Chaayinaan dhukaasa haaraa maayikirooweevii jedhamu uumte.dhukaasni kuni osoo adda hin kutiin si'a 10000 dhukaasuun battalatti diroonii fi saatalayitii dhabamsiisa!
React kessaan jalala nuuf qabdan mullisaa yomiyyu nurra adda bahina👍❤️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤70👍19😁9😍8👏4😘3🤣1
Qorannoo haaran akka ibsutti maastikaa alanfachuun pilaastikoonni xixiqqoon ijaan hin mul'anne qaama keenya keessatti kuufamuun akka dhibee nu qabsiisaan godha!
React kessaan jalala nuuf qabdan mullisaa yomiyyu nurra adda bahina👍❤️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍68❤46🙉12😍9👏7😁4😘4🔥3
#Chaayinaa!
Teeknokloojiin waraanaa gara fuulduratti tarkaanfachaa jira.
Chaayinaan gosa diroonii haaraa akkuma #simbirroo fakkaatuu fi balali'u hojjettee jirti.
Dirooniin simbirroo fakkaatan kun baallee isaanii raasuu fi ergama dhoksaa fi sirrii taʼeef meeshaalee waraanaa xixiqqoo illee baatanii deemuu dandaʼu.
Teeknooloojiin uumama irraa ilaalee maashinii ismaartii akkasii uumuun isaa nama ajaa'iba.
React kessaan jalala nuuf qabdan mullisaa yomiyyu nurra adda bahina👍❤️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍70❤49😍9🔥5🤣3👏1
Dubartiin midhagduu addunyaa kana jedhamtuu Moonaliizaan nyaara akka hin qabne meqaan kessantuu beekaa laata
React kessaan jalala nuuf qabdan mullisaa yomiyyu nurra adda bahina👍❤️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤116😁46👍31😘25🙏11😍8💯7👏2🙊1
Kanammoo Dhagessanii laata? Ameerikaa keessatti namichi kun “yakka guddaa hojjeteera”, jechuun poolisiin biyyatti suuraa jalqaba irraa jiru kana maxxansee barbaachisaa osoo jiru.
Namichumti barbaadamu sun, suuraan koo isin ittin na barbaaddan nii fokkisa jechuudhaan, suuraa isaa lammaffaa irra jiru kana konkolaataa isaa keessatti selfie 🤳 ka’uun poolisiitti erge.🤣🙈
Poolisiinis, battaluma sanatti suuraa inni itti ergee sana fayyadamuudhaan to’annoo jala oolche. Maal yaadeetuudha garuu? ajaa'ibaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😁89❤44🤣12👍10👏4😘4💯3
✅ Kana Dhageessanii ?
Kooriyaa Kaabaatti guuyyaa 10f Namni kolfe du'aan Akka adabamuu himame.
Kunis Pirezidaantiin Kooriyaa Kaabaa yaadannoo waggaa 10ffaa du'a abbaa isaa kabajuuf guyyaa 10f namni akka hin kolfine waan jedhameef Akka ta'e ibsame.
Haaluma kanaan Namni osoo kolfuu qabame murtiin du'aa itti murtaa'aa jedhame.
React kessaan jalala nuuf qabdan mullisaa yomiyyu nurra adda bahina👍❤️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 | @Kana_Beektuu1

😁76❤47👍14😘8😢5🔥4💯4🌚2😇1
✅ Kana beektuu 🙉
Ilmooleen qurxummii Shark jedhamaan osoo hin dhalatiin dura Gadameessa haadha isaani keessatti Kan Wal nyaatan yoo tahu, Kan nyaatuus isa cimaa fi isaa hundaa irra jabaa tahe akka tahe qoratonni Dubataniruu😳

❤42👍12😁8😍5🙊3🔥1
KANA BEEKTUU ❓
Bara giddu galeessaa keessa, loltuun waraanaaf osoo hin seenin dura haadha warraa isaanii irratti bifa paanti kan fakkaatu sibiilaa irraa kan hojjetamee itti kaahanii deemuu...
Kaayyoon gocha kanaa bakka abbaan warraa isaanii hin jirretti amanamummaa dubartootaa mirkaneessuuf jecha ture... Kun ji'oota ykn waggootaaf turuu danda'a, sababni isaa karaan boolii bahanuuf fincaan fincaa'an banaa waan taheef.

🤣49❤20😘12👍6😍6🙊2
✅KANA BEEKTUU?
Biyya Naayijeeriyaa 🇳🇬 keessatti sabni "lou" jedhamuun beekamu nii jira Sabnii kun akkuma suuraa irratti argitan kana, dubartoonni biyya sanaa yeroo abbaan manaa ishee bilbiluuf kabaja isaaf qabdu ibsachuuf jecha daddaftee jilbiinfattee bilbila itti haasofti jedhama. Kanaaf yeroo dubartiin tokko jilbiinfatte bilbila kan haasoftu abbaa warraa ishee waajjini jechuudha.
Wanti akkasii kun osoo biyya keenyas dhufee gaarii natti fakkaata😁

❤76😁32👍15😘7🙏5💯4🤣4🥱3🏆2
✅Kana Beektuu?
Qalamni Yeroo ittiin barreessitu, yoo dogoggora uumte 'Vibrate' Godhuu, (Raafamu) ni jira. Raafamni ('Vibrate') tiin kun fayyadamtoonni yeroo barreessan xiyyeeffannoo akka kennanii fi dogoggora isaanii akka sirreessaniif akeekkachiisa. Qalama kanatti yeroo baay’ee barattoota ykn namoota dhuunfaa Afaan adda addaatiin baratantu itti fayyadama.

❤52😍8🙏6👍5🐳3😘3💯1🙊1
✅Kana Beektuu?
Re'oonni korbeessi (dhiiraa) Re'oota dhaltuu biratti caalaatti hawwatamuuf ykn jaallatamuuf jecha, mataa isaanii irratti fincaan fincaa'u.

😁60❤31👍26🔥4😘3💯1🎃1
Namtichi Laaqanasaa dagate tokko abbaa doolaara miliyoona 3 ta’e.
Namtichi Laaqanasaa manatti dagatee nyaata barbaaddataa ture abbaa doolaara miliyoona 3 ta’uun dhagahame.
Waa siif haa buusuun tokko eebba tokkommoo abaarsa akkuma jedhamu, Ameerikaatti namtichi bulchiinsa Mizuurii laaqanasaa manatti dagatee ba’uu haati warraa bilbiltee itti himte tokko waan hin eegamneen walitti ba’e.
Akkuma laaqanasaa irraanfatee ba’uu dhaga’een naannoo Arnooldi daandii ‘Vogel’ jedhamu wayita ga’u, manuma nyaata bifa salphaan dafee qopheessu tokkotti goree akkuma dhaabateen, warreen Lootarii gurguran dhufanii miira mararteen ija keessa ilaalaa akka inni irraa bitu gafatu.
Innis garaa jabaatee diduurra akkuma tasaa bitachuun boodarra abbaa carraa doolaara miliyoona 3 ta’uusaa bulchiinsi Lootarii Miizuurii ibsuu UPI gabaase.
Gaafa nama badhaasu badaa nama hin dhamaasu jechuun kanuma mitiiree!

❤100👍18😘10😍7💯3👏1
#EID_MUBARAK 🌙
Kabajamtoota Hordooftoota Amantaa Musiliimaa Hordoftan Hundi, Baga Ayyaana Sooma Hiikkaa Geessan!

❤18😘10👍5👏3
🟢 Shamarreen suuraa irraa kun durbummaa isheetti fayyadamtee nama lammii Xaaliyaani fakkii kaasuun beekamu kan ta'e "Marko Giraasi" boorsaa isaa seenuun Wallet isaa hattee baddi! Wallet sana keessa ammoo yooroo 600tu ture!
➡️ Namichi kunis suura ishee carqii adii qulqulluu irratti kaase qarshii yooro kuma dhibba tokkoo fi kuma shantamatti gurguruu danda'eera! ☺️👊👏

👍46❤30😁16👏12😍5😘3
"Atileetii Of irratti alba'e!🙄
Mikaa'el Ekvall jedhama. Lammii biyya Swedeni. Bara 2008 fiigicha Maraatoonii Goteborg irratti osoo fiigu baasaan/Yaasaan/Garaa kaasaan isa muudate. Inni garuu sababa kanaaf dorgommicha osoo adda hin kutin fiigee 21ffaa bahe. Suuraan isaa gaditti muldhatu kan albaatiin irraa muldhatuu fi fuula isaa walitti guduunfame (miira dhukkubbii) agarsiisu kun "social media" hundatti itti qoosame. Isa garuu taatichi homaa isa hin ajaa'ibne. Maaf fiigicha adda kuttee mana fincaanii hin deemin? Jedhamee gaafatamnaan "Indee, maaliif adda kuta? , yeroo hin qabneen adda kutee maalin ta'a" jedhee deebise. Erga yeroo saniitii kaasee namni itti qoosaa, muudii itti qabachaa ture. Inni garuu takka gurra itti hin kennine. Namni kun bara 2014tti dorgommii walfakkaataa Copenhagen tti qophaa'eetti rikaardii addunyaa haaraa galmeesse.
Abdii hin kutatin, oduu namaas hin dhagahin!!"
Yeroo hundaa akka oddefannoo isiin biraan genyuuf tumsii kessaan barbachisaadha React Tuqun nuu agarsiisaa👍❤️

❤72😍20👍17🏆12😁8😘5🔥2
Dargaggeessa umrii ganna 15 ta'ee fi miidiyaa hawaasaa irratti maqaa '#Kaluputics' jedhamuun beekamu kanaaf, dhaabbanni beekamaan kophee oomishu #Timberland badhaasa guddaa mallaqa Doolaara Miiliyoona 5 ($5M) ykn Qarshii Itoophiyaa Miiliyoona Dhibba Saddeet (800,000,000 ETB) kennuuf waadaa galeefiira! 💰🔥
👉 Gaafa si badhaasu badaa sin dhamaasu!!
Sababni mucaan kun badhaasa guddaa akkanaa argateefis baay'ee nama dinqisiisa. Hojii kalaqaa inni hojjate keessatti, sababuma kopheewwan Timberland ta'an sirriitti as bahanii fi bareedanii mul'ataniif qofa waamichi badhaasa kanaa isa dhaqqabe. 👞✨
Ergaan as irraa barannu guddaadha: Namni kalaqa haaraa uumuufi hojii isaa irratti tattaafatu guyyaa tokko inuma milkaa'a! Hojiin kee har'a xiqqaatee ykn gatii dhabee sitti mul'achuu danda'a; garuu abdii hin kutiin, guyyaa tokko bakka ati hin yaadne si geessisa! 💪🌟
Gaafa si badhaasu badaa sin dhamaasu Jedhaa oromoonis Gaafa mammaku
Yeroo hundaa akka oddefannoo isiin biraan genyuuf tumsii kessaan barbachisaadha React Tuqun nuu agarsiisaa👍❤️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤56😍36👍14👏6😁5😘3🔥2🐳1
Seenaa dubartii waggaa 5tti daa'ima Kiilogiraama 2.7 ulfaatu deessee...
•••
Lina Medina (Liinaa Madiinaa) seenaa yaalii fayyaa addunyaa keessatti haadha umurii xiqqoon mucaa dhalte ta'uun beekamti. Isheen Muddee 23, bara 1933 biyya Peru, ganda Tikrapo jedhamtu keessatti dhalatte. Onkololeessa 14, bara 1939 yeroo mucaa dhiiraa dhaltetti umriin ishee waggaa 5, ji'a 7, fi guyyaa 21 qofa ture. Jalqaba irratti maatiin ishee sababa garaan ishee guddateef budaatu nyaate ykn ija hamtuu itti fakkatee gara mana yaalaa geessan. Haa ta'uu malee, ogeeyyiin fayyaa erga qorannoo taasisanii booda ulfa ta'uu ishee mirkaneessan. Umriin ishee baay'ee xiqqoo waan tureef, mucaa ishee yaalii baqaqsanii baasuu (Cesarean section) dhaan dhalte, maqaa doktora ishee gargaaree deessisee "Gerardo" jedhanii moggaasan.
Saayinsiin haala kana yeroo ibsu, Linaan dhibee hormoonii (precocious puberty) jedhamuun waan qabamteef, osoo umuriin ishee hin ga'in qaamni ishee dafee hormaataf qophaaye. Eenyummaan abbaa mucichaa hamma yoonaatti iccitiidhaan kan hafe yoo ta'u, abbaan ishee jalqaba irratti shakkamus ragaan waan dhabameef gadhiifameera.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤60👍12😘8😍6🔥4🤣1