Hadiisoota Jahan Darban kana Meeqa Hifzii Goote?
Anonymous Poll
21%
🌺Hunda
0%
💌 Shan qofa
14%
📮 Afur **4**
7%
3
14%
2
7%
☝️
36%
Hin Haffazne.
#Shirkiidha.
♡♡ Irreecha Dhaquun Islaamaaf hin ta'u Dhoorkaadha.
♡ Tokkummaa fii Jabeenyi keenya Shirkii dalaguun hin dhuftu.
♧ Rabbiin Nuhaa bilisoomsu.
♧ Oromoo kiyya Keenya oluma haa ta'uu. Rabbi haa sodaannuu. Shirkii fii bid'aa irraa haa eeggannu.
#Haqarraa immoo Suldii takka waliif hin buunuu.....yaa
Yaadaa Keessaniif✍ @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial

*** Ol'aantummaa....
♡ Sadarkaa olaanaa Qabaachuun Sodaa Rabbiitiini.
♡ Sodaa rabbiitiin isiniif dhaama.
♡Rabbuma Sodaadhaa Inninuu isin barsiisa, isin nyaachisa, isin milkeessa.
✍Yaadaaf @hadithofficial_bot

مَا أَبعَدَ مَا فَاتْ، مَا أَقْرَبَ مَا هُو آتْ
■ Waan Darbe Maaltu akkasitti Fageeyse.
● Waan Dhufaa jiru Maalumatu akkasitti Dhiheesse.
♤
♤♤
♤
✍Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
■ Waan Darbe Maaltu akkasitti Fageeyse.
● Waan Dhufaa jiru Maalumatu akkasitti Dhiheesse.
♤
♤♤
♤
✍Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
Telegram
HADIISA📚
Yaadaaf
https://t.me/KunAlabesira_bot
https://t.me/KunAlabesira_bot
** Kheeyrii Barbaaddootaaf.......
♧Har'a Mee inshaa allaah Waan bareedaa tokko Goona. Suniis Qur'aana Safhaa tokko Wajjiin Qaraanaa. QOPHEEFTANII?
♧Har'a Mee inshaa allaah Waan bareedaa tokko Goona. Suniis Qur'aana Safhaa tokko Wajjiin Qaraanaa. QOPHEEFTANII?
Anonymous Poll
96%
✋Eeyyeen
4%
Lakkii Yeroo Biraa
* Dubbistee Fixxu Malee hin Dhiisin....
✋Yeroo fixxe asirratti
@hadithofficial_bot *** Ergi
✍Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
✋Yeroo fixxe asirratti
@hadithofficial_bot *** Ergi
✍Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
Dhugumatti Qaraatee jirtaa?
Yoo Qaraatee jiraatte. Waan itti aanuuf xiqqoo Nu eegi.
Yoo Qaraatee jiraatte. Waan itti aanuuf xiqqoo Nu eegi.
Anonymous Poll
64%
👁Eeyyeen
36%
🔔Lakkii
♤♤ Aayatoota Har'a Qaraane San keessaa mee Isii kana haa Xiinxalluu.
🌺 Mu'uminni Dhugaa tii fii Kan Imaanaan Gutamaa ta'e :-
1. Nama Rabbitti Amane
2. Nama Rasuulatti(saw) Amane.
3. Ergasii Iimaana isaanii keessatti kan waan takkallee hin shakkine.
4. Ergasii kanneen Qabeenya isaaniitiin Karaa Rabbii keessatti Qabsaawaniidha.
5. Ergasii Kanneen Lubbuu isaaniitiin Karaa Rabbii keessatti Qabsaa'aniidha.
6. Namoonni wantoota Dubbataman kana Walitti Qabatan Isaantu Warra Dhugaa(Siddiiqoota) ti.
📮 إِنَّمَا ٱلْمُؤْمِنُونَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ بِٱللَّهِ وَرَسُولِهِۦ ثُمَّ لَمْ يَرْتَابُوا۟ وَجَٰهَدُوا۟ بِأَمْوَٰلِهِمْ وَأَنفُسِهِمْ فِى سَبِيلِ ٱللَّهِۚ أُو۟لَٰٓئِكَ هُمُ ٱلصَّٰدِقُونَ
📮 ||** Mu’umintoonni isaan Rabbii fii ergamaa Isaatti amananii, ergasii shakkii hin qabaatiniifi qabeenya isaanitiifi lubbuu isaaniitiin karaa Rabbii keessatti qabsaa’aniidha. Isaan isaanumaatu warra dhugaati.**||
🤲🏿Nama waan Jahanii Godhee Warra dhugaa irraa tahe san nuhaa godhu.
☝️Irra deebi'ii Qara'ii Dubbisii, xiinxali.

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته.
* Waan Sawaaba Guddaa, Guddaa siif qabu.
* Rafuu keetiin duratti Mee Zikriilee ☝️ san yeroo Kudhan kudhan jedhii Rafi.
*** Mee Ammuma jalqabi.
#Share
#Forward
✍Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
* Waan Sawaaba Guddaa, Guddaa siif qabu.
* Rafuu keetiin duratti Mee Zikriilee ☝️ san yeroo Kudhan kudhan jedhii Rafi.
*** Mee Ammuma jalqabi.
#Share
#Forward
✍Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
🌾Barii Ganama Keetii ☝️Kanaan Jalqabi. Inshaa allaah.
* Guyyaa Milkii Rabbiin siif haa godhuu
* Dubbistee Fixxu Malee hin Dhiisin....
✋Yeroo fixxe asirratti
@hadithofficial_bot * Ergi
✍Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
* Guyyaa Milkii Rabbiin siif haa godhuu
* Dubbistee Fixxu Malee hin Dhiisin....
✋Yeroo fixxe asirratti
@hadithofficial_bot * Ergi
✍Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
* بالله عليكم Mee Xiinxalaa*
✍ Sababa Miidiyaalee Hawaasaa Nuti fayyadamnuun Namoota meeqaatu Jallate?
🔔Sababa Miidiyaalee irraati Kheeyrii Hojjeechuu fii isuma fayyadamuu keenyaatiin Namoota Meeqaatu Qajeele?.
........
....Bareeeffama Xiqqoo tokko eeggadhaa.
* Dubbistee Fixxu Malee hin Dhiisin....
*** Namootaaf Dabarsuus hin lakkisin

Miidiyaa_Hawaasummaa,Halaaka_isaatii_fii_Sawaaba_fii_Dilii_Isaan.docx
16.6 KB
☆☆Yaa Ikhwatal Iimaan waan Itti yaaddaawuu qabnu irraa....☝️☝️
* بالله عليكم Mee Xiinxalaa*
✍ Sababa Miidiyaalee Hawaasaa Nuti fayyadamnuun Namoota meeqaatu Jallate?
🔔Sababa Miidiyaalee irraati Kheeyrii Hojjeechuu fii isuma fayyadamuu keenyaatiin Namoota Meeqaatu Qajeele?.
.....
#Barreeffama Gabaabaa ittiin waan kheeyrii Walyaadachiisnudha.
☆Keessa gad ilaalaa Dubbisi.
☆Rabbiin isuma kana sababa godhee Kheeyrii guddoo Nama dalagu, kan Sharrii social Network eeggatu nu taasisuutu malaa.
* Dubbistee Fixxu Malee hin Dhiisin....
☆Obboleewwan keessaniin gahuu hin Dagatinaa

☆☆☆ Badii Ulfaattuu akkanaa Maaltumaatu Nama baadhachiise☆☆☆.
🤨Fkn Namni tokko Ka'ee yoo waan shirkii tokko post godhe, Namni dhibbi tokko Share yoo godhan ,akkasumas namoota dhibba kana hundaafuu namni dhibbi tokko Ka'ee yoo share&forward godhe. Namoonni kumni 100 Yoo sababa kanaan waan Dilii(Maseeta) kana dalagan Badiin ummata kana hundaa Osoo hunda jaraa irraa hin hir'ifamin Namicha jalqaba Post godhe san irratti fe'amti.
♧♧♧ Guutu Dhimma kanaa Dubbisuuf Documentii liinkii kanaan Deemi Dubbisi👇
https://t.me/HadithOfficial/1399
YAADAAF @hadithofficial_bot

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
☆☆☆ Kaayyoo Olaantuu fii Hamilee bareedduu...
☆Muraa Nashiidaa ZAD Tvn Qopheesse irraa.
☆Dhaggeeffadhuu Suuta Jedhii ergaa Guddaa Qabdi.
#Forward
#Share
☆☆Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
☆Muraa Nashiidaa ZAD Tvn Qopheesse irraa.
☆Dhaggeeffadhuu Suuta Jedhii ergaa Guddaa Qabdi.
#Forward
#Share
☆☆Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
☆☆☆Irra Guddaa bakka Eegumsaa Itti of eeganiidha.☆☆☆
🗨Ibnul Qayyim Al-Jowziin akkana jedhe(***
☆ Towhiidni irraa guddaa Dallaa(tika) Rabbii Guddaati; Namni Isa seene Warra #Nagaya_bahan_irraa ta'aadha. **☆☆
🌺 فَالتَّوْحِيدُ حصَّن اللهَ الأَعْظَمَ الَّذِي مِنْ دَخْلهُ كَانَ مِنْ الآمِنِينَ .
📚بَدَائِعُ الفَوَائِدِ 2/470
☆☆Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
🗨Ibnul Qayyim Al-Jowziin akkana jedhe(***
☆ Towhiidni irraa guddaa Dallaa(tika) Rabbii Guddaati; Namni Isa seene Warra #Nagaya_bahan_irraa ta'aadha. **☆☆
🌺 فَالتَّوْحِيدُ حصَّن اللهَ الأَعْظَمَ الَّذِي مِنْ دَخْلهُ كَانَ مِنْ الآمِنِينَ .
📚بَدَائِعُ الفَوَائِدِ 2/470
☆☆Yaadaaf @hadithofficial_bot
t.me/HadithOfficial
Telegram
HADIISA📚
Yaadaaf
https://t.me/KunAlabesira_bot
https://t.me/KunAlabesira_bot
☆☆☆ Miskiinummaa hin sodaatin....♡♡♡
☆ Jaalalleen keenya Nabi Muhammad Saw! Akkana jedhan
* Rabbitti kakadhe! Waa dhaba isinirratti hin sodaadhu Kaniin isiniif sodaadhu akka Warra isiniin Duraa irratti Duniyaan Bal'ifamtetti Duniyaan isinirratti Gad dhiifamtee , keessatti waldorgomuu akkuma Isaanuu Waldorgomanii isaan Balleessitetti isin balleessun sodaadha.
*☆.
📚 وفي الصحيحين عن عمرو بن عوف الأنصاري قال صلى الله عليه وسلم : " فوالله ما الفقر أخشى عليكم و لكن أخشى عليكم أن تبسط عليكم الدنيا كما بسطت على من كان قبلكم فتنافسوها كما تنافسوها فتهلككم كما أهلكتهم "
🌺Dhugumatti Yeroo ammaa kana Baadiyyaa hamtuu barbaadde keessa ,miskiinaa hamaa fedhe bira Namuma Aqlii qabu tahee Namni Surree(kofoo) lama, Shurraaba lama, Yoo xiqqaate Waan nyaatee buluun hin qabne hin jiru jechuun ni danda'ama. Tasumaa hin jiru jechuu miti.
☆Har'a Namoonni baay'een Qabeenyaan Of danda'oodha.
☆Waggaa 10,30 booda Miskiinummaanuu.....
♤Dhaba Duniyaa hin sodaatin Dhaba Iimaanaa fii Amantii Islaamummaa Sodaadhu malee. Fitnaa Duniyaa eeggadhu malee