β
Liivarpuul yeroo amma kana leenjisaa haarawaa Arne Slot jalatti tapha bareedaa fi hawwataa nu daawwachiisa jiru kana ijaaruu keessatti qoodni leenjisaa jaallatamaa fi kabajamaa Liivarpuul duraanii kan tahan Yergaan Kiloopp baayyee guddaadha,kanaaf deeggartootni liivarpuul leenjisaa akkanatti Kilabaa ijaaree leenjisaa isa boodaa dhufuuf hojjii mana irraa xiqqeesse adeemuu isaatiif yeroo hundumaa galateeffachuu qabu.
Yeroo akkana jedhu Kilabichi waan hundumaa guuttatee ijaaramee jira jechuu kootii miti hanqinni jiru akkumaa jiruutti ta'e jechuu kootii.
β Leenjisaa dandeettii garee ijaaramee jiru kana sirriitti itti fayydamuu dandaβu fi tooftaa tapha Liivarpuul duraanii irratti yaadaa isaa itti dabaluun itti fufsiisuu barbaadani fiduu keessatti gahe hoji gaggeessaa FSG keessatti itti gaafatama dhimmoota kubbaa Miilaa kantahan yookaan immoo CEO Maayikeel Edwaards,fi daayreektarri ispoortii Liivarpuul kan ta'e Riichaard Hughes, dinqisiifannaa guddaa godhamuufi qaba akkasumas immoo yeroo hundumaa galateeffamuu qabu.
β Namoonni tokko leenjisaa Arne Isot Kilabaa ijaaramee jirutti dhufe jedhu dhugaadha,kana isaas ta'e nutis sirriitti amanamne jirra.
Haa ta'u malee akkaataan inni hanqinoota jirataniif furmaataa keessoodha itti barbaaddachuun itti fayyadamaa jiru fi taphattoota akka dhuunfaattis fooyyeessaa jiru akkasumas immoo akkaataa inni taphattoota itti madaqsuu dinqisiifachuu dhiisuun immoo gaarii ta'e nati hin muldhatuu.
β Leenjisaa Arne Islot jalqabiin isa gaarii te illee, ammallee qormaanni hedduu fuulduraa isaa akka jiru ni beekamaa ,ha ta'u malee Hanga amma arginetti jechuun taphoota dorgommii duraa(pre season) fi tapha idilee Piriimeerliigii Ingilaandi sadii irratti ilaalti immoo fuul-durii isa waan abdii qabu fakkaata.
Dhummarrattis immoo leenjisaan kun mallattoolee leenjisoota ciccimoo qaban akka qabu irraa ni muldhataa .
β Hanga ammatti gaariii jira gara fuul-duraatti akkam taha laata? Akksumaas immoo akkanumatti itti fufa moo tari ni rakkataa laata? gaaffiiwwaan kana fi kan kana fakkaataaniif yeroon kan nuuf deebisuu ta'a !!!!