Kilinika Jaalalaa
3.33K subscribers
3 photos
4 links
Waa'ee Jaalalaa
Jechamoota Jaalalaa
ASOOSAMA Jaalalaa
Xalayaa Jaalalaa
Dambalii Jaalalaa
Sirboota Jaalala
Walaloo Jaalalaa fi Kkf
Download Telegram
Akkam akka jirtu yoo si gaafadhe. Kan kana dura si yaaduu olitti si yaadeera.

@JTrue_Love
@JTrue_Love
@JTrue_Love
24🥰2
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
BAGA JAL-BULTII BARA HAARAA NAGAHAAN GEESSAN.... AYYAANA GAARII 😘😘😘
21
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
🤝🤝🤝🤝🆕🆕🆕

https://www.youtube.com/@KiyaTube143

BUSINESS MINDSET, MOTIVATION, INSPIRATION & PERSONAL DEVELOPMENT irratti Gama YouTube tiin dhufneerra SUBSCRIBE GODHAA
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
8👎2
Forwarded from Waa'ee Jaalalaa (Kîyä)
Carraan warra "jaalalli jalqabaa" isaanii "fuudhaa fi heeruma"n xumuramuudha

💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
23
Forwarded from Waa'ee Jaalalaa (Kîyä)
Kan kaleessa si miidhe dagadhu, garuu kan Onnee irraa si jaallatu yoomiyyuu hin dagatin.

💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
19
Forwarded from Waa'ee Jaalalaa (Kîyä)
Guyyaa dhumaa yeroo waliin haasofne amma iyyuu nan yaadadha. Sagaleen kee tasgabbaa'aa ture, kan koo ni ciccita ture. Yeroo dhiyootti deebi'ee waliin haasofna jette, garuu yeroo muraasa booda gonkumaa hin dhufne. Yeroon sun nagaa dhaammannaa ta'uu isaa hin beekne malee hamma danda'uu olitti sitti haasa'a ture ni deebi'aa kee amaneeti malee. Jechoonni silaa dubbachuu qabu baay'eedha, garuu yeroon ni jira jedheen yaade. Jaalalli walitti nu deebisa jedheen yaade. Amma haasofni ani godhu hundi ati qaama isaa waan hin taaneef callisee natti dhagahama. Osoon yeroo dhumaa ta'uu beekee silaa anaaf waan hundumaa akka taate sitti hima ture.

💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
15👍3
Forwarded from Waa'ee Jaalalaa (Kîyä)
Bifa jaalalaa qulqulluu ta'e keessaa tokko ilaalcha akka ta'e hubachuu jalqabeera. Namni tokko wantootni gaariin akka sitti dhagahamu yeroo yaadu. Haala kamiinuu hammam akka siif yaadu hammam akka si jaalatu keessatti argama.

💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
13
Dhukkubbiin hamaan nama jaalalaan irraa qabamte, Waliin barreeffamoota onnee ishee hawatan erguufii waliin wal qunnamtii dhabuudha. Ammas, fageenya irraa callistee qofa isaan jaallachuudha. Suuta suutaan boqonnaa xumuruu hin barbaanne cufuuf dirqamuu dha..

@JTrue_Love
@JTrue_Love
@JTrue_Love
18
Forwarded from Waa'ee Jaalalaa (Kîyä)
Ani gahaa miti

ni beeka, kanaaf naaf dhiisi.

Walakkaa jaallatamuun nama dhukkubsa.

💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
23👍6
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Nama dhiba....

Osoo itti hin yaadin akka itti siin wal baree fi

Osoo baay'ee si jaaladhu akka itti si irraa gar gar bahe.

━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
16👍3
Ati jireenya koo keessatti bakka addaa qabda—kan namni biraa bakka hin buune.

@JTrue_Love
@JTrue_Love
@JTrue_Love
5
Yoo addunyaan na gaafatte eenyu akka ani jaalladhu,
Maqaa kee nan hima—
Sababni isaas,
Onnee koo guutuu si qofa keessa jiraata. 💖

@JTrue_Love
@JTrue_Love
@JTrue_Love
5
Ati anaaf waan hundumaa ti,
Hiriyyaa, jaalallee, boqonnaa koo,
Jireenya koo keessatti,
Ati seenaa bareedaa ani barreesseedha.

@JTrue_Love
@JTrue_Love
@JTrue_Love
11
Jaalalli dhugaa yeroo hunda hin milkaa’u…
Garuu milkaa’uu baatus,
Qalbii namaa keessaa hin badu.
Namni dhugaan jaallatte tokko ,
Yeroo hundaa si keessa jiraata…
Haa ta’u malee, yeroo tokko tokko,
Jaalalli… xumura gammachuu hin qabu. 💔

@JTrue_Love
@JTrue_Love
@JTrue_Love
13
Ati ifa jireenya koo ti, qalbii koo keessa boqonnaa naaf kennita.

@JTrue_Love
@JTrue_Love
@JTrue_Love
16
“Jaalala dhugaa jechuun wal irratti hirkachuu qofa miti; walii keessaa humna argachuu dha.”

@JTrue_Love
@JTrue_Love
@JTrue_Love
2
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Eid Mubarak to all my muslim fam 🎊