Health CPD Ethiopia
1.06K subscribers
255 photos
2 videos
132 files
70 links
Download Telegram
Miirota Sadan kanarraa of Eeggadhu

➊Gaafa ol kaatee fiixee milkaa'innaatti ol baate, boona qalbii irraa of eeggadhu. Boonni namoota sadarkaa milkii keetirra hin gahin akka ija tuffiitiin ilaaltu si taasisa. Sun immoo sis namoota sanas ni cabsa.

βž‹Yeroo bakka gad-aanaarra jirtu hadheeffattee Ilaaluu irraa of eeggadhu 🚧. Waa hadheessanii, dukkaneessanii ilaaluun, akka miirri inaaffaa si seenuufi sababiin milkaa'ina dhabuu keetii akka nama biroo ta'etti akka yaaddu si taasisa. Kun ammoo humna kee buusa.

➌Yeroo jireenya kee gadi bu'uuf kufaatiin si muudate abdii kutachuu irraa of eeggadhu. Abdii kutachuun akka wanti hundi asumarratti dhaabbatee, Kun hiree jiruu kiyyaati jettee akka yaaddu si taasisa. Gonkumaa abdii hin kutin.

#Neelsan_Maandeellaa


https://t.me/Health_CPD_EA
❀5
Hello
Forwarded from Haa Barruu Let's Learnβš– (Muhammed Aliyi)
Ogeessota TQO Dhaabbilee Fayyaa EMR.docx
34.4 KB
#Sadarkaa_Barnootaa_fi_Muuxannoo_Ogeessota_TQO _Dhaabbilee_Fayyaatiif_Barbaachisan!
=β€’=β€’==β€’==β€’
Odeefffannoowwan biroo argachuuf
πŸ‘‡πŸ‘‡

Chaanaalii - https://t.me/HaaBarruu

Garee - https://t.me/H2Bru

πŸ‘‡πŸ‘‡

Facebook - facebook.com/HaaBarruu
Haala Kafaltii Duity Hospitaala fi Bufatale Fayyaa tiif Ministeeri Fayyaa seeran baase waliif Share godhaa.



πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Guutuu Caasaa Kanaa Pdf argachuuf
πŸ‘‡πŸ‘‡
Chaanaalii - https://t.me/Health_CPD_EA/428

Garee -https://t.me/Health_CPD_E
❀3