Wanni hundi Gaarii tahuuf taa'a!. Arra tahuu yoo baatees GUYYAA TOKKO!. ❤️🩹🖇
INSHA ALLAAH
INSHA ALLAAH
❤2
Goodbye my favorite stranger, I guess we are strangers again But this time with memories Thank you for everything you did for me I know I will truly miss you😔your laugh ,your smell, your smile and everything about you if we never meet again I hope you'll be happy for the rest of your life thank you and I love you for the last time no matter where life takes us a part of me will always hold on to you maybe in another life under different skies we'll find our way back to each other until then take care my almost forever you are my safe place my comfort the warmth I never thought I'd have to let go of now I carry you in my heart a quiet ache that time may never erase even as we fade into each other's past I hope you remember me not with sadness but with the same love that once filled our days and if the universe ever brings us together again I hope we greet each other with a smile knowing we once meant everything
❤5
no one is ever gonna hurt you like that again everything's gonna be alright trust me so I love you and I'm not gonna let anything like that happen to you again
Tuffadheen dhiise malee nama hundaaf deebii kennuu na danda'aa
❤11🔥1
Don't trust anyone because people change anytime without any reason
🥰😍🥰 100%%
🥰😍🥰 100%%
👍8❤1👎1
I am a different person to different people. annoying to one.tslented to another quiet to few unknown to a lot but who am I to me
🥰😍🥰 💯 %
🥰😍🥰 💯 %
❤6
"Ergaale dhama qaban"
1.Har'a jabaaatte yoo hin hojjatne ta'e; rakkoo ati har'a argite ilmi kees ni arga!
2.Wantoonni yoo si harka badan atis wajjiin hin badin; boruu ilaaliiti oli jedhi!
3.Gara fuldura deemu hanga dhiisnetti saffisaaf hin dhiphatin!
4.Yoomiyyuu qarummaa dagatte fayyaalessa hin ta'in, Yoomiyyuu fayyaalummaa dagatte qaroo hin ta'in (namni isiniif gale Comment godha)
5.Nama hamaa jechuun si gatee kan deeme osoo hin taane boru deemuuf osoo ta'u har'a abdii guddaa kan siif kennuu dha.
6.Jabinni waa dhiibuu qofa keessa qofa jira jedheen yaada ture garuu tuffatanii dhiisuบ keessas jabinni ni jira!
7.Yeroo tokko tokko dhiisuudhaan rakkoolee furaman haasa'un dheeressu osoo baanne gaarii ta'a!
8.Namootni tokko tokkoo osoo mana ijaartuuf mismaara si dhoksa.
9.Akka addeessa ta'i. Guyyuu onnee guutuu kee hin agarsiisin!
10.<Ilaala akka tarkaanfachuu>>>
<<<Filatan akka dubbachuu>>
<<Obsan akka jiraachuu>>>
<<<Wanti caale hin jiru>>>
🥰🥰😍🥰 💯%

❤11👎1
Don't Trust Everyone, Because Sugar And Salt Both Have Same Colour.👌
🥰😍🥰😍 💯 %
🥰😍🥰😍 💯 %
🔥1
"Hiriyoota koo si’a tokko qalbii koo keessa turan, yeroodhaan na biraa fagaatan iyyuu, yaada koo keessaa hin badne. Fageenyis ni jira, garuu firaa fi hiriyyaa dhugaa gidduu yeroo fi fageenyi bakka hin bu’u. Si’a yeroo isaan yaadadhu, gammachuunis ni dhufa, gaddis ni dhufa — hafuura koo keessa haala ittiin isaan yaadadhu hin dagadhu."
🥰😍🥰💯%
🥰😍🥰💯%
❤4👍3
Baga bara haaraa nagaan geessan! 🌼🌼
Barri kun kan nagaa, Kan Milkaa'inaa isiniif haa ta'u!
Ayyaana gaarii!

❤7
Imaltuun hin teessu!
Boqoolloon birraa dhufa
Aannan arfaasaa dhufa
Humni ganama dhufa
qalbiin galgala dhufa
Eessaan walitti fidaa?
Lachuu walbira lufa!
𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝘁𝗮𝗮
✰ “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.”Shiiv keeraa.
✰ “Namni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.”M. Gaandii.
✰ “Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari’u; jaalalatu jibba ari’a.”
Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Muka ija qabutti dhagaan darbatamu baayyeedha.”
Shiiv keeraa.
✰ “Hin danda’amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha.”
N. Maandellaa.
✰"Dukkana guddaa keessa ifa xiqqoon darbuu dandeessa"
Abdii Taammanee.
✰ "Gaa'ela osoo qabduu barattoota dubaraatu si gammachiisa yoo ta'e haadha warraa keef yuunifoormii barataa bitiif."
Roobart Mugaabee.
✰ “Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba hin jedhin.”
Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Addunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee har’a sanyii facaasuu hin dhiisu.”
Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama.”
Riichaard Niiksoon.
✰ "Of wallaaluun of awwaaluudha"
Miratuu Shaanqooo.
✰ "Namni waan siin jedhu hindhabu ofiinuu waa jedha waan ta'eef"
Abdii Taammanee.
✰ “Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha.”
Albeert Inistaayin.
✰ “Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu.”
Albeert Inistaayin.
✰ “Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda’e.”
Iyezak Niiwtan.
✰ "Of beekuuf murtoo hinqabdu taanaan of beektes murtoo hinmurteessitu"
Miratuu Shaanqoo.
✰ “Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti.”
Biil Geet.
✰ "Haasaa abbaan barbaade bulbulu ani hindhugu"
Abdii Taammanee.
✰ “Karaa milkaa’inatti geessu hin beeku yoon ta’ellee karaa kufaatiitti geessu nan beeka, innis namoota hundaa gammachiisuuf dhama’uudha.”
Biil Koosbiil
✰ “Kun hundumtuu ta’ullee ammayyuu ilmaan namootaa gaariidha jedheen yaada.”
Haannaa Firaank.
✰ “Maqaa diinota keefi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin, balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi.”
Joon F Keenedii.
✰ “Addunyaa kana irraa wanti baay’ee nama gaddisiisu utuu ija qabanii mul’ata dhabuudha.”
Heelen Kiiler.
✰" Waaqatu na muude, isatu na buusa"
Roobart Mugaabee.
✰ “Hiyyumnis ta’e sooromni bu’aa ilaalcha keenyaati.”
Naappooliyoon Hiil.
✰ “Carraatti cimseen amana yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana.”
Toomaas Jeefersen.
✰ “Kaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha.”Miratuu Shanqoo
Galatoomaa! Kanan dubbisee irraa
Ararsa Hailu

16❤21