ትምህርት ቤቶች የትምህርት በሬዲዮ ፕሮግራምን በአግባቡ ተግብረው ተማሪዎችን ውጤታማ ማድረግ እንደሚገባቸው ተገለጸ፡፡
(ጥቅምት 3/2019 ዓ.ም) የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የሚዲያ ይዘት ማበልፀግና ስርጭት ዳይሬክቶሬት የትምህርት በሬዲዮ ሰርጭት አተገባበር ውጤታማነትን መሰረት በማድረግ በአንደኛ በረጃ ትምህርት ቤቶች ድጋፍና ክትትል ለሚያካሂዱ ባለሙያዎች ኦረንቴሽን ሰጠ፡፡
የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የሚዲያ ይዘት ማበልፀግና ስርጭት ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር ወይዘሮ የውብዳር አያሌው በከተማ አስተዳደሩ የትምህርት በሬዲዮ ተደራሽነት እየጨመረ መሆኑን አስታውሰው ድጋፍና ክትትሉ በዋናነት የ2019 ዓ.ም ትምህርት ከተጀመረበት ጊዜ አንስቶ በትምህርት ቤቶች የትምህርት በሬዲዮ ስርጭት አተገባበር ምን ደረጃ ላይ እንደሚገኝ ለማረጋገጥ ታስቦ እንደሚካሄድ አመላክተዋል ።
ዳይሬክተሩዋ አያይዘውም በድጋፍና ክትትል ስራው የሚሳተፉ ባለሙያዎች በተዘጋጀው ቼክሊስት መሰረት የትምህርት በሬዲዮ ስርጭቱ በተተዘጋጀው መርሀግብር በአግባቡ ተግባራዊ በመሆን ላይ እንደሚገኝ በተጨባጭ መረጃ በማረጋገጥ ትክክለኛ ግብረመልስ ማቅረብ እንደሚጠበቅባቸው አስገንዝበዋል፡፡
በመርሀግብሩ የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የሚዲያ ይዘት ማበልፀግና ስርጭት ዳይሬክቶሬት ፕሮግራም አዘጋጅ አቶ ፀጋዬ አጋጨው ለድጋፍና ክትትሉ የተዘጋጀውን ቼክሊስት በዝርዝር አቅርበው ውይይት ተካሂዱዋል፡፡

ት/ቤቶችን ወደ ደረጃ 4 ለማሳደግና የትምህርት ለትውልድ ስራዎች
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Manneen barnootaa dhuunfaa bara barnootaa 2019’f hayyama beekamtii isaanii haaromsuuf iyyatan keessaa , manneen barnootaa sadarkaa irraa eegamu hin guunne waliin marin taasifamuun walii galteerras ga’ame .
Onkololeessa 11,2019 A.L.I) labsii lakkoofsa 94/2019, bahe irratti hundaa’uun hojiiwwan haaromsa beekamtii manneen barnoota dhuunfaa gara biiroo barnoota bulchiinsa magaalaa Finfinneetti kan makaman yoo ta’u hojiiwwan haaromsaa beekamtii manneen barnootaan wal qabatee bara barnootaa 2019 tti manneen barnootaa hayyama beekamtii isaanii haaromsuuf iyyatan irratti madaallin geggeeffamuun ibsameera.
Haaluma Kanaan abbootii qabeenyaa manneen barnoota dhuunfaa 61 kanneen madaallii geggeeffameen sadarkaa irraa eegamu hin guunne waliin mariin geggeeffameera.
Maricharratti kan argaman hoogganaan biiroo barnoota bulchiinsa magaalaa Finfinnee Dr Zalaalam Mulaatuu ibsa kennaniin hojiiwwan labsii haaraa irrratti hundaa’uun gara biiroo barnootaa bulchiinsa magaalaa Finfinneetti dabarfaman keessaa tokko hayyama beekamtii manneen barnoota dhuunfaa ta’uu ibsaniiru.
Itti dabaluunis manneen barnootaa dhuunfaa 61 ta’an bara barnootaa 2019 hayyama beekamtii isaanii haaromsuuf iyyataniif madaalliin marsaa lama geggeeffamuu ibsanii, madaallii Kanaan manneen barnootaa kunniin sadarkaa irraa eegamu kan hin guunne ta’uu ibsaniiru.
Kanaafuu manneen barnootaa kunniin hayyama beekamtii isaanii haaromsuuf hojiiwwan isaanirraa eegaman yeroo murtaa’e jechuunis hanga onkololeessa 30, bara 2019tti, xumuruun akka isaanirraa eegamu ibsaniiru. Akkasumas, sadaasa 1, bara 2019 irraa eegalee madaallii irra deebiin geggeeffamuuf qophii gahaa akka taasisan kallattii kaa’aniiru.
Abbootiin qabeenyaa manneen barnootaa dhuunfaa marii kana irratti hirmaatanis yeroo murtaa’e keessatti, hojiiwan isaan irraa eegaman raawwachuun qophii gahaa akka taasisan ibsaniiru.

ለመማር ማስተማሩ ውጤታማነት የወላጆች አስተዋጽኦ ከፍተኛነት