โ
Erga Milkooftee Booda
โก๏ธHaamileen namootaa, yeroo milkooftu caalaa yeroo daandii milkaa'inaa eegaltu si barbaachisa. Addunyaan keenya, garuu faallaa kanaa jiraatti.
Erga ati injifattee haamilee fi ajaa'ibsiifannaa ishee siif gumaachiti; haata'u malee, yeroon akkasii yeroo haamileen itti si hin barbaachifnedha!
๐๐ซ๐ ๐ ๐ฆ๐ข๐ฅ๐ค๐จ๐จ๐๐ญ๐๐ ๐๐จ๐จ๐๐ '๐๐ข๐ข ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐' ๐๐ข ' ๐๐ญ๐ข ๐๐ข๐ฆ๐๐๐๐ก๐' ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ก๐ข๐ข๐๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ข๐ข ๐ช๐๐๐?
๐๐ญ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ค๐๐ง๐ ๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐ฎ ๐๐๐๐ค๐ญ๐; ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง '๐ก๐ข๐ง ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐ฎ' ๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐ฃ๐๐๐ก๐๐ง๐ข๐ข๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐๐ก๐๐ ๐๐๐ฌ๐ฌ๐ฎ!
โก๏ธKanaafuu yeroo daandii abjuu kee irra buutu haamilee dhabuu keetiif hin dinqifatin; dacheematu akkana!
Yeroo qofummaa irraa eegaltu sana haamilee of biraa hin dhabin!
Ofii kee of onnachiisi!
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐

โ Yeroo tokko tokko Namni kan Awwaalamu du'ee qofa miti.
Namni otuu lubbuun
jiruu Awwaalamus ni jira.
โ @ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Namni otuu lubbuun
jiruu Awwaalamus ni jira.
โ @ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โ Yaanni namni Siif kennu yeroo tokko tokko barbaachisaa ta'ullee, Geengoo jireenya kee naannessu garuu ta'uu hin qabu.
โ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Na dhukkuba harmee๐ญ
****
Imimmaankee roobee
Akka lolaatti lola'uu
Maddii keerra gad yaa'ee
Morma keetti dhangala'uu
Na dhukkuba yeroon arguu
Miidhama kee ilaalee
Furmaata siif laachuuf
Malasaan wallalee
#salaalee๐ฅฒ๐ฅฒโบ
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
****
Imimmaankee roobee
Akka lolaatti lola'uu
Maddii keerra gad yaa'ee
Morma keetti dhangala'uu
Na dhukkuba yeroon arguu
Miidhama kee ilaalee
Furmaata siif laachuuf
Malasaan wallalee
#salaalee๐ฅฒ๐ฅฒโบ
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Jaalala bitachuu hin dandeessu, garuu gatii guddaa kaffaltaafi.โค
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โโโโโโโโโโโ
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โโโโโโโโโโโ
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Dachee kanarratti utuu hin yaalin wanti gaariin gara namaa dhufu hin jiru.
Obbole, looteriiniyyuu warra yaaleef ba'a!
Yaali!
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Obbole, looteriiniyyuu warra yaaleef ba'a!
Yaali!
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Jireenyi kee jireenya keeti
Addunyaa keenya bahaa keessatti gaaffiin, " Yoo ati jireenya kee jiraachuu dhiiste, eenyuutu jireenya kee siif jiraata?" jedhu tokko jira.
Eenyullee jireenya kee kan siif jiraatu hin jiru.
Yaadadhu jireenyi kee jireenya keeti!

#Silaa Atis
Silaa Jiruuf karaa qabda
Akkuma eenyuus dhalatte
Seenaan baraan si yaadata
Yaasa mormaan qalamte!
Jiraachuuf dhalatte malee
Maaliree maqaan qalamuu
Dhiigni kee inni dhangala'ee
Waaqa duraa hin dhabamu
Silaa atis hinuma dhalatte
Hiree Oromummaa argattee
Ajjeefamuu hin qabdu ture
Akka hoolaatti qalamtee
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Silaa Jiruuf karaa qabda
Akkuma eenyuus dhalatte
Seenaan baraan si yaadata
Yaasa mormaan qalamte!
Jiraachuuf dhalatte malee
Maaliree maqaan qalamuu
Dhiigni kee inni dhangala'ee
Waaqa duraa hin dhabamu
Silaa atis hinuma dhalatte
Hiree Oromummaa argattee
Ajjeefamuu hin qabdu ture
Akka hoolaatti qalamtee
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Akka amala Ambulaansii gaafa rakkoo qofa iyyanii dhabamuutu; ummata kanatti gufuu bara baraa tahe!
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
#Silaa Atis
Silaa Jiruuf karaa qabda
Akkuma eenyuus dhalatte
Seenaan baraan si yaadata
Yaasa mormaan qalamte!
Jiraachuuf dhalatte malee
Maaliree maqaan qalamuu
Dhiigni kee inni dhangala'ee
Waaqa duraa hin dhabamu
Silaa atis hinuma dhalatte
Hiree Oromummaa argattee
Ajjeefamuu hin qabdu ture
Akka hoolaatti qalamtee
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Silaa Jiruuf karaa qabda
Akkuma eenyuus dhalatte
Seenaan baraan si yaadata
Yaasa mormaan qalamte!
Jiraachuuf dhalatte malee
Maaliree maqaan qalamuu
Dhiigni kee inni dhangala'ee
Waaqa duraa hin dhabamu
Silaa atis hinuma dhalatte
Hiree Oromummaa argattee
Ajjeefamuu hin qabdu ture
Akka hoolaatti qalamtee
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Si arguuf si eegeera.
Si beekuutti of deegeera.
Ati hin baramtu.
Ati hin argamtu.
Ati hin qabamtu.
Ati hin dhabamtu.
Si argeera garuu...
Gumaata jaalalaa sirraa hin qooddanne.
Si beekaaf si hin beeku dhaqees hin hooddanne.
Ammas homaa hin jedhu!
Homaa sin gaafadhu at qofaan jiraadhu!
Garuu...
Isan ittiin si jaal'e onneekoo naaf laadhu! ๐

Namootni milkaโan tarkaanfii fudhatu.
โก๏ธNamootni milkaโan iccitii tokko beeku โ Addunyaa kanarratti tattaafii malee buโaan argamu akka hin jire; No gain without painโ jedhaniti amanu. Kanaaf bakka yaadan gahuuf sadarkaa garagaraatti murtii dabarsu/tarkaanfii fudhatu. Bakka yaadde gahuu yoo barbaadde afaaniin qofa haasaโuu hin qabdu;bakka yaadde kan si qaqqabsiisu tarkaanfii tokko tokko Fkn barataa ciimaa taโuu akka barbaadu odeessuu osoo hin taane hojiitti seenuu qabdaโฆcimsitee qoโachuu si barbaachisa.

# Osoo si taatee maal goota?
#Jireenya kee keessa Nama lamaatu jira.
โ 1ffaa, Hedduu si jaalatti dhookfattees, ifa baafattees si hordofti. Mallattoo akka si jaalattu argisiisu mara irratti argitee jirta. Hedduu "care" si goote, waan siin taheefii sirraa argame hundaaf hedduu bakka laatti, si dinqisiifatti, Garuu #ulaagaalee ati lafaa qabdu, Nama tokko jireenya keetti dabaluuf waan kana kana guutuu qaban jettee kan ati tarreeffattee qabdu siif hin guuttu. Ulaagaalee kee San keessaa ulaagaa si jaalachuu qofa naaf guutti jettee yaadda.
โ 2ffaa, Mallattoolee akka si jaalattu isii irraa mullisan xiqqollee irratti hin argitu. Yoo ati itti dhiyaachuu feetees karaa itti dhiyaattuun siif hin mijjeessitu, xiqqollee "care" si hin gootu, na jaalatti jechuuf xiqqollee mallattoo hin argitu. Ija laafummaaf akkana gooti akka hin jenne immoo nama si hin tahiniif immoo bakka siif qabdu kan caalu itti argisiisti.
Tahuus garuu ulaagaalee jireenyaa kan naaf guutuu qaban jettee nama tokko irraa eegdu irra caalaa isaa guuttattee jirti. Namni kun bultii keessatti naaf gargaara, maatii guddisuu keessatti nama itti gaafatamummaa isaa bahachuu danda'u jettee tilmaamtee jirta. Ulaagaalee ati lafaa qabdu keessaa kan na jaalachuu qaban jette qofa siif hin guutini.
Nama lamaan kana keessaa eenyuun filattee isaanii wajjiin bultii gad dhaabuu filatta?
โYaada keessaan "comment" jala barreessaa,

โข Barachuu qofa miti, shaakali!
โข Dubbisuu qofa hin godhin, hubadhu!
โข Jijjiiramaa qofa ta'in, jijjiiri!
โข Walitti dhufeenya qofa hin godhin, leellisi!
โข Waadaa qofa hin seenin, mirkaneessi!
โข Qeequu qofa miti, jajjabeessi!
โข Yaaduu qofa miti, xiinxali!
โข Fudhachuu qofa miti, kenni!
โข Arguu qofa miti, yaadatti qabadhu!
โข Abjuu qofa hin abjootin, hojjedhu!
โข Dhaga'uu qofa miti, dhaggeeffadhu!
โข Dubbachuu qofa miti, gochaan argisiisi!
โข Himuu qofa miti, argisiisi!
โข Argamuu qofa hin miti, jiraadhu!

#Obboleettii_gaarii_koo๐
โค๏ธ Shamarree kajamtuu taโii jiraadhu!.
Gatiin kee guddaa akka ta'e beeki. Dhiira kamiifuu jettee eenyummaa kee isa gatii guddaa qabu sana gad hin buusin!.
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โค๏ธ Shamarree kajamtuu taโii jiraadhu!.
Gatiin kee guddaa akka ta'e beeki. Dhiira kamiifuu jettee eenyummaa kee isa gatii guddaa qabu sana gad hin buusin!.
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โ
Dhukkuba jaalalaa (waantoota jaalala ykn hariiroo keenya miidhan):-
1. Waantoota xixiqqoo waldiduu.
โค๏ธโ๐ฉนWaantoota xixiqqoo yo waldidan yeroo sanaaf salphaa fakkaata. Fakkeenyaafโฆ โqodaa kana fuudhii achi kaaโiโ jechuun kun waan salphaa fakkata โฆ. โlakkiโ yoo inni tokko jedhe sammuun keenya galmeessaa deema. Dhumarratti gara dubbii ijoo โati dhimma kiyya hin qabduโ jedhuutti dhufa.
2. Yoo wal lolan ykn walitti mufatan wal cufuu.
๐Jaalala keessaatti wal loluu ykn mufachuun waanuma jiru haa taโu garuu namoonni tokko tokko lola isaanii walitti dubbachuudhaan baafatu. Kuun immoo walcufaniit eenyu akka dura haasofsiisu akka adurreef hantuutaa wal eeggatu. Abbaan dura haasofsise gadaantummmaadha jedhanii yaadu. Kanaaf yoo wal lolan walcufuun amala taanaan hammuma wallolan jaalalli badaa deema. Sababa lolaa osoo hin taane sababa WAL CUFUU! Kanaafuu wal hin cufiinaa.
3. Sammuu namaa keessatti waa dubbisuuf yaaluu ( Mindreading)
๐ฉตJaalaleewwan tokko tokko waan ati yaaddu nan beeka sammuu keessatti waliin jedhu. Kana garuu kan beeku Rabbi qofa. Kanaaf waan namni tokko hin duubbatiin akkasitti yaadda ykn akka sana gochuuf ati jedhanii abbaa dursanii lafa kaaโuun deemee deemee walitti buโiinsa guddaa fida.
4. Hiriyyaa keessan nama biraa waliin wal hin dorgomsiisiinaa.
๐Hiriyyaan kee nama biraadha, siif adda. Kanaaf nama biraa waliin madaalsistee karaa kamiinuu olaantummaa ykn gadaantummaa hin kenninโฆ
5. Hiriyyaa keessan toโachuuf hin yaaliinaa.
๐Hiriyyaan jaalalaan toโatama ykn toโatamti malee qamaan toโachuun dhumarratti lola fida

Maaf hin bartu ?
Alangee jaalala keen
Reebamee akkan dhiiguu
Bakka ati jirtu barbaacha
Bule ka'ee akkan fiiguu
Ija koo keessaa roobsee
Imimmaan akka bokkaa
Jedhe murteeffadhee
Sin dhiisu an gonkaa
Gola onnee koo keessa
Maree si kaawwadhee
Jaalala keen moo'amee
Dhaamsa sitti dhaammadhee
Otoon siitiif jecha
Meeqa Rakkoo arguu
Miidhama koo kana
Ati maaf naa bartuu ?
#ishee
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Alangee jaalala keen
Reebamee akkan dhiiguu
Bakka ati jirtu barbaacha
Bule ka'ee akkan fiiguu
Ija koo keessaa roobsee
Imimmaan akka bokkaa
Jedhe murteeffadhee
Sin dhiisu an gonkaa
Gola onnee koo keessa
Maree si kaawwadhee
Jaalala keen moo'amee
Dhaamsa sitti dhaammadhee
Otoon siitiif jecha
Meeqa Rakkoo arguu
Miidhama koo kana
Ati maaf naa bartuu ?
#ishee
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โ
Tooftaalee Namoonni akka si jaallatan gochuuf si fayyadan Ja'an(6)
1. Garaakeerraa akka isaan feetu isaanitti himi ykn agarsiisi
2. Kokkolfi. Fuula gurraachesita ykn fuula guurta taanaan ilmoon keeyyuu si baqatti waan ta'eef.
3. Maqaa namootaa yaadachuu fi ittiin waamuun furtuu hariiroo dhala namaa akka taate hin dagatin.
4. Qalbii guutuun dhaggeeffadhu! Namoonni waa'ee ofiisaanii akka haasa'aniif jajjabeessi.
5. Waa'ee waan Namoonni baay'ee fedhanii ykn fedhii isaanii olaanaa haasa'i.
6. Namoonni akka ofitti gammadaniif isaan jaji. Kanas dhugaa garaa keerraa godhi malee hin fakkeessin.๐ฅฐ

Kees Yeroon jira!
โก๏ธAduu fi Addeesi wal qixa hin ifan; Yeroo tokko (walqixa) Ifna osoo jedhaniis Uumamni hin eeyyamuuf, garuu lamaan isaaniiyyuu yeroo isaaniitti ni ifu.
โAtis nama si cinaa milkaa'aa jiru yommuu argitu guyyaan koo yoomi? Uumaan waa'ee koo suuta jedhe(na dagate) yoo jettu guyyaan akka #Aduu guyyaa, akka #Addeessaa immoo dukkana itti ibsituu fi iftu jira waan ta'eef abdiidhaan deemi!

Warra si barbaadaniif jiraachuu qabda. Namoota amanamoo taสผan qofa wajjiin michuu taสผi. Warra sitti tolan waliin haasa'i. Warra si dinqisiifatanis galateeffadhu.
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐