Gaammee Media
2.54K subscribers
111 photos
3 videos
64 links
Join our Gaammee Media community for the
βœ… Latest news
βœ…Tech-Info
βœ…Education info

OwnerπŸ‘‰ @Bek_i
I write educational and Technology Informations.
Download Telegram
πŸ’Ž EARN TRONπŸ’Ž

β­• Namoota Gara bot kanaatti Affeeruudhaan Qarshii Hojjechuu dandeessu. Jalqabuuf link kana fayyadamaa.πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://t.me/gamee?start=ref_1263404935
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β­•Telegram MonetizationπŸ“± dhiheenya kana eegalame biyyoota shan akka hin hammanne🚫 beeksifameera.

Biyyoonni kunneenis:
▢️Raashiyaa
▢️Yukireen
▢️Palestine
▢️Israa'el
▢️Jarmanii yommuu ta'an sababni isaan dhorkamaniif sababa lola Raashiyaa fi Yukireen, Israa'elii fi Palestine gidduu tureen akka ta'e himama. Garuu waa'ee Jarmanii wanti jedhame hin jiru. Kana qofaas miti, lakkoofsa bilbila Jarmaniin 🀩Premium bitachuus hin dandeessan.

🟣Akkasumas akkuma beekamu Monetization Tab πŸ“± channel keessaniif jalqabsiisuuf subscribers 1000 ol qabaachuu fi subscribers walakkaa ol biyyoota armaan olitti tuqaman ala ta'uu qabu.

🟣 Biyyoota shanan kana keessatti beeksifni tokkollee hin agarsiifamu. Abbootiin chaanaalii biyyoota kanneen keessa jiranis miseensoota isaanii walakkaa ol biyyoota biroo irraa qabaachuu fi View isaaniis biyyoota biroo irraa ta'uu qaba. Kun ta'ee osoo jiruu abbootiin chaanaalii biyyoota shanan kana keessa jiran hanga sirraa'utti TonπŸ“± Withdraw Godhachuu akka hin dandeenyes ibsamee jira.


πŸ‘ Odeeffannoo dabalataa waa'ee Telegram Monetization yeroo gadhiifnu nu waliin ta'aa.
πŸ””@Gaammee_Media_Channel
πŸ””@GaammeeMedia
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β­• Namoonni Osoo NotcoinπŸ’Ž ittiin hin hojjetiin isin Jalaa bade Carraa Lammaffaa Isiniif dhufee jira.


πŸ”” Tap swap jedhama Akkuma Notcoin tap tap goochuuni fi Task hojjechuun point sassaabbattu.

πŸ“Š Ammuma Jalqabaa osoo isin Hin darbiin.

▢️https://t.me/tapswap_bot?start=r_1263404935
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ’°USDT fi πŸ’°TRX online hojjettanii argattan gurguruuπŸ’΅ barbaadduu?


β­• Min : 1 USDT πŸ’°
β­•Min: 1 TrxπŸ’°
β­•Max : 150 USDTπŸ’°
β­•Max : 1300 TRXπŸ’°

🀩Karaa @BEK_I na dubbisaa gatii Madaalawaadhaan bitna.

🀩 Waa'ee amanamummaa Keenyaa hin yaadda'iinaa.

⚠️ Namoota Gowwoomsaaf fi yeroo gubuuf dhufaniif yeroo hin qabnu.

Karaalee Kaffaltii πŸ˜€
▢️ Telebirr
▢️ CBE
▢️ Awash Bank
▢️ Oromia bank
▢️ Cooperative bank of Oromia
▢️ Bank Of Abyssinia
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
✳️Xiyyaara Airbus A380 Superjumbo kan zayita nyaataa akka boba'aatti fayyadamee balali'e❗️

πŸ”Ί Xiyyaarri guddichi addunyaa "Airbus A380 Superjumbo" jedhamu Zayitii nyaata bilcheessuun akka boba'aatti fayyadamuun magaalota Faransaay Tuuloos fi Nice gidduutti balalii sa'aatii sadii milkaa'aa taasiseera.

πŸ”Ί Xiyyaarri Airbus A380 superjumbo boba'aa aviyeeshinii itti fufiinsa qabu 100% zayita nyaata bilcheessuun akka balali'u kan jalqabaa ta'uun himama; Xiyyaaronni Eerbaasii kanneen biroo waggaa darbe keessa balalii milkaa'aa 3 taasisaniiru.

πŸ”Ί Boba'aan zayita nyaataa haaraan kun gadi lakkifamuu kaarboonii dhibbeentaa 80n hir'isa jedhamee eegama; Zayitii nyaata bilcheessuuf fayyadame, coomaa fi midhaan hin nyaatamne irraa akka hojjetame himama.

πŸ”Ί Waldaan Geejjibaa Qilleensaa Idil-addunyaa (IATA) akka beeksisetti boba’aan aviyeeshinii itti fufiinsa qabu gadi lakkifamuu kaarboonii hir’isuuf ga’ee dhibbeentaa 65 qaba. Waldichi bara 2050tti damee geejjibaa qilleensaa keessatti gadi lakkifamuu kaarboonii gara zeerootti geessuuf karoora qabame galmaan ga’uuf kan gargaaru ta’uu beeksiseera.

πŸ”ΊAkka Eerbaasitti yeroo ammaa xiyyaaronni isaa hundinuu boba'aa aviyeeshinii itti fufiinsa qabu hanga dhibbeentaa 50, jechuunis boba'aa idilee keeroosiinii waliin makameen akka balali'an ragaa isaan dandeessisu argataniiru.
#Tech_News


🟩 | @Gaammee_Media_channel
πŸ”°Airdrop Haaraa Notcoin Faana Walfakkaatu.

Start Goochuun Ammuma Jalqabaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://t.me/getcapybot/now?startapp=MTI2MzQwNDkzNXxlYjgwNzlmNS03ZWNkLTRmYzctYTI4Ny1lODhmY2UxYWY0YjY=
Get ready for the biggest GameFi launch of 2024 πŸš€

πŸ”₯Launch: Raydium - 1800 UTC April 16 

🚨Less than 14 hours remain until listing on Raydium🚨

Solcraft is prepared to dominate the web3 gaming scene with their innovative integration of the Solana Blockchain-based $SOFT token ⚑

What to expect?
βœ…Cryptos Biggest Influencers 
βœ…Listings and trendings on top crypto hubs
βœ…Tier 1 Article & Media Publications
βœ…Partnerships With Industry Leading P2E Platforms & Communities

The Solcraft server & leaderboards are live!  Experinece web3 gaming like never before and earn real rewards backed by real liquidity.  Secure your $SOFT bag and prepare for an epic adventure πŸ‘‡

Website TG Community
Twitter
Ethio Telecom kaleessa tajaajila telebirr haaraa daataa intarneetii malee birri zeeroodhaan chat gochuu dandeenyu jalqabeera.

Tajaajilli Telebirr engage jedhu kana namni kamiyyuu application Telebir update gochuun fayyadamuu ni danda'a.

Tajaajila kanaan, dhimma hawaasummaa isaanii barreeffama, suuraa, sagalee, viidiyoo, fi faayilaan qooddachuu danda'u, akkasumas marii dhuunfaa fi garee gochuu, gaaffii hiriyummaa erguu fi fudhachuu, maallaqa gaafachuu , bakka jirtan erguuf nu dandeessisa (location sharing). Walumaagalatti, amaloota miidiyaa hawaasaa kamiyyuu irratti argachuu dandeenyu arganna.

Sagantaa Hoteela Skylight tt qopheesse irrattis tajaajiloonni ajaa'ibsiisoo biroo ifoomaniiru.

Yeroo garee uumnu, feature shamo jedhamu kan haaraa bashannansiisaa ta'e kan akka filannoo keenyaatti miseensota garee sanaaf maallaqa akka carraa raabsinu nu gargaaru dhiyaateera.

Kana malees, waltajjiin salphaan developers mini-app mataa isaanii akka uumuuf kan dhiyaate yoo ta'u, maal akka itti aanu odeeffannoo bal'aa isiniif kenna.



✍️Hub: Telebirr saantima malee hojjeta. Tarii yoo tokko tokko keessaniif hin hojjenne ta'e clear cache goochuun ykn uninstall godhaa deebi'aa install godhaa irra deebi'aa yaalaa.


@Gaammee_Media_Channel
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
The number one gaming platform on Telegram, GAMEE, has launched the $LOOT token mining. πŸš€

Start mining πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

https://t.me/Gamee?start=ref_1263404935

The mining of coins will last for 7 days in total. Make sure to claim yours; I recommend not missing out on this opportunity.

https://t.me/Gamee?start=ref_1263404935
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β­•Akkuma Beektan Waggoota sadan Darbaniif Chaanaalii πŸ“±Gaammee Media irratti Odeeffannoo TeeknooloojiiπŸ§‘β€πŸ’» fi maloota Online QarshiiπŸ’² ittiin hojjettan Isiniif gadhiisaa turuun Keenya ni yaadatama. Dabalataanis Gaaffiilee badhaasa qaban qopheessuun akka badhaasaa turre hundumtuu ni yaadattu.

🟣Haa Ta'u malee Channel keenya Subscriber 7.5k ol qabu ture rakkoo nu muudateen to'annoo Keenya jalaa waan baheef kana booda karaa channel kanaa kan isiniif qopheessinu ta'a.


@Gaammee_Media_Channel
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Airdroppiiwwan yeroo ammaa Hojiirra Jiran
1️⃣. Tapswap βœ…: Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1263404935

2️⃣. Catizens: bot kana irratti erga galmooftanii booda adurreewwan isinitti agarsiifaman kanneen bifa/level walfakkaataa qaban walitti fiduun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Link πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=r_639_1697664

3️⃣. Avacoin : Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=1e5717b3900e19c701be


4️⃣. Gamee loot Mining βœ…:
▢️Marsaa lammaffaaf kan adeemsifamaa jiru yeroo Ta'u gara bot deemuun Start mining kan jedhu tuqxanii hamma humni mine goochuu keessanii xumuuramutti baatanii waan biraa Fayyadamuu dandeessu. Sa'aatii muraasa booda yeroo humni mine goochuu keessanii yeroo deebi'u ammas restart mining jechuun mine goochuu eegalchiisuu dandeessu. Link πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/gamee?start=ref_1263404935


5️⃣. BBQ Coin Bot
▢️List Ta'uuf Guyyoota Qubaan lakkaawwaman qpfatu hafa. Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/BBQCoin_bot?start=rp_9000903_1263404935

6️⃣. Dotcoin bot
▢️Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/dotcoin_bot?start=r_1263404935

7️⃣. Capybara bot
▢️ Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Illeettii achirratti Isiniif dhuftu Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link πŸ‘‡πŸ‘‡
CAPYBARA BOT LINK




@Gaammee_Media_Channel
@Gaammee_Media_Channel
@Gaammee_Media_Channel

β­•Waanti Gaaffii isinitti Ta'u yoo jiraate comment irratti Nuuf barreessaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ’¬ Telegram Irratti Member Channel keessanii yookaan Group Keessanii Bot kana Fayyadamuun Baay'ifachuu Dandeessu.

1️⃣ Jalqaba Bot Kana Start godhaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://t.me/FreeTelegramMemeberBot?start=user3051821

2️⃣ Channel siniif fidu hunda Join Godhaa
3️⃣ Akkuma Galtaniin Bonus kan jedhu tuquun Bonus 🎁 fudhadhaa.

4️⃣ Refer Kan jedhu tuquun Link keessaniin Namoota affeeruun Nama tokkotti Member 20 argadhaa.

5️⃣ Yeroo Member 100 geessan Link Keessan Galchuun Channel yookaan Group tti Dabalachuu dandeessu.


Gaaffiin Yoo jiraate @Gaammee_Media_Channel irratti nu gaafadhaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from the noton
✍️Binance - Listing 16 may, 12:00 UTC: https://www.binance.com/en/support/announcement/

✍️ByBit - Listing 16 may, 12 PM UTC: https://announcements.bybit.com/en/

✍️OKX - Listing 16 may, 12 PM: https://www.okx.com/ru/help/okx-to-list-notcoin-not-for-spot-trading

✍️Notcoin Pre-Market on KuCoin - Start 10 may, 7:00 AM UTC: https://www.kucoin.com/announcement/en-notcoin

πŸŽ₯Notcoin Pre-Market On Gate.io - https://www.gate.io/ru/pre-market/NOT
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gaammee Media
Photo
Guyyaa notcoin List itti Ta'u beekamee jira.
Forwarded from Gaammee Media 1 (BEKI CHE)
✈️ Bot Blum jedhamu kun Verify ta'eera.

βœ… Garaagarummaa Sa'aatii 8'n galtanii Claim goochuu dandeessu.

βœ… Task garagaraas waan qabuuf hojjechuu dandeessu.

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_AUF2HrL7dc
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ’Ž Notcoin goes live on Wallet tomorrow!

The rollout of Notcoin will happen in two stages:

β–ͺ️Starting May 16, all Wallet users can send Notcoin to their Telegram contacts for free, top up their balances, and exchange NOT in pairs with TON, USDt, and BTC.

β–ͺ️On May 17, Notcoin will be added to the P2P Market. You'll also be able to purchase NOT using a bank card, withdraw (for example, to TON Space), and use it for payments in Wallet Pay!

We will launch a special bonus campaign exclusively for all Notcoin holders soon. More details will follow; stay tuned!

@Gaammee_Media_Channel
@Gaammee_Media_Channel
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM