HADIISA📚
11.7K subscribers
2.79K photos
700 videos
579 files
2.34K links
Download Telegram
ﻭﻋَﻦْ ﺃَﺑِﻲ ﻟُﺒَﺎﺑَﺔَ ﺑْﻦِ ﻋَﺒْﺪِ ﺍﻟْﻤُﻨْﺬِﺭِ ﻗَﺎﻝَ : ﻗَﺎﻝَ ﺍﻟﻨَّﺒِﻲُّ ﺻَﻠَّﻰ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻋَﻠَﻴْﻪِ ﻭَﺳَﻠَّﻢَ :
‏( ﺇِﻥَّ ﻳَﻮْﻡَ ﺍﻟْﺠُﻤُﻌَﺔِ ﺳَﻴِّﺪُ ﺍﻷَﻳَّﺎﻡِ ، ﻭَﺃَﻋْﻈَﻤُﻬَﺎ ﻋِﻨْﺪَ ﺍﻟﻠَّﻪِ ، ﻭَﻫُﻮَ ﺃَﻋْﻈَﻢُ ﻋِﻨْﺪَ ﺍﻟﻠَّﻪِ
ﻣِﻦْ ﻳَﻮْﻡِ ﺍﻷَﺿْﺤَﻰ ﻭَﻳَﻮْﻡِ ﺍﻟْﻔِﻄْﺮِ ، ﻓِﻴﻪِ ﺧَﻤْﺲُ ﺧِﻼﻝٍ : ﺧَﻠَﻖَ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻓِﻴﻪِ ﺁﺩَﻡَ ،
ﻭَﺃَﻫْﺒَﻂَ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻓِﻴﻪِ ﺁﺩَﻡَ ﺇِﻟَﻰ ﺍﻷَﺭْﺽِ ، ﻭَﻓِﻴﻪِ ﺗَﻮَﻓَّﻰ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﺁﺩَﻡَ ، ﻭَﻓِﻴﻪِ ﺳَﺎﻋَﺔٌ ﻻ
ﻳَﺴْﺄَﻝُ ﺍﻟﻠَّﻪَ ﻓِﻴﻬَﺎ ﺍﻟْﻌَﺒْﺪُ ﺷَﻴْﺌًﺎ ﺇِﻻ ﺃَﻋْﻄَﺎﻩُ ، ﻣَﺎ ﻟَﻢْ ﻳَﺴْﺄَﻝْ ﺣَﺮَﺍﻣًﺎ ، ﻭَﻓِﻴﻪِ ﺗَﻘُﻮﻡُ
ﺍﻟﺴَّﺎﻋَﺔُ ، ﻣَﺎ ﻣِﻦْ ﻣَﻠَﻚٍ ﻣُﻘَﺮَّﺏٍ ﻭَﻻ ﺳَﻤَﺎﺀٍ ﻭَﻻ ﺃَﺭْﺽٍ ﻭَﻻ ﺭِﻳَﺎﺡٍ ﻭَﻻ ﺟِﺒَﺎﻝٍ ﻭَﻻ
ﺑَﺤْﺮٍ ﺇِﻻ ﻭَﻫُﻦَّ ﻳُﺸْﻔِﻘْﻦَ ﻣِﻦْ ﻳَﻮْﻡِ ﺍﻟْﺠُﻤُﻌَﺔِ ‏)

#rasulli s.a.w akkan ja"a..
"Guyyaan jummata goofta guyyowwaniti,rabbi birattis akkan jabaadha,akkasuma iidul adhaa fi iidul fixrirraa guyyaa kanaatu rabbi biratti irra caala.
isa kessa haala shaniitu jira...

1.isa kessatti Adam uumame.
2.isa kessatti Adam dachitti bu'e .
3.isa kessatti Adam du"e.
4.isa kessatti yeroo takka jira yoo gabrichi yeroo San qunname ka rabbin kadhaa saa qeebaluf waan haraam hin kadhatiniin.
5.isa kessatti qiyaaman dhaabbatti .
maleykaan rabbi dhihaatullen,samiinis, dachiinis,
Gaarrinis,qilleensinis ,baharrinis
Yoo guyyaa jummaa kana irraa sodaatan malee hin taane qiyaaman ni dhaabbatti ja" ani waan isa kessatti qiyaaman dhaabbattuf jecha.

#guyyaa kana kessatti rasularratti salawaata heddummeysa....
Irra caalaan keeyrii guyyaa kana kessatti rasuularratti salawaata heddummeeysuudha
@DuaOfficial
@DuaOfficial
@DuaOfficial
1👍1
#halkan tokko sulxaan suleeymaan al qaanuniin rifateeti hirribarra dammaqe sababaa manaama hamaa arkeef jecha...
Waraana isaa ka akkaan isatti dhihaatu yaameti..farda nuuf qopheeysi ja"en...akka namni nun beeyne taaneeti magaala kessa yaanaa ja"en...

#isaafi waraanni isaatis haala namni isaan hin beeyneen nama kessa deemutti seenan..
Osoo deemutti jiranii janaaza takka tan karaa istaanbuul kessatti darbamte teeysurra dhufan..ta nama isii fuudhuu hin qabne.
Sulxaanni : janaazaan tun tan eenyuuti ja"eti ummata gaafate.!!
Gurbaa zinaa godhu kan farshoo dhugu tokkooti ja"aniin ilmaanii fi warraas hin qabu jaartii takka malee nama isa awwalu hin qabu ja"aniin ummanni...
Sulxaanni : inni ummata muhammadi (saw) hin taane ja"eti lallabe boohee..!!!!!!!!!

#waraana isaa yaameeti janaaza tana baadhachutti na gargaara ja"eni gara jaartii isaa ba"atanii mana geeysan..
Yeroo irratti ol seensisan jaartiin isaa hedduu boochee.!!!

#mootichi ajaa"ibeeti : maalif boocha inni nama farshoo dhuguu fi zinaa dalagu ka tahe.
Jiru ja"en.
Jaartiin isaa akka mootii tahe isan beeytu...

Jaartiin : eenyutu akkana ja"a jatteen ,jaarsi kiyya nama akkaan rabbi gabbaru fi nama duniyaa irraa dantaa hin qabneedha jatteen..
Jaarsi kiyya farshoo bitee fideeti sagaratti gad naqee..
Alhamdulillaah dardara islaamarra badi laaffisee ja"a.
Dhalaa zinaa dalaydu mana fideeti mallaqa kanneefi deemi mana keetitti deebi"i ja"an...
Eegana alhamdulillaah dardara islaamarra badii laaffise ja"a..!!

Kaniin isaan ja"un tahe : namni dalagaa gubbaati nama laala
Yoo duute nama si dhiqe si awwaalu hin arkattuun ja"an.!!
Kofleeti..suleeymaan al qaanuni
Fi ulamaa"oota islaama gurguddaatu narratti salaata naan ja"a jatten jaartiin isaa.!!

#sulxaanni booheeti walahi kunoo suleeymaan al qaanuunin ana ,cufa muslima wali qabeetin isa dhiqee kafanee akka isa awwaalan godha ja"en..!!

#sulxaanni waraana isaati fi ulamaa"in hundinuu akka irratti salaattu ajajee..akkasuma qabrii mootonnii islaama kessatti awwaalamanitti akka awwalamu ajaja dabarse..!!

#ajaja mooticha namuu godhaniiti irratti salaatan..
Seena kessatti janaaza namni hedduun irratti salaatan taate...

Gorsa seenarraa :
Nama gubbaa laaltee hin jibbin ykn hin jaalatin
Channel kana hiriyyoota keetiis share forward godhi akka join godhaniif
@HadithOfficial
@HadithOfficial
# imaamu shaafi"in barataa isaa rabi"i binu salmaan akkana ja"eti dhaameef...
" qalbiin tee,ilmi kee ,obbolessi kee ,namuma feete akka siif qajeeluu yoo feete caffee qur"ana keeysa kaahi , warra qur"ana qara"u saahibsiisi rabbiin siif qajeelcha fedhuus jibbuus Hayyama rabbiitin."

Sheekul islaam binu teeymiyaan akkana ja"a :
" rasularratti salawaata qara"un du"ain duratti fi du"ai jiddutti fi boodattis irratti qara"in sababa jabaa du"aiin ittiin namaaf qeebalamtuudha.!!"
 🍃‏قال النبي ﷺ : "خيرُ يومٍ طلعت عليه الشمس يوم الجمعة فيه خُلق آدم وفيه أدخل الجنة وفيه أخرج منها ولا تقوم الساعة إلا في يوم الجمعة"
رواه مسلم 854
🎈Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
🍃  🍃  🍃🎋🎋🎋🎋
‏من سنن يوم الجمعة
Sunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-الإغتسال
👉Qaama dhiqachu
2-التطيب
👉WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-لبس الجميل
👉Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-التسوك
👉ilkaan suwaakatu
5-التبكير إلى المسجد
👉Ganamaan gara masjida dhufuu
6-قراءة سورة الكهف
👉Suratul-khahfi qara'u
7-الإكثار من الدعاء
👉DUA'II heddumessu
8-الصلاة على نبينا ﷺ
👉Nabiirratti salawaata buusu

🍃
@HadithOfficial
👉👉HIRIYYAA GAARII FILADHU


ASSELAAMUU ALEEYKUM WARAHMATULLAAHII WABARAKAATUHU IKHWAANII FILLAAH
Hedduu waan barchiisaati dubbisi hin hifatin
○Diin islaamaa keessatti hiriyyaa filachuun bakja guddaa qabdi.
Yoo hiriyyaa gaarii hiriyyaa godhatte milkoofte
Yoo hiriyyaa badaa saahiba gidhattee ammok faallaa karas milkii gortee jirta
Rabbiin(sw) waa'ee nama hiriyyaa badaa saahibee hoongaahee yeroo dubbatu akkana jedha
Al-Furqan 25:28

》》يَٰوَيْلَتَىٰ لَيْتَنِى لَمْ أَتَّخِذْ فُلَانًا خَلِيلًا 《《
《《Yaa badii tiyya osoon abaluu san hiriyyaa godhachuj baadhee》》
Al-Furqan 25:29

《《لَّقَدْ أَضَلَّنِى عَنِ ٱلذِّكْرِ بَعْدَ إِذْ جَآءَنِىۗ وَكَانَ ٱلشَّيْطَٰنُ لِلْإِنسَٰنِ خَذُولًا 》》

《《Dhugumatti na jallisee eega inna natti dhufee booda zikriirraa. Sheeyxaanniniis namaaf slphisaa taee jira》》Ergamaa aalamaa kkas jedhan.
وعن أَبي سعيد الخدري رضي الله عنه عن النَّبيّ صلى الله عليه وسلم قَالَ: ((لا تُصَاحِبْ إلا مُؤْمِنًا، وَلاَ يَأْكُلْ طَعَامَكَ إلا تَقِيٌّ)). رواه أَبُو داود والترمذي بإسناد لا بأس
《Hin saahbin mu'minalee,hin nyaachisin nyaata kee nama sodaa rabbii qabu malee》
Yaa ikhwaanii maalif osoo muuminni jiruu kaafira saahibna.
Osoo gaariin jiruu ajaa maalif hiriyyaa godhanna
Osoo hiriyyaan masjiida na geessu jiruu maalif kan bakka zinaa,bakka hannaa,bakka hamii nu geessu saahibna.
Itti yaaduu qabna rabbiin hiriyyaa gaarii nuhaa waffaquu.
Ammas ergamaa rahmaa (saw) akkana jedhan.
وعن أَبي هريرة رضي الله عنه أن النَّبيَّ صلى الله عليه وسلم قَالَ: ((الرَّجُلُ عَلَى دِينِ خَلِيلِهِ، فَليَنْظُرْ أَحَدُكُمْ مَنْ يُخَالِلُ)).
《Namni haaluma(diinuma) hirriyyaa isaa irratti jira. Tokkoon keessaan nama hiriyyaa godhata haa ilaallattuu(filatuu)》
☆hiriyyaan gaariin gaarii nama taasisa
☆hiriyyaan hattuun hattuu sitaasisa
☆hiriyyaan masjiida oolu masjiida si oolcha
☆kan bakka zinaa bulu achuma sibulcha
■duuba hiriyyaan gaariin sababa isaatiin rabbiin si milkeessuutu mala
■ammas sababa hiriyyaa badaatiin rabbiin sihoongeessa. Ammaas ergamaan khaaliqaa akkaas jedhan
وعن أَبي موسى الأشعري رضي الله عنه أن النَّبيّ صلى الله عليه وسلم قَالَ: ((المَرْءُ مَعَ مَنْ أَحَبَّ)). مُتَّفَقٌ عَلَيهِ.
《Namni namuma jaalatee wajjin ta'a jedhan》
Kanaafuu yaa ikhwaanii
Hiriyyaa haa filannuu:
●kan diin isaa jabeessu
●kan haala tolu
●kan masjiida deddebiu
●kan mu'mina tae
●kan ergamaan keenya(saw) nuuf dhaman san haa filannuu
Dubbii hiriyyaa filachuu tun waan akkaan itti yaaduun barbaachisaati.
Rabbiin hiriyyaa gaarii nuhaa waffaqu
Hiriyyaa wajjiin milkoofnu
Hiriyyaa diin irra barannu
Hiriyyaa haala gaari irra barannu
Hiriyyaa duniyaa qofaa miti aakhirattillee hiriyyas waliif taanu rabbiin akka naafii isiiniif kennuu duaaiidhaan haa walbira dhaabbannuu
■■■■■■share godhi
Forward obboleessaa/ttii keetiif
Channel kana join godhi
@HadithOfficial
@HadithOfficial
@HadithOfficial
t.me/HadithOfficial
Forwarded from Sharef Abdumalik
#mucaan xiqqaan tokko haadha isaati wajjiin qabrii abbaa isaa kan osoo inni hin dhalatin du"e ziyaaruudhaaf jecha deeman..!!

#osoo deemanii bakka "abwa"a"
Ja"amtu yeroo gahan haati isaa dhukkuba jabaan qabamte.!!
Haati isaa osoo hin du"iniin duratti isatti maramte qoma isitti fitti as qabdee dhungachaa boohutti seente..!!

#haati isaa isaa yeroo duutu intala maqaan isii "ummu eyman" ja"amtu takkaatu wajjiin jira.
Intalti tun huccuu isiitin haadha isaa kafanteeti akka isii wajjiin qabrii haadha isaa qotuuf mucaa xiqqaa kana yaamte..!!

#yeroo dheertuuf eega qabrii qotan booda haadha isaa awwalanii oggaa deemuuf ka"an ijji isaa imimmaan dhangalaafte haadha isaati wajjiin addaan bahuuf..!!

#xiqqo oggaa deemee booda qabrii abbaa isaa gubbaa dhufe ziyaaree..ijji isaa imimmaan dhangalaafte abbaa isaa kan jireenya kessatti takkaa hin arkin..!!

*cinqiin jabfuun kanaa olitti ni hafte.?
Qalbiin mucaa xiqqaa kana cinqii tana baadhachuu ni dandeeysi.??
#Mucaa kana ni beeytanii?.
Ergamaa rabbiiti (saw)..
Hangam takka jiruu saa kessatti laalate cinqate akka nuti duniyaa fi aakhiratti gammannuuf jacha..!!!

#yeroo hiraartee cinqatte jireenya ergamaa keetii yaadadhu..cinqiin tee sirraa deemteeti hafuura baafattaa."

@alfannn
@alfannn
@alfannn
1
Forwarded from DU'AA'II(ادعاءُ)
DUBBISII DABARSI ........
Muka ergamaa rabbii(s.a.w) tiif akka ijoolleetti boohe nibeeytaa.
Ergamaan rabbii(saw) masjiida isaa keessa yeroo sahaabaa gorsu muka timiraa kan itti irkatu qaba ture. Duuba ergamaan rabbii (saw) eega umriin isaanii deeme booda minbara tolchaniif. Bakka yeroo dadhabe waan irra taau tolchaniif.
Eegasii mukni kun foolii ergamaa rabbii bareedduu san ni dhabe.
Eegasii sagalee bareedduu ergamaa rabbii san dhabe
Yeroo ergamaan rabbii (saw) muka kana bira dabree minbara isaa irratti olbahe, mukni timiraa kan ergamaan rabbii(saw) itti irkataa ture sun nii boohe. Boohicha jabaa akka joollee boohe. Ergamaan keenya (saw) yeroo baahicha muka kanaa dhagahe, minbararraa bueeti muka kana ofitti qabee. Itti maramee akka ijoolleettitti sossobuu eegale. Ergamaan rabbii(saw) akkas jedhan osoon muka kana dhufee ofitti qabuu baadhe hanga guyyaa qiyaamaatti booha jedhan. Hasan albasriin yeroo hadiisa kana odeessuu hunda nibooya ture. Eeganaa akkana jedha hasan albasriin"kan mukni rasuula dhabuu saniif boohe, arra ilmi islaamaa maqaa isaa yaadatee boohu mitii salawaatayyuu irratti hin buusu"
Yaa ummata islaamaa musiibaan teenya tan ergamaa keenya (saw) dhabuurra guddoo taate hin jirtu.
Yeroo balaan takka sidhufte balaa ergamaa keenya (saw) dhabuun islaama dhufte yaadadhu.
Salawaata buusuu heddumeessi
Jaalala ergamaa keenyaa(saw) bilaal keenya yeroo azaana bakka maqaa isaa gahe azaana dadhabee boohe. Ummanni masjiida keessa jiru hundi niboohan.
Arra duuba ati maqaa rasuula (saw) dhageessee boohuu mitii salawaataa irratti buusuutti jirta
SALLUU ALANNABIYYI YAA AYYUHAL MUSLIMUUN
t.me/DuaOfficial
HAALA TOLUU
Mee yaa obboleessa/ttii tiyya sadarkaa haala toluun namaaf qabdu hadiissan armaan gadii kanarraa hubadhu
Irraa guddoon namni muslimaa ittiin beekkamu haala toluudhaani.


وعن عبد الله بن عمرو بن العاص رضي الله عنهما، قَالَ: لَمْ يكن رسولُ الله صلى الله عليه وسلم فَاحِشًا وَلا مُتَفَحِّشًا، وكان يَقُولُ: ((إنَّ مِنْ خِيَارِكُمْ أحْسَنَكُمْ أخْلاَقًا)). متفقٌ عَلَيْهِ.
Ergamaa aalama (saw) kunoo akkana jedhan 《irraa caalaan keessaa,irra tolaa haalaati》


وعن أَبي الدرداءِ رضي الله عنه أن النبي صلى الله عليه وسلم قَالَ: ((مَا مِنْ شَيْءٍ أثْقَلُ في مِيزَانِ العبدِ المُؤْمِنِ يَوْمَ القِيَامَةِ مِنْ حُسْنِ الخُلُقِ، وَإنَّ الله يُبْغِضُ الفَاحِشَ البَذِيَّ)).
Ammaas akkana jedhan 《guyyaa qiyaamaadhaa wanti haala toluurra mizaana namaaf ulfeessuu takkalleenu hin jirtu,rabbiin nama faahisha baalageedha jibba》



وعن أَبي هريرة رضي الله عنه قَالَ: سُئِلَ رسولُ الله صلى الله عليه وسلم عَنْ أكثرِ مَا يُدْخِلُ النَّاسَ الْجَنَّةَ؟ قَالَ: ((تَقْوَى اللهِ وَحُسنُ الخُلُقِ))، وَسُئِلَ عَنْ أكْثَرِ مَا يُدْخِلُ النَّاسَ النَّارَ، فَقَالَ: ((الفَمُ وَالفَرْجُ)).
Ammaas gaaf tokko ergamaan keenya (saw) ni gaafatame dalagaa guddoo jannata nama seensifturraa duuba akka jedhaniin《sodaa rabbii qabaachuufii haala toluudha》ammaas irraa guddoo waan ibiidda nama seensistuu irra gaafatamnaan akkana jedhaniin 《afaan(arrabaa ) fii farjii(qaama saalaati) 》
ا

وعنه، قال: قَالَ رسول الله صلى الله عليه وسلم: ((أكْمَلُ المُؤمنينَ إيمَانًا أحسَنُهُمْ خُلُقًا، وَخِيَارُكُمْ خِيَارُكُمْ لِنِسَائِهِمْ)).
Ammallee akkana jedhan《irra guutamaan mu'minaa gama iimaanatitti nama haala tolu,filataam keessan kanuma haadha manaa isaatiif filatamaati(isii biratti jaalatamu)》



وعن عائشة رضي الله عنها، قالت: سَمِعْتُ رسولَ الله صلى الله عليه وسلم يقول: ((إنَّ المُؤْمِنَ لَيُدْرِكُ بحُسْنِ خُلُقِه دَرَجَةَ الصَّائِمِ القَائِمِ)).
Ammallee akkana jedhan《mu'minni haala toluun isaa sadarkaa nama guyyaa soommanuu kan halkaan dhaabbatuu(salaataan) titti qixxeessiti》

Haala toluun
:irra caalaa namaa sitaasisti
: miizaana siif ulfeessiti
:jannata nama geessiti
:guutamuu iimaana keeti agarsiifti
:jannataa keessati irra dhihaata ollaa ergamaa rabbii (s.a.w) si taasifti
:sadarkaa nama halkan salatu guyyaa soommanutiti siqixxeessiti
●ergamaan keenya gaafa ergama haala gaarii guutuuf ergame,nama hundarra nama haala tolu ture,
■HAALA GAARII QABAACHUHN MALLATTOO ISLAAMUMMAATI
■HAALA GAARII QABAADHU
ولله اعلم
Forward godhi channel tana akka join godhaniif
♧Sababaa ati ergaa tana isa biraan geesseef hadiisa kana dubbisee yoo haala tole sawaaba itti argatta!

t.me/HadithOfficial
NAMA 7 kan rabbiin guyyaa gaaddisni gaaddisa isaa malee hin jirre san rabbiin isaanif gaaddiseessuu(guyyaa qiyaama gaafa aduun hanga taakkuun takka haftutti namatti gad dhihaattu).
1.Imaama haqaan dalagu kan nama walqixxeessee ilaalu
2.Dargaggeessaa/ttii ibaadaa rabbii irraatti guddatte. Kan xiqeenyarraa rabbi gabbaraa ibaadaarratti guddate
3.Gurbaa qalbiin isaa masjiidoowwanitti rarraatu. Kan yeroo salaata tokko salaate hanga salaatni itti aanu gahutti masjiida deemu hawwu.
4.nama lama kan karaa rabbii keessatti waljaalatan ammaas kan karaa rabbii keessatti adda bahan.
5.Gurbaa intalti akkaan bareeddu tan gosa kabajaa qabdu irraa dhalatte isaa yaamtee badii naddalagi jetteenii . Ani rabbiin sodaadha jedhee badii itti dalaguu dide.
6.Nama sadaqaa takka sadaqate. Sadaqaa san dhooyse hanga bitaan isaa waan mirgi kennu hin beeknetti (dhoksuurran kan kae)
7.Nama kophaa isaa guddina rabbii yaadatee ijji isaa immaan dhangalaafte.


وعن أَبي هريرة رضي الله عنه عن النَّبيّ صلى الله عليه وسلم قَالَ: ((سَبْعَةٌ يُظِلُّهُمُ اللهُ في ظِلِّهِ يَوْمَ لا ظِلَّ إلا ظِلُّهُ: إمَامٌ عَادِلٌ، وَشَابٌّ نَشَأ في عِبَادَةِ الله- عز وجل، وَرَجُلٌ قَلْبُهُ مُعَلَّقٌ بِالمَسَاجِدِ، وَرَجُلاَنِ تَحَابّا في اللهِ اجْتَمَعَا عَلَيهِ وتَفَرَّقَا عَلَيهِ، وَرَجُلٌ دَعَتْهُ امْرَأةٌ ذَاتُ مَنْصِبٍ وَجَمَالٍ، فَقَالَ: إنِّي أخَافُ الله، وَرَجُلٌ تَصَدَّقَ بِصَدَقَةٍ، فَأخْفَاهَا حَتَّى لا تَعْلَمَ شِمَالُهُ مَا تُنْفِقُ يَمِينُهُ، وَرَجُلٌ ذَكَرَ الله خَالِيًا فَفَاضَتْ عَيْنَاهُ)). مُتَّفَقٌ عَلَيهِ.

●Yaa obboleessa/ttii tiyya anaa fii atiis rabbiin warra torbanirra rabbi nuhaa taasisi.
●Dubbiin akka anaafii ati yaadnuu miti itti yaaduu barbaachisa rabbi nuhaa milkeessuutii
ولله اعلم
Namaaf dabarsi
t.me/HadithOfficial
Forwarded from HADIISA📚
 SEENAA SHEEEKA BIYYA TEENYAA BEEKKAMAA
Sheekh Muhammad Amaan AliiJaamii

Sheekh Muhammad Amaan Alii Jaamii AlOromii.Sheekni bara 1349 Hijiraa ykn bara 1930 A.L.f,Harargee Lixaa DhagaDhaab ganda je’amtutti dhalate.Joollummaan ganda Isaa Dhagadhaabittibarnoota shari’aa Quraana, Fiqhii Shaafi’ii,Afaan Arabaa baratee jira. San booda Sheeyniganda Isaatii deemee biyya keessa bakkaadda addaatti barnoota Islaamaawaraabbatee jira. Kitaaboota hedduuhaffazee jira.Booda Hajjiif gama Makkaa karaa seene.Somaaliyaan Doonii yabbaatee Yaman
keessaan Su’ud Arabiyaa dhaqe.
Sheekhni Biyyatti Ilmii Ulamaa’oota keenyarraagosa hedduu baratee eega haffaze biyyaabahe. Garuu Hoggaa Su’udii dhaqes akkumahaarawatti Ilmii barachurra gad taas´e.

sheekkanhundarradeemuun ilmii irraa fudhatee jira.Barnoota ammayyaatiin mana barnootasadarkaa 2ffaa xumuree Digrii duraa fudhate.Achitti hin dhaabbane barnoota Isaa itti fufe,Maastar (Digrii Lammadaa) PunjaabPaakistaanirraa fudhate, Doktara (PHD)ammoo biyya Misraa Kaayroo (Daarul Uluum)irraa fudhate.Sheekni hanga baratu kana hunda waanammayyaatis fudhachuu fedheeti malee Ilmiibiyyarraa eegalee qabaachuu ture. Osuma

Ulamaa’ii tahee jiru barnoota kana hunda baratee jira.Sheekni bahara Ilmi erga tahe booda

barsiisurra gad taa’e. Su’udii Masjida Nabiis.a.w keessatti, Yunivarsiitii Madiinaa fii bakkaadda addaatti barsiisee jira.Nama beekaa biyyi hundi waan jaalattuuf
Su’udiin Lammummaa Kenniteefii jirti. HanganAni dhagayetti Sheekkootii Oromoo Keessaakan Jinsiyyaa (La
mmummaa) Su’udi argate Isa
qofa. Inni Ulamaa’ii Su’udii gurguddoo barsiisee jira.Yunivarsiitii Madiinaatti Damee (Faculty)Aqiidaa keessatti itti gaafatamaa ture.
Ulamaa’iin Gurguddoon akka Ibnu Baaz,Saalah AlFowzaan fii kenneen biroo Sadarkaabeekkumsa Isaatii fii qulqullina Aqiidaa Isaatiifragaa bahanii jiran.Hoggaa Madiinaatti Yunivarsiitiin Islaamaabanamte warra dura Sheekh Ibnu Baaz akkaAqiidaa barsiisan itti amanee file keessaaSheekhni Hangafa.Sheekhni Barsiisaa Aqiidaa qulqulluuti ture.Afrikaa biyyoota adda addaa keeysa deemeeKaraa Qajeelaa Salafootatti Muslimootatti nama hedduugorsaa ture. Ulamaa’ii Oromoo tanMootummaan biyyaa ariite Su’uditti akka
kabajamanii barsiistoota tahan haalamijjeeysaa fii ture.Gabrummaa Amantii fii sabummaan ummatakeenyarratti Mootummoonni adda addaagaggeeysaa turan katabee Ummata keenyaAraboonni akka gargaaran kakkaasaa ture.Sheekha kana ani seenaa Isaa himee fixu hindandahu, web site Isaa seenuun dubbisuu nidandeessan.Sheekhni Rabbi Rahmata haa godhuufiiKitaaboota Aqiidaa Ahlusunnaa Ibsan hedduubarsiisaa turan. Hoggaa Yunivarsiitii Barsiisaniiirraa bahan, Masjida Nabii s.a.w keessatti
Ulamaa’oota barsiisuu fii fatwa godhuun
dabarsan. Biyya adda addaa keessa deemanii
Aqiidaa Sunnaah Ibsuun akkasumas Bid’aa fii
Shrikiin Saaxiluun irraa dinniinuuf hirriba hinqaban ture. Heddummina dalagaa tanahundaati wajjiin Kitaaboota MuslimootaAdunyaa fayyadan hedduu gumaachaniiJiran.Kitaaboonni Isaanii guddinaan Aqiidaa ibsuu fiiJallina Saaxilurratti xiyyeefatan.Sanirraa:1.
Sharhu Usuul As-salaasaa (Usuul As-salaasaa ballisee Ibsa)2.
Aqiidatul Islaamiyyaah wa Taarikhihaa(Aqiidaa Islaamaa fii Seenaa isii irraadubbata)3.AsSifaatul Ilaahii Fil Kitaabi wa sunnatiNabawiyyaah4.
Hal ta’arfu Sha’bal Oromoo AlMuslim (SaSaba Oromoo Muslimticha ni beeytaa)jechuun waa’ee Oromoo katabanii jiran.Kana malee Kitaaboota biroo hedduu qabanamni argachuu fedhe website Isaanii haalaalu.Kunoo web sitiin Isaa: http://www.eljame.com/ Namni hundi Adunyaa tanarra hanga RabbiIsaaf hayyame qofa jiraata, Sheeknis dalagaaIsaa waan Rabbiin Isaaf laaffise karaa Isaakeessatti carraaqaa eega dabarse booda
baatii Sha’baanaa guyyaa 20, bara
1416 hijiraaykn 2005dhukkubsatee du’e.Qabrii Sahaabootaa Baqi’ii AlGharqadMadiinaatti Awwaalame.
Ulamaa’iin gaafa Inni du’e akka malee Rifatan
keessaa tokko Sheekh Ibnu Baaz ture. 
seenaalee akkanaa hedduu akka barattuuf obboleewwan keetiifiis share
join zis channel
@kajeelisodaadhu
@kajeelisodaadhu
Forwarded from HADIISA📚
 🍃‏قال النبي ﷺ : "خيرُ يومٍ طلعت عليه الشمس يوم الجمعة فيه خُلق آدم وفيه أدخل الجنة وفيه أخرج منها ولا تقوم الساعة إلا في يوم الجمعة"
رواه مسلم 854
🎈Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
🍃  🍃  🍃🎋🎋🎋🎋
‏من سنن يوم الجمعة
Sunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-الإغتسال
👉Qaama dhiqachu
2-التطيب
👉WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-لبس الجميل
👉Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-التسوك
👉ilkaan suwaakatu
5-التبكير إلى المسجد
👉Ganamaan gara masjida dhufuu
6-قراءة سورة الكهف
👉Suratul-khahfi qara'u
7-الإكثار من الدعاء
👉DUA'II heddumessu
8-الصلاة على نبينا ﷺ
👉Nabiirratti salawaata buusu

🍃
@HadithOfficial
HADIISA HAR´AA
🌹🌴 حديث اليوم 🌴🌹

قال صلى الله عليه وسلم :

( ما تَركتُ بَعدي فِتنَةً أضرَّ على الرجالِ منَ النساءِ )
{{ani booda kiyyaa hin lakkifne fitnaa dhiira irrattii jabduu taate(tan isaan darartu) DUBARTIIRRA(Dubartii caalaa)}}.
الراوي : أسامة بن زيد
المحدث: البخاري
fitnaan dhalaa hedduu ulfaattuudha yaa warraa dhiiraa haa irraa eeggannuu.

join forward
@HadithOfficial
@HadithOfficial
@HadithOfficial
Forwarded from DU'AA'II(ادعاءُ)
Duaaii sujuudaafii rukuu'a keessatti jedhan

عن عائشة رضي الله عنها قالت :

كان النبيُّ صلَّى اللهُ عليهِ وسلَّمَ يقول في ركوعهِ وسجودهِ :

( سبحانك اللهم ربَّنا وبحمدِك، اللهم اغفرْ لي ) ..

Subhaanaka allaahumma rabbanaa wabihamdika,allaahummaghfirlii》
الراوي: عائشة أم المؤمنين
المحدث: البخاري
@DuaOfficial
@DuaOfficial
@DuaOfficial
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Surat_Al_Imran
Abdurrahmaa. ALMASOUDII