Wanni bitatanii uffatan.. qaaloyte ammoo rizqiin harka rabbiiti jirti...
Tokko warra salafaatin ni ja"an..."meeshaan bitannu nutti qaaloyte .."
* Istikfaara godhuudhaan rakisheeysaa ja"en.*
Gurbaa gabaree tokkoon ni ja"an..." Daabboon takka diinara taate."
Walahi osoo firiin xaafii takka diinaraan bitamte wanni na yaachisu hin jiru..ani akka rabbiin na ajajettin isa gabbara
Rabbiinis akka beellama naaf seenetti na razaqa ja"eti deebiseef..!!
#namoonni gara salamaa binu diinaar dhufaniiti isaan ja"an..
" yaa abaa haazim meeshaan nutti qaaloyte hin agartuu..??"
Duuba maaltu isin yaachisa.??
Rabbiin yeroo rakisha nu sooru..yeroo qaalitiis isaatu nu soora ja"en..!!
الحمد لله دائماً وابدا..
قل لن يصيبنا الا ما كتب الله لنا..
وما من دابةٍ في الارض الا على الله رزقها ويعلم مستقرها ومستودعها..
🌹احسنوا الظن بالله سبحانه🌹
@alfannn

# imaam maawardiyyin kitaaba hedduu uummata islaamaatif gumaache.. kitaabban akka : tafsiira ,fiqhii fi hiihadiisaa hedduudha gumaache ture.
Kitaabban isaa kun garuu takkalleen osoo inni jiru ummata kessa hin facaane.
# yeroo duuti isatti dhufte gurbaa tokko ka itti amanuu yaametii akkana ja"en..:
Kitaabni bootaa akkana jiru kitaabaan an harka kiyyaan katabeedha.
Yeroo duuti natti dhufuu dhihaatte ruuhiin na kessa bahuu deemtu harka kee fuudhiti harka kiyya qabadhu yoon an harka kee qabadhe rabbiin akka narraa hin qeebalin beeki, kitaaba san fuudhiti halkan bishaan yaa"utti darbi..!!
Yoo harki kiyya harka kee qabachuu dadhabe ,kitaabni San rabbiin akka narraa qeebale jiru beeki ,Iiklaasan barbaadus arkadhe oggaa san ummata jiddutti naaf facaasi ja"en.!!
# yeroo duuti isatti dhufte ruuhin kessaa bahu deemtu imaam mawardiyyin harka gurbaa sanii qabachuu dadhabe ( rabbiin irraa qeebale jachuu Isaaf hime)..!!
Kitaabni saa eegas akkasitti uummata islaama kessa facaafame.!!
Rabbiin rahmata siif haa godhu yaa imaama keennya akka ikhlaasa qabaachu turtetti..!!
HOJII TEE RABBIIF QULQULLEESSI
@kajeelisodaadhu

- 🌹🌴 حديث الجمعة 🌴🌹
في هذا اليوم المبارك يسن الإكثار من الصلاة والسلام عليه صلى الله عليه وسلم ،،،
قال صلى الله عليه وسلم :
( مَن صلَّى عَليَّ مِن أُمَّتي صلاةً مُخلِصًا من قلبِه ؛ صَلَّى اللهُ عليهِ بِها عَشرَ صلَواتٍ ، ورَفعَه بِها عَشرَ دَرجاتٍ ، وكَتبَ لهُ بِها عَشرَ حَسَناتٍ ، ومَحا عنهُ عَشرَ سَيِّئاتٍ )
صحيح الترغيب للالباني 1659
🌹🌹🌹🌹🌹
وقال صلى الله عليه وسلم :
( أَكْثِرُوا عليَّ مِنَ الصَّلاةِ في يومِ الجمعةِ ؛ فإنَّ صَلاةَ أُمَّتي تُعْرَضُ عليَّ في كلِّ يومِ جُمُعَةٍ ، فمَنْ كان أكثرَهُمْ عليَّ صَلاةً ؛ كان أَقْرَبَهُمْ مِنِّي مَنْزِلَةً )
صحيح الترغيب للالباني 1673
📚 قناة الحديث الشريف :
ALLAAHUMA SSALI ALAA MUHAMMADIN WA´ALAA AALIHII WA´ASHAABIHII WAMAN TABIAHUM BI IHSAANIN ILAA YOOWMUDDIIN
مُحَمَّد ﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺ

👉Jaalala malee jibbaa
👉dhugaa malee kijiba
👉gaarii malee hamaa
👉iimaana malee nifaaqa
👉tokkummaa malee addabahuu
👉beekumsa malee wallaalummaa
👉wajjiin nyaachuu malee walnyaachu
👉nagaya malee jeequmsa
👉kabajaa malee salphina
👉quraanan buluu malee sheyxaanan buluu
👉qaalii rabbii malee qaalii sheeyxaanaa
👉buaa malee kisaara
👉👉👉RABBI ISINIRRAA HAA QABU
Arra guyyaan jummaadha nabiirratti salawaata buusuu heddumeeysaa
ﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺﷺ
@HadithOfficial

Forwarded from Kureeth Institute 🌏
#AKSUMMUSLIMS|
Kabajamoo Uummattoota Biyya Keenyaa Kanneen Haqaa fi Wal-qixxummaaf Kabajaa Guddaa Qabdan
Kabajamoo Hordoftoota amantaa Garaa garaa Kanneen Mirga Amantaa Keessanii Jabeessitani Beektan
Mee Gaaffii Takka isin Gaafadhuu!
Biyya Dimookirasii dhan Bulte Mirga Amantaa hunda kabajju Keessatti Akkamitti Hordoftoonni Amantii tokko Bakka Waaqeffannaa Fi Bakka Awwalchaa Dhabanii jiraatu???
Kuni mirga Namummaa Mulqamuu dha Sababni isaas Amantaan...
Mee Mirga Ummattoota keenya Kana Waliin Haa Falminuuf
➡ Dhimmi Kun Akka Qaama Dhimmi Isaa Ilaallatu bira Gahuuf #SHARE Gochuun Dirqama Namummaa keessanii ba'aa.
#JUSTICE_FOR_AKSUM_MUSLIMS
#HAQNI_MUSLIMOOTA_AKSUMIIF
Share Godhaa Hawwaasa Haqa Dhabee Kanaaf Sagalee Ta'aa
Join
@DrZakirNaikAfaanOromoo

Forwarded from Sharef Abdumalik
*akkaata warri gaggaarin itti du"an *
•┈┈┈••✦✿✦••┈┈┈•
Imaamni guddaan ibnu rajab sharhii bukhaarii eega rawwate kitaaba janaazaa ja"u irra gahee booda du"e rabbiin rahmata isaaf haa godhu..!!
•┈┈┈••✦✿✦••┈┈┈•
* Muhammad shanqiixin tafsiira isaa "adwaa"ul bayaan" ja"u kaayeeti oggaa ayaata kanarra gahe du"e...
: "أولئك حزب الله ألا إن حزب الله هم المفلحون"
"Warri qaali Rabbii godhu ummata rabbiiti,ummanni rabbi warra milkaahe dhagaha."
•┈┈┈••✦✿✦••┈┈┈•
✍ * ibnu hajaril asqalaaniin ayaata akkana ja"u osoo qara"utti jiruuti du"e...
(سلامٌ قولاً من رب رحيم) .*
"Nagayni haa jiraatu Rabbii namaaf gara laafaa tahe sanirraa."
•┈┈┈••✦✿✦••┈┈┈•
Ibnu teeymjyaan ayaata qur"ana ka akkana ja"u osoo qara"utti jiruuti du"e..
(إن المتقين في جنات ونهر في مقعد صدق عند مليك مقتدر).*
"Warri rabbi sodaatu jannataa fi laggeen kessatti jiran,boota kabajamtu,mootii waa hundaa dandaha tahe biratti tahan."
•┈┈┈••✦✿✦••┈┈┈•
*imaam haafiz abuu zar"an osoo hadiisa baaba akkana ja"u qaraasisutti jiruuti du"e...
"من كان أخر كلامه من الدنيا لا إله إلا الله دخل الجنة "
" namni duniyaa tanarraa jechi saa ka dhumaa laa ilaaha illa illaaha tahe jannata seene."
•┈┈┈••✦✿✦••┈┈┈•
*sheek Muhammad muktaar shanqiixin masjiida rasuula kessatti oggaa hadiisa baaba kana gahe kan qaraasisutti jiru gahe du"e...
"باب فضل الموت والدفن في المدينة"
"Caalmaya biyya madiina kessatti du"u fi awwaalamuun qabdu "
☝ *أسأل الله جل وعلا أن يوفقنا جميعا إلى صالح العمل وأن يرزقنا حُسن الخاتمة.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
quraana sagalee bareedaan
kan qara´us:hazzaa albalushii
👇👇buufadhu
kan qara´us:hazzaa albalushii
👇👇buufadhu
031 - Luqman (Luqman) سورة لقمان
القارىء هزاع البلوشي Hazza' AlBoloshi
kan qarau:Hazza albalushi
القارئ عبدالعزيز الزهراني | وقفينا على آثارهم بعيسى ابن مريم مصدقا…
???????????????? ???????????????????
kan qarau:AbdulAziz Azzahraanii
القارئ خالد الجليل | يا أيها الذين آمنوا إذا تداينتم بدين إلى أجل…
???????????????? ???????????????????
kan qarau::Khalid Aljaliilii
ﻭﻋَﻦْ ﺃَﺑِﻲ ﻟُﺒَﺎﺑَﺔَ ﺑْﻦِ ﻋَﺒْﺪِ ﺍﻟْﻤُﻨْﺬِﺭِ ﻗَﺎﻝَ : ﻗَﺎﻝَ ﺍﻟﻨَّﺒِﻲُّ ﺻَﻠَّﻰ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻋَﻠَﻴْﻪِ ﻭَﺳَﻠَّﻢَ :
( ﺇِﻥَّ ﻳَﻮْﻡَ ﺍﻟْﺠُﻤُﻌَﺔِ ﺳَﻴِّﺪُ ﺍﻷَﻳَّﺎﻡِ ، ﻭَﺃَﻋْﻈَﻤُﻬَﺎ ﻋِﻨْﺪَ ﺍﻟﻠَّﻪِ ، ﻭَﻫُﻮَ ﺃَﻋْﻈَﻢُ ﻋِﻨْﺪَ ﺍﻟﻠَّﻪِ
ﻣِﻦْ ﻳَﻮْﻡِ ﺍﻷَﺿْﺤَﻰ ﻭَﻳَﻮْﻡِ ﺍﻟْﻔِﻄْﺮِ ، ﻓِﻴﻪِ ﺧَﻤْﺲُ ﺧِﻼﻝٍ : ﺧَﻠَﻖَ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻓِﻴﻪِ ﺁﺩَﻡَ ،
ﻭَﺃَﻫْﺒَﻂَ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻓِﻴﻪِ ﺁﺩَﻡَ ﺇِﻟَﻰ ﺍﻷَﺭْﺽِ ، ﻭَﻓِﻴﻪِ ﺗَﻮَﻓَّﻰ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﺁﺩَﻡَ ، ﻭَﻓِﻴﻪِ ﺳَﺎﻋَﺔٌ ﻻ
ﻳَﺴْﺄَﻝُ ﺍﻟﻠَّﻪَ ﻓِﻴﻬَﺎ ﺍﻟْﻌَﺒْﺪُ ﺷَﻴْﺌًﺎ ﺇِﻻ ﺃَﻋْﻄَﺎﻩُ ، ﻣَﺎ ﻟَﻢْ ﻳَﺴْﺄَﻝْ ﺣَﺮَﺍﻣًﺎ ، ﻭَﻓِﻴﻪِ ﺗَﻘُﻮﻡُ
ﺍﻟﺴَّﺎﻋَﺔُ ، ﻣَﺎ ﻣِﻦْ ﻣَﻠَﻚٍ ﻣُﻘَﺮَّﺏٍ ﻭَﻻ ﺳَﻤَﺎﺀٍ ﻭَﻻ ﺃَﺭْﺽٍ ﻭَﻻ ﺭِﻳَﺎﺡٍ ﻭَﻻ ﺟِﺒَﺎﻝٍ ﻭَﻻ
ﺑَﺤْﺮٍ ﺇِﻻ ﻭَﻫُﻦَّ ﻳُﺸْﻔِﻘْﻦَ ﻣِﻦْ ﻳَﻮْﻡِ ﺍﻟْﺠُﻤُﻌَﺔِ )
#rasulli s.a.w akkan ja"a..
"Guyyaan jummata goofta guyyowwaniti,rabbi birattis akkan jabaadha,akkasuma iidul adhaa fi iidul fixrirraa guyyaa kanaatu rabbi biratti irra caala.
isa kessa haala shaniitu jira...
1.isa kessatti Adam uumame.
2.isa kessatti Adam dachitti bu'e .
3.isa kessatti Adam du"e.
4.isa kessatti yeroo takka jira yoo gabrichi yeroo San qunname ka rabbin kadhaa saa qeebaluf waan haraam hin kadhatiniin.
5.isa kessatti qiyaaman dhaabbatti .
maleykaan rabbi dhihaatullen,samiinis, dachiinis,
Gaarrinis,qilleensinis ,baharrinis
Yoo guyyaa jummaa kana irraa sodaatan malee hin taane qiyaaman ni dhaabbatti ja" ani waan isa kessatti qiyaaman dhaabbattuf jecha.
#guyyaa kana kessatti rasularratti salawaata heddummeysa....
Irra caalaan keeyrii guyyaa kana kessatti rasuularratti salawaata heddummeeysuudha
@DuaOfficial

❤1👍1
#halkan tokko sulxaan suleeymaan al qaanuniin rifateeti hirribarra dammaqe sababaa manaama hamaa arkeef jecha...
Waraana isaa ka akkaan isatti dhihaatu yaameti..farda nuuf qopheeysi ja"en...akka namni nun beeyne taaneeti magaala kessa yaanaa ja"en...
#isaafi waraanni isaatis haala namni isaan hin beeyneen nama kessa deemutti seenan..
Osoo deemutti jiranii janaaza takka tan karaa istaanbuul kessatti darbamte teeysurra dhufan..ta nama isii fuudhuu hin qabne.
Sulxaanni : janaazaan tun tan eenyuuti ja"eti ummata gaafate.!!
Gurbaa zinaa godhu kan farshoo dhugu tokkooti ja"aniin ilmaanii fi warraas hin qabu jaartii takka malee nama isa awwalu hin qabu ja"aniin ummanni...
Sulxaanni : inni ummata muhammadi (saw) hin taane ja"eti lallabe boohee..!!!!!!!!!
#waraana isaa yaameeti janaaza tana baadhachutti na gargaara ja"eni gara jaartii isaa ba"atanii mana geeysan..
Yeroo irratti ol seensisan jaartiin isaa hedduu boochee.!!!
#mootichi ajaa"ibeeti : maalif boocha inni nama farshoo dhuguu fi zinaa dalagu ka tahe.
Jiru ja"en.
Jaartiin isaa akka mootii tahe isan beeytu...
Jaartiin : eenyutu akkana ja"a jatteen ,jaarsi kiyya nama akkaan rabbi gabbaru fi nama duniyaa irraa dantaa hin qabneedha jatteen..
Jaarsi kiyya farshoo bitee fideeti sagaratti gad naqee..
Alhamdulillaah dardara islaamarra badi laaffisee ja"a.
Dhalaa zinaa dalaydu mana fideeti mallaqa kanneefi deemi mana keetitti deebi"i ja"an...
Eegana alhamdulillaah dardara islaamarra badii laaffise ja"a..!!
Kaniin isaan ja"un tahe : namni dalagaa gubbaati nama laala
Yoo duute nama si dhiqe si awwaalu hin arkattuun ja"an.!!
Kofleeti..suleeymaan al qaanuni
Fi ulamaa"oota islaama gurguddaatu narratti salaata naan ja"a jatten jaartiin isaa.!!
#sulxaanni booheeti walahi kunoo suleeymaan al qaanuunin ana ,cufa muslima wali qabeetin isa dhiqee kafanee akka isa awwaalan godha ja"en..!!
#sulxaanni waraana isaati fi ulamaa"in hundinuu akka irratti salaattu ajajee..akkasuma qabrii mootonnii islaama kessatti awwaalamanitti akka awwalamu ajaja dabarse..!!
#ajaja mooticha namuu godhaniiti irratti salaatan..
Seena kessatti janaaza namni hedduun irratti salaatan taate...
Gorsa seenarraa :
Nama gubbaa laaltee hin jibbin ykn hin jaalatin
Channel kana hiriyyoota keetiis share forward godhi akka join godhaniif

# imaamu shaafi"in barataa isaa rabi"i binu salmaan akkana ja"eti dhaameef...
" qalbiin tee,ilmi kee ,obbolessi kee ,namuma feete akka siif qajeeluu yoo feete caffee qur"ana keeysa kaahi , warra qur"ana qara"u saahibsiisi rabbiin siif qajeelcha fedhuus jibbuus Hayyama rabbiitin."
Sheekul islaam binu teeymiyaan akkana ja"a :
" rasularratti salawaata qara"un du"ain duratti fi du"ai jiddutti fi boodattis irratti qara"in sababa jabaa du"aiin ittiin namaaf qeebalamtuudha.!!"

🍃قال النبي ﷺ : "خيرُ يومٍ طلعت عليه الشمس يوم الجمعة فيه خُلق آدم وفيه أدخل الجنة وفيه أخرج منها ولا تقوم الساعة إلا في يوم الجمعة"
رواه مسلم 854
🎈Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
🍃 🍃 🍃🎋🎋🎋🎋
✏من سنن يوم الجمعة
✏Sunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-الإغتسال
👉Qaama dhiqachu
2-التطيب
👉WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-لبس الجميل
👉Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-التسوك
👉ilkaan suwaakatu
5-التبكير إلى المسجد
👉Ganamaan gara masjida dhufuu
6-قراءة سورة الكهف
👉Suratul-khahfi qara'u
7-الإكثار من الدعاء
👉DUA'II heddumessu
8-الصلاة على نبينا ﷺ
👉Nabiirratti salawaata buusu
▪▪▪▪
➖🍃➖➖➖➖

👉👉HIRIYYAA GAARII FILADHU
ASSELAAMUU ALEEYKUM WARAHMATULLAAHII WABARAKAATUHU IKHWAANII FILLAAH
Hedduu waan barchiisaati dubbisi hin hifatin
○Diin islaamaa keessatti hiriyyaa filachuun bakja guddaa qabdi.
Yoo hiriyyaa gaarii hiriyyaa godhatte milkoofte
Yoo hiriyyaa badaa saahiba gidhattee ammok faallaa karas milkii gortee jirta
Rabbiin(sw) waa'ee nama hiriyyaa badaa saahibee hoongaahee yeroo dubbatu akkana jedha
Al-Furqan 25:28
》》يَٰوَيْلَتَىٰ لَيْتَنِى لَمْ أَتَّخِذْ فُلَانًا خَلِيلًا 《《
《《Yaa badii tiyya osoon abaluu san hiriyyaa godhachuj baadhee》》
Al-Furqan 25:29
《《لَّقَدْ أَضَلَّنِى عَنِ ٱلذِّكْرِ بَعْدَ إِذْ جَآءَنِىۗ وَكَانَ ٱلشَّيْطَٰنُ لِلْإِنسَٰنِ خَذُولًا 》》
《《Dhugumatti na jallisee eega inna natti dhufee booda zikriirraa. Sheeyxaanniniis namaaf slphisaa taee jira》》Ergamaa aalamaa kkas jedhan.
وعن أَبي سعيد الخدري رضي الله عنه عن النَّبيّ صلى الله عليه وسلم قَالَ: ((لا تُصَاحِبْ إلا مُؤْمِنًا، وَلاَ يَأْكُلْ طَعَامَكَ إلا تَقِيٌّ)). رواه أَبُو داود والترمذي بإسناد لا بأس
《Hin saahbin mu'minalee,hin nyaachisin nyaata kee nama sodaa rabbii qabu malee》
Yaa ikhwaanii maalif osoo muuminni jiruu kaafira saahibna.
Osoo gaariin jiruu ajaa maalif hiriyyaa godhanna
Osoo hiriyyaan masjiida na geessu jiruu maalif kan bakka zinaa,bakka hannaa,bakka hamii nu geessu saahibna.
Itti yaaduu qabna rabbiin hiriyyaa gaarii nuhaa waffaquu.
Ammas ergamaa rahmaa (saw) akkana jedhan.
وعن أَبي هريرة رضي الله عنه أن النَّبيَّ صلى الله عليه وسلم قَالَ: ((الرَّجُلُ عَلَى دِينِ خَلِيلِهِ، فَليَنْظُرْ أَحَدُكُمْ مَنْ يُخَالِلُ)).
《Namni haaluma(diinuma) hirriyyaa isaa irratti jira. Tokkoon keessaan nama hiriyyaa godhata haa ilaallattuu(filatuu)》
☆hiriyyaan gaariin gaarii nama taasisa
☆hiriyyaan hattuun hattuu sitaasisa
☆hiriyyaan masjiida oolu masjiida si oolcha
☆kan bakka zinaa bulu achuma sibulcha
■duuba hiriyyaan gaariin sababa isaatiin rabbiin si milkeessuutu mala
■ammas sababa hiriyyaa badaatiin rabbiin sihoongeessa. Ammaas ergamaan khaaliqaa akkaas jedhan
وعن أَبي موسى الأشعري رضي الله عنه أن النَّبيّ صلى الله عليه وسلم قَالَ: ((المَرْءُ مَعَ مَنْ أَحَبَّ)). مُتَّفَقٌ عَلَيهِ.
《Namni namuma jaalatee wajjin ta'a jedhan》
Kanaafuu yaa ikhwaanii
Hiriyyaa haa filannuu:
●kan diin isaa jabeessu
●kan haala tolu
●kan masjiida deddebiu
●kan mu'mina tae
●kan ergamaan keenya(saw) nuuf dhaman san haa filannuu
Dubbii hiriyyaa filachuu tun waan akkaan itti yaaduun barbaachisaati.
Rabbiin hiriyyaa gaarii nuhaa waffaqu
Hiriyyaa wajjiin milkoofnu
Hiriyyaa diin irra barannu
Hiriyyaa haala gaari irra barannu
Hiriyyaa duniyaa qofaa miti aakhirattillee hiriyyas waliif taanu rabbiin akka naafii isiiniif kennuu duaaiidhaan haa walbira dhaabbannuu
■■■■■■share godhi
Forward obboleessaa/ttii keetiif
Channel kana join godhi
@HadithOfficial
@HadithOfficial
@HadithOfficial
t.me/HadithOfficial

#mucaan xiqqaan tokko haadha isaati wajjiin qabrii abbaa isaa kan osoo inni hin dhalatin du"e ziyaaruudhaaf jecha deeman..!!
#osoo deemanii bakka "abwa"a"
Ja"amtu yeroo gahan haati isaa dhukkuba jabaan qabamte.!!
Haati isaa osoo hin du"iniin duratti isatti maramte qoma isitti fitti as qabdee dhungachaa boohutti seente..!!
#haati isaa isaa yeroo duutu intala maqaan isii "ummu eyman" ja"amtu takkaatu wajjiin jira.
Intalti tun huccuu isiitin haadha isaa kafanteeti akka isii wajjiin qabrii haadha isaa qotuuf mucaa xiqqaa kana yaamte..!!
#yeroo dheertuuf eega qabrii qotan booda haadha isaa awwalanii oggaa deemuuf ka"an ijji isaa imimmaan dhangalaafte haadha isaati wajjiin addaan bahuuf..!!
#xiqqo oggaa deemee booda qabrii abbaa isaa gubbaa dhufe ziyaaree..ijji isaa imimmaan dhangalaafte abbaa isaa kan jireenya kessatti takkaa hin arkin..!!
*cinqiin jabfuun kanaa olitti ni hafte.?
Qalbiin mucaa xiqqaa kana cinqii tana baadhachuu ni dandeeysi.??
#Mucaa kana ni beeytanii?.
Ergamaa rabbiiti (saw)..
Hangam takka jiruu saa kessatti laalate cinqate akka nuti duniyaa fi aakhiratti gammannuuf jacha..!!!
#yeroo hiraartee cinqatte jireenya ergamaa keetii yaadadhu..cinqiin tee sirraa deemteeti hafuura baafattaa."

❤1