ูุงู ุฅุจุฑุงููู
ุงูุญุฑุจู: ยซุงูุตููุบููุฑู ุฅูุฐูุง ุฃูุฎูุฐู ุจููููููู ุฑูุณูููู ุงูููู ๏ทบ ููุงูุตููุญูุงุจูุฉู ููุงูุชููุงุจูุนูููู ูููููู ููุจููุฑูยปโ .
ูุงู ุงูุณุฌุฒู: ยซููุงููู ูุชููุจูุนู ููููุฃูุซูุฑู ููุฌูุจู ุชูููุฏููู ููู ููุฅูููุฑูุงู ูููุ ููุฅููู ููุงูู ุตูุบููุฑู ุงูุณููููู ุบูููุฑู ููุณููุจูยปโก.
ูููููููููููููููููููู
โ ุดุฑุญ ุฃุตูู ุงุนุชูุงุฏ ุฃูู ุงูุณูุฉ ููุงููุงุฆูุ ุฏุงุฑ ุทูุจุฉุ ุงูุณุนูุฏูุฉุ ุงูุทุจุนุฉ ุงูุซุงู ูุฉุ 1423ููุ ุฌ1ุ ุต95.
โก ุฑุณุงูุฉ ุงูุณุฌุฒู ุฅูู ุฃูู ุฒุจูุฏุ ุนู ุงุฏุฉ ุงูุจุญุซ ุงูุนูู ูุ ุงูู ุฏููุฉ ุงูู ููุฑุฉุ ุงูุทุจุนุฉ ุงูุซุงููุฉุ 1423ููุ ุฌ1ุ ุต340.
#ูููุงููุงุช_ุฃุซุฑูุฉ

โค11
Irra guddaa fii irra fagoon qixaaxaa Rabbiin ๏ทป nama tokko ofirraa isa fageeysuu fii balbala isaatirraa isa ari'uu isaati.
๐ข26โค13
Mallattoo laafina qalbii mu'minaa keessaa tokko dogoggoraa fii mucuca obboleessa isaa mu'minaa irraa argamteef akka waan inni mucucaateetti rifatee laalatee dhukkubsata. Inni mucucaachuu fii dogongoruutti gonkumaa hin gammadu.ยป
"ู ู ุฏูุงุฆู ุฑูุฉ ููุจ ุงูู ุคู ูุ
ุฃู ูุชูุฌุน ูุนุซุฑุฉ ุฃุฎูู ุงูู ุคู ู ุฅุฐุง ุนุซุฑุ ุญุชู ูุฃูู ูู ุงูุฐู ุนุซุฑ ุจูุงุ ููุง ูุดู ุช ุจู".
โ๏ธ ุงูุฅู ุงู ุงุจู ุงูููู -ุฑุญู ู ุงููู
๐ "ู ุฏุงุฑุฌ ุงูุณุงูููู" (ูก /ูคูฃูฆ)
|โข. Gaaffiin jabduun:- Nuti haalli keenya dogoggora obboleewwan keenyaa wajjiin akkami laata?.

Rabi'al Awwal 3,1448H
โค11๐ข5
Qalbii keessa gogiinsa zikrii Allaahaa malee wanti tokkolleen baysitee hin yaasneetu jira. Garbichi gogiinsa qalbii isaa zikrii Allaahaatiin jiisuutu isarraa eegama. Nama tokkootu Al-Hasan Al basriidhaan " Yaa Abbaa Sa'iid! Qalbiitu na goggogee maaltu furmaata" jechuun isatti himate. Hasaniis" Zikriidhaan baysii isii jiisu" jedheen.
Qalbiin gaafa rabbi irraa dagattee dagannaan isii jabaatte gogiinsi isiitillee itti jabaata. Gaafa garbichi rabbi yaada zikrii isaatirraa baay'ifate goggogiinsi sun baqee laafaa deemti.ยปแฆ

โค12
Sunnaan gara sunnaa nama yaamti. Bid'aalleen gara bid'aa biraa nama oofti. Namni sunnaan gammaduu fii isii ayyaneeyfatu isii qabachuu dabalata. Nama bid'aan gammaduu fii bid'aa san ayyaaneeyfatuus bid'aa sun qabachuu dabalata. Kanaani namoonni nama sunnaa kan sunnaa hordofuu fii nama jallataa bid'aa hordofu ta'uun abkka lamatti bahu. Ati kanaan yookiin suniini garee lamaan keessa bakka kam akka jirtu of beekta.ยป
.
ู ูุชุจุณ ู ู ุชุบุฑูุฏุฉ ุงูุดูุฎ ุงูุนุตูู ู
Rabi'al Awwal 4,1448H
.
โค19
HADIISA๐
https://t.me/HadithOfficial/13834
Addunyaan tun guyyoota muraasa irraa fe'atanii irraa deemuun booda jirtuudha. daraaraa fii bareedina yeroo kanaan dagamanii aakhiraa ofiitiif jiraachuurraa dagachuun nama tokkolleefuu hin barbaachisu.
Zamanni keessa jirru bara zamana kamuu caalaa namoonni hedduun duniyaa fii waan isii kheeysaatiin akka malee dagaman irraayi. heddummina namootaa isii barbaadaa fii jaalala isiitiin qabamanii hallayyaa halaakaa bu'anii rabbi ๏ทป qofaatu beeka.
Yeroolee fii zamanni dalagaa kheeyriitiis ta'ee sharrii keessatti dalagan dhumee gara namuu waan hojjateen galata galfamuutti darbuuf jiraanna. Gaafni kheeyrii fuula rabbii ๏ทป barbaadaaf itti laffa'aa itti ta'aabaa turte firii isii itti agartu fagoo miti. Inni sharriin dachii rabbii laaqaa turee fii sababaa diin allaahaatirraa deebi'uu nama hedduu ta'aa turelleen gaafni inni yakka isaatii fii yakka warra jallachuu isaaniitiif sababa itti ta'ee ba'atee jahannam bu'uuf jiraatulleen dhihoodha.
Yaa isa kheeyrii irra jirtuu fii kheeyrii irraa heddummeeyfataa jirtu of qabii obsi hanga waan obsitoonni argatan argattuutti. Karaa kheeyrii dheeyreeysitee hin ilaalin. Dheereeyfatteetiis kheeyrii dalaguurraa of boodatti sin deebisin. Rabbiin ๏ทป kheeyrii dalaguu irratti daddafuu fii sabaata qabaachuun khaatimaa toluu nuhaa waffaqu.ยป

โค9
HADIISA๐
Photo
Namni yaadannoo bara hijraa nabiyyii ๏ทบ ayyaaneeffatuu fii kabaju:- Sunnaa Rasuulaa ๏ทบ irraas ta'ee karaa sahaabootaa,taabi'ootaa,imaamman afranii fii darasoota isaaniitirrallee deemaa hin jiru. Isaanittiis fakkaataa hin jiru. Isaan bara haaraa hijraa hin kabajne niis hin ayyaaneeffanee. Namootallee itti hin waamne zamana isaanii keessa haalli akkanaa niis hin beekkamu.
Inumaa namni akkana dalagu
1ffaa namoota muslima hin ta'initti hidhataa jira. Isaantu akka aadaa isaaniitti taateelee argamte,yeroo jijjiiramni garagaraa argamuu fii yeroolee waa argamtu keessa ayyaana taasifata.
2ffaa. Baaxinoottaa shii'aa raafidaadhatti fakkaachuutti jira. Qorataa fii barreessaan seenaa ijipti Maqriiziin " bara haaraya hijraa kabajuun ayyaaneeffachuun ayyaanootaa dowlaan faaximiyyootaa ofiin jettu dowlaan ubeeydiyyootaa raafidoonni fidaniidha" jechuu dubbatee jira.ยป
Rasuullii ๏ทบ warra jallinaatti fakkaachuu irraa sodaachisee baqachiisee jira. Hadiisa keessatti " Namni ummata tokkotti fakkaate isaanumarraayi" jechuun Rasuula ๏ทบ irraa dhufee jira.ยป
Sheikh Abdulqaadir Al-Juneid-hafizahullaah.

Muharram1,1447H
๐12โค4
Rasuulli ๏ทบ " Namni dhiiraa tokko gaafa haadha manaa isaa hirriibarraa khaasee isaan lachuu halkan keessa ka'anii salaatan; Dhiiraa fii dubartoota akkaan heddummeeysanii rabbi zakkaran keessatti barreeffamu" jedhan.
๐ ู ุตูู ุงุจู ุฃุจู ุดูุจุฉ - (6675)
ู ู ุงุณุชูููุธู ู ูู ุงููููููู ูุฃููุธู ุงู ุฑุฃุชููู ูุตููููุง ุฑูุนุชูููู ุฌู ูุนูุง ููุชูุจุง ู ูู ุงูุฐููุงูุฑููู ุงูููููู ูุซูุฑูุง ูุงูุฐููุงูุฑุงุชู
ุงูุฑุงูู : ุฃุจู ุณุนูุฏ ุงูุฎุฏุฑู ูุฃุจู ูุฑูุฑุฉ | ุงูู ุญุฏุซ : ุงูุฃูุจุงูู | ุงูู ุตุฏุฑ : ุตุญูุญ ุฃุจู ุฏุงูุฏ
ุงูุตูุญุฉ ุฃู ุงูุฑูู : 1451 | ุฎูุงุตุฉ ุญูู ุงูู ุญุฏุซ : ุตุญูุญ

โค6
Barsiisaa diinaa islaamaa hadiisa kana dhaga'ee dalagaa isaa keessatti dantaa dhabuu fii of boodatti harkifatuutu jira jedhee hin yaadu.
Dhaga'i Mee akhii baarakallaahu fiika.
" Rasuulli ๏ทบ "
Rabbi,malaa'ikootaa fii warri samii fii dachii, mixiin goda isii keessattii fii qurxummiin bahara keessattillee nama kheeyrii namoota barsiisu irratti salawaata buusu (Rahmata isaaf kadhatu).ยป
"jedhan.
ุงูุชุฑู ุฐู

โค16๐ข8
Rasuulli keenna ๏ทบ dhimma dajjaaliin wal qabatu akka malee haga aduun guyyaa mul'istu caalaa addeessew nuuf ibsee waa'ee ifa godhee deeme. kanumaa wajjiin gaafa dajjaal bahu gosa tokkoo fii magaaluma takka irraa namoota 70000 isa horsofuuf jiraata.
Eega inni biyyootaa addunyaa kanaa hedduu keessa naanna'ee immoo kan maqaa muslimaa himatu meeqaatamtu isa hordofuuf jiraata.
Dajjaal guddaa dhufuuf jiraatu san dura dajjaaloota dhibba meeqaatuu gandootaa lafarraa keessaa fii gandoota miidiyaalee hawaasaa kanarra guute jira. Kan si dhibu namoonni osuma jallina,kijibaa fii badooma isaa beekaaniiti namni kumaatamaan lakkaa'amu isaan hordofa. Yaadaa fii adeemsa isaa fudhatee jala deema. Isaanii dajjaaloota xixiqqoo kana jala bu'ee dafkee harka dhayeefii bira dhaabbatu agarta.
Heddumminni namoota karaa badanii sin dagin. Muraasa ta'uun lakkoofsa warra haqaatilleen karaa haqaa shakkuu keetitti sin geeysin. Kana hunda beekumsaan adda baafadhu. Dhimma diin keetii baradhu. Waan hin beekne beektoota gaafadhu. Namni koofiyyaa kaayate cuftillee beekaa miti. Beekaan nama beektoota zaman isaa ragaa bayaniifi. Dhimma diin keenya dhimma aqiidaa teenyaa keessatti of eegannoo socho'uu nu barbaachisa.
Rabbiin ๏ทป karaa haqaa beeknee hubannee qabachuun irratti jiraannee irratti du'uu nuhaa waffaqu.

Rabi'al Awwal 8,1448H
โค14
Namni hojii badduu osoo badduu ta'uu beekuu hojjete waa badee waa hoongaa'ee. Kan nama akkanaatirra hoongaa'aa fii halaakamaan; nama hojii badduu isaa san gaarii se'ee hojjetuudha.
ุฃูููู ููู ุฒูููููู ูููู ุณููุกู ุนูู ููููู ููุฑูุขูู ุญูุณูููุง

Rabi'al Awwal 9,1448H
โค20๐4