu
qofa akka ta'e
hunduu quba qabu
Ati garuu beektaa
Rakkoo kee isa kalee
Hubatteettaa laata
Sijaallee maraachuuf
Qarqara gahuukoo
Mee maaloo maal jettaa
Guyyuma jalqabaa
Gaafan si arge san
Keessi koo dhibamee
Midhaan bishaan miti
Haasaa namaattiyyuu
Qaatan nagaa dhaame
Yeroon karaa deemu
Namnin ani argu
Hunduu si fakkaata
Yeroon gara manaa galus
Girgiddaa mana koo
Bifuma kee baata
Yoon achi ilaalu
Yoon asis ilaalu
Suuruma keen arkaa
Yoon hirriba rafus
Na dursitee kortee
Hirriba na dhorkaa
Boqonnaa dhoowwitee
Lapheekoo rarraastee
Maal argattaa egaa
Maali yoo garaa laaffatte
Miidhamuun koo kunii
Maal bu'aa sii qabaa
Maalii yoo na dhiifte
Sinjaaladhuu anii
Sin barbaadu jettee
Yoo garaa na kutte
Maaf natti taphatta
Maaf na maraachita
Kun cubbuu guddaadhaa
Dawaa dhukkuba koof
Falasaa barbaadi
Anis nan boqodhaa!
~~
β https://t.me/JalalaadhπΉπ
Akkam jirta jedhee
Nagaa sigaafachuuf
Anoo akkan qabuu
Hojiin koo siyaaduu
Si arguuf araaduu
qofa akka ta'e
hunduu quba qabu
Ati garuu beektaa
Rakkoo kee isa kalee
Hubatteettaa laata
Sijaallee maraachuuf
Qarqara gahuukoo
Mee maaloo maal jettaa
Guyyuma jalqabaa
Gaafan si arge san
Keessi koo dhibamee
Midhaan bishaan miti
Haasaa namaattiyyuu
Qaatan nagaa dhaame
Yeroon karaa deemu
Namnin ani argu
Hunduu si fakkaata
Yeroon gara manaa galus
Girgiddaa mana koo
Bifuma kee baata
Yoon achi ilaalu
Yoon asis ilaalu
Suuruma keen arkaa
Yoon hirriba rafus
Na dursitee kortee
Hirriba na dhorkaa
Boqonnaa dhoowwitee
Lapheekoo rarraastee
Maal argattaa egaa
Maali yoo garaa laaffatte
Miidhamuun koo kunii
Maal bu'aa sii qabaa
Maalii yoo na dhiifte
Sinjaaladhuu anii
Sin barbaadu jettee
Yoo garaa na kutte
Maaf natti taphatta
Maaf na maraachita
Kun cubbuu guddaadhaa
Dawaa dhukkuba koof
Falasaa barbaadi
Anis nan boqodhaa!
~~
β https://t.me/JalalaadhπΉπ
Seenaa ajaa'ibaa waa'ee nama Badhaasa Nagaa Nobel (The Nobel AwardS or 'Nobels utmΓ€rkelser' in Swedish) jalqabee hangam beeytu?
(Barruu kana yeroon bardheengaddaa Afaan Sweden baradhu kanin hubadherraa afaan keenyatti hiikee dhiheessuuf jedheen guyyaan badhaasaa dabarraan achumaan irraanfadhe. Edaa guyyaa badhaasni sun biyya keenya dhuftu eeguuf na irraanfachiise!)
Namni badhaasa kana eegale lammii Sweden, Alfred Nobel (1833β1896) jedhama. Namni kun ogeessa Chemistry ture. Bara jireenya isaa keessatti dhuka'aawwan gurguddaa har'a addunyaan waraanaa fi hoji ijaarsaaf itti fayyadamtu sadi kalaqe. isaanis Dynamite (dimaamitii), Gelignite, and Ballistite. Meeshaaleen waraanaa gurguddaan har'a gabaa irra jiran baay'een isaanii jalqabbii nama kanaa irraa dagaagan. Bara jireenyaa isaa keessa hayyama abbummaa (patents) 350 ol argate. Kana irraas qabeenya guddaa horate. Nobel yeroo du'utti warshaalee meeshaa waraanaa 90 ol qabaachuu ture.
Ofii isaaf nama nagaa tahuyyuu, ogummaan isaa guddaan meeshaalee dhuka'oo hojjechuu waan taheef eebbaa fi dhaadessa dandeettii isaa gitu hin arganne. Bara 1888 osoo inni lubbuun jiruu obboleessi isaa Ludvig jedhamu boqote. Duuti obboleessa isaa sun dogoggoraan akka waan Nobel mataan isaa du'eetti afarfame. Inumaa gaazeexaan biyya Faransaa tokko "Le marchand de la mort est mort (the merchant of death is dead)" (Daldaltichi du'aa sun du'eera) jechuun gabaase.
Alfred Nobel osoo lubbuun jiruu gabaasa gaazexaa kanaa yoo dubbisu baay'ee rifate. Addunyaan akkamitti akka isa laalaa jirtu xiinxale. Gaafa du'e waan hamaan malee waan gaariin kan hin yaadatamne tahuu isaa hubate. Kanaafuu wayta saniraa qabee akka itti du'a booda maqaa gaarii dhiisee dabru xiinxale. Yaada Nobel Awards jedhu jalqabuu kan murteesses wayta kana. Badhaasa gosa shan ogummaa saayinsii afurii fi nageenyaan namoota gumaacha olaanaa taasisan waggaa waggaatti badhaasuu yaadni jedhu wayta kana dhalate. Qabeenya isaa hundumaas kanumaaf oolche. Badhaasota shanan keessaa afur Swedenitti kan qopheeffaman yoo tahu kan dhimma nagaa ammoo Norway Oslootti akka kennamu murteeffame. Yaada kana dhalchee korees itti ijaree eega amaanaa kennatee booda Mudde 10, bara 1896tti du'e. Bakki owwaalca isaa magaalaa guddoo Sweden Stockholm keessa iddoo Norra begravningsplatsen jedhamutti argama. Alfred Nobel bara jireenya isaatti hin fuune. Ilmoos hin horre.
Madda: Svenska fΓΆr invandrare (SFI) Kurs D @ https://t.me/JalalaadhπΉπ