Freshman Course
11.4K subscribers
145 photos
2 videos
1.24K files
569 links
Freshman Module and Different University's freshman mid and final exam with their answers.
Buy adsπŸ‘‡
https://telega.io/c/Freshmancourse11

Join us
https://t.me/Freshmancourse11
https://t.me/Freshmancourse11

Join and Share
⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐
Download Telegram
Forwarded from Ifa Boru Boarding School
#Oduu_Ammee!
Firiin Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ibsame.

BBO - Hagayya 16/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoomse.
Haaluma kanaan, bara 2018, akka waliigalaatti barattoonni 550,201 qormaata Kutaa 12ffaa fudhatan.
Kanneen qormaata darban 70,544 (12.82%)

Oromiyaa keessatti, barattoota qormaata fudhatan keessaa 20,877 (10.53%) qormaata darbaniiru.

#Manneen_barnootaa_barattoota_isaanii_100% dabarsan:
- Biyyaalessaa: 88
- Oromiyaa: 37

#Qabxii_olaanaa_biyyaalessaa:
- Damee Barnootaa Saayinsii Uumamaa (#Natural_Science): 591 – Mana Barnootaa #Bultii_Addaa_WMO_Adaamaa irraa yoo ta'u,

- Damee Barnootaa Saayinsii Hawaasaa (#Social_Science) 576 – Mana Barnootaa Ifa Boruu #Bultii_Addaa_Dodolaa irraa ta'uun beekameera.

Qabxii 'Remedial 'kan argatan ilaalchisee odeeffannoon bal’aan fuula dura ibsama.

#Liinkii ittiin Qabxii Ilaallattan Akkuma Gad-dhiifameen Isin Biraan Geenya!

https://t.me/IfaBoruBoardingss
https://t.me/IfaBoruBoardingss
❀2
Yeroon Qabxiin Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu Nu Dhaqqabeera!

Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudhattan hundi, har'a galgala sa'aatii 1:00 irraa eegaltanii qabxii keessan ofiin ilaallachuu akka dandeessan isin beeksifna.

Dabalataanis, barataan qabxii isaa ilaallatee komii ykn gaaffii qabu kamiyyuu qaamaan iddoo tokkoyyuu deemuu osoo hin barbaachisin, marsariitii dhimma kanaaf addatti qophaa'e fayyadamuun iyyata isaa dhiyeessuu akka danda'u ifoomeera.

Komii kana dhiyeessuufis har'a irraa eegalee hanga Hagayya 26 waaree booda sa'aatii 10:00tti qofa yeroon kan kenname yoo ta'u, deebii iyyata keessaniis achuma marsariiticha irratti hordofuu akka dandeessan mirkanaa'eera.

Kanaafuu, barattoonnii fi maatiin barattootaa filannoowwan sirrii nuti asii gaditti isiniif dhiyeessine qofa fayyadamuun qabxii keessan haala salphaan akka ilaallattan isin gorsina.


Filannoowwan sirrii qabxii ittiin ilaallattan:
πŸ“Œ Marsariitii (Website): https://result.eaes.et
πŸ“Œ Telegiraamii (Telegram): https://result.eaes.et/telegram
πŸ“Œ Ergaa Gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms
πŸ“Œ Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint


πŸ”—@EntranceExamInfo ⭐
πŸ“Ž@EntranceExamInfo⭐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀2
Forwarded from Ifa Boru Boarding School
🟒Oduu ammee

Qormaannii kutaa 12ffaa Gad dhiifameera ammaa jalqabdanii qabxii keessan ilaallachuu dandeessu!

πŸ”ΉWebsiteπŸ‘‡
πŸ”— https://result.eaes.et

πŸ”ΉTelegram bot πŸ‘‡
πŸ”— https://t.me/EAESbot

πŸ”Ή Ergaa Gabaabaa (SMS):
πŸ”— https://result.eaes.et/sms

πŸ”ΉKomii dhiyeessuuf (Complaints):
πŸ”— https://result.eaes.et/complaint
Yunivarsiitiin Finfinnee Barattoota Haaraa Bara 2019'f Simachuuf Galmee Eegale!

Yunivarsiitiin Finfinnee sagantaa barnootaa idilee (iskoolaarshiippii mootummaa fi kaffaltii dhuunfaatiin), akkasumas sagantaa galgalaa fi walitti fufaatiin (extension) barattoota haaraa digirii jalqabaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) simatee barsiisuu akka barbaadu beeksiseera.

Ulaagaaleen galmee kanaaf taa'an, barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015, 2016, 2017 fi 2018 (A.L.I) fudhatanii qabxii seensa yunivarsiitii fidan, ykn immoo barnoota sadarkaa 4ffaa (Level 4) xumuranii madaallii gahumsaa (COC) darban kan hammatuudha. Barattoonni galmaa'an hundi Qormaata Seensa Yunivarsiitii Finfinnee (UAT - University Admission Test) kan fudhatan ta'uun isaa ibsameera.

Yeroon galmee karaa toora interneetii (Online) eegaleera; kan turus hanga Hagayya 29, 2018 (A.L.I) qofa akka ta'e hubachiifameera. Qormaanni seensaa (UAT) Qaam'ee 02 hanga 04, 2018 (A.L.I) gidduutti kan kennamu ta'a. Kanaafuu, barattoonni ulaagaa kana guuttan marsariitii dhiyaate (https://admission.aau.edu.et) fayyadamuun yeroon akka galmooftan hubachiifameera.
Yuunivarsiitiin Saayinsii fi Teknoloojii Adaamaa (ASTU) galmee Waxabajjii 25-Phaaqumee 03/2018'tti tahuu ifoomseera.
πŸ‘3
Forwarded from AMU TECH
Airdrop haaraa
67 jedhama Airdrop gatii guddaa baasu jedhamee eegamaa jira. Hundeessaan Telegram @monk hojii kana duuba jiru. Booda gaabbuu irra amma hojjechuu yoo jalqabdan isiniif wayya.

JalqabuufπŸ‘‡
https://telegram.me/sixsevenclub_bot/app?startapp=ref_26e83b11


https://t.me/AmuTechn
https://t.me/AmuTechn
Forwarded from AMU TECH (Eagle)
πŸ’² Qarshii karaa online hojjechuu warri barbaaddan qofaaf


Yoo Telegram irratti Active taatan guyyaatti Qarshii 500+ hojjettanii karaa Telebirr yookaan karaa CBE Withdraw goochuu dandeessu.

Step kana sirnaan hordofaa

1️⃣ Bot kanaa gaditti argitan Start godhaa

https://t.me/Fana_Ads_bot?start=6dda1192

2️⃣ Channel warra siniif dhufan tokko tokkoon Join goochuun Verify membership kan jedhu tuqaa

3️⃣ Yoo channel qabaattaniifi kaayyoon keessan qarshii argachuu ta'e I want to Earn Money kan jedhu tuqaa.

4️⃣ Bilbila keessan Verify Godhaa.

5️⃣ Channel yoo qabaattan My channels jala seenuun Add godhachuu dandeessu.

https://t.me/Fana_Ads_bot?start=6dda1192

βœ… Step kanneen sirnaan yoo xumuurtan akka xumuurtaniin Qarshii 1 ETB akka bonus tti siniif kennama.


πŸ‘± Nama tokko yeroo affeertan Qarshii 1 ETB siniif laatama.βœ…

https://t.me/Fana_Ads_bot?start=6dda1192

πŸ”—https://t.me/AmuTechn ⭐
πŸ”—https://t.me/AmuTechn ⭐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ“’ Galmee Qormaata Seensa Barnoota Digirii Jalqabaa (Undergraduate) Yuunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknooloojii Bara 2019

Yuunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa (ASTU) fi Yuunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee (AASTU), barattoota Saayinsii Uumamaa (Natural Science) bara 2018tti qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii 50% fi isaa ol galmeessan, qormaata seensaa online kennuun bara 2019tti simachuu barbaadu.

πŸŽ“ Gosoota barnootaa:

- Applied Science fi
- Engineering

πŸ“š Tarreeffama dameewwan barnootaa πŸ‘‡
https://www.facebook.com/share/p/19EMVmakWg/
ykn
https://www.facebook.com/share/p/18zZo4rxUj/

πŸ—“ Yeroo Galmee:
Hagayya 25 irraa eegalee hanga Qaammee 03/2018 galgala keessaa sa'aatii 6:00tti.

🌐 Bakka Galmee:

Ulaagaa galmee kan guuttan yoo ta'e, online 'dhaan karaa:
https://stuoexam.astu.edu.et

ykn

www.aastu.edu.et
www.astu.edu.et
fayyadamuudhaan galmaa'uu dandeessu.

πŸ“Œ Guyyaa Qormaataa:
Guyyaan qormaataa yeroon galmee erga xumuramee booda beeksifama.

πŸ“ Bakka Qormaataa:
Yeroo galmooftan buufata qormaataa (exam center) filattanitti, qaamaan argamuun qormaata fudhattu.

⚠️ Buufata qormaataa tokko irratti lakkoofsi iyyattootaa gahaa yoo hin jiraanne, buufatichi gara buufata qormaataa isa itti dhihoo jirutti jijjiiramuu danda'a.

πŸ”” Qophii Qormaataa:
Yuunivarsiitiiwwan kunniin barattoonni dursanii barnoota qormaata seensaa irratti kennamurratti Akka qophaa'an  gorsu. Isaanis:

🧬 Biology
πŸ§ͺ Chemistry
⚑ Physics
πŸ“ Mathematics
πŸ“– English

Barnoota kutaa 9ffaa hanga 12ffaatti jiran irratti xiyyeeffachuun qophaa'aa.

πŸ“„ Yeroo qormaataaf dhuftan:

1. Bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018
2. Kaardii admission qormaataa (ykn eenyummaa/ID)
3. Kooppii ragaa mirkaneessaa galmee

qabachuun isin irraa eegama.

πŸ“’ Barattootni ulaagaa kana guuttan hundi yeroon galmee osoo hin dhumin dura galmaa'aa!

https://t.me/Freshmancourse11
https://t.me/Freshmancourse11
❀1
Carraa 'Iskoolaarshiippii Pirezidaantummaa' Addaa Yunivarsiitii Finfinnee!

Yunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa 2019 barattoota ciccimoodhaaf carraa barumsa bilisaa addaa, 'Iskoolaarshiippii Pirezidaantummaa' (Presidential Scholarship) iddoo 200 qopheessuu isaa ifoomseera.

Carraa kanaaf kan dorgomuu danda'an barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatanii qabxii 500 fi isaa ol galmeessan, ulaagaalee biroo taa'an guutanii fi qormaata seensaa yunivarsiitichaa (UAT) gahumsaan darban qofa akka ta'e ibsameera. Barattoonni carraa addaa kana argatan sagantaalee digirii jalqabaa kolleejjota yunivarsiitichaa torbaa fi Mana Barumsaa Seeraa jalatti ramadamanii kan baratan ta'a.

Faayidaaleen iskoolaarshiippii kanaa barnoota guutummaatti bilisa ta'e, kaffaltii maallaqa harkaa madaalawaa ta'ee fi deeggarsaa fi leenjii dabalataa dhaabbileen michuu ta'an waliin kennamu kan of keessatti hammatuudha. Akkasumas, barattoonni kunniin gara fuulduraatti carraa barnoota digirii lammaffaa (Masters) fi sadaffaa (PhD) yunivarsiitichuma keessatti bilisaan kan argatan ta'uu eereera. Haa ta'u malee, barattoonni carraa kanatti itti fufiinsaan fayyadamuuf, semisteera hundatti qabxii waliigalaa (CGPA) 3.50 fi isaa ol fiduu kan qabanii fi damee barnootaa itti ramadaman irratti itti fufuun dirqama isaaniiti.

Akkuma kanaan dura gabaasnee turre, galmeen barattoota haaraa sagantaa digirii jalqabaa bara 2019 hanga Hagayya 29, 2018 qofa kan turu waan ta'eef, barattoonni ulaagaa kana guuttan daftanii akka galmooftan hubachiifameera.

Odeeffannoo dabalataaf liinkii asii gadii kana tuquun ilaaluu ni dandeessu:
πŸ‘‰ https://admission.aau.edu.et/UGAnnouncements

https://t.me/Freshmancourse11
https://t.me/Freshmancourse11
❀1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️

πŸŽ“ WELCOME TO COMET ACADEMY πŸš€

COMET ACADEMY is an educational platform created to help students understand difficult topics, strengthen their knowledge, and prepare confidently for exams.

😎 What you’ll find on our YouTube channel:
βœ… Exam-focused questions
βœ…MCQs with answers and detailed explanations
βœ… Step-by-step problem solving
βœ… Important concepts & formulas
βœ… Practice tests and revision videos
βœ… Tips to improve your exam performance

🏹 Our goal is simple: make learning easier, clearer, and more effective.

🎬 Subscribe to COMET ACADEMY on YouTube⭕️ and learn with us!

😎 Telegram 😎 YouTube

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️— Learn Today, Succeed Tomorrow. πŸš€πŸ“š
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀2
#Placement

πŸ“’ BEEKSISA

Barattoota bara 2018 A.L.I. qormaata biyyoolessaa xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) fudhattanii fi qabxii seensa yuunivarsiitii galmeessitan hundaaf:

🧳 Filannoo Yuunivarsiitii fi damee barnootaa keessanii Hagayya 28, 2018 A.L.I. irraa eegalee hanga Qaammee 5, 2018 A.L.I. tti, linkii armaan gadii fayyadamuun, gara mana barumsaa osoo hin deemin, bakka jirtanitti ofuma keessaniin guutuun filannoo keessan akka galchitan isin beeksifna.

β­• Linkii:
https://student.ethernet.edu.et/

⚠️ YAADACHIISA:

Barattoonni sababoota armaan gadii keessaa tokko isaan ilaallatu, ragaa seeraa barbaachisaa ta’e walqabsiisuu qabu:

πŸ”Ή Sababa yaalaa/haala fayyaa
πŸ”Ή Qaama miidhamummaa
πŸ”Ή Lakkuuwwan saala wal fakkaataa qaban (identical twins)
πŸ”Ή Haadholii daa’ima ji’a 6 gadi ta’e hoosisan

πŸ›οΈ Ministeera Barnootaa

https://t.me/Freshmancourse11
https://t.me/Freshmancourse11
❀3
πŸ“’ Beeksisa Guyyaa Qormaata Seensaa Yunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii

Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknooloojii qormaati seensaa bara barnootaa 2019 A.L.I. Qaammee 04/2018 A.L.I. akka kennamu ibsan.

Bara 2019 A.L.I.tti Yunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa fi Yunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee keessatti dameewwan barnootaa Applied Science fi Engineering irratti qormaata seensaa fudhachuuf online irratti kan galmooftan iyyattoonni, qormaati seensaa Qaammee 04/2018 A.L.I. akka kennamu ibsameera.

Kanaafuu, warri iyyattan hundi buufata qormaataa filattanitti qaamaan argamuun qormaata fudhachuu akka dandeessan yunivarsiitiiwwan lamaan beeksisaniiru.

⏰ Qoramtoonni Guyyaa qormaataa ganama sa'aatii 1:00tti buufatawwan qormaataatti argamuun isin irraa eegama.

πŸ“΅ Bilbila harkaa fi meeshaalee elektirooniksii kamiyyuu qabatanii gara buufata qormaataa seenuun dhorkaadha.

πŸ“„ Yeroo qormaataaf dhuftan, wantoota armaan gadii qabachuun isin irraa eegama:

1. Bu'aa Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara 2018 A.L.I.
2. Kaardii Admission
3. Koppii ragaa galmee (Registration Confirmation)

⚠️ Iyyattoonni qormaata seensaa kana darban, ramaddii yunivarsiitii Ministeera Barnootaatiin gaggeeffamu keessatti hin hammataman.

https://t.me/Freshmancourse11
https://t.me/Freshmancourse11
❀1
❀1