Forwarded from Walaloo jaalala ๐๐๐น๐โ
Jalalaa keef jedheen gad jadhee jiradha silaa akka namaa an yoona nan maraadha
Kanaafan gad jedhee siif bitamee bula gubaan Jalalaa kess ni calaa mukukkula
Anis fedha kootii si wajjin jiraachuun oduu nama dhisee kaayyoo Koo filachuun
Kanaafan si jaalladheem kaayyoo Koo natti toltaa onnee Koo wajjin bultaa
Namni namaaf bitame gaaf tokko gurgurama namni muldhata qabu garuu kaayyoo isaaf bitama tps://www.tiktok.com/@hamdiidaawid?_t=8bTZxqUrg1d&_r=1
Kanaafan gad jedhee siif bitamee bula gubaan Jalalaa kess ni calaa mukukkula
Anis fedha kootii si wajjin jiraachuun oduu nama dhisee kaayyoo Koo filachuun
Kanaafan si jaalladheem kaayyoo Koo natti toltaa onnee Koo wajjin bultaa
Namni namaaf bitame gaaf tokko gurgurama namni muldhata qabu garuu kaayyoo isaaf bitama tps://www.tiktok.com/@hamdiidaawid?_t=8bTZxqUrg1d&_r=1
Forwarded from Walaloo jaalala ๐๐๐น๐โ
Utuun arguun jaamee
jaamaa of fakkeessee
skkan argaa hin jirretti
sobeen of amansise
Jaalala keef jedhen
Raatuu raata'aan ta'e
Si argachuuf jedhaan
Namummaati ba'e
Safuu uumaan cabse
Heeraaf seeraa uumaa
Sodaa maleen daake
Dhoqqee gowwumaa
Anaaf hubattaa laata
Tarii guyyaama tokko
Siif galuu danda lubuu too
๐๐๐๐๐๐
https://www.tiktok.com/@hamdiidaawid?_t=8bTZxqUrg1d&_r=1
jaamaa of fakkeessee
skkan argaa hin jirretti
sobeen of amansise
Jaalala keef jedhen
Raatuu raata'aan ta'e
Si argachuuf jedhaan
Namummaati ba'e
Safuu uumaan cabse
Heeraaf seeraa uumaa
Sodaa maleen daake
Dhoqqee gowwumaa
Anaaf hubattaa laata
Tarii guyyaama tokko
Siif galuu danda lubuu too
๐๐๐๐๐๐
https://www.tiktok.com/@hamdiidaawid?_t=8bTZxqUrg1d&_r=1
Forwarded from Walaloo jaalala ๐๐๐น๐โ
Osoo Jaalalti Tee
Taatee Tapha Joollee...
Silaa Niin Hifadha
Yeroon Wajjin Oole...
Garuu Jaalalti Tee
Naaf Hundee Jiruuti...
Gaafa Siin Wal Dhabde
Lubbuun Too Ni Duuti...
Akkaan If Hin Dhabne
Jiruu Too Naaf Guuti...
Jaalaltiin Siif Qabu
Hunda Bakka Buuti...
Haadhaafi Abbaarra
Khan Natti As Aanu...
Arraafi Borullee
Rabbi Siif Na Uume
Ture Ergan Baree
Kee Ta'uudhumaafuu
Lubbuukoo Baraare...
Bakkan Deemu Hundaa
Si Fudheen Adeema
Ofittii Sin Baasu
An Suman Kaddama
Yaaddookeen Huqqadhe
Kanaafin Gaddeema..
..
Qaamaan Qalladhullee
Keessi Koo Nagaadha
Dhukkuba Hin Qabu
Onneen Koos Fayyaadha
Yoon Rakkoo mudadhes
๐๐ฅ๐๐ฅ๐๐๐ https://www.tiktok.com/@hamdiidaawid?
Taatee Tapha Joollee...
Silaa Niin Hifadha
Yeroon Wajjin Oole...
Garuu Jaalalti Tee
Naaf Hundee Jiruuti...
Gaafa Siin Wal Dhabde
Lubbuun Too Ni Duuti...
Akkaan If Hin Dhabne
Jiruu Too Naaf Guuti...
Jaalaltiin Siif Qabu
Hunda Bakka Buuti...
Haadhaafi Abbaarra
Khan Natti As Aanu...
Arraafi Borullee
Rabbi Siif Na Uume
Ture Ergan Baree
Kee Ta'uudhumaafuu
Lubbuukoo Baraare...
Bakkan Deemu Hundaa
Si Fudheen Adeema
Ofittii Sin Baasu
An Suman Kaddama
Yaaddookeen Huqqadhe
Kanaafin Gaddeema..
..
Qaamaan Qalladhullee
Keessi Koo Nagaadha
Dhukkuba Hin Qabu
Onneen Koos Fayyaadha
Yoon Rakkoo mudadhes
๐๐ฅ๐๐ฅ๐๐๐ https://www.tiktok.com/@hamdiidaawid?
Forwarded from Walaloo jaalala ๐๐๐น๐โ
Akkamiin siif ibsuu
Jaalala na keessaa
Halkan nan raffisu
Guyyaa na joonjessa
Ganama haaraadha
Galgalas nii dhufa
Yoon waa'eekee yaadu
๐ซunuunfadheen kufa
Jaalalleekoo anii
Siif dhabeera fayyaa
Irriba dhiiseera
Maaluma naaf wayyaa?
Si malee hin barbaadu
Jedhee kakadheera
Nyaataaf dhugaatiikoo
Hunda dagadheera
Agabuun tiradha
Silaa maras dhiisee
Garaa na hoossisa
Halkan gaafan ciise.
Maal jetta mee waan koo
Anoo siif gaggabee
Ammayyuu nan boo'a
Adeemuu dadhabee
Kan biraan yoo hafe
Anoo gaaga'amee
Miidhamnikoo danuu
Utuu lakka'aamee
Miillikoo naafatee
Garaachikoo qooree
Fuullikoo shuntuuree
Ijnis natti kooree
โฃ๏ธโฃ๏ธโฃ๏ธโฅ๏ธโ๏ธ๐
https://www.tiktok.com/@hamdiidaawid?_
Jaalala na keessaa
Halkan nan raffisu
Guyyaa na joonjessa
Ganama haaraadha
Galgalas nii dhufa
Yoon waa'eekee yaadu
๐ซunuunfadheen kufa
Jaalalleekoo anii
Siif dhabeera fayyaa
Irriba dhiiseera
Maaluma naaf wayyaa?
Si malee hin barbaadu
Jedhee kakadheera
Nyaataaf dhugaatiikoo
Hunda dagadheera
Agabuun tiradha
Silaa maras dhiisee
Garaa na hoossisa
Halkan gaafan ciise.
Maal jetta mee waan koo
Anoo siif gaggabee
Ammayyuu nan boo'a
Adeemuu dadhabee
Kan biraan yoo hafe
Anoo gaaga'amee
Miidhamnikoo danuu
Utuu lakka'aamee
Miillikoo naafatee
Garaachikoo qooree
Fuullikoo shuntuuree
Ijnis natti kooree
โฃ๏ธโฃ๏ธโฃ๏ธโฅ๏ธโ๏ธ๐
https://www.tiktok.com/@hamdiidaawid?_
Wiirtuu
Jireenyaa
Jaalalti Dhugaa
Boqonnaa Sammuuti
Hiriyaan Dhugaa Dagalee Jiruuti
~Akka malee miidhamtee Osoo jirtu yoo obsitee uste miidhama kee saniif deebii kan barbaadde namarra Osoo hin taane ~Rabbii si uumeerraa akka tahe Ibsa.
~Dhugaa qabda,akka dhugaa qabdu keeysi kee beeka Rabbiinis beeka.
~Dhugaa tee tan Rabbiin si uumee fi keeysi kee kan nama hundarra si beekuu fi sitti anuu beeka taanaan ragaa nama biraa sin feesisu.
~Sababinsaa ooltee bultus dhugaan ifa baati ifiin ragaa ifiif taati.!
Dhugaan Saba kiyyaa fi tiyyas ifiin ifa baatee ragaa ifiif taati.!๐๐๐ฅhttps://www.tiktok.com/@hamdiidaawid?_
Jireenyaa
Jaalalti Dhugaa
Boqonnaa Sammuuti
Hiriyaan Dhugaa Dagalee Jiruuti
~Akka malee miidhamtee Osoo jirtu yoo obsitee uste miidhama kee saniif deebii kan barbaadde namarra Osoo hin taane ~Rabbii si uumeerraa akka tahe Ibsa.
~Dhugaa qabda,akka dhugaa qabdu keeysi kee beeka Rabbiinis beeka.
~Dhugaa tee tan Rabbiin si uumee fi keeysi kee kan nama hundarra si beekuu fi sitti anuu beeka taanaan ragaa nama biraa sin feesisu.
~Sababinsaa ooltee bultus dhugaan ifa baati ifiin ragaa ifiif taati.!
Dhugaan Saba kiyyaa fi tiyyas ifiin ifa baatee ragaa ifiif taati.!๐๐๐ฅhttps://www.tiktok.com/@hamdiidaawid?_
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐ง ๐ฃ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ฎ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐ง๐ง๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐๐ซ๐๐ฎ๐ฎ ๐ช๐๐๐๐.
๐๐๐๐ค๐ค๐ ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ง๐ข ๐ ๐จ๐จ๐ฅ๐ข๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐๐๐ค๐ญ๐ฎ ๐ญ๐๐๐ง๐๐ง ๐๐๐ฅ๐ฅ๐ข๐ฌ๐ญ๐๐ ๐ค๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐ก๐ข๐ข๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ค๐๐ ๐๐๐๐ฒ๐ข๐๐๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ช๐๐๐ฎ.
๐ ๐๐๐ฆ๐ง๐ข ๐ง๐๐ฆ๐ ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐๐ง๐๐'๐ฎ. ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ง๐๐ฆ๐ง๐ข ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐๐ค๐ค๐ ๐ง๐๐ฆ๐ง๐ข ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ข๐ข๐ซ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ ๐ฌ๐๐๐๐๐ ๐ญ๐'๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐'๐.
๐๐๐ฎ๐ค๐ค๐๐ง๐ง๐ข ๐๐ญ๐ข ๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ญ๐ฎ ๐ก๐ฎ๐ฆ๐ง๐ ๐ ๐ฎ๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐ญ๐๐ ๐ฆ๐ข๐ญ๐ข.๐๐ข๐ญ๐ฎ ๐ข๐๐ ๐ ๐ฎ๐๐๐๐ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ค๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐๐ก๐๐๐ฆ๐ฌ๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐ก๐๐๐๐๐๐ญ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐ ๐ฆ๐๐ฅ๐๐.
๐๐๐๐ฆ๐ง๐ข ๐ข๐ซ๐ซ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ข๐ข๐ง ๐ฐ๐๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐ช๐๐๐ง๐ ๐ฅ๐๐ค๐ค๐'๐๐ ๐จ๐จ๐ฅ๐ฎ,๐๐๐๐ง ๐ช๐๐๐ฎ ๐๐๐ ๐๐ญ๐.
๐ ๐๐๐ฆ๐ ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ ๐๐ข๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐๐ก๐๐ญ๐๐ฆ๐ ๐๐ก๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐, ๐ ๐๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐ง ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ซ๐๐ฆ๐ ๐๐ข๐๐ฎ ๐จ๐๐ฎ๐ฆ๐ ๐ค๐๐ ๐๐ข๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐๐ก๐๐ญ๐๐ฆ๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐ข ๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐๐ญ๐ข.
๐ ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ฅ๐ฅ๐ข ๐๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข ๐ ๐๐๐ซ๐ ๐ฒ๐จ๐จ ๐ญ๐๐๐ฌ๐ข๐ฌ๐ฎ.๐๐๐ฌ๐ข ๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐ ๐๐๐ซ๐ ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข
๐ญ๐๐๐ฌ๐ข๐ฌ๐.
Share waliif godha
๐๐๐๐โค https://www.tiktok.com/@nabseekoo0
๐๐๐๐๐ง ๐ฃ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ฎ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐ง๐ง๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐๐ซ๐๐ฎ๐ฎ ๐ช๐๐๐๐.
๐๐๐๐ค๐ค๐ ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ง๐ข ๐ ๐จ๐จ๐ฅ๐ข๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐๐๐ค๐ญ๐ฎ ๐ญ๐๐๐ง๐๐ง ๐๐๐ฅ๐ฅ๐ข๐ฌ๐ญ๐๐ ๐ค๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐ก๐ข๐ข๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ค๐๐ ๐๐๐๐ฒ๐ข๐๐๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ช๐๐๐ฎ.
๐ ๐๐๐ฆ๐ง๐ข ๐ง๐๐ฆ๐ ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐๐ง๐๐'๐ฎ. ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ง๐๐ฆ๐ง๐ข ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐๐ค๐ค๐ ๐ง๐๐ฆ๐ง๐ข ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ข๐ข๐ซ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ ๐ฌ๐๐๐๐๐ ๐ญ๐'๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐'๐.
๐๐๐ฎ๐ค๐ค๐๐ง๐ง๐ข ๐๐ญ๐ข ๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ญ๐ฎ ๐ก๐ฎ๐ฆ๐ง๐ ๐ ๐ฎ๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐ญ๐๐ ๐ฆ๐ข๐ญ๐ข.๐๐ข๐ญ๐ฎ ๐ข๐๐ ๐ ๐ฎ๐๐๐๐ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ค๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐๐ก๐๐๐ฆ๐ฌ๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐ก๐๐๐๐๐๐ญ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐ ๐ฆ๐๐ฅ๐๐.
๐๐๐๐ฆ๐ง๐ข ๐ข๐ซ๐ซ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ข๐ข๐ง ๐ฐ๐๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐ช๐๐๐ง๐ ๐ฅ๐๐ค๐ค๐'๐๐ ๐จ๐จ๐ฅ๐ฎ,๐๐๐๐ง ๐ช๐๐๐ฎ ๐๐๐ ๐๐ญ๐.
๐ ๐๐๐ฆ๐ ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ ๐๐ข๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐๐ก๐๐ญ๐๐ฆ๐ ๐๐ก๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐, ๐ ๐๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐ง ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ซ๐๐ฆ๐ ๐๐ข๐๐ฎ ๐จ๐๐ฎ๐ฆ๐ ๐ค๐๐ ๐๐ข๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐๐ก๐๐ญ๐๐ฆ๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐ข ๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐๐ญ๐ข.
๐ ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ฅ๐ฅ๐ข ๐๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข ๐ ๐๐๐ซ๐ ๐ฒ๐จ๐จ ๐ญ๐๐๐ฌ๐ข๐ฌ๐ฎ.๐๐๐ฌ๐ข ๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐ ๐๐๐ซ๐ ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข
๐ญ๐๐๐ฌ๐ข๐ฌ๐.
Share waliif godha
๐๐๐๐โค https://www.tiktok.com/@nabseekoo0
Forwarded from Walaloo jaalala ๐๐๐น๐โ
SIN MARARFADHA
sin mararfadha sin jaaladha
qaamakoo qaama guutuu
jaalalakeef nan caba
siif lubbuunkoo haa duutuu
siif maaltu na mararaa
dabarseen siif of kennaa
dhugaanan si jaaladhaa
isa hin gaafanne beenyaa
mareekoo mararteekoo
kumakoo kitilakoo
umphaa koottuu na fudhu
kichuukoo biqilakoo
keessikoo siif gadoodaa
onneenkoo siif harganaa
guyyuu si dhabee hin turuu
si arguufan sardamaa
si argees natti hin furuu
osoon sin quufin deemtaa
qaamaan narraa fagaattee
yaadaan natti olseentaa
yerootu diina kootii
guyyaan daqiiqaa ta'aa
karaan dhumu hin mul'atuu
akkamittiin nu ga'aa
nun ga'u mararteekoo
kanaafan sihin hawwaa
hin fagaatin anarraa
si dhabnaan natti qaawwaa
jechoonni barraa'anii
toora yoo galaniyyuu
si ibsuu hin danda'an
mararteekoo yoomiyyuu
kanaafuu saruleekoo
bucheekoo qaroo waataa
narraa hin fagaatiinii
keessikoo na dhaabbataa
iiji kiyya simalee
lafa arguu dadhabdee
onneenkoo hojii dhaabdee
ati deemnaan gaggabdee
โ๏ธ๐นโฃ๏ธ๐
https://www.tiktok.com/@nabseekoo0
sin mararfadha sin jaaladha
qaamakoo qaama guutuu
jaalalakeef nan caba
siif lubbuunkoo haa duutuu
siif maaltu na mararaa
dabarseen siif of kennaa
dhugaanan si jaaladhaa
isa hin gaafanne beenyaa
mareekoo mararteekoo
kumakoo kitilakoo
umphaa koottuu na fudhu
kichuukoo biqilakoo
keessikoo siif gadoodaa
onneenkoo siif harganaa
guyyuu si dhabee hin turuu
si arguufan sardamaa
si argees natti hin furuu
osoon sin quufin deemtaa
qaamaan narraa fagaattee
yaadaan natti olseentaa
yerootu diina kootii
guyyaan daqiiqaa ta'aa
karaan dhumu hin mul'atuu
akkamittiin nu ga'aa
nun ga'u mararteekoo
kanaafan sihin hawwaa
hin fagaatin anarraa
si dhabnaan natti qaawwaa
jechoonni barraa'anii
toora yoo galaniyyuu
si ibsuu hin danda'an
mararteekoo yoomiyyuu
kanaafuu saruleekoo
bucheekoo qaroo waataa
narraa hin fagaatiinii
keessikoo na dhaabbataa
iiji kiyya simalee
lafa arguu dadhabdee
onneenkoo hojii dhaabdee
ati deemnaan gaggabdee
โ๏ธ๐นโฃ๏ธ๐
https://www.tiktok.com/@nabseekoo0
Hundaa ol taatee
Tan anaaf argamte
Seeyfii jaalalatiin
Tan qalbiin qaramte
Shakkii takka malee
Ati naaf uumamte
Mee koottuu na laali
Bakkaan ani jiru
Sumaaf qilee bu'ee
Akkaan ani jiru
Onneen na madooytee
Akkaan fayyun jiru
Yoo sitaate malee
Namni yaalun jiru
Maaf na maraachita
Onnee na fannistee
Yaada jaalalaan
Qalbii na dhabsiiftee
Ani siin jaaladha
Sillee niin amana
Aniis siin jaaladha
Jedhi yaa namana
Rabbiitu na beeka
Akkaan sijaaladhu
Halkan abjuu keessaa
Yeroo an dhaadadhu
Hundaaf barbaadamtu
Tan akka shunkurtii
Ani sifudhee lixuuf
Mee naaf himi qurxii
Adii bareedduu too
Tan akka dinnichaa
Dhugaan na jaaladhu
Anan sobin bichaa
Dawaaf barbaadamta
Ati akka qullubbii
Namni hin dhagahin
Nuuf shaffani dubbii
Mi'eessituu shaayii
Tan akka sukkaaraa
Si argachuuf jedheen
Bu'ee baha gaaraa
Onneen na gubatte
Hin nyaanne barbaree
Suma argachuuf jedhen
Akkana jarjaree
Takka lama jedhee
Afuritti taree
Si argachuuf jedhen
Sadi irraan taree
https://www.tiktok.com/
@nabseekoo0
Tan anaaf argamte
Seeyfii jaalalatiin
Tan qalbiin qaramte
Shakkii takka malee
Ati naaf uumamte
Mee koottuu na laali
Bakkaan ani jiru
Sumaaf qilee bu'ee
Akkaan ani jiru
Onneen na madooytee
Akkaan fayyun jiru
Yoo sitaate malee
Namni yaalun jiru
Maaf na maraachita
Onnee na fannistee
Yaada jaalalaan
Qalbii na dhabsiiftee
Ani siin jaaladha
Sillee niin amana
Aniis siin jaaladha
Jedhi yaa namana
Rabbiitu na beeka
Akkaan sijaaladhu
Halkan abjuu keessaa
Yeroo an dhaadadhu
Hundaaf barbaadamtu
Tan akka shunkurtii
Ani sifudhee lixuuf
Mee naaf himi qurxii
Adii bareedduu too
Tan akka dinnichaa
Dhugaan na jaaladhu
Anan sobin bichaa
Dawaaf barbaadamta
Ati akka qullubbii
Namni hin dhagahin
Nuuf shaffani dubbii
Mi'eessituu shaayii
Tan akka sukkaaraa
Si argachuuf jedheen
Bu'ee baha gaaraa
Onneen na gubatte
Hin nyaanne barbaree
Suma argachuuf jedhen
Akkana jarjaree
Takka lama jedhee
Afuritti taree
Si argachuuf jedhen
Sadi irraan taree
https://www.tiktok.com/
@nabseekoo0
Forwarded from Walaloo jaalala ๐๐๐น๐โ
#Ifaajjii jaalalaa.
Otoon jaalala keef
Asiif achi kaadhuu
Garaa kee jabaatte
Nan jette sin fedhuu
Anuu sin jaaladhaa
Abdii hin kutadhuu
Akkam na gootaree
Jibba kee hin fudhuu
Naaf hin liqimsamu
Jaalattees jibbitee
Kan koo siifan hima
yoo naaf liqimsitee
Si jaalachuu koo qofa
Anaaf kan naaf galte
Kan feete jaalattus
Kootiin kamtu gitee
Jaalachuu kee beekta
Nin beeka naaf galaa
Kan an si jaaladhuutu
Hundarraas siif caala
Ati koo hin beekturee
An Ofirraan si jaallaa
Naaf nahiin siin jedha
yaa bareedduu intalaa
Lakkii naa hin didinii
garaa naaf laaffisii
Jaalachuun badii miti
Naaf Hubadhuu dhiisi
Humna jaalalaa keeti
San Onnee kottii obsi
Hedduun si jaaladha
Anaaf Of Qopheessii
Sirraahin qabamee
Qalbiin si kajeelee
yoom akka na seente
Anuu nin wallaalee
Ijaan si argeetuman
Siif qabamee galee
jaalalaas hin beeku
Si jaalachuu malee
๐๐๐๐๐ฏ
https://www.tiktok.com/@nabseekoo0?_
Otoon jaalala keef
Asiif achi kaadhuu
Garaa kee jabaatte
Nan jette sin fedhuu
Anuu sin jaaladhaa
Abdii hin kutadhuu
Akkam na gootaree
Jibba kee hin fudhuu
Naaf hin liqimsamu
Jaalattees jibbitee
Kan koo siifan hima
yoo naaf liqimsitee
Si jaalachuu koo qofa
Anaaf kan naaf galte
Kan feete jaalattus
Kootiin kamtu gitee
Jaalachuu kee beekta
Nin beeka naaf galaa
Kan an si jaaladhuutu
Hundarraas siif caala
Ati koo hin beekturee
An Ofirraan si jaallaa
Naaf nahiin siin jedha
yaa bareedduu intalaa
Lakkii naa hin didinii
garaa naaf laaffisii
Jaalachuun badii miti
Naaf Hubadhuu dhiisi
Humna jaalalaa keeti
San Onnee kottii obsi
Hedduun si jaaladha
Anaaf Of Qopheessii
Sirraahin qabamee
Qalbiin si kajeelee
yoom akka na seente
Anuu nin wallaalee
Ijaan si argeetuman
Siif qabamee galee
jaalalaas hin beeku
Si jaalachuu malee
๐๐๐๐๐ฏ
https://www.tiktok.com/@nabseekoo0?_
Osoon onnee sif laadhe
Sagal kufee siif cabuu
Garan Kee Amma kana
Nattii jabachuu-n qabu
Kennaa waqatti male
Jaalalli hin qabuu cubbu
Onnerran sii jaladhaa
Tolee naaf jedhi lubbu
Dayimendi Yoon dhabes
Isa gaatiin Isaa cimaa
Onnerran sii jaladhaa
Jilbefadheen sitti himaa
Murtessan warqii mitim
Warqee isa gatii jabaa
Jalaala dhugaa tanan
Abaaboonuu hiikaa qabaa
JOIN & SHARE OUR TELEGRAM.
โก โใ ค โ โฒ
หกแถฆแตแต แถแตแตแตแตโฟแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต
@ Jaalala dhugaa
@ https://t.me/Jalalaadh
Sagal kufee siif cabuu
Garan Kee Amma kana
Nattii jabachuu-n qabu
Kennaa waqatti male
Jaalalli hin qabuu cubbu
Onnerran sii jaladhaa
Tolee naaf jedhi lubbu
Dayimendi Yoon dhabes
Isa gaatiin Isaa cimaa
Onnerran sii jaladhaa
Jilbefadheen sitti himaa
Murtessan warqii mitim
Warqee isa gatii jabaa
Jalaala dhugaa tanan
Abaaboonuu hiikaa qabaa
JOIN & SHARE OUR TELEGRAM.
โก โใ ค โ โฒ
หกแถฆแตแต แถแตแตแตแตโฟแต หขแตแตแต หขสฐแตสณแต
@ Jaalala dhugaa
@ https://t.me/Jalalaadh
Telegram
Burqaa jaalala dhugaa ๐
Jaalala dhugaa