Forwarded from Kajeeluu fii Sodaachuu
๐Ergamaan rabbii akkanas jedhan{{rabbiin oltehe ni jedha;Ani gabricha kiyyaa wajjiniin jira waan inni na duubbateen,waan hidhiin isaa sochooteen(isa dubbatuun)}}
๐Ammaas ergamaan rabbii akkana jedhan{{zikrii(rabbi dubbachuura) dalagummaan dalagu takkalleenuu ilma aadam qixaaxa hin baaftu}} ๐irra jabduun dalagaa qixaaxa rabbi duraa nama baaftu zikrii rabbiiti jedhan
๐zikriin ibaadaa hundarra laaftuudha
๐zikriin ibaadaa hundarra caalti
๐zikriin irra jaalatamtuu ibaadaati rabbi biratti
๐sharxiin isii heddummeessuudha
ergamaan rabbii ๏ทบ guyyatti yoo xiqqate yeroo 70_100 ุฃูุณูุชูุบูููุฑู ุงููููฐู (astoghfirullaah) ;yaa rabbi naaf araarami jedha.
๐Kan nama dinqisiisus ergama rabbii๏ทบ rabbiin dilii tee tan dabartee fii tan dhuftuus siif dhiise jedheen rabbiin .
๐Kan rabbiin dilii isaa hunda dhiiseef isaan guyyatti yoo marraa 70 hanga 100 araarama rabbi kadhatan
๐Duuba yaa ikhwaanii nuti kan rabbiin dilii teenya tan dabarteehuu rabbiin nuuf araaramu dhiisu hin beeyne guyyatti yeroo meeqa astoghfirullaah jechaa jirra
๐garage towbaa daddafi
๐Zikrii isaa baayyisi
๐akkaan fardii eeggadhu
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ITTI FUFA
JOIN๐๐๐๐๐
@kajeelisodaadhu

โค1
SEENAA SHEEEKA BIYYA TEENYAA BEEKKAMAA
Sheekh Muhammad Amaan AliiJaamii
Sheekh Muhammad Amaan Alii Jaamii AlOromii.Sheekni bara 1349 Hijiraa ykn bara 1930 A.L.f,Harargee Lixaa DhagaDhaab ganda jeโamtutti dhalate.Joollummaan ganda Isaa Dhagadhaabittibarnoota shariโaa Quraana, Fiqhii Shaafiโii,Afaan Arabaa baratee jira. San booda Sheeyniganda Isaatii deemee biyya keessa bakkaadda addaatti barnoota Islaamaawaraabbatee jira. Kitaaboota hedduuhaffazee jira.Booda Hajjiif gama Makkaa karaa seene.Somaaliyaan Doonii yabbaatee Yaman
keessaan Suโud Arabiyaa dhaqe.
Sheekhni Biyyatti Ilmii Ulamaaโoota keenyarraagosa hedduu baratee eega haffaze biyyaabahe. Garuu Hoggaa Suโudii dhaqes akkumahaarawatti Ilmii barachurra gad taasยดe.
sheekkanhundarradeemuun ilmii irraa fudhatee jira.Barnoota ammayyaatiin mana barnootasadarkaa 2ffaa xumuree Digrii duraa fudhate.Achitti hin dhaabbane barnoota Isaa itti fufe,Maastar (Digrii Lammadaa) PunjaabPaakistaanirraa fudhate, Doktara (PHD)ammoo biyya Misraa Kaayroo (Daarul Uluum)irraa fudhate.Sheekni hanga baratu kana hunda waanammayyaatis fudhachuu fedheeti malee Ilmiibiyyarraa eegalee qabaachuu ture. Osuma
Ulamaaโii tahee jiru barnoota kana hunda baratee jira.Sheekni bahara Ilmi erga tahe booda
barsiisurra gad taaโe. Suโudii Masjida Nabiis.a.w keessatti, Yunivarsiitii Madiinaa fii bakkaadda addaatti barsiisee jira.Nama beekaa biyyi hundi waan jaalattuuf
Suโudiin Lammummaa Kenniteefii jirti. HanganAni dhagayetti Sheekkootii Oromoo Keessaakan Jinsiyyaa (La
mmummaa) Suโudi argate Isa
qofa. Inni Ulamaaโii Suโudii gurguddoo barsiisee jira.Yunivarsiitii Madiinaatti Damee (Faculty)Aqiidaa keessatti itti gaafatamaa ture.
Ulamaaโiin Gurguddoon akka Ibnu Baaz,Saalah AlFowzaan fii kenneen biroo Sadarkaabeekkumsa Isaatii fii qulqullina Aqiidaa Isaatiifragaa bahanii jiran.Hoggaa Madiinaatti Yunivarsiitiin Islaamaabanamte warra dura Sheekh Ibnu Baaz akkaAqiidaa barsiisan itti amanee file keessaaSheekhni Hangafa.Sheekhni Barsiisaa Aqiidaa qulqulluuti ture.Afrikaa biyyoota adda addaa keeysa deemeeKaraa Qajeelaa Salafootatti Muslimootatti nama hedduugorsaa ture. Ulamaaโii Oromoo tanMootummaan biyyaa ariite Suโuditti akka
kabajamanii barsiistoota tahan haalamijjeeysaa fii ture.Gabrummaa Amantii fii sabummaan ummatakeenyarratti Mootummoonni adda addaagaggeeysaa turan katabee Ummata keenyaAraboonni akka gargaaran kakkaasaa ture.Sheekha kana ani seenaa Isaa himee fixu hindandahu, web site Isaa seenuun dubbisuu nidandeessan.Sheekhni Rabbi Rahmata haa godhuufiiKitaaboota Aqiidaa Ahlusunnaa Ibsan hedduubarsiisaa turan. Hoggaa Yunivarsiitii Barsiisaniiirraa bahan, Masjida Nabii s.a.w keessatti
Ulamaaโoota barsiisuu fii fatwa godhuun
dabarsan. Biyya adda addaa keessa deemanii
Aqiidaa Sunnaah Ibsuun akkasumas Bidโaa fii
Shrikiin Saaxiluun irraa dinniinuuf hirriba hinqaban ture. Heddummina dalagaa tanahundaati wajjiin Kitaaboota MuslimootaAdunyaa fayyadan hedduu gumaachaniiJiran.Kitaaboonni Isaanii guddinaan Aqiidaa ibsuu fiiJallina Saaxilurratti xiyyeefatan.Sanirraa:1.
Sharhu Usuul As-salaasaa (Usuul As-salaasaa ballisee Ibsa)2.
Aqiidatul Islaamiyyaah wa Taarikhihaa(Aqiidaa Islaamaa fii Seenaa isii irraadubbata)3.AsSifaatul Ilaahii Fil Kitaabi wa sunnatiNabawiyyaah4.
Hal taโarfu Shaโbal Oromoo AlMuslim (SaSaba Oromoo Muslimticha ni beeytaa)jechuun waaโee Oromoo katabanii jiran.Kana malee Kitaaboota biroo hedduu qabanamni argachuu fedhe website Isaanii haalaalu.Kunoo web sitiin Isaa: http://www.eljame.com/ Namni hundi Adunyaa tanarra hanga RabbiIsaaf hayyame qofa jiraata, Sheeknis dalagaaIsaa waan Rabbiin Isaaf laaffise karaa Isaakeessatti carraaqaa eega dabarse booda
baatii Shaโbaanaa guyyaa 20, bara
1416 hijiraaykn 2005dhukkubsatee duโe.Qabrii Sahaabootaa Baqiโii AlGharqadMadiinaatti Awwaalame.
Ulamaaโiin gaafa Inni duโe akka malee Rifatan
keessaa tokko Sheekh Ibnu Baaz ture.
seenaalee akkanaa hedduu akka barattuuf obboleewwan keetiifiis share
join zis channel

โค1๐1
#tokkoon mucaa dardaraa akkana ja"a...
Yeroon umrii dardarummaa dura seenuu kaniin hedduu mana hin dhufne,akkasuma manattis yeroon hin deebineen ture,akki kun ammoo ummaa tiyya hedduu dallansiisa...
Sababaan: guyyaa yeroon mana jiru irra hedduu rafeetin galgalaas yeroo ummaan tiyya rafte booda manatti deebi"a ja"a...
#ummaan tiyya haala kanarraa na dadhabnaan waraqaa barreysite firija gubbatti naaf maxxansuu eegalte..waraqaan bakka nyaanni jiruu fi bakkaan waanin dhugu itti naaf qopheeysitu itti naaf himtee irraa fudhadhudha...
#guyyaan ni deeme ,yeroonis ni dheeratte osuma galgala hunda waraqaa naaf maxxansite bakkaan haajaa tiyya irraa fudhadhu naaf himtuu...
#halkanirraa halkan tokko tureetin manatti deebi"e yeroon deebi"u akkumaan barettin waraqaa firija gubbatti maxxansaa arke..waraqaa San dubbisuu hifadheetumaan firraa dhiisee gama hirriba kiyya rafutti seenee...!!!
#ganama yeroon dammaqu dalaydu mana teenyaa ta boochu ta imimmaan ija isii guutee jiru ta na kaaftuun arke.
Yeroon hirribarraa dammaqu...
Ummaan tee duniyaa irraa deemteeti jirti naan jatte..!!
#hangam takkaan ummaa tiyyaa wajjiin addaan bahun na laaleeyse,na rifachiise..hangaan isii awwaalutti niin obse.!!
Galgala yeroon manatti deebi"u qalbiin tiyya yaadaan guutamte ijji tiyya haala imimmaanin guutamteeniin dhufee siree tiyyarra ciise..!!
#osumaan ciisutti jiruutin waraqaa ummaa tiyyaa taniin hin dubbisin San yaadadhe rifadhee lafaa ol ka"e...gama alawaada jarjareetin waraqaa firija gubbaa buqqaasee dubbisutti seene...!!!
#yaanni daranaati natti jabaate rakkoon natti cimte,waraqaan yeroo tana bakka nyaanni jiruu fi bakka dhugaatin jirturraa hin haasoytu..waraqaa kessa akkanaatu barreyfamee jira...
" yaa ilma kiyya arraan tana qacollatti na dhukkuba yeroo mana dhufte na kaasiti mana haakimaa na geeysi..!!" Jatti...
[ู ูุถู ุฑุจููู ุขูุข ุชุนุจุฏูุง ุฅูุง ุฅูุงู ู ุจุงููุงูุฏูู ุฅุญุณุงูุง]....
"Osoo booda hin sheenoyne haadhaa fi abbaa keen hatti tola haa oolluu..!!!!!!
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ
@HadithOfficial

โค1๐ข1
Maleeykaan eenyuuf araarama kadhatti...??
# nama salfii takkaffaatti salaata fardii salaatu.
# nama yeroo salaatu imaama moggaa mirga saatin dhaabbatee salaatu.
# nama salaata tokko salaatee eegas salaata kan eeggatu.
# nama salfii banaa arkee guutee salaate.
# nama dhukkubsataa deemee gaafate.
#nama rasularratti salawaata buusuu.
ุงูููู ุตู ูุณูู ุนูู ูุจููุง ู ุญู ุฏ.

โค3
๐ูุงู ุงููุจู ๏ทบ : "ุฎูุฑู ููู
ู ุทูุนุช ุนููู ุงูุดู
ุณ ููู
ุงูุฌู
ุนุฉ ููู ุฎููู ุขุฏู
ูููู ุฃุฏุฎู ุงูุฌูุฉ ูููู ุฃุฎุฑุฌ ู
ููุง ููุง ุชููู
ุงูุณุงุนุฉ ุฅูุง ูู ููู
ุงูุฌู
ุนุฉ"
ุฑูุงู ู ุณูู 854
๐Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
๐ ๐ ๐๐๐๐๐
โู ู ุณูู ููู ุงูุฌู ุนุฉ
โSunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-ุงูุฅุบุชุณุงู
๐Qaama dhiqachu
2-ุงูุชุทูุจ
๐WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-ูุจุณ ุงูุฌู ูู
๐Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-ุงูุชุณูู
๐ilkaan suwaakatu
5-ุงูุชุจููุฑ ุฅูู ุงูู ุณุฌุฏ
๐Ganamaan gara masjida dhufuu
6-ูุฑุงุกุฉ ุณูุฑุฉ ุงูููู
๐Suratul-khahfi qara'u
7-ุงูุฅูุซุงุฑ ู ู ุงูุฏุนุงุก
๐DUA'II heddumessu
8-ุงูุตูุงุฉ ุนูู ูุจููุง ๏ทบ
๐Nabiirratti salawaata buusu
โชโชโชโช
โ๐โโโโ

ูุงู ุงูุฑุณูู๏ทบ:
ูุง ุชุทูุน ุงูุดู ุณ ููุง ุชุบุฑุจ ุนูู ุฃูุถู ู ู #ููู _ุงูุฌู ุนุฉ ูู ุง ู ู ุฏุงุจุฉ ุฅูุง ููู ุชูุฒุน #ููู _ุงูุฌู ุนุฉ ุฅูุง ูุฐูู ุงูุซูููู : ุงูุฌู ูุงูุฅูุณ
ุญุณูู ุงูุฃูุจุงูู
"Aduun hin baatuu niis hin dhiitu
Guyyaa caalmaya qabu kan akka guyyaa jimmatarraa..
Wanni lafarra deema takkalleen yoo guyyaa jimmata kanaa irraa sodaatan malee hin taanee qiyaamaatu kessatti dhaabbata ja"anii...ulfaatoo lamaan malee isaanis namaa fi jinniidha ..."
ูุฃูุซุฑู ุงูุตูุงุฉ ูุงูุณูุงู ุนูู ุณูุฏ ุงูุฎูู

Qura'aana Kana Nubiraan Gahuuf Jacha...
...
..... RASUUL s.a.w.
- Dilluu Gaalaatu Isaan Irra kaayame.
- Abuu Jahal Morma Isaanii Irra ejjachuuf Yaale.
- Isaan Ajjeesuuf Jacha Namni 15 Ramadame.
- Bara 3 Guutuu Gaara keeysatti Beelaan Rakkate.
- Biyyaa Itti Arihame.
- Quba Isaanii tu Itti Dhiige.
- Ilkaan Isaaniitu Itti Caphe.
- Mataa Isaanii tu Itti Fottaqe.
Rasuul S.A.W kana Malees rakkoo Hedduu tu Isaan Mudate...
ABUU BAKRI...
- Biyyaa Itti Arihame.
- Goda keeysatti Jawween Iddame.
- Ummata Arabaa kan Diin Dhiise As deebisuuf Hedduu Rakkate...
Kana Malees Rakkoo Hedduu tu Isaan Mudate.
Usmaan Ibnu Affaan Akka Diin Dhiisuuf Ja'ee Adeerri Isa Qixaaxe.
Gama Boodaa Gara Habashaa Godaane...
Bilaal Ibnu Rabaah Diiniif Jacha...
- Lafa rra Harkifame.
- Dhagaa tu Isa rra Kaayame.
- Aduu Gammoojjii tiin Gubame.
- Gabraa fi Joolleen Dhagaan Isa Tuman...
Khabbaab Ibn Arattiitiis Abiddaan Gubamee Hedduu Gaggabe...
Ammaar Ibnu Yaasir Qoma Isaa Irratti Abiddi Qabsiifame.
Abbaan Ammaar (yaasir) Itti Wareegame.
Sumayyaan (haati ammaar) Diiniif Jecha Eeboon Waraanamte.
Hamza Ibnu Abdulmuxxalib Dabalatee Sahaaboota Kumaatamaan Lakkaawamanii tu Lubbuu Isaanii Itti Dhabe...
... Isaan Keeysaa...
... Ja'afar Ibnu Abii Xaalib Harka Isaa Lamaanuu Itti Dhabe.
... Khubeeybi Ibnu Adiyyii Booji'amee ti Ajjeefame..
Kana Malees As-haaboota Baay'ee tu Diiniif Jecha Wareegame...
RASUUL S.A.W akkana Ja'an...
Amantiin Islaamaa keeysummummaa dhaan As dhufte, Booda rra Ammaas Keeysummummatti Deebiti, Way Waa Milkaawee Namni Gaafa San Keeysummummaa rra Isii Baase...
...
... Anaa fi Isiniis Nama keeysummaa rraa Isii Baasu RABBI nuhaa Godhu...
Ergaa Tana Nama Meeqaa tu Share godha Laata ?!..
Yaa Rabbi Nama SHARE godhe Irraa Jaaladhu.

โค3๐1
* kaayyoo salahaddinal ayyuubii...
Yeroo { salahaddinil ayyubin } joollee ture isaa joollee wajjiin karaa kessa tapatu abbaan isaa najmuddin al ayyubin isa arketi joollee kessa ol fuudhe isaan ja"e :
Ummaa tee wanniin fuudhe irraa si dhaleef akka joollee wajjiin tapattuufi miti ..!!
Wanniin ummaa tee fuudhee irraa si dhaleef akka masjidul aqsaa bilisoomsituufi ja"en...!!
Jecha kana Sega Jaen booda abbaan isaa nama dheera ture , lafatti darbe harka saarraa..
Abbaan gara ilma saa lafatti laaleti laalaa fuula saa kessatti arketi isaan ja"e :
siin laaleyse..??
{Salahaddin} : ee na laaleysite ja"en...
Abbaan : isaa maalif hin boohin ja"en..?
Salahaddin nama masjidul aqsaa bilisoomsurraa boohun hin fakkaattu ja"en....!!!
# salahaddinal ayyubin guyyaa tokkoo isaa waraana saati wajjiin tatta"u jiru gurbaan tokko walaloo nama kofalchiiftu takka walaleeyse..!!
Waraanni isaa Hundi ni koflan salahaddin malee ..!!
Maalif hin koflin ja"aniiti isa gaafatan..?
Akkana ja"e deebiseef..:
Osoo masjidula aqsaan harka kaafiraa jiruu hin kofalu ja"en..!!
* salahaddiin eegas booda takkaa hin kofalle hanga masjidul aqsaa harka kaafiraati fuudhuu ...
guyyaa isaan harkaa fuudhee sujuudetu gammade koflee...!!!
โข kaayyoo teetif hangam takka tattaafatta..!!!
@HadithOfficial
@HadithOfficial
๐๐๐๐๐๐๐join godhi

OLAANTUMMAA ISLAAMAA
Ergamaan rabbii ู ูุญูู ููุฏ ๏ทบ akkana jedhan๏ดพุงูุงุณูุงู ููุนูุงู ููุง ููุนูุงูู ุนููู๏ดฟ
{Islaamummaan tun oltaatuudha;Wanti tokkolleen isiirrati olhintau}.
๐Amantiin islaamaa yoomuu gubbaadha
๐Ummatni muhammad ummata caaltuudha
๐Nabi ู ูุญูู ููุฏ ๏ทบ nabiyyi caaladha
๐Namni isaac hordofe hunduu milkaaยดaadha
๐๐๐๐๐๐
Garuu nuti Maalif
๐Diin keenya oltaasisuu sodaanna
๐karaa ergamaa qaama fii qalbiin maalif jala hin deemne
๐Maalif islaamumma hin mullifne
๐๐๐Hin qaanfatin ISLAAMUMMAAN BONI
join

Forwarded from Sharef Abdumalik
Nama boodarra du"e sahaabarraa...
ุจุณู ุงููู ุงูุฑุญู ุงู ุงูุฑุญูู
๐ sahaabarraa namni boodarra du"e makka kessatti:
Aamir binu waasili leeysiyyi
Amata 110 hijrarraa.
๐sahabarra namni boodarra du"e madiina kessatti mahmuud binu rabi'i amata 99tti Hijraarraa.
๐sahaabarraa namni boodarra du"e shaamitti waasil ibnul asqa"a amata 86ti hijraarraa
๐sahaabarraa namni boodarra du"e biyya basraatti anas binu maalik amata 93 hijraarraa.
๐sahaabarraa namnni boodarra du"e biyya himsatti
Abdallah binu busrii amata
96tti hijraarraa
๐sahaabarraa namni boodarra du"e biyya kuufatti abdallah binu abi awfaa .amata 87tti hijraarraa.
๐sahaabarraa namni boodarra du"e misratti abdallah binu haaris biyya misraatti amata
89tti hijraarraa.
## irraa Caalaan namaatu addunyarraa numa deeman guyyaan takka dhufuuf jiraata ka abalu du"e ja"ani si dubbatan
Gaafa San garuu islaamaaf maal lakkiftee deemta?
#umar binu kaxxab akkana ja'a
" guyyaa cufa abaluu du"e jacha oolan guyyaan takka dhufuuf jiraata kan umar du"e kessatti ja"anii dubbatan "
Yeroo hunda islaamaaf dalagi!!!
Join zis channel
@alfannn
@alfannn
ููุงุฉ ุฃููู

โค2
# Dhaamsa sadeen(3n) warra salafaa..!!
Salafoonni rabbiin isaanirraa haa jaalatu dhaamsa sadii kan jidduu isaanitti waliif dhaaman tahan...
Dhaamsi sadeen osoo dahabaan mizaanamte ka dahaba irra caaltu ..!!
Ta duraa :
Namni jidduu isaati fi jidduu Rabbii tolche rabbiinis jidduu isaati fi jidduu namaati tolcha.!
Tan lammaffaa :
Namni kessa isaa tolfate rabbinis gubbaa isaati isaaf tolcha..
Tan sadaffaa :
Namni amrii aakiraa isaatti yaaddawe dalagate rabbiin duniyaa isaati fi aakiraa isaatis isaaf gaha.!!

# seenaa sheek alii xanxaawii
Irraa...
Guyyaa takka sheekni biyya iraaq kessatti muhaadaraa godhuudhaaf yaaman..
Osoo muhaadara hin seenin duratti baghdaad kessa naannaweeti biyya ilaale...
# eegana bakka muhaadara itti qabu San haala hurkaan isarra yaa"e ,dhukkeen isa gubbatti galtee booda ol seene...
Ustaazni joolle barsiisu barataa saheeti sheek alii xaanxaawin ja"e haala barataa isa sahun ...: yaa harree maalif muhaadararraa turta.?
Sheeyni :dhiifama isa gaafateeti bakka barattonni ta"aniin gad taa"ee..!!
Ustaazni barattootaan arraan tana : sheeka guddaa islaamaa alii xanxaawitu dhufuuf deema isa duratti nan qanyeeysinaa waan inni isin gaafatu qacollatti deebisaaf ja"en..!!
Eegana ustaadni gaafii adda adda barattota gaafachutti seene ..sheeyniniis akkuma barataa fakkaateeti isaaf deebisa..!!
Boodaratti ustaazni gaafii takka gaafatee namni deebise jabaadha ja"en..barattotaan.
Sheeyni ibsa bareedadhaan isaaf deebise..!!
Ustaazni : oggaan si laalu barataa faxina natti fakkaatta maqaan kee eenyu ja"en.??
Sheeyni : maqaan kiyya Alii xaanxaawiidha ja"en.!!
Ustaazni : waan ja"u wallaaleeti gaggabe..!!
" yoom nama gubbarra laallee murteeysuu dhabuu baranna."

Yeroo faaximaan intalti rasuula (saw) : dhukkuba kessatti du"u deemtu San dhukkubsatte ...
Asma"a binti umeeysi gaafachuuf ,ziyaaruf isirratti ol seente..
Faaximaan asma"adhaan ni jatte : walahi an boru yeroon du"e dhiirarratti gad bahuu niin qaanfadha ka dhiirti qaama kiyya gartuu muka kana gubbaan jatten..!!
Gaafa San sireen janaaza irratti fuudhan tan mukarraa tolfamtu waan taateef qaama namaa ni mul"isti..
# Asma"an : sireen habashatti arke takka siif tolchinuu jatteen.?!
Asma"an : muka gama lachuutin hagoogama tahe ni tolchiteef , ammaas baala timiraa fuuteeti siree San irra afte,boodarratti huccuu bal"oo takka fuuteeti siree irra afte akka qaamni isii hin mul"anne gooteef..!!
Faaximaan yeroo siree San garte : yaa Asma"a akka na sattartetti rabbiin si haa sattaru jatteen..!!
Huccuu shan kessatti ka kafanamte ka duute jirtu qaanfatti ..!!
โข Maaltuutu isirraa mul"ata.!?
โขEenyuutu isii baadhata..?
โข bakki tun bakka fitinaa itti sodaatanii.?
Rabbiin isiif rahmata haa godhu ka duutee jirtu qaanfatti..!!
Ta osoo fayyaa qabdu rabbirraa hin qaanfanne hoo.!!?
!! Faaximaan osoo arraan tana dhufte magaala teenyarra dabarte haala Kenya arkite maal jatti.!!?
Guyyaa tokko jibriil rasuulatti dhufeeti akkana ja"en..
Yaa Muhammad rabbiin (sw) akkana siin ja"a :
โุจุดููุฑ ูุงุทู ุฉ ุฃูู ูุชุจุชูุง ูู ุณูุฏุฉ ูุณุงุก ุงูู ุงูุฌูุฉ"
" faaximaa gooftaa dhalaa jannataa akkaan godhe isii naaf gammachiisi.."
ูููู ุงุณุชุฑูุง ุจุณุชุฑู ููู ุงูุงุฑุถ ูุชุญุช ุงูุงุฑุถ ูููู ุงูุนุฑุถ .

SUURAA (TABAARAKA)....
#rasuulli (saw) akkana ja"a
"Suuraan qur" anarra taate tan ayaata 30 qabdu rabbi biratti gabricha tokkoof magantumma seentef hanga gabricha saniif rabbin dilii saa araaramutti isiinis suura tabarakallazii bi yadihil mulku wa huwa alaa kulli sheyin qadiir ...jattu tana jae"
#sahabonni rasuula rabbin isaanirraa haa jaalatu akkana ja"an
" waan qabrii tee tan dukkana siif ibsurraahi suura tana qaraun"
#Ammaan tana osoo rafneen duratti qara"ii ,amala godhadhu haffazii yeroo rafuu deemtu cufaahuu suura tana qaraatu malee hin rafin ,edanumarraa jalqabi yeroon qabiniifi ,halkan kana kessatti yoo duute hin beeytu ,qabrii teetis siif ibsitiitii.

RABBIIN OLTAHE AKKANA JEDHAโโโ
โฌูุงูููุบูุฑูููููู ุชููููููุจู ูฑูููุฐูููู ฺฉูููุฑูููฑ ูููฑูุจูููฐุฏูโฌูฃ:ูกูฉูฆ
โซDachii keessa garagaggaluun warra kafaranii sihin gowwoomsinโซ3:196
โถู ูุชููฐุนูู ููููููุ ุซูู ูู ู ูุงูููุงููู ุฌููููููู ู ููุจูุงุณู ูฑูู ูููุงุฏูโูฃ:ูกูฉูง
โซkun qananii muraasa. ergasii teessoon isaanii jahannami. Afatichi waa fokkotee.โฌ3:197
โคตโคตโคตโคตโคตโคตโคตโคตโคตโคตโคตโคตโคตโคต
โถYaa ikhwaanii jiruun ummata kaafiraa tun gaarii sitti hin fakkaatin
โถyaa dubartii muslimaa uffata dhalaan kaafiraa uffattu laaltee hin hawwin tan jaraa tun hoongoodhaa
โถyaa dhiira islaamaa haalli jireenya dhiira kaafiraa kan isaan faashiina hordofan kana laaltee hin hawwin. waan hawwamuu qabuu siitu harka qabaa
โถyaa intala islaamaa dhiiraa wajjiin akka dhalaa kaafiraatitti lallaaqachuun ammayyummaa sitti hin fakkaatin
โถYaa ilmaan islaamaa Jiruun kaafirootaa sin hawwisiisin jiruun isaan jiraachu jiran jiruu salphinaatii.
๐Akka adunyaan seera islaamaatiin bultu qooda khee bai.
share godhi
@HadithOfficial
@HadithOfficial
@DuaOfficial
join it๐๐๐๐๐๐๐๐