HADIISA๐Ÿ“š
11.7K subscribers
2.78K photos
700 videos
579 files
2.34K links
Download Telegram
Senaa_Taabi'ii_Mahammad_Ibn_Waas.3gp
34.6 MB
Seenaa Taabi'yyii Muhammad ibnul waasi'i part 2
Sheikh Amiin Ibrootin
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Sheikh khalid waan inni jedhu dhagahi
"Anarra akka inni (rabbiin) na ajajetti isa gabbaruu
Isarra(rabbirraa) akka ballama naaf seenetti na nyaachisa"
Qaalaawuun jireenyaa homaa nan yaachisu jedha gurbaan saalihni tokko gaafatamnaan
Iccitiin Maali jennaan (SALAATA)Irratti dawaamuudha
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Sagalee qur'aana kabajamaa bareedaa kana dhaggeeffadhu
Hiriyyoota keetiifiis qoodi
Dhaamsa shanโ€œ5" ergamaa Rabbii(s.a.w) gaafa tokko Rasuulli (s.a.w) sahaaba isaati wajjiin osoo taa'utti jiruu akkana ja'een
Mee eenyuutu isiin keessa jacha kana narra fudhatee itti dalagaa (hujitti hiika) takka jacha kiyya kana narraa fudhee nama itti dalagu barsiisa?.hugguu kana โ€œ Abuu hureeyraan" isaan keessa anaatuu sirraa barachuu barbaada yaa ergamaa Rabbii (s.a.w) ja'een
Hugguu kana Rasuulli (s.a.w) harka โ€œ abuu hureeyraa" qabee waa shaโ€œ5" lakkawee itti himee.
1, daangaa Rabbii eeggachuu (tifadhu) nama haalaan Rabbii gabbaru taataa,
2, waan Rabbiin siif qoodee (siif murteeyse) jaaladhu irra dureeysa namaa taataa.
3, ollaa keetif tola oli (gaarii itti dalagi) nama Dhugaan imaana qabu (mu'umina) taataa.
4, waan lubbuu teetiin jaalattuu namaaniis jaalladhu nama qaalii Rabbii jala butame (muslima) taataa.
5, hedduu kofla hin baayyisin hedduu kofla baayyisuun qalbii ajjeeftii .
#Nuuniis nama fudhatee itti dalagu nuhaa godhu
Waa afur (4) : jireenya kee kessatti hin lakkisin..!!

โˆš rabbiif Galata galchuu hin lakkisin ,yoo lakkifte ida"aminsa dhabdaa...
Rabbiin (sw) : akkana ja"a..
‏"ูˆู„ุฆู† ุดูƒุฑุชู… ู„ุฃุฒูŠุฏู†ูƒู…"
" yoo waaniin isiniif kannerratti Galata naaf galchitan ta biraatin isiniif itti ida"a.."

โˆš rabbi yaadachu hin lakkisin rabbiin si yaadachuudha dhabdaa..!!
Rabbiin (sw) akkana ja"a...
‏"ูุงุฐูƒุฑูˆู†ูŠ ุฃุฐูƒุฑูƒู…"
" na yaadadhaa aniis isiniin yaadadhaa.."

โˆš rabbi kadhachuu hin lakkisin qeebaltiidha dhabdaa...!!
Rabbiin (sw) akkana ja"a...
" ุฃุฏุนูˆู†ูŠ ุฃุณุชุฌุจ ู„ูƒู…"
" na kadhadhaa ,waan na kadhattan isiniifin qeebalaa."

โˆš istikfaara hin lakkisin nagaya bahuudha dhabdaa...!!
Rabbiin (sw) akkana ja"a...
"ูˆู…ุง ูƒุงู† ุงู„ู„ู‡ ู…ุนุฐุจู‡ู… ูˆู‡ู… ูŠุณุชุบูุฑูˆู†" !

" rabbiin uummata mu"uminaa osoo isaan istikfaara kadhatanii ka isaan halaaku hin taane.."
โค1
*ุจุตู„ุงุฉ ูˆุงุญุฏุฉ* โ˜๏ธ
ุนู„ู‰ ุงู„ุญุจูŠุจ ุงู„ู…ุตุทูู‰
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…
Salawaata tokko khan ati nabi muhammad(saw) irratti buustuun
โœ… ุชูƒุชุจ ู„ูƒ 10 ุญุณู†ุงุช
โœ…toltuu 10 sif barreeffamti

โœ… ุชุฑูุน ู„ูƒ 10 ุฏุฑุฌุงุช
โœ…sadarkaan 10 olsiifuudhamti
โœ… ุชู…ุญู‰ ุนู†ูƒ 10 ุณูŠุฆุงุช
โœ…diliin 10 sirraa haqamti
โœ… ูŠุตู„ูŠ ุนู„ูŠูƒ ุฑุจูƒ10ุตู„ูˆุงุช
โœ…rabbiin salaawata 10 sirratti buusa
ุชุญุตู„ ุนู„ู‰ ู‡ุฐุง ุงู„ูุถู„ ูƒู„ู‡ ุŒุŒุŒ

ู‚ุงู„ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… :
โ™ป๏ธ๏ปฟergamaan keenya (saw) akkas jedhan namni narratti qalbiirraa salawaata takka narra buuse
โœ…rabbiin salaawata 10 irratti buusa
โœ…toltuu 10 isaaf barreeffamti
โœ…sadarkaan 10 ol isaa fuudhamti
โœ…diliin 10 sirraa haqamti
( ู…ูŽู† ุตู„ู‘ูŽู‰ ุนูŽู„ูŠู‘ูŽ ู…ูู† ุฃูู…ู‘ูŽุชูŠ ุตู„ุงุฉู‹ ู…ูุฎู„ูุตู‹ุง ู…ู† ู‚ู„ุจูู‡ ุ›
ุตูŽู„ู‘ูŽู‰ ุงู„ู„ู‡ู ุนู„ูŠู‡ู ุจูู‡ุง *ุนูŽุดุฑูŽ ุตู„ูŽูˆุงุชู* ุŒ
ูˆุฑูŽูุนูŽู‡ ุจูู‡ุง *ุนูŽุดุฑูŽ ุฏูŽุฑุฌุงุชู* ุŒ
ูˆูƒูŽุชุจูŽ ู„ู‡ู ุจูู‡ุง *ุนูŽุดุฑูŽ ุญูŽุณูŽู†ุงุชู* ุŒ
ูˆู…ูŽุญุง ุนู†ู‡ู *ุนูŽุดุฑูŽ ุณูŽูŠู‘ูุฆุงุชู* )



๐Ÿ•‹kanumaa wajjiin arra guyyaan jumu"aadha salaawa buusuu hedduumeessi


โœ‹ ุจุงุฏุฑ ู‚ุจู„ ุฃู† ุชุบุงุฏุฑ ุฎุงุตุฉ ููŠ ู‡ุฐุง ุงู„ูŠูˆู… ุงู„ู…ุจุงุฑูƒ ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ .
*ุจุตู„ุงุฉ ูˆุงุญุฏุฉ* โ˜๏ธ
ุนู„ู‰ ุงู„ุญุจูŠุจ ุงู„ู…ุตุทูู‰
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…

โœ… ุชูƒุชุจ ู„ูƒ 10 ุญุณู†ุงุช

โœ… ุชุฑูุน ู„ูƒ 10 ุฏุฑุฌุงุช

โœ… ุชู…ุญู‰ ุนู†ูƒ 10 ุณูŠุฆุงุช

โœ… ูŠุตู„ูŠ ุนู„ูŠูƒ ุฑุจูƒ10ุตู„ูˆุงุช

ุชุญุตู„ ุนู„ู‰ ู‡ุฐุง ุงู„ูุถู„ ูƒู„ู‡ ุŒุŒุŒ

ู‚ุงู„ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… :
๏ปฟ
( ู…ูŽู† ุตู„ู‘ูŽู‰ ุนูŽู„ูŠู‘ูŽ ู…ูู† ุฃูู…ู‘ูŽุชูŠ ุตู„ุงุฉู‹ ู…ูุฎู„ูุตู‹ุง ู…ู† ู‚ู„ุจูู‡ ุ›
ุตูŽู„ู‘ูŽู‰ ุงู„ู„ู‡ู ุนู„ูŠู‡ู ุจูู‡ุง *ุนูŽุดุฑูŽ ุตู„ูŽูˆุงุชู* ุŒ
ูˆุฑูŽูุนูŽู‡ ุจูู‡ุง *ุนูŽุดุฑูŽ ุฏูŽุฑุฌุงุชู* ุŒ
ูˆูƒูŽุชุจูŽ ู„ู‡ู ุจูู‡ุง *ุนูŽุดุฑูŽ ุญูŽุณูŽู†ุงุชู* ุŒ
ูˆู…ูŽุญุง ุนู†ู‡ู *ุนูŽุดุฑูŽ ุณูŽูŠู‘ูุฆุงุชู* )

ุตุญูŠุญ ุงู„ุชุฑุบูŠุจ ู„ู„ุงู„ุจุงู†ูŠ 1659

๐ŸŒน ุชุฎูŠู„ ู„ูˆ ูƒุงู†ุช 100 ู…ุฑุฉ
ุฃูˆ 1000 ู…ุฑุฉ ุฃูˆ ุฃูƒุซุฑ ู…ู† ุฐู„ูƒ ุŒุŒุŒ

ููƒู… ู…ู† ุงู„ุฃุฌูˆุฑ ุณุชุญุตู„ ุนู„ูŠู‡ุง โ‰๏ธ


โœ‹ ุจุงุฏุฑ ู‚ุจู„ ุฃู† ุชุบุงุฏุฑ ุฎุงุตุฉ ููŠ ู‡ุฐุง ุงู„ูŠูˆู… ุงู„ู…ุจุงุฑูƒ ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ .

๐ŸŒด ู‚ู†ุงุฉ ุจู„ุบูˆุง ุนู†ูŠ ูˆู„ูˆ ุขูŠุฉ ๐ŸŒด
Forwarded from DU'AA'II(ุงุฏุนุงุกู)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
duaaii istikaaraa (filannaa)
haffazi sifayyaddi yeroo wanti lama sirratti walfakkaate rakaa lama sagaddee kaatee duaaii kana qaraata
- ๐ŸŒน๐ŸŒด ุญุฏูŠุซ ุงู„ูŠูˆู… ๐ŸŒด๐ŸŒน

ุนู† ุณู‡ู„ ุจู† ุณุนุฏ - ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ - ุฃู† ุงู„ู†ุจูŠ - ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… - ู‚ุงู„ ู„ุนู„ูŠ - ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ -: ยซููˆุงู„ู„ู‡ ู„ุฃู† ูŠู‡ุฏูŠ ุงู„ู„ู‡ ุจูƒ ุฑุฌู„ุง ูˆุงุญุฏุง ุฎูŠุฑ ู„ูƒ ู…ู† ุญู…ุฑ ุงู„ู†ุนู…ยป .
ู…ุชูู‚ ุนู„ูŠู‡ .
ergamaan rabbii (s.a.w) aliyyiin akkana jedhan""rabiiniin kakadha rabbiin siin nama tokko qajeelchuutu diddiimaa gaalaa argachuurra siif caala"" bukhaarii fii muslimtu baase.
>da3waarraa qooda fudhu
>carraa argatteen ergaa diin islaam dabarsi addunyaan gahi
>da3waa godhuun waan laaftuu sitti hin fakkaatin
>nuti rafuutti jirra . akka jarri kaafiraa ittiin ergaa isaani tan sobaa tana ummataan gauuf cinqaman osoo argitee oftuffatta.
atimmoo ergaa haqaa maalof himuu sodaatta.
@Oduu takkaan siif hima . yeroo as dhihoo kana ummata tokkootu jira kan namarraa adda bahanii jiraatan . lafti isaan jiraataniis kan ummataatirraa achi siqxee argamtu. ummanni kun haala jiruu isaani ofumaan gaggeeffatu . nama isaanitti dhufe ni ajjeessu.
gaaf tokko ergamaan kaafirtoota tokko ummata kana ergaan amantii kootii itti geessuun qaba jedhee deeme. achuumaan namicha kana ajjeessan.
โ—‡asirraa maal hubatta . ergaan sobaa isaanii addunyaa barsiisuuf akka inni itti lubbuu ofii kenne ilaali. otoo sitaate ati ergaa haqaa kan ittiin mindaa rabbi biraa argattu ummata akkasiitii miti isuma nagaa kanattuu himaa ni jirtaa?
โ– fkn biyyuma keenya miidiyaan islaamaa fii kan kaafirtiota walmadaala bayyinni isaani. garuu biyya keenya keessatti muslimini baayyinaan akka caalu hoo beektaa?
fkn jarri pheenxe waantiin jara 20 ni tv channeel dhunfaa qabu.garuu kan islaama tv meeqaatu jira ? 3 qofa
Dammaqi
Dammaqi
jecha rabbii kanaas yaadadhu

ู‚ุงู„ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰: {ู‚ู„ ู‡ุฐู‡ ุณุจูŠู„ูŠ ุฃุฏุนูˆ ุฅู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ู‰ ุจุตูŠุฑุฉ ุฃู†ุง ูˆู…ู† ุงุชุจุนู†ูŠ ูˆุณุจุญุงู† ุงู„ู„ู‡ ูˆู…ุง ุฃู†ุง ู…ู† ุงู„ู…ุดุฑูƒูŠู†} [ูŠูˆุณู (108) ] .



@HadithOfficial
@HadithOfficial
@HadithOfficial
@HadithOfficial
#Aliyyi binu huseen binu aliyyi binu abii xaalib kaniifii haadha saati wajjiin nyaata hin nyaanne ture,nama akkaan haadha isaatti tola oolu ture.
Guyyaa tokko maalif haadha teeti wajjiin nyaata hin nyaanne ja"aniiti gaafatan.?!
Ummaan tiyya ija siitin gama nyaata laalte bakka San osoon hin beeyne duraa fuudhee nyaachun sodaadha.
Akkasitti isitti mataa jabaachuun sodaadha ja"en..!!

#sufyaan binu uyeeynaa akkana ja"e : gurbaan tokko imalturraa dhufeeti haadhaa isaa isii dhaabbatte salaatu jirtu arkee.. gurbaan ka ummaan isaa dhaabbachutti jirtu gad taa"u jibbe ..!!
Haati isaatis waan inni dhaabbatuf beeyteeti dhaabbatinsa dheereysite akka inni sawaaba arkatuuf jecha..!!

#zubeeyri binu hishaam nama akkaan Abbaa isaatti tola oolu ture.
Yeroo oowwaa Bishaan muka walakkaa kaayeeti yeroo bishaan qabbanaawe osoon dhuuyne gara abbaa isaatti kan ergu ture..!!

#abdallaah binu umara guyyaa tokko gurbaa haadha isaa duuydarratti ba"atee ka"abaan naannawu arke..!!
Gurbaan : yaa ibna umar ummaa tiyyaaf Galata galcheetin jira jachuu na ni yaadda ja"en.??
Gaafa si dhaltuu rifachuu isiin rifatte San takkaahu hin galchineef garuu haala gaarirra jirta rabbiin akkanarratti si haa tursiisu ja"en...!!!

@alfannn
@alfannn
@alfannn
Channel photo updated