โจ Sabboonttuu to
Lubbuu Gifttii
Jirruu_Tiyyaa
Jaalalaan Simaale
Diddee Lubbuun Tiyaa
โฅ Essuuman Nasseentte
Tofudhattee Onnee
Maratuu koo Hin Shakkiin
Gaafa siin Waldhabne
๐ Arggaa Ijaa tiyyaa
Onneen Nadhaahatii
Ijumaan Si'argguuf
Qalbbiin Na Riffatti
๐ Soora Lubbuu Tiyyaa
Siin Jaaladha Onneerra
Tansi Caaltuu hin jirtuu
Adduuniyaa Tanarraa
๐๐๐๐๐๐๐
๐https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐ https://t.me/walaloojalal
Lubbuu Gifttii
Jirruu_Tiyyaa
Jaalalaan Simaale
Diddee Lubbuun Tiyaa
โฅ Essuuman Nasseentte
Tofudhattee Onnee
Maratuu koo Hin Shakkiin
Gaafa siin Waldhabne
๐ Arggaa Ijaa tiyyaa
Onneen Nadhaahatii
Ijumaan Si'argguuf
Qalbbiin Na Riffatti
๐ Soora Lubbuu Tiyyaa
Siin Jaaladha Onneerra
Tansi Caaltuu hin jirtuu
Adduuniyaa Tanarraa
๐๐๐๐๐๐๐
๐https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐ https://t.me/walaloojalal
Jaalallee joollummaa
Shukkee tiyya aaddee
Yaa taniin guddise
Harka qabee daaddee
Itti gaafatamtuu
Misooma onnee
Furtuu tana beekhi
Siqofattiin khannee
Sagalee tee laayyoo
Tan das nama gootu
Tan gurra si buutu
Qalbii nama fuutu
Siitu na booji'e
Tanaatu na dinqe
Hunda caalaa tana
Sammuu wanti cinqe๐โฃ๏ธ๐
By Firaan
Giiftii ๐ธ
๐๐๐๐๐๐๐
๐ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Shukkee tiyya aaddee
Yaa taniin guddise
Harka qabee daaddee
Itti gaafatamtuu
Misooma onnee
Furtuu tana beekhi
Siqofattiin khannee
Sagalee tee laayyoo
Tan das nama gootu
Tan gurra si buutu
Qalbii nama fuutu
Siitu na booji'e
Tanaatu na dinqe
Hunda caalaa tana
Sammuu wanti cinqe๐โฃ๏ธ๐
By Firaan
Giiftii ๐ธ
๐๐๐๐๐๐๐
๐ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โจ #Waalif_taana_kaadhima
๐ Anii Sittii dibbadhu
Icciita Keessa koti
Atii naafi hin hubattu
Midhama onnee kottii
Siiti Siiqe dubbachuuf
Qaamatu naa hoolotaa
Sirraa Siiqqee jiraachuuf
Boqonnaa naa dhowwata
๐จโ๐ฆฝMidhama bara dheerraa
Baadhe sii waalin joraa
Tarii Naaf hubaattee
Onnee koof taattaa soora
Moo diddee darbarttee
Abjuu koo buushesitaa
Biqiltuu jaalala koo
Naa keessaati caalaqista ?
๐ง Buuse baase maadalee
Gaalana yaadan daaka
Onnee koo Sif baanamte
Ormaaf hin qabdu bakka
Garruu Akkamin kan kee
Anaaf qabdaa jaalala ?
Moo ofuuman iyyee
Bakkee keesse walala
๐ Tarii naaf maltaa laata
Yeroon maaqa kee wamu
Sitii riifadhee kaa'uu
Yoon hirribban jeeqamu
Moo gaaran kee jaabatadha
Akkaa dhagaa Gurraacha
Boo'iichaa koo dhiisetu
Gammachuu kee ililchaa
โญ Jedheen gaaffiin of qoree
Golaa sammuu koo seene
Muurtii tokkon murteesse
Akkaa si dhabuu hin feene
Waan hundaa Gaadi baase
Jaalala koo siif himee
Feedha keettin yoo ta'e
Waalif taana Kaadhimaa ๐๐โคโค
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐ Anii Sittii dibbadhu
Icciita Keessa koti
Atii naafi hin hubattu
Midhama onnee kottii
Siiti Siiqe dubbachuuf
Qaamatu naa hoolotaa
Sirraa Siiqqee jiraachuuf
Boqonnaa naa dhowwata
๐จโ๐ฆฝMidhama bara dheerraa
Baadhe sii waalin joraa
Tarii Naaf hubaattee
Onnee koof taattaa soora
Moo diddee darbarttee
Abjuu koo buushesitaa
Biqiltuu jaalala koo
Naa keessaati caalaqista ?
๐ง Buuse baase maadalee
Gaalana yaadan daaka
Onnee koo Sif baanamte
Ormaaf hin qabdu bakka
Garruu Akkamin kan kee
Anaaf qabdaa jaalala ?
Moo ofuuman iyyee
Bakkee keesse walala
๐ Tarii naaf maltaa laata
Yeroon maaqa kee wamu
Sitii riifadhee kaa'uu
Yoon hirribban jeeqamu
Moo gaaran kee jaabatadha
Akkaa dhagaa Gurraacha
Boo'iichaa koo dhiisetu
Gammachuu kee ililchaa
โญ Jedheen gaaffiin of qoree
Golaa sammuu koo seene
Muurtii tokkon murteesse
Akkaa si dhabuu hin feene
Waan hundaa Gaadi baase
Jaalala koo siif himee
Feedha keettin yoo ta'e
Waalif taana Kaadhimaa ๐๐โคโค
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Heloo... Heloo ๐ข
Na dhageessaa lubbuu
Callisuun kee kuni
Sittin ta'uu cubbuu?
Waan tokko naan jedhi
Miirri kee maal hima
Jecha tokko baasun
Akkamitti cima?
"Anis sin jaaladha
Yookanis sin fedhu"
Afaan kee saaqamee
Maalif tokko'n jedhu
Bitaa natti galee
Hin turre hin deemne
Jechi sitti roobu
Afaan koorraan caamne
Heloo. . Na dhagaa'aa jirtaa
Maaf qalbii koo hirta?
Cufi yoo waan jenne
Innumtuu deebidha
Yookan jecha baasi
Callisuun maalidha?
Lamaan keessaa tokko
Baruuf uman yaala
Amman waa barutti
Inuman bilbila
๐ โค๏ธ ๐ฌ โ๏ธ
หกโฑแตแต สณแตแตแถแต แถแตแตแตแตโฟแต หขสฐแตสณแต
โจใ๏ผผ๏ฝ๏ผใ๐ท
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐ใ๏ผ๏ฝ๏ผผใโบ
#share
#join

Chiikiin koo durii tokko na aarsuuf jettee chiikii ishee amma waliin utuu wal dhungatanii suuraa kaatee naaf ergite๐
Ani immoo suurichaa dabarseen abbaa isheetiif erge๐
Eenyuu balleessaa qabaa?
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Ani immoo suurichaa dabarseen abbaa isheetiif erge๐
Eenyuu balleessaa qabaa?
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐ซถJaalalli miira osoo hin taane filannoodha, Waan sitti dhaga'amu osoo hin taane caalaatti waan hojjettudha.
๐ซถJaalalli waan barbaadde hunda argachuu miti, yeroo tokko tokko waan jaallattu gadhiisuu of keessaa qaba.
Halkan jaalalaa qabaadhaโค๏ธ
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/walaloojalal
๐ซถJaalalli waan barbaadde hunda argachuu miti, yeroo tokko tokko waan jaallattu gadhiisuu of keessaa qaba.
Halkan jaalalaa qabaadhaโค๏ธ
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/walaloojalal
Waan ta'ee sif laachuu barbaaden, waan sif maluu dhabeen of sif laadhe baay'een si jaaladhaโฅ๏ธ @ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โ
Jaalala Fageenyarraa!
โค๏ธJaalala fageenyarraa warri jalqabdanii wal jaallattaniis jirtan. Waantota gurguddaa armaan gadii yoo raawwattan 90% kan tahu jaalalli keessan itti fufuu danda'a. Na amani waantota ani si gorsu kana yoo haalaan itti fayyadamteef, gaa'ela kee haala bareedaa fi Waaqayyotti toluun ijaaratta.
Isaanis:-
1. Block wal gochuu dhiisuu
โก๏ธHubadhu! Fageenyarra jirta, karaa ati ittiin wal arguuf carraa bal'aa qabduu fi jaalala kee ijaarrattu, Bilbila kee qofa. Sanumaayyuu walitti aarteemmoo #block wal goota taanan baay'ee wal hubachuu dhiisuutu dhufa. Kunimmoo salphaatti akka walirraa fagaachaa deemaniif carraa bana. Yoo danda'ame rakkoo keessa keessan jiru wal dhaggeffachaa, fala barbaadaa malee tasuma #block wal gochuu irraa fagaadhaa. Kun jaalala keessaniif baay'ee utubaadha.
2. Rakkoo keessan icciitiin of gidduutti qabadhaa!
โก๏ธAkka ofiikoo jettee inni ati hiriyaa keetti himattu sun, boolla ofitti qotaa jiraachuu kee ibsa. Cimsee waanan isin gorsu rakkoo isin lamaan giddutti uumamus ta'ee wanta jaalallee kee waliin haasoftu kam namatti himuu irraa of eegi. Anatu siin jedhe of eegi. Yoo dandahame waantota isin giddutti tahuuf qaama 3ffaa hin barbaadinaa.caalaatti shammarran as irratti dadhabina baay'ee guddaa qabdu. Irraa of eegaa!
3. Osoo wal hin hubachiisin Online irraa hin badinaa!
โOnline irraa yeroo baddan, sababa maaliif akka badde dursii jaalallee keetti himi. Kanaan ala jaalala kee dhiphisuu taha. Sababa kana kanaaf Har'a online hin seenuu jedhii dursa itti himi. Jaalallee kees maaliif na jalaa badde/de jedhee dhiphachuu irraa bilisa ta'a/taati
4. Yeroo haasoftan maal gochuu akka qabdan mari'adhaa!
โก๏ธYeroo kamuu waa'ee jireenya keessan fuulduraa dubachuu filadhaa. Waan har'a darbuun qilleensa wal hin godhinaa. Wal gammachisuufis jecha qoosa hin baayisinaa. Callisanii kolfuu,iyyuu fi maraachuu qofti atubaa jaalala ni jabeessa hin jedhinaa. Waan hundumaa ogummaan dubbachuu yaalaa. Wal hubadhaa. Yeroo waliif kennaa dubbadhaa
5. Video call waliin haasahuu ykn Suura ofii waliif erguu.
โก๏ธKaraa namatti toluuf ija jabummaa isiniif kennuun carraa isin Fageenyarra teessanii waliin dubbattan videocall ha tahu. Kunis akkuma dubbadhe dhimma keessan ija jabinaan fi amantaa guutuun akka dubbattan isin godha. Yeroo haasoftanis akka nama waaqayyo tokkootti maal akka haasoftan beeka. Ogummaa isa waaqayyo isin irraa barbaduun dhimma keessan bu'ureffadhaa. Photo keessan kan waliif ergitanis ogummaan ha tahu.
6. Suura walii keessanii profile hin godhinaa.
๐Isa kana sirriitti dubbisi hubadhu!
Inni kun dadhabina namoota baay'ee gaa'elaa isaanii diigeedha. 100% godhee waanan isinitti himu social media (Facebook, telegram, tiktok,...)irratti suura fi video jaalallee kee hin maxxansin. Anatu siin jedhe sababa baay'ee narraa hin eegin. Garuu hin maxxansin. Inni kun yeroo hundumaa jaalallewwan lamaan gudduutti dubbii kaasa. "Suura jaalallee koo maxxanse immoo maaltu gad dhufa?" jettee jennaan itti fufi. Guyyaa tokko garuu waanan amma sitti himu kana yaadatte akka gaabbitu hin dagatin. Ati jaalalle kee akka si amanuuf si jaallatuuf gochuu malta. Garuu jalalleekee Account kan biraa irratti yoo profile si godhate/tte account kan biraan immoo nama kana biraa waliin waliin dubbata/tti mala. Namni tokko tokko account 4 ol qabaachu mala๐kanaafuu media irratti wal maxxansuun amanamunmaaf sababa hin tahu.
7. Yeroo dhaabbataa waliin haasoftan qabaadhaa.
โYeroo siif mijate qofatti jaalalle keef dawwaluu hin yaadin. Yeroo lamaan keessan free taatan waliif gala waliin Bilbilaa.
8. Maatii walii keessanii wal barsiisaa.
โก๏ธJaalalli keessan sadarkaa barbaachisurra gaafa gahu, maatii kee hundumaa jaalallekee waliin wal barsiisuu yaali. Kunis maatii irraa gorsa barbaachisaa fi ofitti amanamummaa jaalalaaf akka qabattu si godha.

Argaa kee sana hawwee
Utuun 10-n karoorsuu
Qalbii kee faana dha'ee
Utuu jaalalli na joorsuu
Egeree koof si filadhee
Utuun si kunuunsuu
Kennaa ko siin jedhee
Utuun sagal si uruursuu
Kufteet cabda jedhee
Anoo barruuttin si baadha
Har'a maaltu taanaani
Jaalala qofaa kiyya baadha
Eessa keesseree laata
Waadaa gaafa duraa?
Imala daandii dheeraa
Guddaa akka baaburaa
Imaanaa dagachuun fafa
Fuula ofii guduunfanii
Seenaa komachaa hafu
Balbala jaalalaa cufanii
Kanaafuu erga cufattee
Balbala onnee jaalalaa
Nagaatti naaf jiraadhu
Achuma Fagoo halaalaa
...............................
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
Utuun 10-n karoorsuu
Qalbii kee faana dha'ee
Utuu jaalalli na joorsuu
Egeree koof si filadhee
Utuun si kunuunsuu
Kennaa ko siin jedhee
Utuun sagal si uruursuu
Kufteet cabda jedhee
Anoo barruuttin si baadha
Har'a maaltu taanaani
Jaalala qofaa kiyya baadha
Eessa keesseree laata
Waadaa gaafa duraa?
Imala daandii dheeraa
Guddaa akka baaburaa
Imaanaa dagachuun fafa
Fuula ofii guduunfanii
Seenaa komachaa hafu
Balbala jaalalaa cufanii
Kanaafuu erga cufattee
Balbala onnee jaalalaa
Nagaatti naaf jiraadhu
Achuma Fagoo halaalaa
...............................
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
Gaafa waa'een kee sirritti siif Galee Waa'een namaa sitti
Hin ulfaatu nama Of Hubatee nama hubataa...
๐ฏโโ๐ดโโ๐ฎโโ๐ณโ_โ๐บโโ๐ธโโ๏ธใ
โ @ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Hin ulfaatu nama Of Hubatee nama hubataa...
๐ฏโโ๐ดโโ๐ฎโโ๐ณโ_โ๐บโโ๐ธโโ๏ธใ
โ @ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Namoonni ilaalcha ati ofiif qabdu irratti hundaa'anii ilaalcha siif qaban tolfatu!
Ilaalcha ofii keef qabdu qorii ilaali ๐
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
Ilaalcha ofii keef qabdu qorii ilaali ๐
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
aalala jalqabaa ๐น๐น๐น๐น
Jaalala jalqabaa
Qulqulluu taliila
Mi'ooftuu akka dammaa
Tan hin qabne jiila
Fakkiin isii adda
Maalitti haa fakkeessu
Ijoollummaa jedhuu
Lafarra daaddisuu
Eeyyeen ijoollummaa
Amma naaf fakkaatte
Cubbuu takkan qabdu
Garaatti baadhattee
Isii kennaa rabbii
Tan badhaasa uumaa
Maaf balleessitu nurraa
Irraa fixxee dhama
Goggogsitee garaa
Addeessitee qaama
Nuuf haa deebitu jennee
Jaalalti jalqabaa
Haa gaafannuu maaloo
Numaaf bu'aa qabaa
Silaa namni hundi
Abdii gaarii qabaa
Hamilee horatee
Hojiidhaaf ta'aabaa
Yaa ilma namaa kadhadhu
Jaalala qulqulluu
Tan idduma hundaa
Mul'attu akka tulluu
Gaafa isiin jirtu
Namni wal iyyaafata
Garaan soba barre
Dhugaadha dubbata
Kanaafuu yaa nama
Al tokko dhaabbataa
Ilaalladhu ofirraa
San booda jaalattaa
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Jaalala jalqabaa
Qulqulluu taliila
Mi'ooftuu akka dammaa
Tan hin qabne jiila
Fakkiin isii adda
Maalitti haa fakkeessu
Ijoollummaa jedhuu
Lafarra daaddisuu
Eeyyeen ijoollummaa
Amma naaf fakkaatte
Cubbuu takkan qabdu
Garaatti baadhattee
Isii kennaa rabbii
Tan badhaasa uumaa
Maaf balleessitu nurraa
Irraa fixxee dhama
Goggogsitee garaa
Addeessitee qaama
Nuuf haa deebitu jennee
Jaalalti jalqabaa
Haa gaafannuu maaloo
Numaaf bu'aa qabaa
Silaa namni hundi
Abdii gaarii qabaa
Hamilee horatee
Hojiidhaaf ta'aabaa
Yaa ilma namaa kadhadhu
Jaalala qulqulluu
Tan idduma hundaa
Mul'attu akka tulluu
Gaafa isiin jirtu
Namni wal iyyaafata
Garaan soba barre
Dhugaadha dubbata
Kanaafuu yaa nama
Al tokko dhaabbataa
Ilaalladhu ofirraa
San booda jaalattaa
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โ
Waanuma qabdu, bakkuma jirtuu fi waanuma gochuu dandeessu gochuun jireenya kee jijjiiri!
โYeroon yeroo itti waan dhabaniif boo'an miti; yeroo itti waan qabaniin mo'anidha malee! ๐ฅ
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
โYeroon yeroo itti waan dhabaniif boo'an miti; yeroo itti waan qabaniin mo'anidha malee! ๐ฅ
@ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐โโ Hin yaadin waan dabaa
Hin yaadin waan dabaa
Baal'oo rabbittu qabaa
Deemsa milaa kettirraa
Keennaa guddaattuu jiraa.
~
โ Jirreenyaa kee jijjirruuf
Hin baalleessin waan firma
Kan har'aa innii argatte
Boruu siif darbuuf jirraa.
~
๐ wan raabbiin hin jaalane
Waajin jirraachuf dhahran
Ilaalchaa gadhee dhalee
Wal sobuf karaa maraan.
โ Gatii walii wal mutineers
Kan bakkii addaan maaluf
Dagatee rakkoo darbite.
Hin yaadin waan dabaa
Baal'oo rabbittu qabaa
Deemsa milaa kettirraa
Keennaa guddaattuu jiraa.
~
โ Jirreenyaa kee jijjirruuf
Hin baalleessin waan firma
Kan har'aa innii argatte
Boruu siif darbuuf jirraa.
~
๐ wan raabbiin hin jaalane
Waajin jirraachuf dhahran
Ilaalchaa gadhee dhalee
Wal sobuf karaa maraan.
โ Gatii walii wal mutineers
Kan bakkii addaan maaluf
Dagatee rakkoo darbite.
Dambalii yaada keetu
Qalbii oliif gadi fiigsaa
Karaan jaalala dhugaa
Hidda onnee dhiigsaa.
~
Suuraa keenya ilaaleen
Yeroo hunda si yaadaa
Waan darbe madaaleen
Sumaaf seena waadaa.
~
Gola onnee keessatti
Mana jaalalaa ijaarraa
Hiree jiruu waliif taana
Baroota waliin jaarraa.
~
Miiltoo karaa jireenyaa
Egeree boruu akeekna
Jabaannee dhaabanna
Galma keenyas beekna.
Guutamaa Iddoosaa tiin
๐Add me @ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Qalbii oliif gadi fiigsaa
Karaan jaalala dhugaa
Hidda onnee dhiigsaa.
~
Suuraa keenya ilaaleen
Yeroo hunda si yaadaa
Waan darbe madaaleen
Sumaaf seena waadaa.
~
Gola onnee keessatti
Mana jaalalaa ijaarraa
Hiree jiruu waliif taana
Baroota waliin jaarraa.
~
Miiltoo karaa jireenyaa
Egeree boruu akeekna
Jabaannee dhaabanna
Galma keenyas beekna.
Guutamaa Iddoosaa tiin
๐Add me @ https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Yeroo tokko tokko ๐
Addunyaan kun bitaacha
Toora siif hin galtuu
Wanta hamaa malees
Gaarii siif hin dhaltuu
Si jeeqxi si miiti
Dabaa sitti yaaddii
Gaarii keef osoo hin taane
Hamaa keetiif aaddii
Milkaa'insa keetiif
Bakka laachuu jibbitii
Haalaan sin gammachiistu
Haalumaan si miitii
Hundumaafuu ......
Fayyuma ta'u wayya
Waanta darbetti dhiisaa
Gaafa aduunkee baatees
Rabbumatus si kiisaa ๐
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
Addunyaan kun bitaacha
Toora siif hin galtuu
Wanta hamaa malees
Gaarii siif hin dhaltuu
Si jeeqxi si miiti
Dabaa sitti yaaddii
Gaarii keef osoo hin taane
Hamaa keetiif aaddii
Milkaa'insa keetiif
Bakka laachuu jibbitii
Haalaan sin gammachiistu
Haalumaan si miitii
Hundumaafuu ......
Fayyuma ta'u wayya
Waanta darbetti dhiisaa
Gaafa aduunkee baatees
Rabbumatus si kiisaa ๐
@ https://t.me/walaloojalal
@ https://t.me/walaloojalal
Namoonni heedduun ganama yeroo hirriba irraa kaโan...
1) Gareen tokko akkuma hirribaa dammaqaniin bilbila isaanii fudhatanii ilaaluu jalqabu.
2) Gareen biroon immoo jilbeenfataniis ha taโu akkuma fedhanitti uumaa isaanii kan nagaan isaan bulche galateeffatu๐
3) Gareen biroon immoo osoo rafanii yeroon hojii itti dabarraan fuula dhiqachuuf iyyuu yeroo dhabanii akkuma bulanitti kaโanii bakka hojii isaaniitti fiigu.
4) Gareen biroon immoo hirribaayyuu hin kaโan. Achuma ciisaa oolanii saโatii 5 booda kaโu.
Garee kanneen keessaa kam jalatti ramadamta?

#Har'i guyyaa keeti; osoo kan kee hin taanee hin agartu turte!
#Bor guyyaa biraadha; yoo waaqni dabarsee guyyicha siif laate dogoggora guyyaa har'aa irra hin deebi'in!
#Abdii kutachuun dhiiga koo keessa hin jiru!
#Yaa Waaqayyo, maalif akka har'a dammaquun koo barbaachise yoon dagadhe, na yaadachiisi; yoon hin beeknemmoo na barsiisi! ๐
โก๏ธGuyyaa har'aa jiraachuu keetiif qalbii galataa fi gammachuun guuteen ciisii boqodhu!

โค๏ธ๐ Baayyeen sii jaladha
Hin fedhu sii dhabu
Kan biraa jaallachuf
Onnee lama hin qabuu
Waadaa gaafa durba
Hunduuma isaa eegee
Onnee koo qulqulluun
Jaalalaaf wareegee
โค๏ธโ๐ฉน Jaalalaa siif qabu
Qoosaati lakkofte
Gila onnee kee kessa
Jaalalaa koo olte
Yaadi kee na jeqee
Gaafa haalii cimtee
Si barbaadu yoommu
Jeette natti himte
๐คฆโโ Utuu siif dhipaadhu
Balkan guyyaa cissee
Utuu sii jaalladhu
Siif dhisee si dhisee
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
Hin fedhu sii dhabu
Kan biraa jaallachuf
Onnee lama hin qabuu
Waadaa gaafa durba
Hunduuma isaa eegee
Onnee koo qulqulluun
Jaalalaaf wareegee
โค๏ธโ๐ฉน Jaalalaa siif qabu
Qoosaati lakkofte
Gila onnee kee kessa
Jaalalaa koo olte
Yaadi kee na jeqee
Gaafa haalii cimtee
Si barbaadu yoommu
Jeette natti himte
๐คฆโโ Utuu siif dhipaadhu
Balkan guyyaa cissee
Utuu sii jaalladhu
Siif dhisee si dhisee
https://t.me/Jalalaadh๐น๐
๐ถโโBeenu๐ถ๐ปโโ
โ๏ธ Dhiisi jennaana diidee
Anaan na dhaga'uu
Namii hundii gaaru
Akkaa koo sii ta'uu
๐ถ๐ฟโโBeenu ergaa feet
Barbadii kan biraa
Raabbii kan naaf ume
Anaafis ni jiraa
๐ค
โ๏ธ Dhiisi jennaana diidee
Anaan na dhaga'uu
Namii hundii gaaru
Akkaa koo sii ta'uu
๐ถ๐ฟโโBeenu ergaa feet
Barbadii kan biraa
Raabbii kan naaf ume
Anaafis ni jiraa
๐ค