HADIISA๐Ÿ“š
11.7K subscribers
2.79K photos
700 videos
579 files
2.34K links
Download Telegram
Channel created
Forwarded from Kajeeluu fii Sodaachuu
๐ŸŽErgamaan rabbii akkanas jedhan{{rabbiin oltehe ni jedha;Ani gabricha kiyyaa wajjiniin jira waan inni na duubbateen,waan hidhiin isaa sochooteen(isa dubbatuun)}}
๐ŸŽAmmaas ergamaan rabbii akkana jedhan{{zikrii(rabbi dubbachuura) dalagummaan dalagu takkalleenuu ilma aadam qixaaxa hin baaftu}} ๐Ÿ‘‰irra jabduun dalagaa qixaaxa rabbi duraa nama baaftu zikrii rabbiiti jedhan
๐ŸŽzikriin ibaadaa hundarra laaftuudha
๐ŸŽzikriin ibaadaa hundarra caalti
๐ŸŽzikriin irra jaalatamtuu ibaadaati rabbi biratti
๐ŸŽsharxiin isii heddummeessuudha
ergamaan rabbii ๏ทบ guyyatti yoo xiqqate yeroo 70_100 ุฃูŽุณู’ุชูŽุบู’ููุฑู ุงู„ู„ู‘ูฐู‡ (astoghfirullaah) ;yaa rabbi naaf araarami jedha.
๐Ÿ‘‰Kan nama dinqisiisus ergama rabbii๏ทบ rabbiin dilii tee tan dabartee fii tan dhuftuus siif dhiise jedheen rabbiin .
๐ŸŽKan rabbiin dilii isaa hunda dhiiseef isaan guyyatti yoo marraa 70 hanga 100 araarama rabbi kadhatan
๐Ÿ‘‰Duuba yaa ikhwaanii nuti kan rabbiin dilii teenya tan dabarteehuu rabbiin nuuf araaramu dhiisu hin beeyne guyyatti yeroo meeqa astoghfirullaah jechaa jirra
๐Ÿ‘‰garage towbaa daddafi
๐Ÿ‘‰Zikrii isaa baayyisi
๐Ÿ‘‰akkaan fardii eeggadhu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ITTI FUFA

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@kajeelisodaadhu
@kajeelisodaadhu
@kajeelisodaadhu
โค1
 SEENAA SHEEEKA BIYYA TEENYAA BEEKKAMAA
Sheekh Muhammad Amaan AliiJaamii

Sheekh Muhammad Amaan Alii Jaamii AlOromii.Sheekni bara 1349 Hijiraa ykn bara 1930 A.L.f,Harargee Lixaa DhagaDhaab ganda jeโ€™amtutti dhalate.Joollummaan ganda Isaa Dhagadhaabittibarnoota shariโ€™aa Quraana, Fiqhii Shaafiโ€™ii,Afaan Arabaa baratee jira. San booda Sheeyniganda Isaatii deemee biyya keessa bakkaadda addaatti barnoota Islaamaawaraabbatee jira. Kitaaboota hedduuhaffazee jira.Booda Hajjiif gama Makkaa karaa seene.Somaaliyaan Doonii yabbaatee Yaman
keessaan Suโ€™ud Arabiyaa dhaqe.
Sheekhni Biyyatti Ilmii Ulamaaโ€™oota keenyarraagosa hedduu baratee eega haffaze biyyaabahe. Garuu Hoggaa Suโ€™udii dhaqes akkumahaarawatti Ilmii barachurra gad taasยดe.

sheekkanhundarradeemuun ilmii irraa fudhatee jira.Barnoota ammayyaatiin mana barnootasadarkaa 2ffaa xumuree Digrii duraa fudhate.Achitti hin dhaabbane barnoota Isaa itti fufe,Maastar (Digrii Lammadaa) PunjaabPaakistaanirraa fudhate, Doktara (PHD)ammoo biyya Misraa Kaayroo (Daarul Uluum)irraa fudhate.Sheekni hanga baratu kana hunda waanammayyaatis fudhachuu fedheeti malee Ilmiibiyyarraa eegalee qabaachuu ture. Osuma

Ulamaaโ€™ii tahee jiru barnoota kana hunda baratee jira.Sheekni bahara Ilmi erga tahe booda

barsiisurra gad taaโ€™e. Suโ€™udii Masjida Nabiis.a.w keessatti, Yunivarsiitii Madiinaa fii bakkaadda addaatti barsiisee jira.Nama beekaa biyyi hundi waan jaalattuuf
Suโ€™udiin Lammummaa Kenniteefii jirti. HanganAni dhagayetti Sheekkootii Oromoo Keessaakan Jinsiyyaa (La
mmummaa) Suโ€™udi argate Isa
qofa. Inni Ulamaaโ€™ii Suโ€™udii gurguddoo barsiisee jira.Yunivarsiitii Madiinaatti Damee (Faculty)Aqiidaa keessatti itti gaafatamaa ture.
Ulamaaโ€™iin Gurguddoon akka Ibnu Baaz,Saalah AlFowzaan fii kenneen biroo Sadarkaabeekkumsa Isaatii fii qulqullina Aqiidaa Isaatiifragaa bahanii jiran.Hoggaa Madiinaatti Yunivarsiitiin Islaamaabanamte warra dura Sheekh Ibnu Baaz akkaAqiidaa barsiisan itti amanee file keessaaSheekhni Hangafa.Sheekhni Barsiisaa Aqiidaa qulqulluuti ture.Afrikaa biyyoota adda addaa keeysa deemeeKaraa Qajeelaa Salafootatti Muslimootatti nama hedduugorsaa ture. Ulamaaโ€™ii Oromoo tanMootummaan biyyaa ariite Suโ€™uditti akka
kabajamanii barsiistoota tahan haalamijjeeysaa fii ture.Gabrummaa Amantii fii sabummaan ummatakeenyarratti Mootummoonni adda addaagaggeeysaa turan katabee Ummata keenyaAraboonni akka gargaaran kakkaasaa ture.Sheekha kana ani seenaa Isaa himee fixu hindandahu, web site Isaa seenuun dubbisuu nidandeessan.Sheekhni Rabbi Rahmata haa godhuufiiKitaaboota Aqiidaa Ahlusunnaa Ibsan hedduubarsiisaa turan. Hoggaa Yunivarsiitii Barsiisaniiirraa bahan, Masjida Nabii s.a.w keessatti
Ulamaaโ€™oota barsiisuu fii fatwa godhuun
dabarsan. Biyya adda addaa keessa deemanii
Aqiidaa Sunnaah Ibsuun akkasumas Bidโ€™aa fii
Shrikiin Saaxiluun irraa dinniinuuf hirriba hinqaban ture. Heddummina dalagaa tanahundaati wajjiin Kitaaboota MuslimootaAdunyaa fayyadan hedduu gumaachaniiJiran.Kitaaboonni Isaanii guddinaan Aqiidaa ibsuu fiiJallina Saaxilurratti xiyyeefatan.Sanirraa:1.
Sharhu Usuul As-salaasaa (Usuul As-salaasaa ballisee Ibsa)2.
Aqiidatul Islaamiyyaah wa Taarikhihaa(Aqiidaa Islaamaa fii Seenaa isii irraadubbata)3.AsSifaatul Ilaahii Fil Kitaabi wa sunnatiNabawiyyaah4.
Hal taโ€™arfu Shaโ€™bal Oromoo AlMuslim (SaSaba Oromoo Muslimticha ni beeytaa)jechuun waaโ€™ee Oromoo katabanii jiran.Kana malee Kitaaboota biroo hedduu qabanamni argachuu fedhe website Isaanii haalaalu.Kunoo web sitiin Isaa: http://www.eljame.com/ Namni hundi Adunyaa tanarra hanga RabbiIsaaf hayyame qofa jiraata, Sheeknis dalagaaIsaa waan Rabbiin Isaaf laaffise karaa Isaakeessatti carraaqaa eega dabarse booda
baatii Shaโ€™baanaa guyyaa 20, bara
1416 hijiraaykn 2005dhukkubsatee duโ€™e.Qabrii Sahaabootaa Baqiโ€™ii AlGharqadMadiinaatti Awwaalame.
Ulamaaโ€™iin gaafa Inni duโ€™e akka malee Rifatan
keessaa tokko Sheekh Ibnu Baaz ture. 
seenaalee akkanaa hedduu akka barattuuf obboleewwan keetiifiis share
join zis channel
@kajeelisodaadhu
@kajeelisodaadhu
โค1๐Ÿ‘1
Channel photo updated
#tokkoon mucaa dardaraa akkana ja"a...
Yeroon umrii dardarummaa dura seenuu kaniin hedduu mana hin dhufne,akkasuma manattis yeroon hin deebineen ture,akki kun ammoo ummaa tiyya hedduu dallansiisa...
Sababaan: guyyaa yeroon mana jiru irra hedduu rafeetin galgalaas yeroo ummaan tiyya rafte booda manatti deebi"a ja"a...

#ummaan tiyya haala kanarraa na dadhabnaan waraqaa barreysite firija gubbatti naaf maxxansuu eegalte..waraqaan bakka nyaanni jiruu fi bakkaan waanin dhugu itti naaf qopheeysitu itti naaf himtee irraa fudhadhudha...

#guyyaan ni deeme ,yeroonis ni dheeratte osuma galgala hunda waraqaa naaf maxxansite bakkaan haajaa tiyya irraa fudhadhu naaf himtuu...

#halkanirraa halkan tokko tureetin manatti deebi"e yeroon deebi"u akkumaan barettin waraqaa firija gubbatti maxxansaa arke..waraqaa San dubbisuu hifadheetumaan firraa dhiisee gama hirriba kiyya rafutti seenee...!!!

#ganama yeroon dammaqu dalaydu mana teenyaa ta boochu ta imimmaan ija isii guutee jiru ta na kaaftuun arke.
Yeroon hirribarraa dammaqu...
Ummaan tee duniyaa irraa deemteeti jirti naan jatte..!!

#hangam takkaan ummaa tiyyaa wajjiin addaan bahun na laaleeyse,na rifachiise..hangaan isii awwaalutti niin obse.!!
Galgala yeroon manatti deebi"u qalbiin tiyya yaadaan guutamte ijji tiyya haala imimmaanin guutamteeniin dhufee siree tiyyarra ciise..!!

#osumaan ciisutti jiruutin waraqaa ummaa tiyyaa taniin hin dubbisin San yaadadhe rifadhee lafaa ol ka"e...gama alawaada jarjareetin waraqaa firija gubbaa buqqaasee dubbisutti seene...!!!

#yaanni daranaati natti jabaate rakkoon natti cimte,waraqaan yeroo tana bakka nyaanni jiruu fi bakka dhugaatin jirturraa hin haasoytu..waraqaa kessa akkanaatu barreyfamee jira...
" yaa ilma kiyya arraan tana qacollatti na dhukkuba yeroo mana dhufte na kaasiti mana haakimaa na geeysi..!!" Jatti...
[ูˆ ู‚ุถู‰ ุฑุจููƒูŽ ุขู„ุข ุชุนุจุฏูˆุง ุฅู„ุง ุฅูŠุงู‡ ูˆ ุจุงู„ูˆุงู„ุฏูŠู† ุฅุญุณุงู†ุง]....
"Osoo booda hin sheenoyne haadhaa fi abbaa keen hatti tola haa oolluu..!!!!!!

๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
@HadithOfficial
โค1๐Ÿ˜ข1
Maleeykaan eenyuuf araarama kadhatti...??

# nama salfii takkaffaatti salaata fardii salaatu.

# nama yeroo salaatu imaama moggaa mirga saatin dhaabbatee salaatu.

# nama salaata tokko salaatee eegas salaata kan eeggatu.

# nama salfii banaa arkee guutee salaate.

# nama dhukkubsataa deemee gaafate.

#nama rasularratti salawaata buusuu.
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ูŠ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ.


@HadithOfficial
โค3
 ๐Ÿƒ‏ู‚ุงู„ ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ : "ุฎูŠุฑู ูŠูˆู…ู ุทู„ุนุช ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุดู…ุณ ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ ููŠู‡ ุฎูู„ู‚ ุขุฏู… ูˆููŠู‡ ุฃุฏุฎู„ ุงู„ุฌู†ุฉ ูˆููŠู‡ ุฃุฎุฑุฌ ู…ู†ู‡ุง ูˆู„ุง ุชู‚ูˆู… ุงู„ุณุงุนุฉ ุฅู„ุง ููŠ ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ"
ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู… 854
๐ŸŽˆErgaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
๐Ÿƒ  ๐Ÿƒ  ๐Ÿƒ๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹
โœ‏ู…ู† ุณู†ู† ูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ
โœSunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-ุงู„ุฅุบุชุณุงู„
๐Ÿ‘‰Qaama dhiqachu
2-ุงู„ุชุทูŠุจ
๐Ÿ‘‰WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-ู„ุจุณ ุงู„ุฌู…ูŠู„
๐Ÿ‘‰Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-ุงู„ุชุณูˆูƒ
๐Ÿ‘‰ilkaan suwaakatu
5-ุงู„ุชุจูƒูŠุฑ ุฅู„ู‰ ุงู„ู…ุณุฌุฏ
๐Ÿ‘‰Ganamaan gara masjida dhufuu
6-ู‚ุฑุงุกุฉ ุณูˆุฑุฉ ุงู„ูƒู‡ู
๐Ÿ‘‰Suratul-khahfi qara'u
7-ุงู„ุฅูƒุซุงุฑ ู…ู† ุงู„ุฏุนุงุก
๐Ÿ‘‰DUA'II heddumessu
8-ุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ๏ทบ
๐Ÿ‘‰Nabiirratti salawaata buusu
โ–ชโ–ชโ–ชโ–ช
โž–๐Ÿƒโž–โž–โž–โž–
@HadithOfficial
โค1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
‏ู‚ุงู„ ุงู„ุฑุณูˆู„๏ทบ:

ู„ุง ุชุทู„ุน ุงู„ุดู…ุณ ูˆู„ุง ุชุบุฑุจ ุนู„ู‰ ุฃูุถู„ ู…ู† #ูŠูˆู…_ุงู„ุฌู…ุนุฉ ูˆู…ุง ู…ู† ุฏุงุจุฉ ุฅู„ุง ูˆู‡ูŠ ุชูุฒุน #ูŠูˆู…_ุงู„ุฌู…ุนุฉ ุฅู„ุง ู‡ุฐูŠู† ุงู„ุซู‚ู„ูŠู† : ุงู„ุฌู† ูˆุงู„ุฅู†ุณ

ุญุณู†ู‡ ุงู„ุฃู„ุจุงู†ูŠ
"Aduun hin baatuu niis hin dhiitu
Guyyaa caalmaya qabu kan akka guyyaa jimmatarraa..
Wanni lafarra deema takkalleen yoo guyyaa jimmata kanaa irraa sodaatan malee hin taanee qiyaamaatu kessatti dhaabbata ja"anii...ulfaatoo lamaan malee isaanis namaa fi jinniidha ..."

ูุฃูƒุซุฑูˆ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠ ุณูŠุฏ ุงู„ุฎู„ู‚

@HadithOfficial
@HadithOfficial
โค1
Qura'aana Kana Nubiraan Gahuuf Jacha...
...
..... RASUUL s.a.w.
- Dilluu Gaalaatu Isaan Irra kaayame.
- Abuu Jahal Morma Isaanii Irra ejjachuuf Yaale.
- Isaan Ajjeesuuf Jacha Namni 15 Ramadame.
- Bara 3 Guutuu Gaara keeysatti Beelaan Rakkate.
- Biyyaa Itti Arihame.
- Quba Isaanii tu Itti Dhiige.
- Ilkaan Isaaniitu Itti Caphe.
- Mataa Isaanii tu Itti Fottaqe.
Rasuul S.A.W kana Malees rakkoo Hedduu tu Isaan Mudate...
ABUU BAKRI...
- Biyyaa Itti Arihame.
- Goda keeysatti Jawween Iddame.
- Ummata Arabaa kan Diin Dhiise As deebisuuf Hedduu Rakkate...
Kana Malees Rakkoo Hedduu tu Isaan Mudate.
Usmaan Ibnu Affaan Akka Diin Dhiisuuf Ja'ee Adeerri Isa Qixaaxe.
Gama Boodaa Gara Habashaa Godaane...
Bilaal Ibnu Rabaah Diiniif Jacha...
- Lafa rra Harkifame.
- Dhagaa tu Isa rra Kaayame.
- Aduu Gammoojjii tiin Gubame.
- Gabraa fi Joolleen Dhagaan Isa Tuman...
Khabbaab Ibn Arattiitiis Abiddaan Gubamee Hedduu Gaggabe...
Ammaar Ibnu Yaasir Qoma Isaa Irratti Abiddi Qabsiifame.
Abbaan Ammaar (yaasir) Itti Wareegame.
Sumayyaan (haati ammaar) Diiniif Jecha Eeboon Waraanamte.
Hamza Ibnu Abdulmuxxalib Dabalatee Sahaaboota Kumaatamaan Lakkaawamanii tu Lubbuu Isaanii Itti Dhabe...
... Isaan Keeysaa...
... Ja'afar Ibnu Abii Xaalib Harka Isaa Lamaanuu Itti Dhabe.
... Khubeeybi Ibnu Adiyyii Booji'amee ti Ajjeefame..
Kana Malees As-haaboota Baay'ee tu Diiniif Jecha Wareegame...
RASUUL S.A.W akkana Ja'an...
Amantiin Islaamaa keeysummummaa dhaan As dhufte, Booda rra Ammaas Keeysummummatti Deebiti, Way Waa Milkaawee Namni Gaafa San Keeysummummaa rra Isii Baase...
...
... Anaa fi Isiniis Nama keeysummaa rraa Isii Baasu RABBI nuhaa Godhu...
Ergaa Tana Nama Meeqaa tu Share godha Laata ?!..
Yaa Rabbi Nama SHARE godhe Irraa Jaaladhu.
@HadithOfficial
โค3๐Ÿ‘1
* kaayyoo salahaddinal ayyuubii...

Yeroo { salahaddinil ayyubin } joollee ture isaa joollee wajjiin karaa kessa tapatu abbaan isaa najmuddin al ayyubin isa arketi joollee kessa ol fuudhe isaan ja"e :

Ummaa tee wanniin fuudhe irraa si dhaleef akka joollee wajjiin tapattuufi miti ..!!
Wanniin ummaa tee fuudhee irraa si dhaleef akka masjidul aqsaa bilisoomsituufi ja"en...!!

Jecha kana Sega Jaen booda abbaan isaa nama dheera ture , lafatti darbe harka saarraa..

Abbaan gara ilma saa lafatti laaleti laalaa fuula saa kessatti arketi isaan ja"e :
siin laaleyse..??

{Salahaddin} : ee na laaleysite ja"en...
Abbaan : isaa maalif hin boohin ja"en..?
Salahaddin nama masjidul aqsaa bilisoomsurraa boohun hin fakkaattu ja"en....!!!

# salahaddinal ayyubin guyyaa tokkoo isaa waraana saati wajjiin tatta"u jiru gurbaan tokko walaloo nama kofalchiiftu takka walaleeyse..!!

Waraanni isaa Hundi ni koflan salahaddin malee ..!!
Maalif hin koflin ja"aniiti isa gaafatan..?
Akkana ja"e deebiseef..:

Osoo masjidula aqsaan harka kaafiraa jiruu hin kofalu ja"en..!!

* salahaddiin eegas booda takkaa hin kofalle hanga masjidul aqsaa harka kaafiraati fuudhuu ...
guyyaa isaan harkaa fuudhee sujuudetu gammade koflee...!!!

โ€ข kaayyoo teetif hangam takka tattaafatta..!!!

@HadithOfficial
@HadithOfficial
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†join godhi
โค1
OLAANTUMMAA ISLAAMAA
Ergamaan rabbii ู…ูุญูŽู…ูŽู‘ุฏ ๏ทบ akkana jedhan๏ดพุงู„ุงุณู„ุงู… ูŠูุนู„ุงู‚ ูˆู„ุง ูŠูŽุนู„ุงููˆ ุนู„ูŠู‡๏ดฟ
{Islaamummaan tun oltaatuudha;Wanti tokkolleen isiirrati olhintau}.
๐ŸŽAmantiin islaamaa yoomuu gubbaadha
๐ŸŽUmmatni muhammad ummata caaltuudha
๐ŸŽNabi ู…ูุญูŽู…ูŽู‘ุฏ ๏ทบ nabiyyi caaladha
๐ŸŽNamni isaac hordofe hunduu milkaaยดaadha
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Garuu nuti Maalif
๐Ÿ‘‰Diin keenya oltaasisuu sodaanna
๐Ÿ‘‰karaa ergamaa qaama fii qalbiin maalif jala hin deemne
๐Ÿ‘‰Maalif islaamumma hin mullifne
๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’Hin qaanfatin ISLAAMUMMAAN BONI
join

@HadithOfficial
@HadithOfficial
โค1๐Ÿ‘1