Si arguuf si eegeera.
Si beekuutti of deegeera.
Ati hin baramtu.
Ati hin argamtu.
Ati hin qabamtu.
Ati hin dhabamtu.
Si argeera garuu...
Gumaata jaalalaa sirraa hin qooddanne.
Si beekaaf si hin beeku dhaqees hin hooddanne.
Ammas homaa hin jedhu!
Homaa sin gaafadhu at qofaan jiraadhu!
Garuu...
Isan ittiin si jaal'e onneekoo naaf laadhu! 💔
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌

✅Namootni milka’an tarkaanfii fudhatu.
➡️Namootni milka’an iccitii tokko beeku ” Addunyaa kanarratti tattaafii malee bu’aan argamu akka hin jire; No gain without pain” jedhaniti amanu. Kanaaf bakka yaadan gahuuf sadarkaa garagaraatti murtii dabarsu/tarkaanfii fudhatu. Bakka yaadde gahuu yoo barbaadde afaaniin qofa haasa’uu hin qabdu;bakka yaadde kan si qaqqabsiisu tarkaanfii tokko tokko Fkn barataa ciimaa ta’uu akka barbaadu odeessuu osoo hin taane hojiitti seenuu qabda…cimsitee qo’achuu si barbaachisa.

# Osoo si taatee maal goota?
#Jireenya kee keessa Nama lamaatu jira.
✅1ffaa, Hedduu si jaalatti dhookfattees, ifa baafattees si hordofti. Mallattoo akka si jaalattu argisiisu mara irratti argitee jirta. Hedduu "care" si goote, waan siin taheefii sirraa argame hundaaf hedduu bakka laatti, si dinqisiifatti, Garuu #ulaagaalee ati lafaa qabdu, Nama tokko jireenya keetti dabaluuf waan kana kana guutuu qaban jettee kan ati tarreeffattee qabdu siif hin guuttu. Ulaagaalee kee San keessaa ulaagaa si jaalachuu qofa naaf guutti jettee yaadda.
✅2ffaa, Mallattoolee akka si jaalattu isii irraa mullisan xiqqollee irratti hin argitu. Yoo ati itti dhiyaachuu feetees karaa itti dhiyaattuun siif hin mijjeessitu, xiqqollee "care" si hin gootu, na jaalatti jechuuf xiqqollee mallattoo hin argitu. Ija laafummaaf akkana gooti akka hin jenne immoo nama si hin tahiniif immoo bakka siif qabdu kan caalu itti argisiisti.
Tahuus garuu ulaagaalee jireenyaa kan naaf guutuu qaban jettee nama tokko irraa eegdu irra caalaa isaa guuttattee jirti. Namni kun bultii keessatti naaf gargaara, maatii guddisuu keessatti nama itti gaafatamummaa isaa bahachuu danda'u jettee tilmaamtee jirta. Ulaagaalee ati lafaa qabdu keessaa kan na jaalachuu qaban jette qofa siif hin guutini.
Nama lamaan kana keessaa eenyuun filattee isaanii wajjiin bultii gad dhaabuu filatta?
✍Yaada keessaan "comment" jala barreessaa,

• Barachuu qofa miti, shaakali!
• Dubbisuu qofa hin godhin, hubadhu!
• Jijjiiramaa qofa ta'in, jijjiiri!
• Walitti dhufeenya qofa hin godhin, leellisi!
• Waadaa qofa hin seenin, mirkaneessi!
• Qeequu qofa miti, jajjabeessi!
• Yaaduu qofa miti, xiinxali!
• Fudhachuu qofa miti, kenni!
• Arguu qofa miti, yaadatti qabadhu!
• Abjuu qofa hin abjootin, hojjedhu!
• Dhaga'uu qofa miti, dhaggeeffadhu!
• Dubbachuu qofa miti, gochaan argisiisi!
• Himuu qofa miti, argisiisi!
• Argamuu qofa hin miti, jiraadhu!
✎ @ https://t.me/Jalalaadh🌹💌

#Obboleettii_gaarii_koo🙏
❤️ Shamarree kajamtuu ta’ii jiraadhu!.
Gatiin kee guddaa akka ta'e beeki. Dhiira kamiifuu jettee eenyummaa kee isa gatii guddaa qabu sana gad hin buusin!.
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
❤️ Shamarree kajamtuu ta’ii jiraadhu!.
Gatiin kee guddaa akka ta'e beeki. Dhiira kamiifuu jettee eenyummaa kee isa gatii guddaa qabu sana gad hin buusin!.
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
✅Dhukkuba jaalalaa (waantoota jaalala ykn hariiroo keenya miidhan):-
1. Waantoota xixiqqoo waldiduu.
❤️🩹Waantoota xixiqqoo yo waldidan yeroo sanaaf salphaa fakkaata. Fakkeenyaaf… “qodaa kana fuudhii achi kaa’i” jechuun kun waan salphaa fakkata …. “lakki” yoo inni tokko jedhe sammuun keenya galmeessaa deema. Dhumarratti gara dubbii ijoo “ati dhimma kiyya hin qabdu” jedhuutti dhufa.
2. Yoo wal lolan ykn walitti mufatan wal cufuu.
💕Jaalala keessaatti wal loluu ykn mufachuun waanuma jiru haa ta’u garuu namoonni tokko tokko lola isaanii walitti dubbachuudhaan baafatu. Kuun immoo walcufaniit eenyu akka dura haasofsiisu akka adurreef hantuutaa wal eeggatu. Abbaan dura haasofsise gadaantummmaadha jedhanii yaadu. Kanaaf yoo wal lolan walcufuun amala taanaan hammuma wallolan jaalalli badaa deema. Sababa lolaa osoo hin taane sababa WAL CUFUU! Kanaafuu wal hin cufiinaa.
3. Sammuu namaa keessatti waa dubbisuuf yaaluu ( Mindreading)
🩵Jaalaleewwan tokko tokko waan ati yaaddu nan beeka sammuu keessatti waliin jedhu. Kana garuu kan beeku Rabbi qofa. Kanaaf waan namni tokko hin duubbatiin akkasitti yaadda ykn akka sana gochuuf ati jedhanii abbaa dursanii lafa kaa’uun deemee deemee walitti bu’iinsa guddaa fida.
4. Hiriyyaa keessan nama biraa waliin wal hin dorgomsiisiinaa.
💙Hiriyyaan kee nama biraadha, siif adda. Kanaaf nama biraa waliin madaalsistee karaa kamiinuu olaantummaa ykn gadaantummaa hin kennin…
5. Hiriyyaa keessan to’achuuf hin yaaliinaa.
💜Hiriyyaan jaalalaan to’atama ykn to’atamti malee qamaan to’achuun dhumarratti lola fida

Maaf hin bartu ?
Alangee jaalala keen
Reebamee akkan dhiiguu
Bakka ati jirtu barbaacha
Bule ka'ee akkan fiiguu
Ija koo keessaa roobsee
Imimmaan akka bokkaa
Jedhe murteeffadhee
Sin dhiisu an gonkaa
Gola onnee koo keessa
Maree si kaawwadhee
Jaalala keen moo'amee
Dhaamsa sitti dhaammadhee
Otoon siitiif jecha
Meeqa Rakkoo arguu
Miidhama koo kana
Ati maaf naa bartuu ?
#ishee
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
Alangee jaalala keen
Reebamee akkan dhiiguu
Bakka ati jirtu barbaacha
Bule ka'ee akkan fiiguu
Ija koo keessaa roobsee
Imimmaan akka bokkaa
Jedhe murteeffadhee
Sin dhiisu an gonkaa
Gola onnee koo keessa
Maree si kaawwadhee
Jaalala keen moo'amee
Dhaamsa sitti dhaammadhee
Otoon siitiif jecha
Meeqa Rakkoo arguu
Miidhama koo kana
Ati maaf naa bartuu ?
#ishee
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
✅Tooftaalee Namoonni akka si jaallatan gochuuf si fayyadan Ja'an(6)
1. Garaakeerraa akka isaan feetu isaanitti himi ykn agarsiisi
2. Kokkolfi. Fuula gurraachesita ykn fuula guurta taanaan ilmoon keeyyuu si baqatti waan ta'eef.
3. Maqaa namootaa yaadachuu fi ittiin waamuun furtuu hariiroo dhala namaa akka taate hin dagatin.
4. Qalbii guutuun dhaggeeffadhu! Namoonni waa'ee ofiisaanii akka haasa'aniif jajjabeessi.
5. Waa'ee waan Namoonni baay'ee fedhanii ykn fedhii isaanii olaanaa haasa'i.
6. Namoonni akka ofitti gammadaniif isaan jaji. Kanas dhugaa garaa keerraa godhi malee hin fakkeessin.🥰

✅Kees Yeroon jira!
➡️Aduu fi Addeesi wal qixa hin ifan; Yeroo tokko (walqixa) Ifna osoo jedhaniis Uumamni hin eeyyamuuf, garuu lamaan isaaniiyyuu yeroo isaaniitti ni ifu.
✍Atis nama si cinaa milkaa'aa jiru yommuu argitu guyyaan koo yoomi? Uumaan waa'ee koo suuta jedhe(na dagate) yoo jettu guyyaan akka #Aduu guyyaa, akka #Addeessaa immoo dukkana itti ibsituu fi iftu jira waan ta'eef abdiidhaan deemi!

Warra si barbaadaniif jiraachuu qabda. Namoota amanamoo taʼan qofa wajjiin michuu taʼi. Warra sitti tolan waliin haasa'i. Warra si dinqisiifatanis galateeffadhu.
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
Yaada ☁️
▬▬▬▬▬▬
❤️ Beekkumsi qabaa barbaada. Beekkumsa caalaa yaadni barbaachisaadha. Sababni isaas beekumsi waan yeroo ammaa beeknuu fi hubannu hunda kan ibsu yoo ta’u, yaadni garuu waan ammallee argachuu fi uumuu dandeenyu hunda agarsiisa.
JOIN US: ❯❯ @ https://t.me/Jalalaadh🌹💌♡

1. Gatilkee fl Gitakee
"Gatiin kee ilaalcha gad bu'aa namni waa'ee keef qabuun hin murtaa'u." Gatiikee fi gitakee jechuun hanga kee fi bakka siif ta'u beekuu jechuudha. Biyya lafaa kanarra yeroo jiraattu gatiikee fi gitakee beekuudhaan jireenya jiraachuuf uumamte tokko jiraatta. Gatiinkee gita kee murteessa. Gitakee akka beektuuf gatiikee dursitee beekuun barbaachisaadha. Ati hangam geessa yoo siin jedhan, hanga gatii ofiif kennitee geessa jechuudha. Gatiinkee eenyuu wajjin akka sidhaabu ni hubatta.Kana jechuun koo dhalli namaa hundumtuu walqixa akka ta'e beeka garuu iddoo mul'ata kee fi namoota mul'ata kee wajjin hin deemne bira hin dhaabbattu jechuudha. Yeroo hundumaa gatiikee fi gitakee beekuuf gaaffilee kanneen hubachuu danda'uu qabda. Ati oflikeetiif eenyu? Ati mana keetiif eenyu? Ati hiriyoota kee biratti eenyu? Ati hawaasa naannoo kee wajjin jiraattu keessatti eenyu? ati biyya keessa jiraattu keessatti eenyu? Deebiin kun gatii ati ofiikeef qabdun murtaa'a. Ati eenyu gaaffii jedhuuf deebiin isaa, gatii ati ofiikeef qabduudha. Ati gatii keeti! Ati gatiikee osoo hin beekin, gita kee beekun sitti ni ulfaata.

✅Amaloota jaalala dhugaa
1. Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”,fi “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabin fayyadamuu.
2. Yoo balleessaa walirratti argan, hiriyyaa biraa, facebook fi namoota birootti haasa’uu dhiisaanii kallattumaan walitti haasa’uu.
3. Jireenya dhuunfaa qabaachuu jaalaleewwan lameenii.Jireenya waliinii akkuma qaban, jireenya dhuunfaa isaaniifis kabajaaf bakka qabaachuu qabu. Jireenyi isaanii 100% kan waliinii ta’uu hin danda'u.
4. . Jaalalli dhugaan gocha.Jaalalli dhugaan waan gochaan agarsiistu malee waan afaaniin odeessitu miti.
Jaalala dhugaa wal jaaladhaa!
@ https://t.me/qaaliilromo

Jijjiiramni tokko tokko nama dhukkubsa garuu barbaachisaadha.°
@ https://t.me/Jalalaadh🌹
━━━━━━━━━━━
🖋️@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
@ https://t.me/Jalalaadh🌹
━━━━━━━━━━━
🖋️@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
Bakka humni kee siif ga'ee ga'uuf fiigi malee, bakka namni biraa ga'ee gahuuf hin fiigiin🚶♀️
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
➡️Namoota ati abdii irra godhatte, hundumtuu yoo si gowwomsan; kan sin gowwomsine, yoo ati irraanffatte kan sin irraanfanne.😒
Yeroo ati gara isaatti deebitu, gammachuun kan ofitti si simatu uumaa jira.
Kanaaf, goonkumaa hin dhiphatin!🤍👏
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
Yeroo ati gara isaatti deebitu, gammachuun kan ofitti si simatu uumaa jira.
Kanaaf, goonkumaa hin dhiphatin!🤍👏
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
"Sin barbaadu"
Otoo akka hantuutaa
Boolla du'aa naaf qottuu
Muldhistee osoo hin taane
Dhokkattee ana loltuu
Ana miidhuuf jechas
Gatii osoo baastuu
Rafte osoo hin buliin
Badii koo otoo yaaltuu
Na cabsuuf na miidhuuf
Dullaa osoo natti baattuu
Ganamas galgalas
Hamaa osoo naatti yaadduu
Ijaan argaa koo jibbaa
Ilkaanin natti kolfaa
Garaatti hamaa yaadaa
Madaa kiyya horfaa
Sin barbaadu naan taatu
Ati hiriyyaa gaarii
Hiriyyaan keessi rirmaa
Hiriyyaa jedhamuun maalii ?
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
Otoo akka hantuutaa
Boolla du'aa naaf qottuu
Muldhistee osoo hin taane
Dhokkattee ana loltuu
Ana miidhuuf jechas
Gatii osoo baastuu
Rafte osoo hin buliin
Badii koo otoo yaaltuu
Na cabsuuf na miidhuuf
Dullaa osoo natti baattuu
Ganamas galgalas
Hamaa osoo naatti yaadduu
Ijaan argaa koo jibbaa
Ilkaanin natti kolfaa
Garaatti hamaa yaadaa
Madaa kiyya horfaa
Sin barbaadu naan taatu
Ati hiriyyaa gaarii
Hiriyyaan keessi rirmaa
Hiriyyaa jedhamuun maalii ?
@ https://t.me/Jalalaadh🌹💌
➡️Iyya keessoo keetii sitti iyyu dhaggeeffachuu jalqabi.
✍Mul'anni ati gara biyya lafaa kana dhufteef iyya keessa kee jiru sana galmaan ga'uuf dhuftee. Afaan Ingilliffaan "Inner Quest' jennee yoo waamne gaariidha. Gaaffii keessoo keetii yookin abjuu kee ganamaa wajjin dhalatte jechuudha. mul'atni fi Dhuguma uudhaafis Gatiikee iyya keessoo kee jiru dhugoomsuudhaan galmaan geessa. Iyya keessoo keetii sitti iyyu hin tuffatin. Gurra kenniif dhageefadhu. Inni immoo gaafa ba'ee hojiirra oolu gatii siif kennaatii. Eenyummaan gatii baasu yeroodhaaf waan gatii baasu hin fakkaatu.

✅Shaayii Dhuguu
****
Qorannooleen hedduun akka mul’isannitti shaayii dhuguun fayyummaa qaama keenyaaf faayidaa ol’aanaa ta’e qaba. Shaayiin wontoota carraa dhukkuba onnee, kaansarii fi dhukkuba sukkaaraan qabamuu hirdhisan of keessaa qaba.
➡️Shaayii dhuguun:
* Carraa dhukkuba onnee akka tasaa(Heart Attack) fi Istirookii (dhiigni sammuu keessatti jiguu/hiddi dhiigaa sammuu keessa jiru cufamuu) daran xiqqeessa.
* Lafeen keenya akka jabaatu godha.
* Koolestiroolii qaamaa keessa jiru hirdhisuu danda’a
* Dhiibbaa dhiigaa ol ka’aa ta’e gadi buusuu irratti faayida qaba
* Nyaata booda nyaanni nyaanne akka salphaan nuuf bullaayuuf ni gargaara
* Muraa garaa/ garaan yoo nama cinine namarraa laaffisu danda’a
* Fayyuuma fi jabinna ilkanii irrattis gahee guddaa qaba
* Foolii badaa afaaniis ni hirdhisa
* Sirni ittisa qaamaa akka jabaatu godha
* Qorannooleen tokko tokko akka agarsiisannitti carraa kaansarii sombaa, harmaa, fi piroosteetiitiin qabamuu ni hirdhisa
* Carraa dhukkuba Sukkaraa gosa lammeessoo (Type-II DM) tiin qabamu gadi buusa
* Dandeettii yaadachuu, qalbeeffachuu fi fulleffannaa ni dabala
—

➡️Waa'een kee yeroo tokko tokko siifiyyuu hin galu.
➡️Waa'een kee deebisee siif gaaffii yeroo itti ta'u qaba. Maaliif natti gaaffii ta'e jettee hin dhiphatin. Gaaffiin maaliif jedhu gara eenyummaa keessoo keetii barbaachuutti sigeessuu ni danda'aatii. Maaliif jechuun ka'umsa gatiikee fi gitakee argachuutiif sifayyadaatii. Gatiinkee fi Gitnikee maaliif sirrii irraa eegaluu qaba. Gitakee jechuun bakka eenyummaa kee isa dhugaaf madaalu jechuudha. Maatiin keenya dur yeroo nu gorsan akkas nuun jedhu; "Gitakee malee hin deemin."