Amani Akka waaqayyo hojiirra jiru;
Yooma arguu dadhabdelle amani inni waan haaraa siif raawwata. Inni waan SI barbaachisu beeka, jireenya kee keessatti wanta ta'aa jiru, akkasuma rakkoo ati wallaansoo qabaa jirtu. Inni argaa jira. Waaqayyo argeera; wanta ati in beekne waan SI barbaachisu. Mee isumaaf dhiisi isa qofaatu furmaata jireenyakeetidha. Waan hundumaa; yaaddoo kee, dadhabbii kee, gaaffikee, guutummaa jireenyake harkasatti laadhu Isa harkaas deebitee of in baasin! Inni furmata waan hundumaadha yoomati arguu dadhabdellee inni hojiirra jira.
Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hundumaa Waaqayyotti gataatii dhiisaa!
Phex. 5:7π
#SagaleeWaaqayyoo #Hope #faith #jesus
Yooma arguu dadhabdelle amani inni waan haaraa siif raawwata. Inni waan SI barbaachisu beeka, jireenya kee keessatti wanta ta'aa jiru, akkasuma rakkoo ati wallaansoo qabaa jirtu. Inni argaa jira. Waaqayyo argeera; wanta ati in beekne waan SI barbaachisu. Mee isumaaf dhiisi isa qofaatu furmaata jireenyakeetidha. Waan hundumaa; yaaddoo kee, dadhabbii kee, gaaffikee, guutummaa jireenyake harkasatti laadhu Isa harkaas deebitee of in baasin! Inni furmata waan hundumaadha yoomati arguu dadhabdellee inni hojiirra jira.
Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hundumaa Waaqayyotti gataatii dhiisaa!
Phex. 5:7π
#SagaleeWaaqayyoo #Hope #faith #jesus
β€3
Forwarded from BARUMSA SANBATAA SDA & KITAABOLEE HAFUURAA π (*abΔ«)
βKennaa isaa isa hammas hin jedhamneef, Waaqayyoof galanni haa ta'u!β
β 2Qor. 9:15
15 α΅αααααα α΅α¦α³α α₯ααα α₯αα ααα΅ααα’ 2 Corinthians 9:15
βThanks be unto God for his unspeakable gift.β
β 2 Corinthians 9:15 (KJV)
β 2Qor. 9:15
15 α΅αααααα α΅α¦α³α α₯ααα α₯αα ααα΅ααα’ 2 Corinthians 9:15
βThanks be unto God for his unspeakable gift.β
β 2 Corinthians 9:15 (KJV)
β‘2π₯1
Haalli keenya maal iyyuu yoo ta'e jaalalli waaqayyoo hin jijjiiramu sinsinniis hin beeku; qabaannus dhabnus waaqayyo nu jaallata si jaallata na jaallata.π
#sagaleewaaqayyoo
#jesus #hope #faith
#sagaleewaaqayyoo
#jesus #hope #faith
β€5
Waaqayyo biraa waa barbaaddee deebii malee hafuu wanti jedhamu hin jiru; inni imaanaa kee hin nyaatu waadaa gales hin diigu. waan gaafatten olitti utuunni deebii siif laatu yoo ta'e malee, gonkuma qaana'uun hin jiru. Inni Haala kee hundumaarra in caala; WAAQAYYO AMANAMAADHA.π
Gaarummaan inni nuuf qabu guddaa jabaa dha, amanamummaan isaas bara baraan in jiraata. Waaqayyoon jajadhaa! Far. 117:2
#sagaleewaaqayyoo
Gaarummaan inni nuuf qabu guddaa jabaa dha, amanamummaan isaas bara baraan in jiraata. Waaqayyoon jajadhaa! Far. 117:2
#sagaleewaaqayyoo
π3
Alaazaar du'ee guyyaa afur boolla keessa ture Yesuus dhaqee "Alaazaar" jedhee waamee kaasee Isa jiraachise; Yesuus Kirstoos Jireenya kee keessaa waan dhibame humna du'aa ka'uu sanaan bakkatti siif deebisuu in danda'a.π
#Ameen
#Ameen
β€5π₯1
Kiristoos jalqabaa fi dhuma adeemsa keenyaa qofa utuu hin taane tarkaanfii keenya tokkoo tokkoo isaa keessatti nu waliin jira. Maatiin iyya, beela, ijoollee isaanii irraa gurra isaanii deebisuu danda'u ta'a; Waaqayyo garuu iyya lubbuu rakkina keessa jirtuu jalaa cal jechuu hin danda'u.
Waaqayyoo Waadaa Seenera!
#Ameen #sagaleewaaqayyoo
#jesus #hope #faith #
Waaqayyoo Waadaa Seenera!
#Ameen #sagaleewaaqayyoo
#jesus #hope #faith #
β€2π1
Boo'icha, jireenya hadha'aa fi garaa cabaa dhaan hacuucamnee akka hafnu Waaqayyo hin barbaadu. ... Fayyisaa inni eebbifamaan namoota iji isaanii imimmaaniin haguugamee isa arguu dadhaban cina/bira dhaabatee jira. Yeroo nuti amantii dhaan isatti maramnee akka inni nu geggeessuuf isa kadhannu argee harka keenya jabeessee qabuu hawwa. Nagaa fi jajjabeessuun Yesuus jireenya keenya keessa akka seenu yoo heyyamneef gara onnee isaa isa jaalalaan guuteetti dhiyaanna...
Waaqayyoo Waadaa Seenera!
Waaqayyoo Waadaa Seenera!
β€4π₯1
Rakkinnii fi dhiphinni yeroo hundumaa sammuu keessan akka raasanii fi nyaara akka isin guursisaniif hin heyyaminaafii. Yoo heyyamtaniif, yeroo hundaa haarii dhaaf sababa hin dhabdan. Jireenyi akkuma nuti ishee goone dha. jireenya irraa waanti nuti argannus waanuma barbaadnu dha. haarii dhaa fi dhiphina faana dhoofna taanaan baayyee arganna. Haasaa fi yaadni keenyas isaaniin liqimfama. Haa ta'u malee waan hundumaa iyyuu gaarummaa isaa irratti yoo xiyyeeffanne kan nu gammachiisuu danda'uu fi fuulli keenya akka ifu waan godhu amma nu ga'u ni arganna.
Waaqayyoo Waadaa Seenera!
Waaqayyoo Waadaa Seenera!
β€2
Amantii dhaan yeroo nuti jabina isaatti maramnu, haala abdii hin qabnee fi gaddisiisaa ta'e ni jijjiira. Jechoota hadhaa'oo dhaan ulfina Waaqayyoo hin xinneessinaa; qooda kanaa garaa keessaniin, lubbuu keessaniin, sagalee keessaniin isa galateeffadhaa.... waantotni jiran akkamitti akka isaan gaarummaatti jijjiiraman ilaalaa.
Waaqayyoo Gaariidha π
Waaqayyoo Gaariidha π
β€4
"Kadhata keenyaaf deebiin akkuma nuti hawwinetti dafee dhufuu dhiisuu ni danda'a, wanti nuti gaafannes qajeelaa ta'uu dhiisuu mala; garuu yoo nuti amantii dhabnee abdii hin kutannu ta'e, Inni wanta ijoollee Isaatiif baay'ee gaarii ta'e beeku, isa nuti gaafanne caalaa waan baay'ee gaarii kenna."
Sons and Daughters of God p. 92
Sons and Daughters of God p. 92
π₯9β€1
β€5
Amma ofii keessan fooyyessitanitti ykn gaarummaa fuula Waaqayyootti isin dhiyeessuu amma argattanitti kiristoos irraa akka of fageessitaniif yaada diinni isiniif dhiyeessu hin fudhatinaa. Amma sun ta'utti eegdu yoo ta'e yoom iyyuu gara Yesuus dhufuu hin dandeessan. Yeroo seexanni moofaa abaarsaa keessan isinitti argisiisu isin immoo isa Waaqayyo "Kan gara koo dhufu gadi baasee bakkeetti hin ari'u" jedhe sana irra deebi'aatii itti himaa.
Waaqayyoo Gaariidha π
@shinegraphicsandpro
Waaqayyoo Gaariidha π
@shinegraphicsandpro
β€5
Waaqayyo, guyyaa rakkinaatti
kadhata keef deebii siif haa kennu!
Waaqayyo inni kan Yaaqoob, maqaa isaatiin si haa eegu!
Inni mana qulqullummaa isaa keessaa
gargaarsa siif haa ergu!
Irkoos Xiyoonii siif haa kennu!
Inni kennaa kee hundumaa siif haa yaadatu,
faaraanis gara aarsaa qalma keetii siif haa ilaalu!
Waan garaan kee jaallatu siif haa kennu!
Akeeka kee hundumaas siif haa raawwatu!
Faarfannaa 20:1-4
@shinegraphicsandpro
Waaqayyoo Gaariidha π
Join this page!
kadhata keef deebii siif haa kennu!
Waaqayyo inni kan Yaaqoob, maqaa isaatiin si haa eegu!
Inni mana qulqullummaa isaa keessaa
gargaarsa siif haa ergu!
Irkoos Xiyoonii siif haa kennu!
Inni kennaa kee hundumaa siif haa yaadatu,
faaraanis gara aarsaa qalma keetii siif haa ilaalu!
Waan garaan kee jaallatu siif haa kennu!
Akeeka kee hundumaas siif haa raawwatu!
Faarfannaa 20:1-4
@shinegraphicsandpro
Waaqayyoo Gaariidha π
Join this page!
β€3
Warri dhoksaatti Waaqayyoon barbaaduudhaan fedhii isaanii itti himanii gargaarsa kadhatan, kadhaan isaanii akkanumaan hin taβu. βAbbaan keessan Inni dhoksaatti Isa kadhattan mulβinatti isiniif ni ksenna.β Yoo guyyaa hundumaa filannaa keenya Yesuusiin godhanne humni biyya lafaa kan hin argamne nu marsee jiraachuu isaa ni hubanna. Yesuusiin ilaaluudhaan gara fakkaattii isaatiitti jijjiiramna. Isa ilaaluudhaan ni jijjiiramna. Amalli keenya laafaa taβa, ni qullaaβa, mootummaa Waaqayyoofis kan malu taβa. Gooftaa keenyaa wajjin walitti dhufeenya dhugaa qabaachuun keenya qulqullummaa keenyaa fi jaalala keenya dabalaa deema. Kadhannaa keessa guddachuutu jira. Barumsa Waaqummaa baranna, kunis of eeggannaa fi kakaβumsa nuti qabnuun mulβata.
β€4π₯1
Waaqayyo gooftaan kattaa yeroo hundumaa jiraatu waan ta'eef, bara baraan isa amanadhaa!
Isaiah 26:4 π
@HopeInHisReturn
Isaiah 26:4 π
@HopeInHisReturn
β€3
'' Fannoon dhukkubbii cubbuun onnee waaqayyootti fide miira keenya isa adoodaatti mul'isa''.___ Education, p. 263
β€3
Yeroo tokko tokko jireenyi namatti hadha'a;π₯Ή Dhoksaatti boossaπ’ eenyullee si cina akka waan in jirre sitti fakkaata gaddaarraan kan ka'ees onneen namaa in caba π garuu Waaqayyo imimmaan hundumaa in arga, sagalee boo'icha namaas in dhaggeeffata, Akkuma Aggaar gaaf tokkoo.π
..."Aggaar, maal taate? Mucichi iddoo jirutti Waaqayyo sagalee isaa dhaga'eeraatii hin sodaatin!
S/Uumamaa 21:17
WAAQAYYO SAGALEE BO'ICHA KEE DHAGA'EERA!π
@latinaaf π¬
..."Aggaar, maal taate? Mucichi iddoo jirutti Waaqayyo sagalee isaa dhaga'eeraatii hin sodaatin!
S/Uumamaa 21:17
WAAQAYYO SAGALEE BO'ICHA KEE DHAGA'EERA!π
@latinaaf π¬
β€11π₯1
HIN DAGATIN!
kadhannaa caalaa humni guddaan hin jiru.
AMANTII
Caalaa jabinni guddaan hin jiru.
WAAQAYYOO
Caalaa immoo
wanti guddaa hin jiru.π
kadhannaa caalaa humni guddaan hin jiru.
AMANTII
Caalaa jabinni guddaan hin jiru.
WAAQAYYOO
Caalaa immoo
wanti guddaa hin jiru.π
β€7π3
β€3
β€3