Biology, Economics and Aptitude answer's
👍4
Barsiisotaa m/b keennaa hundaaf,
Sagantaa Qortoota Qorumsa Xummuraa gaafa guyyaa 21/09/2018 tiif bahee kana ilaallattanii, barsiisaan rammaddiin kennameef kamuu dhuftanii akka qortan kabajaan isin beeksifna.

❤4
Forwarded from Sara Huka
Shalaka JA SSS Sample_Correction_Format.xlsx
16 KB
Barattootni dogongora qubee fi jijjiirraa maqaa qabdan kanneen maqaan keessan armaan oliitti tarreeffame keessaa barattootni maqaan keessan armaan gadiitti barreeffame hanga bori ganamaatti jechuun Caamsaa 21/2018 tti ragaa jijjiirraa maqaa keessanii ibsuu Mana Murtii irraa akka fidattan cimsinee isin beeksifna. 1. Barataa Tushaa Garbicha Haphichaa fi 2. Dabboo Boruu Jaldeessaa
❤5😱2
Beeksisa Ariifachiisaa;
Caamsaa, 25/2018
Barataa Tushaa Garbicha Haphichaafi Barattuu Dabboo Boruu Jaldeessaa dogongora jijjiirraa maqaa gaafattanii turtaniif ragaa mana murtii irraa akka dhiyeeffattan isin gaafannee turre hanga har'aatti fidachuu waan hin danda'aniif, dogongorii maqaa keessan sirraa'uu waan hin danda'iniif, rakkoo booda dhuftu kamiifuu m/b kan Itti hin gaafatamne ta'uu isaa irra deebinee isin beeksifna.
Hub: Barattoota kanneen namii beettan ergaa kana biraan nuu gaha.

Qajeelfamoota Dorgommii Qortoota Qorumsa Biyyoolessaa kutaa 12ffaa kan ilaalladhaa.
Barattoota kutaa 12ffaa Hundaaf
1. Gaafa guyyaa 29/09/2018 irraa eegalee Tutorial class waan itti fufuuf harcaatii tokko malee akka argamtanii barattan m/b cimsinee isan beeksisa.
2. Qorumsii Herregaa (Maths Model) gaafa guyyaa 3/10/2018 waan kennamuuf akka itti qophooftan isin beeksifna.

Barsiisotaa m/b keennaa hundaaf
Manii Barumsaa Qortoota Qorumsa Naannoo(Ministry) dorgomsiisuu waan barbaaduuf gaafa guyyaa Caamsaa 28/2018 Ganama hanga sa'aatii 6:00 tti iyyata; Tajaajila, madaallii fi muuxannoo hojii keessan ibsu kutaalee bulchiinsaa 3ffaa fi 4ffaa tti akka dhiyeeffattan isin beeksifna.

❤2
Barattoota kutaa 12ffaa Hundaaf
Link shaakallii adda citee ture waan gadi dhiifameef, link armaan gadiitiin seentanii akka Shaakaltan isan beeksifna.
http://mock1.ethernet.edu.et

❤6