Forwarded from Walaloo jaalala ๐๐๐น๐โ
#Ifaajjii jaalalaa.
Otoon jaalala keef
Asiif achi kaadhuu
Garaa kee jabaatte
Nan jette sin fedhuu
Anuu sin jaaladhaa
Abdii hin kutadhuu
Akkam na gootaree
Jibba kee hin fudhuu
Naaf hin liqimsamu
Jaalattees jibbitee
Kan koo siifan hima
yoo naaf liqimsitee
Si jaalachuu koo qofa
Anaaf kan naaf galte
Kan feete jaalattus
Kootiin kamtu gitee
Jaalachuu kee beekta
Nin beeka naaf galaa
Kan an si jaaladhuutu
Hundarraas siif caala
Ati koo hin beekturee
An Ofirraan si jaallaa
Naaf nahiin siin jedha
yaa bareedduu intalaa
Lakkii naa hin didinii
garaa naaf laaffisii
Jaalachuun badii miti
Naaf Hubadhuu dhiisi
Humna jaalalaa keeti
San Onnee kottii obsi
Hedduun si jaaladha
Anaaf Of Qopheessii
Sirraahin qabamee
Qalbiin si kajeelee
yoom akka na seente
Anuu nin wallaalee
Ijaan si argeetuman
Siif qabamee galee
jaalalaas hin beeku
Si jaalachuu malee
๐๐๐๐๐ฏ
https://www.tiktok.com/@nabseekoo0?_
Otoon jaalala keef
Asiif achi kaadhuu
Garaa kee jabaatte
Nan jette sin fedhuu
Anuu sin jaaladhaa
Abdii hin kutadhuu
Akkam na gootaree
Jibba kee hin fudhuu
Naaf hin liqimsamu
Jaalattees jibbitee
Kan koo siifan hima
yoo naaf liqimsitee
Si jaalachuu koo qofa
Anaaf kan naaf galte
Kan feete jaalattus
Kootiin kamtu gitee
Jaalachuu kee beekta
Nin beeka naaf galaa
Kan an si jaaladhuutu
Hundarraas siif caala
Ati koo hin beekturee
An Ofirraan si jaallaa
Naaf nahiin siin jedha
yaa bareedduu intalaa
Lakkii naa hin didinii
garaa naaf laaffisii
Jaalachuun badii miti
Naaf Hubadhuu dhiisi
Humna jaalalaa keeti
San Onnee kottii obsi
Hedduun si jaaladha
Anaaf Of Qopheessii
Sirraahin qabamee
Qalbiin si kajeelee
yoom akka na seente
Anuu nin wallaalee
Ijaan si argeetuman
Siif qabamee galee
jaalalaas hin beeku
Si jaalachuu malee
๐๐๐๐๐ฏ
https://www.tiktok.com/@nabseekoo0?_
Osoon onnee sif laadhe
Sagal kufee siif cabuu
Garan Kee Amma kana
Nattii jabachuu-n qabu
Kennaa waqatti male
Jaalalli hin qabuu cubbu
Onnerran sii jaladhaa
Tolee naaf jedhi lubbu
Dayimendi Yoon dhabes
Isa gaatiin Isaa cimaa
Onnerran sii jaladhaa
Jilbefadheen sitti himaa
Murtessan warqii mitim
Warqee isa gatii jabaa
Jalaala dhugaa tanan
Abaaboonuu hiikaa qabaa
JOIN & SHARE OUR TELEGRAM.
โก โใ ค โ โฒ
หกแถฆแตแต แถแตแตแตแตโฟแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต
@ Jaalala dhugaa
@ https://t.me/Jalalaadh

Telegram
Burqaa jaalala dhugaa ๐
Jaalala dhugaa
๐๏ธ Hariiroo Ija Kee Lamaanii Beektaa...? ๐๏ธ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Wal faana libsatu,
โ Wal wajjin socho'u,
โ Wal faana boo'u,
โ Wal faana waa ilaalu,
โ Wal faana dunuunfatu!
โ Haa ta'u malee wal hin argan; hiriyummaan akkana ta'uu qaba!
Jaalalalii;
โ Garammidha,
โ Obsadhaa,
โ Danda'adha!
:ยจยท.ยทยจ:
`ยท. โฃ๏ธ Jaalalalii dhugaan darbanna xiqqaan kan addaan ba'an osoo hin taanee; haalli kamiyyuu kan addaan nama hin fageessinee dha!
โ ๏ธ Jaalalli miidhaa miti!
โก โใ ค โ โฒ
หกแถฆแตแต แถแตแตแตแตโฟแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต
@ https://t.me/qaaliilromo โค

Sin_jaalladha_nama_ta'ee_akkamittaasi_jibba...
:ยจยท.ยทยจ:
`ยท. @ ๐น
Ati gaaf dhukkubsattu anis nan dhukkubsadha, madaan kee madaa kooti...yaa'iinsi imimmaan kee anaanis na boossisa....Imimmaan sirratti ilaalaa..hidhii koo addaan harkisee kolfuu hin danda'u...cabni kee caba kooti......Hanga ammatti gargarsaaf jedhee, hiriyyummaaf jedhee bineensa bira deemee hin beeku....Gaafa gaaffiin sammuu na yaabee, yaaddootti na awwaluuf deemu dhufeen icciiti koo sitti himadha....ati anaaf hamileedha...Rabbiin si'iin eebbisee naaf kenne....Kayyoo koo inni guddaniis hamma Rabbiin na gargaree wanaan qabu siif kennee darbuudha....Onnee kiyya ammoo si jaalatti. .Sammuu koo waa'ee kee yaada...Jaalala dhugaan si jaalladha...waa takkaanu sin madaalu...
Rabbiin koo balaa garagaraa irraa akka si eegu nan kadhadha..
Ati anaaf diina osoo hin taane fira kiyyaadha....Diina gaafa natti taatuu seenaanuu si aabara, waaqnis sitti mufata...Osoo ati hamaa natti yaaddeeyyuu jaalalliin ani siif qabu gonkuma gadi hin bu'u... Ati fakkatti kiyya, kanaafan si jaalladha. Uumaan keenya tokko...kanaafan si jaalladha...
Gaafan si jaalladhuu, nagaan koo naaf deebi'a kanafaan si jaalladha...
Wanaan beeku siif kennuuf yoomillee of hin qusaadhu...Ammaan naaf danda'amee...waan gaarii siif hojjachuuf tabba bahee, sululaas nan bu'a........Ani yaada kee, sanyii kee, biyya kee osoo hin taanee namummaa keen jaalladhee...
.Si jaallachuuf, dirqama amma ati na jaalatutti si eegu danda'u...An kanaan si jaalladhu waan na jaallattuuf osoo hin taane wanaan si jaalladhuufii....inniin ani Akkatti jaalladhu kun eenyu beekta
"NAMA" jedhama...
Sin_jaalladha_nama_ta'ee_akkamittaan nama_jibba...
Jaalala baadhee akkamittan jibbaa rabsa?...IHIm!
Mootii jaalala irra talalli jaalala wanaan wal'anameef..Jaalalan rabsa......Isiniin jaalladha...
Wal haa jaallannu;, waggaa kuma meeqa wal bira jirannaaf wal jibbinaree....
Qalbiin kee waan biraa shakkee hanga kana hunda dubbistee aarteerta yoo ta'eef dhiifama!
yoo sitti tole share gochuu dandeessa!๐๐๐๐
:
......โ๏ธ
:ยจยท.ยทยจ:
ยท. @ https://t.me/qaaliilromo ๐น

๐ฉทโค๏ธ๐Xalayaa jaalalaa kana jaalallee keessan affeeraa๐นโฅ๏ธ
Lubbuukoo,โฅ๏ธ
Qindaa'inni jechootaafi gadi fageenyi ergaa isaanii humna godhatanii jaalalan ani siif qabu Ibsuu dadhabanis, carraan jiru garuu waan na keessa jiru siif barreessee dhugaa jaalala koo siif ibsuu qofa. Ergan guyyaa tokko jedhee si wajjin jaalala eegaleetii kaasee jireenyi koo karaa ani yaadee hin beekneen jijjiirameera. Ati hundee gammachuu kooti, โโsababa kolfa kootii fi madda kaka'umsa koo dhuma hin qabneedha.โฅ๏ธ
Bakka ati jirtutti yeroon hiika hunda dhaba, yaaddoo fi baโaan hundi qilleensa haphii taโee narraa facaโa. Jaalalli kee dukkana limixii sodaachisaa keessattillee ifa ta'ee na gaggeessa.โฅ๏ธ
Gad fageenyi jaalala ani siif qabu ibsamuu hin danda'u. yeroo tokko tokko anumtuu amanuuf nan rakkadha. Jaalallikee wiirtuu jireenyaa koo hunda keessa seenee, lubbuu koofi kee akka hin cabnetti kan walitti hidhedha. Dha'annaan onnee koo hundi maqaa kee sirba, yaadoonni sammuu koo hoogganan martis waayee keeti.โฅ๏ธ
Hiika jaalalaa isa dhugaa, jechuunis jaalala keessatti obsa, gara laafessummaafi jaalala ofittummaa hin qabne na barsiifteetta. Deeggarsifi ijjannoon kee inni raafamne gufuu kamiyyuu akkan mo'u humna naaf kenneera.โฅ๏ธ
jireenya koo keessatti ba'aa mara qooddattee cinaa koo jiraachuu keetif galata guddaan siif qaba. Jaalalli kee miira kaayyoon haaromfameefi sababa guddummaaf carraaqu naaf kenneera.โฅ๏ธ
Kanaaf lubbuukoo, ati waan hundumaa kooti, bara baraan koo taatee akka na wajjin jiraattu nan amana jechaa ergaa kana haa xumuru. Hafuuran baafadhu hundaa keessatti akkan si kunuunsu fi si jaalladhu, waan ati hojjettu hunda keessatti akkan si deeggaru, akkasumas hiriyaa ati yeroo hunda itti hirkattu akkan taโu waadaa siif gala.โฅ๏ธ Waliin taanee seenaa jaalalaa qormaata injifate akka uumnu hin shakkuโฅ๏ธ
Bara baraa fi yeroo hundumaa sin jaaladha!โฅ๏ธ
@ https://t.me/qaaliilromo @ https://t.me/qaaliilromo

#Ani
Baayyeen si jaalladha
Hin fedhu si dhabuu
Kan biraa jaallachuuf
Onnee lama hin qabuu
Waadaa gaafa duraa
Hunduma isaa eegee
Onnee koo qulqulluun
Jaalalaaf wareegee
~
#Ati_immoo!
Jaalalaan siif qabuu
Qoosaatti lakkooftee
Gola onneeke keessaa
Jaalala koo ooftee
Yaadni kee na jeeqee
Gaafa haalli cimtee
Sin barbaadu yoomuu
Jettee natti himtee
~
#Egaa
Utuun siif dhippadhuu
Halkan guyyaa ciisee
Utuu#Ani
Baayyeen si jaalladha
Hin fedhu si dhabuu
Kan biraa jaallachuuf
Onnee lama hin qabuu
Waadaa gaafa duraa
Hunduma isaa eegee
Onnee koo qulqulluun
Jaalalaaf wareegee
~
#Ati_immoo!
Jaalalaan siif qabuu
Qoosaatti lakkooftee
Gola onneeke keessaa
Jaalala koo ooftee
Yaadni kee na jeeqee
Gaafa haalli cimtee
Sin barbaadu yoomuu
Jettee natti himtee
~
#Egaa
Utuun siif dhippadhuu
Halkan guyyaa ciisee
Utuun si jaalladhuun
Siif dhiisee si dhiisee..!
๐บ๐ฏ๐จ๐น๐ฌ
๐บ๐ฏ๐จ๐น๐ฌ
๐น๐น๐ น๐ พ๐ ธ๐ ฝ๐น๐น
๐น๐น๐ น๐ พ๐ ธ๐ ฝ๐น๐น
@ https://t.me/qaaliilromo โ
@ https://t.me/qaaliilromo โ
Baayyeen si jaalladha
Hin fedhu si dhabuu
Kan biraa jaallachuuf
Onnee lama hin qabuu
Waadaa gaafa duraa
Hunduma isaa eegee
Onnee koo qulqulluun
Jaalalaaf wareegee
~
#Ati_immoo!
Jaalalaan siif qabuu
Qoosaatti lakkooftee
Gola onneeke keessaa
Jaalala koo ooftee
Yaadni kee na jeeqee
Gaafa haalli cimtee
Sin barbaadu yoomuu
Jettee natti himtee
~
#Egaa
Utuun siif dhippadhuu
Halkan guyyaa ciisee
Utuu#Ani
Baayyeen si jaalladha
Hin fedhu si dhabuu
Kan biraa jaallachuuf
Onnee lama hin qabuu
Waadaa gaafa duraa
Hunduma isaa eegee
Onnee koo qulqulluun
Jaalalaaf wareegee
~
#Ati_immoo!
Jaalalaan siif qabuu
Qoosaatti lakkooftee
Gola onneeke keessaa
Jaalala koo ooftee
Yaadni kee na jeeqee
Gaafa haalli cimtee
Sin barbaadu yoomuu
Jettee natti himtee
~
#Egaa
Utuun siif dhippadhuu
Halkan guyyaa ciisee
Utuun si jaalladhuun
Siif dhiisee si dhiisee..!
๐บ๐ฏ๐จ๐น๐ฌ
๐บ๐ฏ๐จ๐น๐ฌ
๐น๐น๐ น๐ พ๐ ธ๐ ฝ๐น๐น
๐น๐น๐ น๐ พ๐ ธ๐ ฝ๐น๐น
@ https://t.me/qaaliilromo โ
@ https://t.me/qaaliilromo โ
Dhiroonni umurii isaani keessaa gidduu galeessaan waggaa 1 shammarran ilaalluun fixu.โบ๏ธ๐คทโโ
๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐ฎ๐ฌ๐
๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ
๐Jaalalti miidhaa miti.
:ยจยท.ยทยจ:
`ยท. @ https://t.me/qaaliilromo ๐น
๐๐๐๐ค๐ค๐๐ก๐๐ jaalala ๐ช๐ฝ
๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐ฎ๐ฌ๐
๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ
๐Jaalalti miidhaa miti.
:ยจยท.ยทยจ:
`ยท. @ https://t.me/qaaliilromo ๐น
๐๐๐๐ค๐ค๐๐ก๐๐ jaalala ๐ช๐ฝ
๐ณ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
๐ด๐ก๐ ๐ฟ๐ข๐๐๐ข๐ข ๐ก๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข,
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐โ๐
๐ต๐๐ ๐โ๐ข๐๐๐ ๐ ๐ ๐ค๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข
๐ต๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ฆ๐ข๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐ ๐โ๐ข๐๐๐
๐ค๐๐ ๐โ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐ข๐๐๐
๐ข๐๐ข๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐ก๐ข๐ข ๐๐๐๐๐
๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ก๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐โ๐๐,
๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐๐๐ ๐ข๐ ๐๐๐โ๐๐
๐๐๐โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐โ๐๐
๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข ๐ฆ๐๐๐๐๐ ๐โ๐๐๐ ๐
๐๐๐'๐๐ ๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐ ๐๐
๐ด๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ข ๐ก๐๐ ๐ข๐๐๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ข ๐๐๐๐๐ก๐๐
๐บ๐๐๐๐ โ๐๐๐ฅ๐๐, ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข ๐๐๐๐ ๐โ๐๐๐๐ก๐๐.
๐ต๐๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐ข ๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐ฝ๐๐โ๐ โ๐๐ ๐๐๐๐ข ๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐ ๐ข ๐๐๐๐๐๐
๐๐ฆ๐๐๐ก๐ ๐โ๐๐๐ ๐ ๐ ๐ข๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐.
๐ฝ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ข ๐๐๐๐
๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐.
๐ต๐ข'๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐๐ ๐๐๐
๐๐ ๐ค๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐ก๐๐ ๐๐๐๐ก๐,
๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐๐๐ ๐ข๐ ๐๐๐ก๐ก๐๐
๐ค๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ฆ'๐๐ ๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ก๐.
๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ ๐๐ก๐
๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐๐ ๐ ๐ก๐๐๐ก๐๐,
๐ก๐๐ ๐ข๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ข
โ๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐ก๐๐
Galatoomaa!
๐โฅ๏ธยฐยฐยฐสแดสแดแด ษขแดแดสษชษชยฐยฐยฐโฅ๏ธ๐
๐๐ฒ๐๐๐๐E ๐ฒ๐๐๐๐๐๐ฒ๐
๐ฏJOIN & ๐SHARE
โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐: @ https://t.me/qaaliilromo ๐นโค๏ธโค๏ธ
๐ @ https://t.me/qaaliilromo ๐นโค๏ธโค๏ธ
๐ @ https://t.me/qaaliilromo ๐นโฅ๏ธโฅ๏ธ

Onne koo keessa jirta. Eessa yoon jiraadhe iyyu yeroo kam keessatti iyyu akka ani si jaalladhu akka ati naaf bartun barbaada.
โ๏ธShare & Join โ
:ยจยท.โก.ยทยจ: Yeroo jaalalaa gaarii ๐
`ยท. ๐นhttps://t.me/qaaliilromo
โ๏ธShare & Join โ
:ยจยท.โก.ยทยจ: Yeroo jaalalaa gaarii ๐
`ยท. ๐นhttps://t.me/qaaliilromo
ilaa sister
Osoo sin fuudhin, osoo haadha manaa sin taasifatin wantoota erga walfuutanii gochuu qabdan; sex ta'ee wantoota osoo Gaa'ilatti hin seenin barbaachisaa hin taane irraa of qusadhu. Hagamillee si amansiisuf yaalus deebin kee NO akka ta'e ifaan ifatti itti himi. Yoo na jaalatte ani borus keetuma jedhiin. Namni tokko tokko si'i osoo hin taane wantoota sirraa argatu jaalata, siif osoo hin taane wantoota sirraa argatuuf iddoo kenna. Namni kun hanga wanta barbaadu san argatutti nama onneerraa si jaalatu caalaa si jaalata, qoreenillee akka si waarantu hin fedhu. halkanii guyyaa hirriiba hin qabu, hirriiba dhabe yoo siin jedhu atis dhuguma wanta lubbuu isaa dabarsee siif kennu sitti fakkaata. inni garuu dabarsee si kennuufi.
Erga argatee booda barbaaddullee hin argattu.
Kanaafuu wanta yeroo malee siif hin malle irraa of eegun kabaja ofiiif laadhu. Nagaan naaf turi
Jaalatamtoota maatii
โค๏ธ @ https://t.me/qaaliilromo โค๏ธ
Halkan ajaa'ibaa isiniif haa ta'u

SIN MARARFADHA
sin mararfadha sin jaaladha
qaamakoo qaama guutuu
jaalalakeef nan caba
siif lubbuunkoo haa duutuu
siif maaltu na mararaa
dabarseen siif of kennaa
dhugaanan si jaaladhaa
isa hin gaafanne beenyaa
mareekoo mararteekoo
kumakoo kitilakoo
umphaa koottuu na fudhu
kichuukoo biqilakoo
keessikoo siif gadoodaa
onneenkoo siif harganaa
guyyuu si dhabee hin turuu
si arguufan sardamaa
si argees natti hin furuu
osoon sin quufin deemtaa
qaamaan narraa fagaattee
yaadaan natti olseentaa
yerootu diina kootii
guyyaan daqiiqaa ta'aa
karaan dhumu hin mul'atuu
akkamittiin nu ga'aa
nun ga'u mararteekoo
kanaafan sihin hawwaa
hin fagaatin anarraa
si dhabnaan natti qaawwaa
jechoonni barraa'anii
toora yoo galaniyyuu
si ibsuu hin danda'an
mararteekoo yoomiyyuu
kanaafuu saruleekoo
bucheekoo qaroo waataa
narraa hin fagaatiinii
keessikoo na dhaabbataa
iiji kiyya simalee
lafa arguu dadhabdee
onneenkoo hojii dhaabdee
ati deemnaan gaggabdee
โฃโฃโฃโค๐โคโค๐๐โค๐งก๐๐๐๐๐ค๐ค
https://www.tiktok.com/@sabontulove2
sin mararfadha sin jaaladha
qaamakoo qaama guutuu
jaalalakeef nan caba
siif lubbuunkoo haa duutuu
siif maaltu na mararaa
dabarseen siif of kennaa
dhugaanan si jaaladhaa
isa hin gaafanne beenyaa
mareekoo mararteekoo
kumakoo kitilakoo
umphaa koottuu na fudhu
kichuukoo biqilakoo
keessikoo siif gadoodaa
onneenkoo siif harganaa
guyyuu si dhabee hin turuu
si arguufan sardamaa
si argees natti hin furuu
osoon sin quufin deemtaa
qaamaan narraa fagaattee
yaadaan natti olseentaa
yerootu diina kootii
guyyaan daqiiqaa ta'aa
karaan dhumu hin mul'atuu
akkamittiin nu ga'aa
nun ga'u mararteekoo
kanaafan sihin hawwaa
hin fagaatin anarraa
si dhabnaan natti qaawwaa
jechoonni barraa'anii
toora yoo galaniyyuu
si ibsuu hin danda'an
mararteekoo yoomiyyuu
kanaafuu saruleekoo
bucheekoo qaroo waataa
narraa hin fagaatiinii
keessikoo na dhaabbataa
iiji kiyya simalee
lafa arguu dadhabdee
onneenkoo hojii dhaabdee
ati deemnaan gaggabdee
โฃโฃโฃโค๐โคโค๐๐โค๐งก๐๐๐๐๐ค๐ค
https://www.tiktok.com/@sabontulove2
Namni wanta jaalatu qabu yeroo hundumaa lapheen isaa ho'aadha.
๐๐๐๐๐๐๐
๐โคโค๐โคโค๐
โค โค โค
โค ๐ก๐ค๐ซ๐ ๐ฎ๐ค๐ช โค
๐โค โค๐
๐๐โค โค๐๐
๐๐๐โค๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐
โค๏ธ https://t.me/qaaliilromo โค๏ธ
๐๐๐๐๐๐๐
๐โคโค๐โคโค๐
โค โค โค
โค ๐ก๐ค๐ซ๐ ๐ฎ๐ค๐ช โค
๐โค โค๐
๐๐โค โค๐๐
๐๐๐โค๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐
โค๏ธ https://t.me/qaaliilromo โค๏ธ
Hin jaalattu yoo tahe, jaalala isaa qeebaluuf qophii miti yoo tahe "Si hin jaaladhu, si qeebaluuf qophii miti" ja'iin. Kanaatu caala akkamittiin akkana ja'ee itti hima jattee odoo hin jaalanne waggaa dheeraaf itti fafakkeesitee booda isa gatuu irra.
Yoo akkana jatteenii sumatti daddeebi'ee si cinqe akka sirritti isaaf galuuf bakka inni Irraan si qunnamuu dandahu hunda irraahuu "Block" isa godhi, yeroo sun sirritti galaaf.
@ https://t.me/qaaliilromo โค
Yoo akkana jatteenii sumatti daddeebi'ee si cinqe akka sirritti isaaf galuuf bakka inni Irraan si qunnamuu dandahu hunda irraahuu "Block" isa godhi, yeroo sun sirritti galaaf.
@ https://t.me/qaaliilromo โค
Na dhagahi maaloo
Anaaf laadhu gurra
Wal darbaaf hifannan
Hin miidhaguu nurraa
Na hubadhuutii
Yaada koo dhagahi
Anis siif irkoodha
Irkoo anaaf tahi
Akka nu hin raasne
Qilleensi hammeenyaa
Akka taanu caallee
Ormaafuu fakkeenya
@ https://t.me/qaaliilromo
Anaaf laadhu gurra
Wal darbaaf hifannan
Hin miidhaguu nurraa
Na hubadhuutii
Yaada koo dhagahi
Anis siif irkoodha
Irkoo anaaf tahi
Akka nu hin raasne
Qilleensi hammeenyaa
Akka taanu caallee
Ormaafuu fakkeenya
@ https://t.me/qaaliilromo
Dubartii sirrii fuuta yoo tahe, harkaa waa dhabdee hiyyoomtuus akka mootiitti kabaja siif laatti. Dubartiin sirriin bara cufa keessa inuma jirti baayyinni isaanii xiqqaatullee, atumti ija kee dura qalbii kee banadhu !
โค๏ธ https://t.me/qaaliilromo โค๏ธ
โค๏ธ https://t.me/qaaliilromo โค๏ธ
Ana jibbuudhaan wanni ati jijjiiruu dandeessu yoo jiraate Onnee Kabajaf jaalala siif qabdu Akka isiin si jibbitu godhu qofa!๐ฏ