Future Generation Hope Secondary School Ambo Branch
1.73K subscribers
392 photos
18 videos
220 files
14 links
2012
Download Telegram
leenjii barsiisotaaf adeemsa baruu fi barsiisuu irratti akka Damee Ambootti kennamaa jirudha.
Guyyaa 10/1/2017
Barattoota mana barumsa keenyaa Maraaf
”"""""""'"''@@@"""""""""
Barnoonni idilee guyyaa 13/1/2017(Wiixata) irraa eegalee guyyaa guutuu waan taheef laaqana keessan qabattanii akka argamtan cimsinee isin beeksifna.
Deeggarsa kitaaba barataa nuuf gootaniif waajirri barnoota bulchiinsa magaalaa Amboo Galata guddaa qabdu.
@@@##@@@
Guyyaa 15/1/2017
Barattoota mana Barumsa Keenyaa Hundaaf
Baga jalabultii ayyaana masqalaatiin isin gahe jechaa kamisa borii (16/1/2017) barnoonni hanga sa'aa 6 qofatti Kan kennamu waan taheef laaqana qabattanii dhufuun isin hin barbaachisu.