Forwarded from Nuuralhudaa (RNH_Telegram)
BREAKING: Kibba Gondar magaalaa Istee keessatti jiraattonni naannichaa amantaa biroo hordofan Masjiida Anwaar kan naannawa saniitti argamu eega gubanii booda, manneen muslimootaa irra deemuun kan barbaddeessaa jiran tahuu gabaafame.
Ka'umsi dhimma kanaa maal akka tahe hin beekamne.
https://t.me/nuuralhudaa

👍1
Forwarded from Deleted Account
KARAAN FAYYINAA KANA QOFA!
-
Share...Share...Share...waliif godhaa!
-
Sababoota gurguddoo Afuran armaan gadii kanaaf jecha karaan fayyiinaa ykn jannataa islaamummaan alatti gonkumayyuu, yoomiyyuu hin jirus, hin argamus.
.
✅1ffaa: Amantii Ilmi namaa hundi irratti dhalateedha.
.
Ilmi namaa dhalachuun, du'uun, Haxxifachuun, Hamamoochuun, Rafuun, Nyaachuu fi dhuguun, Guddachuun, dulloomuun Seera uumamaa kan inni jaalatuus jibbuus ittiin buluuf dirqamuu dha. Kanumaafi Rassuulli Keenya(صلى الله عليه وسلم) Amantiin islaamaa Amantii Uumamaa ta'uu akkana jechuudhaan nuuf ibsu:-
.
Imaam Muslim Kitaaba 040, Lakkoofsa 6853
Abu Hureeyiraa(ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻪ) irraa akka odeeffametti Ergamaan Rabbii(صلى الله عليه وسلم) akkana jedha:-
.
عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ، قَالَ: قَالَ النَّبِيُّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: «كُلُّ مَوْلُودٍ يُولَدُ عَلَى الفِطْرَةِ، فَأَبَوَاهُ يُهَوِّدَانِهِ، أَوْ يُنَصِّرَانِهِ، أَوْ يُمَجِّسَانِهِ….» رواه البخاري ومسلم وغيرهما.፤
.
«Daa'imni dhalatu kamiyyuu Fixraa (Islaamummaa) irratti malee hin dhalatu. Maatiin isaa garuu; Kiristiyaana Isa taasisu yookiin yahuudaa isa taasisu yookiin Warra Ibidda gabbaru isa taasisu malee...»[Bukhaarii fi Muslim]
.......
Kanumaan Wal qabatee Allaahnis Qur'aana irratti Akkana jedha:-
.
فَأَقِمْ وَجْهَكَ لِلدِّينِ حَنِيفًا ۚ فِطْرَتَ اللَّهِ الَّتِي فَطَرَ النَّاسَ عَلَيْهَا ۚ لَا تَبْدِيلَ لِخَلْقِ اللَّهِ ۚ ذَٰلِكَ الدِّينُ الْقَيِّمُ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ [٣٠:٣٠]
.
«(Yaa Muhammad!) Karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi. Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumees (qabadhaa). Uumaa Rabbii Jijjiiruun hin jiru. Santu amantii qajeelee dha. Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu.» (30:30)
.
✅2ffaa: Amantii Rabbiin Ilma namaatiif filatee, jaalatee dha.
.
الْيَوْمَ أَكْمَلْتُ لَكُمْ دِينَكُمْ وَأَتْمَمْتُ عَلَيْكُمْ نِعْمَتِي وَرَضِيتُ لَكُمُ الْإِسْلَامَ دِينًا
.
«Amantii keessan har’a isiniif guuteera, ni’imaawwan kiyyas isin irratti guuteera. Amantiis islaama isiniif jaaladheera.» (5:3)
---
✅3ffaa: Amantii takkittii Rabbi biratti fudhatama Qabduu dha.
.
إِنَّ الدِّينَ عِندَ اللَّهِ الْإِسْلَامُ
.
«Dhugumatti amantiin Rabbiin biratti (fudhatama qabu) Islaama qofa.» (3:19)
---
✅4ffaa: Amantii namni isii ala amantii biraa barbaade hoonga’uudha.
.
وَمَن يَبْتَغِ غَيْرَ الْإِسْلَامِ دِينًا فَلَن يُقْبَلَ مِنْهُ وَهُوَ فِي الْآخِرَةِ مِنَ الْخَاسِرِينَ [٣:٨٥]
.
«Namni Islaamaan alatti amantii barbaade isarraa hin qeebalamu. Aakhirattis inni warra hoonga’an irraayi.» (3:85)
.
Kanaafuu osoo aduun gara seenteen hin deebi'in yookiin immoo osoo lubbuun kokkee si hin ga'in gara islaamummaa koottuu cinqii addunyaatii fii azaaba aakhiraa irraayis bilisa of baasi. Islaamummaan ala fayyinni hin jiru. Dhugaan jirtu Kanuma hadhooytuus liqimsi, yoo siif liqimfamte immoo qoodi (share) godhi.
Join jedhiin isa kana xuqii
👇👇
@nafekugni_yaresulellah
@nafekugni_yaresulellah
@nafekugni_yaresulellah
Galatoomaa!!!

❤1
:
👈 قالَ ٱلشَيخ صالِح ٱلفوزان حفِظه ٱللّٰه
⚡ ٱلحُرية ٱلصّحيحة في طاعةِ ٱللّٰه، وليسَت ٱلحرية بٱتبـاع ٱلهوىٰ وٱلشهَوات، هذِه عبوديّة للهوىٰ وليسَت حُرية !
#ٱلإجابات الفاصِلة ص ٣٣
👉ሸኽ ሷሊህ አልፈውዛን እንዲህ ይላሉ:‐
⚡«እውነተኛ ነፃነት አላህን በመታዘዝ ውስጥ ነች! ስሜትንና ፍላጎትን በመከተል ውስጥ (ነፃነት) የለችም። ይህ እንደውም ለስሜትና ፍላጎት ተገዢ (ባሪያ) መሆን ነው እንጂ ነፃነት አይደለም። »
📚አልኢጃባት አልፋሲላህ ገ33
👉Sheek fawzaan akkas jedhan
⚡«Bilisuummaan dhugaa Rabbiin buluun argama.
bilisuummaan feedhii nafsii ofii hordofuu miti kun bilisuummaa osoon ta'in garbummaa feedhii nafsiiti.»
(Al iijaabatu. Al Faasilaah fuula33)
https://telegram.me/Deemsa

Telegram
Deem
You can contact @Deemsa right away.
👍1
🖊قال الإمام ابن القيم -رحمه الله-:
"أصول الخَطايا كلها ثلاثة:
١ - الكِبْر وهو الذي أَصَار إبليس إلى ما أَصَاره،
٢ - والحرص وهو الذي أَخرج آدم من الجنة،
٣ - والحسد وهو الذي جرّأ أحَدَا بني آدم على أخيه.
فمن وقي شر هذه الثلاثة فقد وقى الشر، فالكفر مِنَ الكِبْر، والمعاصي من الحرص، والبَغْي والظلم من الحسد"
📝الفوائد | صـ ٥٨📝

ASSELAAMU ALEEYKUM WARAJMATULLAHI WABARAKAATUHU
Namoota Ergamaan rabbii aleeyhi ssalaam warra jannataa ta'uu isaanii ragaa baheef yookiin dubbate.
@al-Khulafaau raashiddin almahdiyyiin kannen jedhaman afran......
1.Abubakir as-siddiiq.(Maqaan isaa jalqabaa Abdallah ibn usmaan ibn aamir)
Abubakir khaliifaa rasuula jalqabaati. innis waggaa lama fii baatii sadii fii halkan sagal khilaafummaa isaatiin sahaabaa tajaajile. yeroon khilaafaa isaatis rabii'ul awwal 13 ,bara 11 L.H irraa hanga jumaadan aakhir 22,bara 13 L.H tti ture.
innis isaa waggaa 63 ti kan gara aakhiraa deeme
2.Umar ibnul khaxxaab(Umar al-faaruq).
Umar alfaaruq khaliifaa lammaffaa rasuulaati.innis waggaa 10 fii baatii 6 fii guyyaa 3 khaliifummaa isaatiin 1/3ffaa addunyaa bulche . bara khaliifummaa isaati turte kan islaamummaan akkan ardii rabbii keessa faca'aa turte. yeroo khilaafummaa isaa jumaadal aakhir 23 bara 13 L.H irraa hanga zil-hijjaa 26 bara 23 L.H tti ture. innis isaa umriin isaa 63 ti kan hara aakhiraa deeme . rabbiin hunda isaaniitirraa haa jaalatu.
3.Usmaan ibn affaan (Saahiba ifaa lamaa jedhama waan dubra ergamaa rabbi lama fuudheef ummu kulsum fii ruqayyaa). usmaan ibn affaan khaliifaa sadaffaati. innis waggaa 12 islaama bulche guyyaan 12 osoo hafuu akkana jechuu waggaa 11 fi jia 12 fii guyya 18. yeroon khilaafaa isaa muharram 1 bara 23 L.H irraa zul-hijjaa 18 bara 35 L.H tti ture . innis isaa umriin isaa 90 ture . rabbiin hunda isaanii irraa haajaalatu.
4.Aliyyi ibn abii xaalib . sahaabaa beekkamaadha . ijoolee keessaa nama jalqaba ergamaa rabbii (s.a.w) dhugoomse ture.innis khaliifaa afraffaa ti ture. barri khilaafaa isaa waggaa 4 fii jia sagal ture zulhijjaa 19 bara 35 irraa hanga ramadaana 19 bara 40 L.H tti ture. yeroo gara aakhiraa deemu umriin isaa 63 turte.
Allaahu akbar rabbiin hunda isaanii irraa haajaalatu
namoota jahan hafan itti fufna inshaa allaah.......................ITTI FUFA
join godhi
@HadithOfficial

AA WR WB Dubbii Tana Baayyisii Hubadhu👇👇👇👇👇👇
الخلق ينظرون إلى ظاهرك ، و الخالق ينظر إلى باطنك ، فاحذر أن تزين محل نظر الناس و تقبح محل نظر الله جل جلاله .. !
Uumamni gubbaa kee si ilaala. uumaan(rabbin) garuu keessa kee si ilaala.ati sodaadhu gubbaan haala keeti kan namni sirraa ilaalu bareedee keessi rabbi biratti fokkisuu .
rabbi najaa nuhaa baasu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@HadithOfficial jion godhi

ASSELAAMU ALEEYKUM Wr wb jechama 👇👇👇👇👇👇👇👇👇🏿 kana
hubadhu isaan booda cinqiin duniyaa sirraa deemtiitii.
لا سعيد إلا من أسعده الله" ف الله هو الذي أضحك وأبكى وهو الذي أسعد وأشقى وأغنى "
"Milkaawuun hin taane rabbiin isa milkeesse malee" rabbiin isa yeroo takka uumaa isaa kofalchiisuu kan yeroo biraa isa boochisu. ammas rabbiin isa yeroo takka milkeessee yeroo takka rakkisu . ammaas isa nama duroomsu. "" kanuma jiruun duniyaa takkaa kana bira dabartee hin beeytu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@HadithOfficial join forward godhi hiriyyoota keetii

DUBBII ULAMAA'IIRRAA
sheekul islaam ibn Teeymiyaan akkana jedha rabbiin rahmata haa godhuufii.
✒قال ابن تيميه -رحمه الله-:
"الرجال إذا اختلطوا بالنساء
كان بمنزلة اختلاط النار والحطب"
"Dhiirri dhalaa wajjiin yeroo walitti makatte akka waan ibiddaa fii qoraan walitti makamaniiti".
Obboleessa obboleettii ajnabiyyaa waliin walitti makamuurraa eeggadhu.
📕الاستقامة | ١/ ٣٥٧📕
📕kitaaba isaa kan "ISTIQAAMAA" Jedhamu lakk 1/357 📕
@HadithOfficial
@HadithOfficial
@HadithOfficial
@HadithOfficial
@HadithOfficial
channel tana hiriyyoota keetiif forward godhi akka namni biraatiis gorsa kana dhagauuf.

NI'IMAA ILMOON GAARIIN QABDU
"ثمرة الولد الصالح"
Sheekul islaam ibn teeymiyyaa rabbi rahmata haa godhuufii akkana jedha
قال ابن تيمية :
ولا يزال الولد الصالح يستغفر لأبيه،حتى يُغفر له، ثم ترفع درجته في الجنة
ilmi gaariin abbaa isaatiif araarama kadhachuurraa hin deemu hanga rabbiin isaaf araaramee. eegasik sadarkaan isaa jannata keessatti isaaf olfuudhamutti
[شرح الوصية الصغرى- صـ١٣١]
📕sharhii wasiyuatu sughra fuula 131 irraa argachuu dandeessa📕
channel tana join godhi
hiriyyoota keetiifiis forward godhuu hin dagatin👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

🍃قال النبي ﷺ : "خيرُ يومٍ طلعت عليه الشمس يوم الجمعة فيه خُلق آدم وفيه أدخل الجنة وفيه أخرج منها ولا تقوم الساعة إلا في يوم الجمعة"
رواه مسلم 854
🎈Ergaman rabbii S.A.W akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jummaati, guyyan jumma guyyaa abbaan kenya aadam uumame, guyya jumma guyya abban kenya AADAM jannata seensifame, akkasuma guyya jummata jannata kessa baafame, ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e"
🍃 🍃 🍃🎋🎋🎋🎋
✏من سنن يوم الجمعة
✏Sunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.
1-الإغتسال
👉Qaama dhiqachu
2-التطيب
👉WAAN urgaawu dibatu(shitto)
3-لبس الجميل
👉Uffata qabnurra irra baareda uffatuu
4-التسوك
👉ilkaan suwaakatu
5-التبكير إلى المسجد
👉Ganamaan gara masjida dhufuu
6-قراءة سورة الكهف
👉Suratul-khahfi qara'u
7-الإكثار من الدعاء
👉DUA'II heddumessu
8-الصلاة على نبينا ﷺ
👉Nabiirratti salawaata buusu
▪▪▪▪
➖🍃➖➖➖➖

Kurna jannataan gammachiifaman
1.Abuu bakri assiddiiq
2.Umar ibnal khattab
3.Usmaan ibn affaan
4.Aliyyi ibn abii taalib
5.Abdurrahmaan ibn oowfi
6.Xalhatu ibn ubeeydillaah
7.Sa'ad ibn abii waqqaas
8.Saiid ibn zeeydi ibn amri ibn nufeeylii
9.Abaa ubeeydaatu ibnal jarraah
10.Zubeeyri ibnal awwaam
@isaan kun rabbiin hunda isaanii irraa haajaalatuu warra hadiisa tokko keessatti dubbattamani.
kanneen biraa jannataan hin gammachifaman jechuu miti.
kanneen biraatiis nijiru kan akka bilaal ,ukkaashaa,hasan fii huseen.
isaan warra ergamaan rabbi osoo lubbuun jiruu isaaniis osoo lubbuun jiranii dubbiin tun argamteedha.
رضيلله عن هم اجمعين
@HadithOfficial
forward godhuu hin dagatin

Ergamaan rabbii akkana jedhan
"isa lubbuun muhammad harka isaa jirtuun kakadhe osoo dilooytanii dilii samiifii dachii jidduu guuttu.
ergasii rabbii guddaa oltahaa araarama kadhattanii isiniif araarama....."
قال رسول الله #ﷺ:
• «والذي نَفْسُ مُحمّدٍ بيدِهِ، لَوْ أَخْطَأتُمْ حتى تَمْلأ خَطَاياكُمْ ما بَيْن السَّماءِ والأرضِ، ثُمَّ اسْتَغْفَرْتُم اللهَ عزَّ وجلَّ لَـغَفَرَ لَكُمْ..».
[السلسلة الصحيحة]
1.towbaa onneerraa dhufte tahuu qabdi siif qeebalamuuf
2.sharxii towbaa guutuu qabda.
3.dhugumaan keessa keetiin kadhadhu rabbin siif godhaadha.

BAL"INNI JANNATA HANGAMI?
Jibriil rabbirra hayyama fudhate jannatni hangam takka akka taate qiyaasuf(safaruuf ) jecha
Rabbin hayyama Isaaf kenne .
Bararuu eegalee jannata kessa
Jibriil qiyaasuudhaaf jecha.
Jibriil akkuma hadiisa kessatti dhufetti goflaa 600 qaba.
Akkasuma dandeeyti rabbin Isaaf kannerra samii torbanirra dachii dhufuuf hanga lipuu ijaa takka itti fudhata.
Fageenyi samiin takka fi taan jidduu Amna amata 500ti fknf samiin 1ffaa fi 2ffa jidduun amna amata 500ti.
3ffa fi 4ffaa. 5ffaa fi6ffas...
Fageenyi isaan jidduu jiru Hundinuu amna amata 500ti.
Jibriil kana bira kute samii torbanirraa dachii hanga lipuu ijatti dhufa.
Akka hadiisa kessatti dhufetti.
Jibriil rabbii gaafate jannata safaruuf ...
#jibriil jannata kessa hanga amata 300 takka ni naannawe.
Eegana ammaas dhaabbate rabbirraa hayyama fudhate
Akka amata 300 ka biraa naannawuf rabbin ni hayyameef
Hanga amata 900 jannata kessa naannawutti.
#eega amata 900 naannawe booda fooqii jannata kessa jirtu takkaa biratti dhaabbate,kaniifi huruul eyniin takka bira teeysuu.
Yaa jibriil maal dalaguu jirta jatten??
Jannaataan qiyaasu fadhe ja"en...!!
Yaa jibriil ifin cinqin jatteen eega dura bararuu eegalteerra ilaa ammaa mootummaa tiyya kessa jirta bar jatteen.
Ati eenyu Jaen??
Ani jaarti nama mu'umina tokkooti jatteen..!!
#bal"inni jibriil qaxxaamure San hundinuu dachii nama tokkoti.
Mu'uminni hundinuu akkasitti jannata kessaa dachii qaba.
Jannata San seenudhaaf ammaan tana dalagaa gaariidhaan daddafuu qabna.!!
Yaa Rabbi warra jannatarra nu godhi
t.me/HadithOfficial
Jibriil rabbirra hayyama fudhate jannatni hangam takka akka taate qiyaasuf(safaruuf ) jecha
Rabbin hayyama Isaaf kenne .
Bararuu eegalee jannata kessa
Jibriil qiyaasuudhaaf jecha.
Jibriil akkuma hadiisa kessatti dhufetti goflaa 600 qaba.
Akkasuma dandeeyti rabbin Isaaf kannerra samii torbanirra dachii dhufuuf hanga lipuu ijaa takka itti fudhata.
Fageenyi samiin takka fi taan jidduu Amna amata 500ti fknf samiin 1ffaa fi 2ffa jidduun amna amata 500ti.
3ffa fi 4ffaa. 5ffaa fi6ffas...
Fageenyi isaan jidduu jiru Hundinuu amna amata 500ti.
Jibriil kana bira kute samii torbanirraa dachii hanga lipuu ijatti dhufa.
Akka hadiisa kessatti dhufetti.
Jibriil rabbii gaafate jannata safaruuf ...
#jibriil jannata kessa hanga amata 300 takka ni naannawe.
Eegana ammaas dhaabbate rabbirraa hayyama fudhate
Akka amata 300 ka biraa naannawuf rabbin ni hayyameef
Hanga amata 900 jannata kessa naannawutti.
#eega amata 900 naannawe booda fooqii jannata kessa jirtu takkaa biratti dhaabbate,kaniifi huruul eyniin takka bira teeysuu.
Yaa jibriil maal dalaguu jirta jatten??
Jannaataan qiyaasu fadhe ja"en...!!
Yaa jibriil ifin cinqin jatteen eega dura bararuu eegalteerra ilaa ammaa mootummaa tiyya kessa jirta bar jatteen.
Ati eenyu Jaen??
Ani jaarti nama mu'umina tokkooti jatteen..!!
#bal"inni jibriil qaxxaamure San hundinuu dachii nama tokkoti.
Mu'uminni hundinuu akkasitti jannata kessaa dachii qaba.
Jannata San seenudhaaf ammaan tana dalagaa gaariidhaan daddafuu qabna.!!
Yaa Rabbi warra jannatarra nu godhi
t.me/HadithOfficial
KARAAN FAYYINAA KANA QOFA!
-
Share...Share...Share...waliif godhaa!
-
Sababoota gurguddoo Afuran armaan gadii kanaaf jecha karaan fayyiinaa ykn jannataa islaamummaan alatti gonkumayyuu, yoomiyyuu hin jirus, hin argamus.
.
✅1ffaa: Amantii Ilmi namaa hundi irratti dhalateedha.
.
Ilmi namaa dhalachuun, du'uun, Haxxifachuun, Hamamoochuun, Rafuun, Nyaachuu fi dhuguun, Guddachuun, dulloomuun Seera uumamaa kan inni jaalatuus jibbuus ittiin buluuf dirqamuu dha. Kanumaafi Rassuulli Keenya(صلى الله عليه وسلم) Amantiin islaamaa Amantii Uumamaa ta'uu akkana jechuudhaan nuuf ibsu:-
.
Imaam Muslim Kitaaba 040, Lakkoofsa 6853
Abu Hureeyiraa(ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻪ) irraa akka odeeffametti Ergamaan Rabbii(صلى الله عليه وسلم) akkana jedha:-
.
عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ، قَالَ: قَالَ النَّبِيُّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: «كُلُّ مَوْلُودٍ يُولَدُ عَلَى الفِطْرَةِ، فَأَبَوَاهُ يُهَوِّدَانِهِ، أَوْ يُنَصِّرَانِهِ، أَوْ يُمَجِّسَانِهِ….» رواه البخاري ومسلم وغيرهما.፤
.
«Daa'imni dhalatu kamiyyuu Fixraa (Islaamummaa) irratti malee hin dhalatu. Maatiin isaa garuu; Kiristiyaana Isa taasisu yookiin yahuudaa isa taasisu yookiin Warra Ibidda gabbaru isa taasisu malee...»[Bukhaarii fi Muslim]
.......
Kanumaan Wal qabatee Allaahnis Qur'aana irratti Akkana jedha:-
.
فَأَقِمْ وَجْهَكَ لِلدِّينِ حَنِيفًا ۚ فِطْرَتَ اللَّهِ الَّتِي فَطَرَ النَّاسَ عَلَيْهَا ۚ لَا تَبْدِيلَ لِخَلْقِ اللَّهِ ۚ ذَٰلِكَ الدِّينُ الْقَيِّمُ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ [٣٠:٣٠]
.
«(Yaa Muhammad!) Karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi. Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumees (qabadhaa). Uumaa Rabbii Jijjiiruun hin jiru. Santu amantii qajeelee dha. Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu.» (30:30)
.
✅2ffaa: Amantii Rabbiin Ilma namaatiif filatee, jaalatee dha.
.
الْيَوْمَ أَكْمَلْتُ لَكُمْ دِينَكُمْ وَأَتْمَمْتُ عَلَيْكُمْ نِعْمَتِي وَرَضِيتُ لَكُمُ الْإِسْلَامَ دِينًا
.
«Amantii keessan har’a isiniif guuteera, ni’imaawwan kiyyas isin irratti guuteera. Amantiis islaama isiniif jaaladheera.» (5:3)
---
✅3ffaa: Amantii takkittii Rabbi biratti fudhatama Qabduu dha.
.
إِنَّ الدِّينَ عِندَ اللَّهِ الْإِسْلَامُ
.
«Dhugumatti amantiin Rabbiin biratti (fudhatama qabu) Islaama qofa.» (3:19)
---
✅4ffaa: Amantii namni isii ala amantii biraa barbaade hoonga’uudha.
.
وَمَن يَبْتَغِ غَيْرَ الْإِسْلَامِ دِينًا فَلَن يُقْبَلَ مِنْهُ وَهُوَ فِي الْآخِرَةِ مِنَ الْخَاسِرِينَ [٣:٨٥]
.
«Namni Islaamaan alatti amantii barbaade isarraa hin qeebalamu. Aakhirattis inni warra hoonga’an irraayi.» (3:85)
.
Kanaafuu osoo aduun gara seenteen hin deebi'in yookiin immoo osoo lubbuun kokkee si hin ga'in gara islaamummaa koottuu cinqii addunyaatii fii azaaba aakhiraa irraayis bilisa of baasi. Islaamummaan ala fayyinni hin jiru. Dhugaan jirtu Kanuma hadhooytuus liqimsi, yoo siif liqimfamte immoo qoodi (share) godhi.
_
Obboleesaa Keessaan:-
...✍ Elias Mohammed
_
Barnootaa fii Gorsa Gara garaa argachuuf peejii kiyya kana 'like' godhaa na hordofaa.
Click and Like ➤➤ https://www.facebook.com/elias.muhmmed
❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
❤1