โ 8+8+8 rule
Madaala jireenya keessanii eeggachuuf seera kana fayyadamuu dandeessu ๐๐ป
Guyyaa keessan (sa'aatii 24) iddoo saditti adda qooddu;
1,) Sa'aatii 8tif cimaa hojjadhaa
2,) sa'aatii 8tif seeran rafaa
3,) sa'aatii 8 ammoo {3F, 3H, fi 3S } dhaf kennitu.
3F; Family, friend and faith.
3H; Health, hygiene and hobby.
3S; Soul, service and smile
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐๐จ๐จ๐ ๐ง๐ข๐ ๐ก๐ญ๐๐ผ

Heerumuun dura akkamitti akka kaballaa jala miliqaan baruun barbaachisaadha.๐ณ๐
@Dhandhama1
โก ใ ค โใ ค โใ ค โฒ
หกแถฆแตแต แถแตแตแตแตโฟแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต
@Dhandhama1
โก ใ ค โใ ค โใ ค โฒ
หกแถฆแตแต แถแตแตแตแตโฟแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต
#Merry_Christmas ๐๐
โBaga geessan! #Oromoo
โinikwandarase #Shaggar
โ Ashuu gatees #Wolaita
โHabaya hafakuu #Hadiya
โHawwalle keere illishinke #Sidama
โAshuu kosh elshide #Basketo
โAbale nuelo #Amaro
โCiฤ kon hฤ liip ke mal #Gambella
โBaka nakaytaan oba kaayteen #Konso
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โBaga geessan! #Oromoo
โinikwandarase #Shaggar
โ Ashuu gatees #Wolaita
โHabaya hafakuu #Hadiya
โHawwalle keere illishinke #Sidama
โAshuu kosh elshide #Basketo
โAbale nuelo #Amaro
โCiฤ kon hฤ liip ke mal #Gambella
โBaka nakaytaan oba kaayteen #Konso
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Shamarran tokko tokko tiktookii hojjachuu qofa osoo hin taane ittoo lukkuus hojjachuu baraamee!โ
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โ ๐๐ข๐ซ๐ซ๐ ๐ง๐๐ฆ๐ง๐ข ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ซ๐ซ๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐ ๐จ๐ง๐ค๐ฎ๐ฆ๐ ๐ง๐๐ฆ๐ง๐ข ๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ ๐ก๐ฎ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐๐ง๐๐'๐ฎ! @
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Lafti akka naannooftu qoratee kan bira kan gahee jalqaba isaa machoofuudha ๐ป๐บ
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐
๐๐๐ก๐ ๐๐จ๐จ๐ง ๐๐ข ๐๐๐๐ก๐
๐๐๐๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐ญ๐๐ง๐ข ๐ก๐๐ง๐ญยฐ๐๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐๐๐๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐ญ๐๐ง๐ข ๐ก๐๐ง๐ญยฐ๐๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Biqiltuu ati har'a bishaan obaaftu bor gaaddisa siif ta'uu danda'a.
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Dhiiri lafee sif hin tanee lafee si cabsa of eeggadhu sister โฅ๏ธ
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
#Arrabaan deemuurra lukaan adeemuu wayya.
Lukaan yoo karaa dheeraa adeemte deebitee aara galfatta; yoo arrabaan baayyee deemte (dubbatte), garuu wantoota dubbatte bakka buusuu yookaan balleessuu hin dandeessu.
Arraba kee of eeggannoodhaan fayyadami. Dadhabbiin qaamaa kamiyyuu fayyadama arrabaa dogoggoraa irra nii caala!

#Ayyaanaan Wal qabatee post nu qunnamaa turan ๐
๐๏ธ"Gaarii haadha ormaarra yartuu haadha ofii wayya"๐ฅ#post-ijoollee-biyya-hambaa
๐๏ธ"Fageenya na dhoowweef malee si yaaduu hin dhiifne harmee Koo"๐ฅ#post-ijoollee-univrsity
๐๏ธ"Koottaa daabboo nyaannaa"๐post-ijoollee-magaalaarraa-maatii-bira-deemanii
๐๏ธAyyaanni biyyatti hafe as maaltu jira๐ฅ#post-ijoollee-mana-kiraa-jiraatanii.
๐๏ธKanuma qaban qaqqabatu๐post laaxxee ayyaana qofaa dabarsee.๐
๐๏ธ"Ati qofaan waggaa kuma naaf jiraadhu tokkittii koo"๐#post nama dhihoo fuudhee
Isin Kam keessa jirtu?๐ hin baayyisiinaammoo๐

Wantoota dabbaran keessaa muraasa.๐
๐ฆDhiira ta'anii kophee Adii uffachuu. Hiyyeessa jedhanii nama tuffachuu๐
๐ฆDhiira ta'anii hantuuta baqachuu Akka durbaatti Sobanii kakachuu๐
๐ฆHaadha manaa ofii mataarratti baachuu๐๐พโโ๏ธ
Dhiira ta'anii marqaa da'aa nyaachuu๐ฅฑ
๐ฆKutaa kudha lamatti intiraansii kufuu
waliif yaaduu dhiisanii carraa walii cufuu
๐ฆHalkan ta'aa bulanii guyyaa saafaa muguu
Dargaggeessa ta'anii dhugaatii alkoolii dhuguu
Ammaaf kanuman jedha. Waan na dhaggeffattaniif hedduu galatoomaa๐๐ผ๐

๐ท๐ท## maaliif fagaatte? ##
Ati yaa giiftii koo
akkam fayyaa jirtaa?
Onnee koo tarsaastee
maaliif addaan cirtaa?
sammuu koo rarraastee
maaliif addaan hirtaa?
""
""
yaanni kee namarsee
garaa koo nanyaatee
dhufee silaaluudhaaf
karaatu fagaatee
hawwii koo inni guddaan
baga nagaya taatee
""
""
Anarraa fagaattee
jiraattus halaalaa
aduu samiirrattiin
gaaddidduu tee laalaa
du'us sumarrattiin
du'e kaa jaalalaa
""
""
Qilleensi bubbisee
dhukkee lafaa kaasee,
Yaanni kee nagubee
garaa koo naraasee,
Halkan na tuttuqee
hirribaa na kaasee,
Huuraa fuula keetii
nadura rarraasee,
Anis olin ka'ee
uffata facaasee.
""
""
Situ halkan dhufee
onnee na korkodaa,
Tulluu meeqa dabreen
callisee si yaadaa,
Hadaraa jaalalaa
kee garaan maal yaadaa???
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Ati yaa giiftii koo
akkam fayyaa jirtaa?
Onnee koo tarsaastee
maaliif addaan cirtaa?
sammuu koo rarraastee
maaliif addaan hirtaa?
""
""
yaanni kee namarsee
garaa koo nanyaatee
dhufee silaaluudhaaf
karaatu fagaatee
hawwii koo inni guddaan
baga nagaya taatee
""
""
Anarraa fagaattee
jiraattus halaalaa
aduu samiirrattiin
gaaddidduu tee laalaa
du'us sumarrattiin
du'e kaa jaalalaa
""
""
Qilleensi bubbisee
dhukkee lafaa kaasee,
Yaanni kee nagubee
garaa koo naraasee,
Halkan na tuttuqee
hirribaa na kaasee,
Huuraa fuula keetii
nadura rarraasee,
Anis olin ka'ee
uffata facaasee.
""
""
Situ halkan dhufee
onnee na korkodaa,
Tulluu meeqa dabreen
callisee si yaadaa,
Hadaraa jaalalaa
kee garaan maal yaadaa???
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Milkaa'inni, gammachuun, qabeenyi fi fayyaan siin ala humaa hiikkaa hin qabu. jireenyaa koo hafe guutuu jaalalaan si waliin jiraachuun barbaada.
๐ทAni waa'ee kee yaaduu dhiisuu hin danda'u. Jecha koo naaf bareechita. Ati akkuma jirtu kanatti anaaf nama addaati!
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐ทAni waa'ee kee yaaduu dhiisuu hin danda'u. Jecha koo naaf bareechita. Ati akkuma jirtu kanatti anaaf nama addaati!
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐Guyyaan si argerraa
Kaasee hanga ammaa
Guyyuma guyyaadhaan
Na dabalaa deemaa
Yoon taa'uus yoon deemuus
Yaanni kan koo sumaa
Yoon rafuus yoon ka'uus
Sammuu na jeeqamaa
Onneen koo deddeebi'ee
Maqaa kan kee waamaa
Mee jalaa awwaadhu
Yookiin niin miidhamaa.
โค
Kaasee hanga ammaa
Guyyuma guyyaadhaan
Na dabalaa deemaa
Yoon taa'uus yoon deemuus
Yaanni kan koo sumaa
Yoon rafuus yoon ka'uus
Sammuu na jeeqamaa
Onneen koo deddeebi'ee
Maqaa kan kee waamaa
Mee jalaa awwaadhu
Yookiin niin miidhamaa.
โค
โค๏ธYeroon si yaade fagoo deemuun na hin barbaachisu. Onnuma koo keessaan si ilaala. Sababni isaas achi keessa akka jiraattuun barbaada waan ta'eef.
โค๏ธOnnee takka qabaachuun koo dhugaadha. Amma garuu gara kee imaltee jirti. Pls naaf kunuunsi b/c I have no heart and U have two.
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โค๏ธOnnee takka qabaachuun koo dhugaadha. Amma garuu gara kee imaltee jirti. Pls naaf kunuunsi b/c I have no heart and U have two.
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โค๏ธNamoonni baayyeen Jaalalti nama miiti jedhu, kuni garuu soba. Kan nama miidhu kophummaadha. Jibbi si miidha, dhabuunis si miidha. Namoota baayyee kun jalaa wal dhawa, garuu dhugaan jirtu; Jaalalti wanta cinqii nurraa balleessuun miirri gaariin akka nutti dhagahamu taasitu, takkittii addunyaa tanarra jirtuudha.!
๐Hidha armaan gadii kana tuquun chaanaalii kanatti makamaa.!
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐Hidha armaan gadii kana tuquun chaanaalii kanatti makamaa.!
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โค๏ธJecha keessa koo naaf ibsu kan siis naaf gammachiisu addunyaa kanarraa barbaadeen dhabe. Onnee koo keessa jaalala dhugaa kan namni wal jaalatu waliif qabu caalaa waaniin siif qabuuf, jechi โsiin jaaladhaโ jaโu natti saplate. Jechi biraa uumuuf ammoo dandeettiin dhabe. Mee maaluma jaโee jaalala too siif haa ibsu? Hangaan jecha miira keessa kootii kan dhugaa baasee naaf ibsu argadhuu siin jaaladhaa siin jachuuf dirqamullee; yeroon siin jaaladha siin jaโu ati garuu yaadumaan jaalalliin siif qabu kan namoota addunyaa kanarratti wal jaalatanii mara akka caalu naaf hubadhu.๐
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Bareeduu koo gaafan siin jedhu, dhuguma bareeduu waan taateef miti . Sammuu koo shamarran bareeduutti haasaโaa jira jedhee Amansiisuuf malee
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โซKan gaa'ila godhate wal hiikuu kan barbaadu yoo ta'u kan hin godhatin immoo jaalatamuu barbaadu.
โซIjoolleen guddachuu kan barbaadan yoo ta'u, warri guddatan immoo deebi'anii ijoollee ta'uu barbaadu.
โซWarri qacaraman yeroo bilisaa tokko tokko yoo barbaadan hoji dhabeeyyiin ammoo tasgabbii argachuu barbaadu.
โซIsaan dargaggeessi warra isaanii wajjin wal-qunnamuu hin fedhan osoo maanguddoon warra isaanii arguuf waanuma fedhe kennuufi.
โซUmmanni beekamaa ta'uu yoo barbaadan inni beekamaan immoo dhokachuu barbaadu.
๐ Akkasitti murtoo hin ariifatin, waan namoonni keessa jiran gonkumaa hin beektu waan ta'eef.
โช @ https://t.me/Jalalaadh๐น๐