"Vision = Picture + Plan + Process!"
βββββββ±βΏβ°ββββββ
βοΈ Dhalli namaa waan hedduu hojjachuu danda'a.
βοΈ Nama Uumama kamiyyuu Caalatti jiraachuu fi yaaduu kan isa dandeessisu Mul'ata haaraa qabaachuu, waan fuuldura isaa jiru beekee xiyyeeffannoon jiraachuu fi itti adeemuu isaati.
"Mul'ata = Fakkii sirrii + Karoora + Adeemsa"
1οΈβ£ Wanta ta'uuf jirtu maalitti akka adeemtu har'a irra dhaabbattee fakkii sirrii isaa arguu qabda.
2οΈβ£ Karoorri kee (Abjuun kee) yeroo hundumaa hojii kee ta'uutu irra jiraata.
3οΈβ£ Adeemsa kee mirkaneessaa (Challenge hir'isaa) adeemuu qabda.
π Egaa kuni sadan walitti dhufanii Mul'ata ati yaaddee qopheessite bira gahuu si Dandeessisu.
π Namni kamiyyuuu haa xiqqaatuu haa guddatuu mul'ata mataa isaa qaba.
#I_HAVE_DREAM!π€
Ani Mul'ata nan Qaba yommuu jettu kanneen armaan gadii walbira qabi (consider) godhi!
The 3P Important for your Vision Development
1οΈβ£ Mul'ata kee adda baasi! (Picture)
2οΈβ£ Kaayyoo fi Karoora Qabaadhu! (Plan)
3οΈβ£ Irratti Hojjadhu! (Process)
βοΈ Warri Addunyaa keenya kanarratti beekamtii gurguddaa qaban, hundi baratanii miti, Mul'ata qaban akkaataa ta'uun itti fayyadamaniiti malee.
Share β»οΈ Join β»οΈ Share
Shareβ @ https://t.me/qaaliilromo

πEessa akka jirtu beekuu caalaa eenyu akka taate beekuutu si fayyada.
*Mataan kee gurra kee lamaan gidduu jiru qabeenya kee hunda keessaa isa guddaadha.
*Al tokkotti waan baay'ee hin yaadin.
Wanta yaaddu hunda sagantaadhaan yaadi.
πYeroon ati hojiif qabdu amma qofa ta'uu hubadhu.
πKaleessi seenaa bor immoo iccitiidha.
πdiinni milkaa'inaa inni guddaan milkaa'ina mataa isaati.
@ https://t.me/qaaliilromo

#Deemi !πΆ
Sin du'u sin gaggabu
Miira kiyya jeeqee
Sobees sin jaaladhu
Sitti kolfaa sesseqee
Sin gabbaru sin kadhadhu
Dhugaa jirtun sitti himaa
Haalli kee amma kuni
Fulduratti ni cimaa
Nun deemsisu jabeesse
Boruu mana hin ijaarruu
Wal lolaa waliin turaa
Jechaan wal hin abaarruu
...........................................
Erga dhabne tokkummaa
Jaalala maseensaa
Maaliif yeroo gubna
Onnee wal madeessaa
Hardha boru wal lolaa
Ija shakkiin wal ilaalaa
Kanarra maaltu dhufa
Kanas maaltu caalaa
Sababa barbaaddannee
Hamma jechaan wal reebnuu
Maaliif adda baanee
Gargar baanee hin teenyuu
Gargar ba'u wayya shaggee
Deemi imala gaarii
Carraa kee barbaadadhu
Of keessa gatii aarii !

β
#Hiyyeessa Gaaffii tokko gaafatan!
β‘οΈYeroo meeqa kufte jedhanii gaafannaan yeroo tokko diina koon yeroo kuma tokko immoo firootaa ykn hiriyoota koonan kufe jedhee deebise.
Kanarraa maal bu'aa argatteeree jedhamee gaafatamnaan Waaqayyoodha(Rabbin) argadhe jedhe.
Isin yeroo kuftan eenyu isin qaqqabe ykn eenyuun argattan?
‡οΈβ€΅οΈβ€΅οΈ

πππππππ ππππ ππππππ πππ πππ πππππ πππππππ ππππ π ππππ‘π‘π ππππ πππβπ’π’πβπ!
#Baashoo π€ππππ aarsii.
#Baasoo π€ππππ borana.
#Bukkee π€ππππ aarsii.
#Gobbee π€ππππ naqamte.
#Kadhu π€ππππ Borana.
#Baashoo π€ππππ aarsii.
#Baasoo π€ππππ borana.
#Bukkee π€ππππ aarsii.
#Gobbee π€ππππ naqamte.
#Kadhu π€ππππ Borana.
#Mararfataa_kiyyaβ€
Bakkan fedhe dhaquu
Rabbitti hirkadhee
Wanta fedhe tahus
Hin beeku sodaadhee
Amrii kiyya maraa
Garasaa hirkisee
Isattan himadhaa
Wanta na rakkisee
Nan galateeffadhaa
Yooniin nagaan bulee
Shukriin sihaa ga'uu
Ammallee dabalee
Mararfataa kiyyaa
Hin qabu siin alaa
Gara laafaa kiyyaa
Haadhaaf abbaa caalaa
Gooftaa qindii hin qabnee
Yaa kanin yaammadhuu
Ana miskiina kee
Ofitti aanfadhuu
Wabii anaaf ta'ii
Rakkootti nan dhiisin
Gama lubbuu koottii
Yoomuu nan hirkisin
Ati na darbannaan
Dadhabeetan hafaa
Abdiidhan muradhaa
Hamilee_na laafaa
π β€ βοΈ
Λ‘β±α΅α΅ Κ³α΅α΅αΆα΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅
Join godhaa tuqaatii
πππ
βββββΰΉβ’ΰΈ±πΉβ’ΰΈ±ΰΉβββββ
@ https://t.me/Jalalaadh
@ https://t.me/Jalalaadh
@ https://t.me/Jalalaadh
βββββΰΉβ’ΰΈ±βοΈβ’ΰΈ±ΰΉββββ
π ππ
Bakkan fedhe dhaquu
Rabbitti hirkadhee
Wanta fedhe tahus
Hin beeku sodaadhee
Amrii kiyya maraa
Garasaa hirkisee
Isattan himadhaa
Wanta na rakkisee
Nan galateeffadhaa
Yooniin nagaan bulee
Shukriin sihaa ga'uu
Ammallee dabalee
Mararfataa kiyyaa
Hin qabu siin alaa
Gara laafaa kiyyaa
Haadhaaf abbaa caalaa
Gooftaa qindii hin qabnee
Yaa kanin yaammadhuu
Ana miskiina kee
Ofitti aanfadhuu
Wabii anaaf ta'ii
Rakkootti nan dhiisin
Gama lubbuu koottii
Yoomuu nan hirkisin
Ati na darbannaan
Dadhabeetan hafaa
Abdiidhan muradhaa
Hamilee_na laafaa
π β€ βοΈ
Λ‘β±α΅α΅ Κ³α΅α΅αΆα΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅
Join godhaa tuqaatii
πππ
βββββΰΉβ’ΰΈ±πΉβ’ΰΈ±ΰΉβββββ
@ https://t.me/Jalalaadh
@ https://t.me/Jalalaadh
@ https://t.me/Jalalaadh
βββββΰΉβ’ΰΈ±βοΈβ’ΰΈ±ΰΉββββ
π ππ
Namoota yaada gaarii qaban filadhu Hiriyummaan salphaa miti. Akkuma sibiilli sibiila qaru, hiriyaanis akkasuma hiriyaa isaa qara.
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
#Cimnee hojjechuun barri keenya eebbaan akka xumuramu taasisa. Yoo teessee sababoota funaante garuu bara kee utuu of abaartuu duuta waan ta'eef dammaqii of irratti jiraachuuf hojjedhu .
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
Jaalalli jaalala qofaa miti. Kabajaa, gargaarsaa, dinqisiiffannaa, wal hubachuun fi wal kunuunsuu dha.
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
β
Dhaggeeffadhu!
β©Wanti nuti hin beekne yoo jiraate yeroo hunda gaafachuun gaariidha, garuu gaafa gaafannu wal falmuu ykn yaada kennuuf osoo hin taane, kanhin beekne baruuf onnee keenya irraa dhaggeeffachuu qabna!
β"Wallaalummaan hamaadha, karaa irratti nama hambisa." Kanaaf waan hin beekne gaafadhuu bari malee beekaa fakkaattee hin taa'in!
‡οΈβ€΅οΈβ€΅οΈ
https://t.me/JalalaadhπΉπ

#Osuman siti hima jedhu!π
Kan ormaa taate maal godhu?π
Har'a boriittu kana fideπΆ
Garaan koo immoo si malee dideβ€οΈ
https://t.me/JalalaadhπΉπ
Kan ormaa taate maal godhu?π
Har'a boriittu kana fideπΆ
Garaan koo immoo si malee dideβ€οΈ
https://t.me/JalalaadhπΉπ
β
#Dandeettii_Callisuu
β‘οΈMaaliif akka cal jechuu qabdu beekta taanaan,dubbachuun siif kufaatiidha. Yoo maaliif akka dubbattu beekta ta'e immoo, cal jechuun siif kufaatii guddaadha. Cal jechuun hiika qaba taanaan baay'ee dubbachuu ni caala.
β‘οΈ Baay'ee dubbachuun hiika hin qabu taanaan, cal jechuun baay'ee barbaachisaadha. Dandeettii cal jechuu horachuudhaaf yeroo si gaafata. Garuu si fayyada waan ta'eef dandeettii cal jechuus horadhu. Barri hundumtuu Bara Itti dubbatanis miti akkasumas Bara Itti cal jedhanis miti.

An siifan dhaladhe
Atis naaf uumamtee...!
Onnee koo gubbaatti
Jaalalaan shuumamtee...!
Yaa hiree dhuunfaa kootii
Kan ganamaaf galgalaa...!
Si-jalaa qofa banti
Onneen koollee balbala...!
Gar-tokkee qaama kootii
Tokkitti haga kumaa...!
Si waliin qofa beekii
Jiruunkoo hanga dhumaa...!
Ejjennnoon koo jabaadha
Qilleensillee nan raasuu...!
Waadaadha du'a malee
Homtuu gargar nun baasuu...!
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
Atis naaf uumamtee...!
Onnee koo gubbaatti
Jaalalaan shuumamtee...!
Yaa hiree dhuunfaa kootii
Kan ganamaaf galgalaa...!
Si-jalaa qofa banti
Onneen koollee balbala...!
Gar-tokkee qaama kootii
Tokkitti haga kumaa...!
Si waliin qofa beekii
Jiruunkoo hanga dhumaa...!
Ejjennnoon koo jabaadha
Qilleensillee nan raasuu...!
Waadaadha du'a malee
Homtuu gargar nun baasuu...!
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
Guddina qaamaa caala guddina sammuutu wa sochoosaβ€
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
Rakkoon ati guddaadha jettuu rabbii biratti laaftaadha rabbii siif ha'a furuπ
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
Balbala gammachuu namni sirraa cufuu hin dandeenye rabbii siif ha banaπ
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
#Yeroo_dubbattu jechoota dandeettii kee gadi buusan arraba kee irratti dhandhamii tufi, jechoonni haamilee keetii fi eenyummaa kee gadi buusan arraba kee irratti hin minyaa'in!
Sammuu kee keessaa isaan ari'adhu.
Yeroo jechoonni si hin ibsine gara kee dhufan akka keessummaa simannaa dhabeetti callisii fuula keessa ilaali. Jechoonni sunis simatamuu dhabuu isaanii hubatanii gola sammuu kee dheessu!

maashaan koo si adamsuu
sammuun yaada sharafatuu
Gaafa waaβee kee maxansuu
paakeejiin naan baraktuuπ
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
sammuun yaada sharafatuu
Gaafa waaβee kee maxansuu
paakeejiin naan baraktuuπ
@ https://t.me/JalalaadhπΉπ
maashaan koo si adamsuu
sammuun yaada sharafatuu
Gaafa waaβee kee maxansuu
paakeejiin naan baraktuuπ
#intaalooππ
https://t.me/JalalaadhπΉπ
sammuun yaada sharafatuu
Gaafa waaβee kee maxansuu
paakeejiin naan baraktuuπ
#intaalooππ
https://t.me/JalalaadhπΉπ