Golden Age
1.99K subscribers
275 photos
8 videos
151 files
518 links
Explore our channel for inspiring and motivating content, including speeches, videos, photos, and written pieces. Discover book reviews, future plans of rFIR, and join us on a journey of growth.
Youtube channel https://www.youtube.com/@GoldenAgerfir
Download Telegram
Hayyuun Islaamaa Ibn Alqayyim akkana jedhan:

Jechoota sadii  beektoleen Islaamaa durii barreessanii waliif erganii wal yaadachiisu turan. Osoo namni hunduu qalbii isaa irratti barreeffatee hanga qilleensa fudhatuun isii qara'ee gaariidha.

1. Nama keessa isaa tolfate Rabbiin gubbaa isaa ni tolcha.
❶ من أصلح سريرته أصلح الله علانيته.
2. Nama waan jidduu isaatiifi jidduu Rabbii tolche Rabbiin waan jidduu isaatiifi namootaa jiru ni tolcha.
❷ ومن أصلح ما بينه وبين الله أصلح الله مابينه وبين الناس.
3. Nama aakhiraa isaatiif hojjate Rabbiin cinqaa addunyaa isaaf deedisa.
❸ ومن عمل لأخرته كفاه الله مؤونة دنياه.

📚#المصدر: الرسالـة التبوكيـة (ص٩٢
Hayyuun Islaamaa Ibn Al-qayyim Al-Jowziin akkana jedhan:

Jechoota sadii beektoleen Islaamaa durii barreessanii waliif erganii wal yaadachiisu turan.

Osoo namni hunduu qalbii isaa irratti barreeffatee hanga qilleensa fudhatuun isii qara'ee gaariidha.

1️⃣ Nama keessa isaa tolfate Rabbiin gubbaa isaa ni tolcha.
❶ من أصلح سريرته أصلح الله علانيته.
2️⃣ Nama waan jidduu isaatiifi jidduu Rabbii tolche Rabbiin waan jidduu isaatiifi namootaa jiru ni tolcha.
❷ ومن أصلح ما بينه وبين الله أصلح الله مابينه وبين الناس.

3️⃣ Nama aakhiraa isaatiif hojjate Rabbiin cinqaa addunyaa isaaf deedisa.
❸ ومن عمل لأخرته كفاه الله مؤونة دنياه.

📚#المصدر: الرسالـة التبوكيـة (ص٩٢).

©️
https://t.me/GoldenAge2013