#F.A islamic/#FaayaAmantaaislaama jachuun nu hordofa #YouTube #channel irratii fi #Facebook page FaayaAmantaaislaama jachuun
♻️Ergaaman Rabii (ﷺ) ummata booda dhufe ammoo ummata dura Jannata seenu,ummata biroo irratti warra ragaa bahu,ammaas anbiyoota birootiif ummata ragaa bahu.
♻️Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana ja'e" nuti ummata boodaati (dun'yaa kessatti) ammoo qiyaamaa uummata duraati,nuti nama dura Jannata seenu.
Muslimiitu gabaase
Allahu Akbar alhamdulillah kan Rabbiin Ummata Muhammad irraa nugodhe,mee takka Alhamdulillaah jadhi
@FAAYAAMANTAAISLAAMA
T.me/FaayaAmantaaislaama

Telegram
Faaya Amantaa Islaamaa
YouTube https://www.youtube.com/channel/UC4lnzSAGyiETeFwTSfbkVkQ
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَـٰنِ الرَّحِيمِ
تَبَٰرَكَ ٱلَّذِى بِيَدِهِ ٱلْمُلْكُ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ قَدِيرٌ
ٱلَّذِى خَلَقَ ٱلْمَوْتَ وَٱلْحَيَوٰةَ لِيَبْلُوَكُمْ أَيُّكُمْ أَحْسَنُ عَمَلًا ۚ وَهُوَ ٱلْعَزِيزُ ٱلْغَفُورُ
#F.A ISLAMIC/#FAAYA AMANTAA ISLAAMA 👇
Namni Fitina Azaba jalaa najah bahu fetan
Namni suratul mulk ykn sura Tabaraka guuyyaati tara taka qarae Azabul Qabri jalah naja baha insha allah haa qaranu namni khela duradha dabre khela hundinu laftudha Ergaman rabbi S.A.W akana je’e namni Azabul Qabri jalaa najaa bahe Azaba jalaa najaa ni baha je’e Amale wani ahkan si midhu Fitina Qabriti Rabbin najaa nu haa basuu amiiiiiiiiin allahuma amiiiin
Share Walif haa gonu obboleyan ISLAAMA
#YOUTUBE CHANNEL KENYA F.A ISLAMIC
#FACEBOOK PAGE FAAYA AMANTAA ISLAAMA JOIN
#TELEGRAM FAAYA AMANTAA ISLAAMA JOIN godha jzk

😍HUZEEYFAA (RA)
daa'imummaa isaa irraa kaasee maatii muslimaa keessatti guddate jedhuu dha. Huzeeyfan islaama kan fudhate odoo nabiyyii ﷺ ija isaatin hin argin dura ture.
❤Nabiyyii ﷺ arguuf dharraan guddaan kan itti uumame Huzeeyfan (RA) ijoolummaa isaa irraa kaasee oduu isaan ilaalu hordofuu hojii isaa godhachuu jalqabe .dhawaate waa'ee nabiyyii ﷺ dhagayuun hawwi fi jaalalli inni isaanif qabu dabalaatin deeme. Dhumarratti garuu gara makkaa deemudhaan nabiyyii ﷺ wajjiin wal argee gaafii kanatti aanu isaanif dhiyeesse :- 'yaa ergamaa Rabbii! Ani muhaajira" moo "Ansaara" ? Jedheen
NABIYYIIN ﷺ "yoo feete 'muhaajiroota ' irraa taata .yoo feete ammoo 'Ansaarota ' irraa taata. Kan jaalatte ufii keetii filadhu " jedhaniin .Huzeeyfanis 'tole👇👇👇👇
#YouTube Channel kenya subscribe
#Facebook page join
#Telegram Faaya amantaa islaama jachuun nuu hordoofa #jzk

#SEENAA TANA DUBBIFTU MALEE BIRA HIN KUTIN
🚩mucaa tokkotu jira kan Abba malee gudaate Hatii isaa gudiifte Rakkoo cimaa keessaa dabarte isaa barsiifachuf mana barumsa madaarasa jaamutii naf haa barattu jaate
🚩mucaan Achuuman yunivarsiitii (university) seene hoogga kan yunivarsiitii irraa Eebbifame dhufee Haatii isaa
🚩Garmale Gammadee
💗yaa ilma kiyya yoonifi fudha barbaades intala Gaarii taa diinin Guudamteen sif laallee jiraa jaaten lakki taaniin fudhuu dedhuuf deemun qaaba jaheen hoogga kan Haatii gafatee nama tahes itti himtee hogaa kan Haatii Rifate mucaa warra Tuujara tan diin hin qaabne dha
Haatii haya jatee itii dhifte Aruuza (cidha) akka yaahudati godhate
yaro muraasa booda intaltii inni fudhe suun Gaffi dhiheessitef mana kan keessaa Haadha tee baasu yokan Ana wajjin adda bahuu jaaten hogaa kan Hadhauum tiyan Ariiya jahe Hadhaa isa Ariiyr Hatii isa baranda galuu eegaltee hogaa yaro
😂muraasa booda mucaan isi dhukkubsate M/HAKIIMAA geessan Hatii isa dhageyse m/HAKIIMAA dheeyxee jaartiin isa itti gadbattee Atii Amalee nu jallaa hin haftuu jaateen hogaa kan Hatii
😂mucaa wan gootuu dhabee booicha jabaa boochee yaa ilmaa kiyya yoo Ara wal Arkkuu banuus Akhirati wal gara jaateni kutee
🚫yaro muraasa booda mucaan faayye Hadhaa isa tan dhabee jartii isa tan gafatee Akkana Akkana jatee iti himtee hogaa kana Rifate jartii isa tana Aariye Hadhaa isa barbaaduu sene Hadhaa isa tan qushasha irraa wa nyaatu Arke booyyee fudhe mana galchee Tooba qulqullu Toobate👇👇👇👇👇👇
""""""""""""""Warra Haqa Hadhaa eeggatu nu hagodhu """"""""""""Ammiiiiin"""""""??👇👇👇
#YouTube channel keenya #subscribe nuuf godha jzk
#Facebook page keenyas join jzk
#TELEGRAM keenyas join godha
@FAAYAAMANTAAISLAAMA
T.me/FaayaAmantaaislaama
🚩mucaa tokkotu jira kan Abba malee gudaate Hatii isaa gudiifte Rakkoo cimaa keessaa dabarte isaa barsiifachuf mana barumsa madaarasa jaamutii naf haa barattu jaate
🚩mucaan Achuuman yunivarsiitii (university) seene hoogga kan yunivarsiitii irraa Eebbifame dhufee Haatii isaa
🚩Garmale Gammadee
💗yaa ilma kiyya yoonifi fudha barbaades intala Gaarii taa diinin Guudamteen sif laallee jiraa jaaten lakki taaniin fudhuu dedhuuf deemun qaaba jaheen hoogga kan Haatii gafatee nama tahes itti himtee hogaa kan Haatii Rifate mucaa warra Tuujara tan diin hin qaabne dha
Haatii haya jatee itii dhifte Aruuza (cidha) akka yaahudati godhate
yaro muraasa booda intaltii inni fudhe suun Gaffi dhiheessitef mana kan keessaa Haadha tee baasu yokan Ana wajjin adda bahuu jaaten hogaa kan Hadhauum tiyan Ariiya jahe Hadhaa isa Ariiyr Hatii isa baranda galuu eegaltee hogaa yaro
😂muraasa booda mucaan isi dhukkubsate M/HAKIIMAA geessan Hatii isa dhageyse m/HAKIIMAA dheeyxee jaartiin isa itti gadbattee Atii Amalee nu jallaa hin haftuu jaateen hogaa kan Hatii
😂mucaa wan gootuu dhabee booicha jabaa boochee yaa ilmaa kiyya yoo Ara wal Arkkuu banuus Akhirati wal gara jaateni kutee
🚫yaro muraasa booda mucaan faayye Hadhaa isa tan dhabee jartii isa tan gafatee Akkana Akkana jatee iti himtee hogaa kana Rifate jartii isa tana Aariye Hadhaa isa barbaaduu sene Hadhaa isa tan qushasha irraa wa nyaatu Arke booyyee fudhe mana galchee Tooba qulqullu Toobate👇👇👇👇👇👇
""""""""""""""Warra Haqa Hadhaa eeggatu nu hagodhu """"""""""""Ammiiiiin"""""""??👇👇👇
#YouTube channel keenya #subscribe nuuf godha jzk
#Facebook page keenyas join jzk
#TELEGRAM keenyas join godha
@FAAYAAMANTAAISLAAMA
T.me/FaayaAmantaaislaama
Telegram
Faaya Amantaa Islaamaa
YouTube https://www.youtube.com/channel/UC4lnzSAGyiETeFwTSfbkVkQ
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
KOOTTAA ! GAMA RABBII KENYAA HAA DEEBINUU,
OSOO BALBALTI NUTTI HIN CU- FAMIN !”
“Jalqabnii Dubbii Maqaa Rabbii Rahmata Qabuuti”
Nagayaa Fi Rahmanni Nabii kenyaa fi Maatii isaa,Sahaaboota isaa akka- sumaa Warra isa jaala Deeme hundar- ratti Ha jiraatu”
Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedha:
ﮋوَتُوبُوا اإِلَ الِّ جَمِيعًا اأَيّهَا الُْوؤْمِنُونَ لَعَلّكُمْ
32 تُفْلِحُونَ 3ﮊ النور
“ Hundi kessanuu gama Rabbii keessanii Deebi’aa,! Milkaa’oo akka taataniif “
{Suuratu Nnuur -31}
T.me/Faayaamantaaislaama

Mallattoolee Tawbataa
Ulamaa’in akkana jedhan: Tawbaan gabrichaa tokkoo waa Afuriin beekam- ti.
1)Arraba isaa hamatuu irraa, kijibuu irraa akkasuma waan hin barbaachis- ne haasayuu irraa yoo of qabuun.
2)Nama tokkoofuu jibbaa fi waan- yoo kan hin qabaanneef tayuu
3)Hiriyoota babbadoo irraa adda bahuu
4)Nama du’aaf qophaawe tayuu, nadaamayuun (seenayuu)dilii duraan hojjateef Istigfaara heddummeeysuu fi Ibaadaa Rabbii irratti kan jabaatu

Ergaman Rabbii S.A.W akkana jedhan namni guyyatti yeroo 100 (dhibba ) (Subahanallah wabihamdihi) jadhe. Diliin isaa Hundi ni dhiifamtiif, oso bishaan baharaa irra heddummaatelle
T.me/Faayaamantaaislaama
T.me/Faayaamantaaislaama
Telegram
Faaya Amantaa Islaamaa
YouTube https://www.youtube.com/channel/UC4lnzSAGyiETeFwTSfbkVkQ
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
As wr wb dhageefatoota fi hordoftoota chaanaalii faaya amantaa islamaa akkam jirtu nageenyi badhaadhaa ?inshaa Allah mee har'a yoo rabbiin nuuf laafisee seenaa nama wajjin laaluuf yaala .
inis mootii biyyaa Itoophiyaa kan bara 1913-1916 bulcha kan ture Liji iyyaasu irraa waan tokko tokko dubbana.
Liji iyyaasuun ilma mootii oromoo walloo muhammad Alii kan jedhamuuti. haati isaa intala minilik Shawaa Araggaash tan jedhamtuuti.mootii walloo kan muslima tureefi mooticha habshaa maltuu walitti fidee soddomsee jechuun keessan hin oluu . mootichi habashaa Yo yohaannis jedhamu mootii walloo kan islamaa ture muhammad Alii kan jedhuu akka kirstaana ta'u dirqamasiisee ergaa inni kirstaana tahee booda maqaa isaa kan islamaa irraa jijjiree Nugusa Mikaa'el jedhee itti moggaase kana qofa osoo hin taane intala minilik Shawaa Araggaash tan jedhamtu itti heerumsiise .walitti dhufeenya isaa haala kanaan kan cimseef akka inni muslimoota oromoo kan duraan islaamummaan bulcha turan gara kirstaanummatti deebisee isa jalatti soddaa taasifate.
Shawaa Araggaash jedhanii intala tana maqaa kan itti baafataniif mootummaan teenna ( Habashaan )naanoo shawaa keessatti gad nuuf dhaabattee lafa shawaa tan qabannee aangoo keenya jala oolfanne jechuu isaaniti jedhan Dr muhammad Taaj kitaaba isaani taariku itoophiyaa jedhamu keessatti mucaan intalli tun mootii walootid deettee Liji iyyaasuu kan jedhamu akkaakayyuu isaa minilikiin dhaalee erga aangoo qabatee muslimootatti laafuu eegalee . akka barreessitoonni tokko tokko jedhanitti Liji iyyaasuun muslimoota gargaaruu qofa otoo hin taanee mataa isaatinu islaamummaa irraa jiraatuu olbaasee mulise intala islamaatis fuudhe naannoo Diree dhawaafi jijjigaa keessatti masgidotaa ijaare.alaaba isaatis kan baatiifi Laa'ilaaha Illallaah qabdu hojjatate. alaaba kana hoggantoota naannowwaan islamaa tan isa jala jiraniif erge akkasumas qonsila biyyaa Turkii kan itoophiyaa keessa jiruuf Alaaba tana ergeefii jira .
hordoftoota fi dubbistoota sagantaa keenyaa kutaa tokkoffaan waa'ee Liji iyyaasuu Kanumaan xumuree jira kutaa lammaffaa isaa inshaa Allah torbaan kan itti fufnu ta'a Rabbin nama torbaani nuun haa jedhu waan dubbistaniif jzk

Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jechuun dubbataniiru. "Eessallee jiraadhu Rabbii kee sodaadhu, dalagaa hamtuu tee dalagaa gaarii taate dalaguun haqi, Namoota immoo akhlaaqa gaarii
taheen keessummeessi.". (Jami'at Tirmiizii, 1987)
Kanaaf obboleewwan koo akkuma
Ergamaan Rabbii ﷺ nuuf dhaamanitti dalagaa dalagnu hunda keessatti eessallee maaf hin jiraanne Rabbii keenya sodaachuu akka hin daganne. Hamtuu
irraa haa fagaannuu. Kheeyrii haa dubbannuu! Kheeyrii haa heddummeessinuu! Dalagaa kheeyritti wal haa ajajnu!
Alhamdulilla Nuti Ummata nabiyyii jaalatamaa Nabi Muhammad ﷺ
Ergamaan rabbiiﷺ akkana jedhan, Tokkoon
keessan mi'aa imaanaa argachuu hin dandeessan hanga waa sadi gootanitti jedhan.
♥Rabbii fi Rasuulaa ﷺ lubbuu ofii caalaa jaalachuu
♥Faayidaa mataa keetif osoo hin taane rabbumaaf jecha obbooleessa kee kan muslimaa jaalachuu.
♥Akka ibidda jahannam sodaatuuti dilii dalaguu sodaachuu.
Yaa Rabbii warra mi'aa imaana dhandhamee ajajjaa keetiin deemu irraa nu taasisi.
Yaa Allah #AmiiiiiiiiiiiN Yaa Rabbii
Haddiisaa bareeddu Kana. Obbolleewaan kee Biraan gahuuf forward godhii Jzk
⭕Baarakallah fiikum♥
T.me/Faayaamantaaislaama
taheen keessummeessi.". (Jami'at Tirmiizii, 1987)
Kanaaf obboleewwan koo akkuma
Ergamaan Rabbii ﷺ nuuf dhaamanitti dalagaa dalagnu hunda keessatti eessallee maaf hin jiraanne Rabbii keenya sodaachuu akka hin daganne. Hamtuu
irraa haa fagaannuu. Kheeyrii haa dubbannuu! Kheeyrii haa heddummeessinuu! Dalagaa kheeyritti wal haa ajajnu!
Alhamdulilla Nuti Ummata nabiyyii jaalatamaa Nabi Muhammad ﷺ
Ergamaan rabbiiﷺ akkana jedhan, Tokkoon
keessan mi'aa imaanaa argachuu hin dandeessan hanga waa sadi gootanitti jedhan.
♥Rabbii fi Rasuulaa ﷺ lubbuu ofii caalaa jaalachuu
♥Faayidaa mataa keetif osoo hin taane rabbumaaf jecha obbooleessa kee kan muslimaa jaalachuu.
♥Akka ibidda jahannam sodaatuuti dilii dalaguu sodaachuu.
Yaa Rabbii warra mi'aa imaana dhandhamee ajajjaa keetiin deemu irraa nu taasisi.
Yaa Allah #AmiiiiiiiiiiiN Yaa Rabbii
Haddiisaa bareeddu Kana. Obbolleewaan kee Biraan gahuuf forward godhii Jzk
⭕Baarakallah fiikum♥
T.me/Faayaamantaaislaama
Telegram
Faaya Amantaa Islaamaa
YouTube https://www.youtube.com/channel/UC4lnzSAGyiETeFwTSfbkVkQ
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
MUSLIMS POPULATION
1⃣INDIA 49%
2⃣Albania 75%
3⃣Algeria 99%
4⃣Angola 25%
5⃣Argentina 2%
6⃣Australia 2.09%
7⃣Azerbaijan 93%
8⃣Bahrin 100%
9⃣Bangladesh 85%
🔟Bhutan 5%
1⃣1⃣Brazil 0.6%
1⃣2⃣Burma 10%
1⃣3⃣Canada 1.48%
1⃣4⃣Cntral africn rpblc 55%
1⃣5⃣China 11%
1⃣6⃣Egypt 94%
1⃣7⃣Ethopia 65%
1⃣8⃣Fiji 11%
1⃣9⃣France 7%
2⃣0⃣Georgia 11%
2⃣1⃣Germeny 3.4%
2⃣2⃣Greece 1.5%
2⃣3⃣Guinea 95%
2⃣4⃣Guyana 15%
2⃣5⃣Hongkong 1%
2⃣6⃣AFGHANISTAN'S %
2⃣7⃣Indonesia 95%
2⃣8⃣Iran 99%
2⃣9⃣Iraq 97%
3⃣0⃣Isreal 14%
3⃣1⃣Italy 1%
3⃣2⃣Japan 1%
3⃣3⃣Jordan 95%
3⃣4⃣Kenya 30%
3⃣5⃣Kuwait 89%
3⃣6⃣Lebanon 70%
3⃣7⃣Libya 100%
3⃣8⃣Maldives 100%
3⃣9⃣Malasiya 52%
4⃣0⃣Mauritius 19.5%
4⃣1⃣Mayotte 99%
4⃣2⃣Nigeria 75%
4⃣3⃣Oman 100%
4⃣4⃣Pakistan 97%
4⃣5⃣Phillipines 14%
4⃣6⃣Qatar 100%
4⃣7⃣Romania 20%
4⃣8⃣Russia 18%
4⃣9⃣Saudi arab 100%
5⃣0⃣Singapore 17%
5⃣1⃣Somalia 100%
5⃣2⃣Sri lanka 9%
5⃣3⃣Sudan 85%
5⃣4⃣Syria 90%
5⃣5⃣Tazakistan 85%
5⃣6⃣Tanzania 65%
5⃣7⃣Thiland 14%
5⃣8⃣Tunisia 98%
5⃣9⃣Turkey 99.8%
6⃣0⃣UAE 96%
6⃣1⃣UK 2.5%
6⃣2⃣USA 3.75%
6⃣3⃣Uzbekistan 88%
Where the Prophets originated
☑️Adam(A.S) - Sri Lanka
☑️Nooh(A.S) - Jordan
☑️Shoaib(A.S) - Syria
☑️Saleh(A.S) - Lebanon
☑️Ibrahim(A.S) - Palestine and died in iraq
☑️Ismail(A.S) - Saudi Arabia
☑️Yakoob(A.S) - Palestine
☑️Yahya(A.S) palestine
☑️Zakariya (A.S) palestine
☑️Ishaq(A.S) - Palestine
☑️Yusuf(A.S) - Palestine
☑️Looth(A.S) - Iraq
☑️Ayub(A.S) - Jordan
☑️Hood(A.S) - Yamen
☑️Nabi-Muhammad S.A.W) - ☑️Saudi Arabia
Ages of Prophets
♥️Adam(A.S) - 1000 Yrs
♥️Nooh(A.S) - 950 Yrs
♥️Shoaib(A.S) - 882 Yrs
♥️Saleh(A.S) - 586 Yrs
♥️Zakariyya(A.S) - 207 Yrs
♥️Ibrahim(A.S) - 195 Yrs
♥️Sulaymaan(A.S) - 150 Yrs
♥️Ismail(A.S) - 137 Yrs
♥️Yakoob(A.S) - 129 Yrs
♥️Musa(A.S) - 125 Yrs
♥️Ishaq(A.S) - 120 Yrs
♥️Haroon(A.S) - 119 Yrs
♥️Yusuf(A.S) - 110 Yrs
♥️NABI MUHAMMAD( I♥۩ﷺ۩ ) - 63 Yrs
May Allāh (Sub-haanahu wata'aala)
#forward

satti rakkinni isa hin mudanne
7⃣9⃣Al qaadiru⇦jechuun hunda danda'aa kan wanti isaa dadhabsiisu hin jirree fi inni kan dandeeytii namaaf kennu
8⃣0⃣Al qadiiru⇦Jechuun danda'aa jechuudha
8⃣1⃣Al muqtadiru⇦jechuun Abbaa dandeeytii jechuudha
8⃣2⃣Al'aliyyu⇦jechuun hundaa ol kan ta'e dandeeytiidhaanis ta'e humnaanis waanuma hundaanuu kan hundaa ol ta'e jechuudha
8⃣3⃣Al'a'alaa⇦Jechuun ol aanaa jechuudha
8⃣4⃣Al muta'aalu⇦jechuun ol ta'aa kan olta'iinsa isaatiin wanti qixxaa'u hin jirre
8⃣5⃣Al muqaddimu⇦Jechuun dursaa kan uumama isaa keessaa akka isaaf malutti kan fedhe dura buusu jechuudha
8⃣6⃣Al mu'akhiru⇦jechuun tursiisaa kan waan fedhe dura buusee waan fedhe ammoo booda aansu akkasumas kan adaba isaanirraa tursiisu jechuudha
8⃣7⃣Al musa'iru⇦Jechuun gatii kennaa gatii wantoota adda addaa kan dabalachiisuu fi kan hir'isiisu jechuudha
8⃣8⃣Al qaabidu⇦Jechuun qabataa Rizqii kan rizqiis ta'e lubbuu ilmaan namaa of biratti qabu jechuudha
8⃣9⃣Al baasixu⇦Jechuun bal'isaa rizqii kan gabroottan isaa keessaa Abbaa barbaadeef rizqii bal'isu warri badii hojjetani ammoo akka gara isaa deebi'aniif harka isaa kan bal'isuuf
9⃣0⃣Al awwalu⇦Jechuun isaa duraa/jalqabaa isa dura kan wanti tokkollee hin jirre asirra jalqaba jechuun kan hin danda'amneedha
9⃣1⃣Al aakhiru⇦Jechuun isaa maayi/boodaa kan isaa booda wanti tokkoyyuu hin hafne wanti jiru hundi dhumee inni qoftii kan hafu jechuudha akkasumas jireenyi isaa dhuma qaba kan hin jedhamne
9⃣2⃣Azzaahiru⇦Jechuun mul'ataa kara hundaan kan waan hundatti marsee jiruuf kan waa hunda of jalatti bulchu jechuudha
9⃣3⃣Al baaxinu⇦Jechuun dhokataa kan osoo uumamatti dhihaatee jiruu uumamni Aduniyaa kanarratti isaa arguu hin dandeenye
9⃣4⃣Al witru⇦Jechuun qara inni tokkicha kan wanti itti qixxaa'u hin jirre
9⃣5⃣Assayyidu⇦Jechuun gooftaa hundaa inni gooftaa waa hundaatii uumamni isaahundi gabroottan isaati
9⃣6⃣Assamadu⇦Irkoo hundaa kan uumamni hundi itti haajomuufi kan isa kadhatanii dhimma isaanii itti dhiheeffatan
9⃣7⃣Al waahidu⇦jechuun tokkicha {kan waan gaariidhaan guutamuu keessatti tokkicha:} tokkichoome wanti isatti fakkaatu hin jiru akkuma wanti gabbaramuu haqa godhatu isa malee hin jirree jechuudha
9⃣8⃣Al'ahadu⇦ jechuun tokkichaa kan sharikaa hin qabne
9⃣9 Al'ilaahu⇦jechuun gabbaramaa kan dhugaadhaan gabbaramuu isaa malee hin jirree fi wanti isa malee jiru kamiyyuu gabbaramuu hin qabu jechuudha
★★★★★★★★★★
maqaa Rabbii ((99)) kanaa sammuutti haffazuf yaalaa ma'aana ykn hikkaa isaa waliin barakaallaahu fikuum
Dogoggoraa qubeetiif dhiifama itti guutaafa dubbifadha yoo hir'inaa qabate
Faayaamantaaislaama ✍️

One Ummah!:
Follow:-
Telegram https://telegram.me/FAAYAAMANTAAISLAAMA
Youtube https://youtu.be/JW3dTBWYLeE
Facebook page https:// Faaya Amantaa islaama join

♻️iccitii lokofsa 7⃣
🔅Bayinni samii 7⃣Torba
🔅Bayinni dachii 7⃣Torba
🔅Hulalen Azaba 7⃣Torba
♻️Ka'aba hoogga xawaafan tara 7⃣
🔅Safa fi marwa jidduu tara 7⃣figan
🔅Jolle hogaa salatatti ajajanNabiyyiin kenya itti ajaja ja'e waggaa 7⃣
♻️Hooggaa hajji godhan jamatal aqaba tara 7⃣ darbama
🔅Guyya iida takbirtan godhamu tara 7⃣
🔅Ardiiwwan adunyaa 7⃣
♻️Gaafa qiyama warri gadisa Allah jala ta'u nama 7⃣
🔅Hoogga sujuda sujudan humna 7⃣ iratti sujudam
T.me/Faayaamantaaislaama
❤️❤️❤️❤️❤️
Kan hafes ni jira Allahu aalam

الســــــــــــــلام عليــــــــــكم ورحمةالله
Follow:-
Telegram https://telegram.me/FAAYAAMANTAAISLAAMA
Youtube https://youtu.be/JW3dTBWYLeE
Facebook page https:// Faaya Amantaa islaama join
الســــــــــــــلام عليــــــــــكم ورحمةالله
Follow:-
Telegram https://telegram.me/FAAYAAMANTAAISLAAMA
Youtube https://youtu.be/JW3dTBWYLeE
Facebook page https:// Faaya Amantaa islaama join
Telegram
Faaya Amantaa Islaamaa
YouTube https://www.youtube.com/channel/UC4lnzSAGyiETeFwTSfbkVkQ
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
Oduu gamaachiisa Artiistiin Ethio filem hojaachun beekamu Esmeil Amman boda hojii Filmi akka dhisee karaa amanta isaatii Deebii‘ee tobatee ibsee Masha Allah Rabbii kan jaladhate hundaa nuuf haa qajeelchu Masha Allah Esmeil Rabbii amnata keerratii siiha cimsuu !
T.me/Faayaamantaaislaama
T.me/Faayaamantaaislaama
Telegram
Faaya Amantaa Islaamaa
YouTube https://www.youtube.com/channel/UC4lnzSAGyiETeFwTSfbkVkQ
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
علموا أولادكم الصدق بالقول والفعل
Ilmaan keessan barsiisaa Dhugaa dubbatuu jechaa fi Dalagaadhaan
فإذا حدثتموهم فلا تكذبوا عليهم
Yeroo isaanitti Haasoftanis isaan irratti hin kijibinaa
وإذا وعدتموهم فلا تخلفوا وعدكم.
Yeroo waadaa isaaniif Seentanis Waadaa keessan hin diiginaa

Dhiroo Obbolummaan tun akkam nama Gamachiifft
T.me/Faayaamantaaislaama
Ustaaz Yaasin Nuruu hojiidhan isaa CD 4 Ramadaanaa baranaaf qopheesse keessaa 2 gurgurtaan isaa galiin isaa ijaarsa mana ustaaz Raayyaafi ummata keenya buqqa'eef haa tahu jedhee jira.
Ustaaz Yaasin Rabbiin umrii kee keessa Baraka nuuf haa kahuu Hoojin akkasi kun Obbolummaan Amantii akka gidduu keenat darana daraaru taasisa .

Masjiida Naannoo Amaaraa gubani ittin dhichisa turan
Share Gochuun Nu Faana Turaa
T.me/Faayaamantaaislaama
Share Gochuun Nu Faana Turaa
T.me/Faayaamantaaislaama
Telegram
Faaya Amantaa Islaamaa
YouTube https://www.youtube.com/channel/UC4lnzSAGyiETeFwTSfbkVkQ
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
Facebook https://www.facebook.com/faislamic/
Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa
Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot
Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
@Dhaamsa_Hiriiraa_Guddaa Guyyaa Jumu'aa Dhufuutiif.
🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡
Rabial-Awal 29,1441🌙
Dec 27,2019
:::::::::::
⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐
🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡
1.Hiriira Guyyaa Dhufuu irratti Namni Muslima tahe hundi bahuun dirqama tahee argamuu qaba. Eenyuuyyuu taanaan walkakaasnee,Walyaadachiifnee bahuun dirqama islaamummaa tokkoon tokkoo kheenyaati
Kuniis aduwwiin islaamaa baay'ina ummata muslimaa fii Garaa kuteenya ummanni islaamaa amantii isaa irratti qabu kan kanaan dura beekan caalaa dabalatanii akka beekaniif akka ta'e beekuu qabna.
🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡
2. Hiriira yeroo baanutti. Amaloota nama muslimaa hin taane agarsiisuu hin qabnu. Nuti ummata nagayaa waan taaneef nagayaan baane nagayaan galuu qabna . Ammaas jibbaa Amantii biraa kamuu agarsiisuun nurra hin jiraatu. Nuti kan balaaleeffannuu fii jibbinu aduwwii amantii dahoo godhachuun masjiidota keenyaa fii ummata islaamaa miidhu barbaaddu akka ta'e beekuu qabna.
👉👉👉 🤝🤝🤝🤝 👈
T.me/Faayaamantaaislaama
3.Hiriira yeroo baanutti Namootni nu fakkachuun waa balleessanii muslimtoota Maqaa xureessuuf deemaa jiran waan jiraniif,namoota gocha akkasii hojjatan(,fkn manneen amantaa biroo fii namoota amantaa birootti bu'an/waa gochuuf yaalan harka qabuu danda'uu qabna. Akkasuma ofii keenyaafis Dhimmoota akkasii kamirraayyuu qulqulluu ta'uu qabna.
🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡
🗡🗡🗡
4.Hiriira guddicha Dhufaa jiru fayyadamuun dhiibbaa muslimtoota biyya keenyaa qofa osoo hin taanee Dhiibbaa muslimtoota biyyoota addunyaa garaagaraa irra jiran irratti adeemsifamaa jiru,balaaleeffachuu fii mormuu qabna. Fkn muslimtoota Burmaa,Yaman,China(wiigaar),India,Kashmiirii fii Dhimma ISLAMOPHOBIA biyyoota Awurooppaa keessatti adeemsifamaa jirullee mormuu fii jibbuu keenya akkasumas Muslimtoota Addunyaa guutuuf dhaamsa waan ta'u Dabarsuu danda'uu qabna.
🌎🌍🌏🎤🕋🌎🌍🌏
T.me/FaayaAmantaaislaama
5. Hiriiruma kana erga baanee booda ibsa ejjennoo mataa keenyaa baafachuun adda bahuu qabna.
🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡🗡
6.Hanga Guyyaa hiriiraattis ta'ee Guyyaa hiriiraatiin booda, akkasumas Dhimma hiriira kanaas ta'ee Dhimmoota islaamummaa fii muslimtootaa kamuu Amiirota Muslimtootaa Biyya keenyaa irraa ergaa dabruun kan adeemnu ta'uu beeku qabna..
👇 👇👇👇👇
🌍🕋🕌📢🇪🇹🤝🕋🕌🌍
👆👆👆👆👆👆💪
Faayaa Amantii Islaamaa

🌺QOODAMNI AMANTAA KIRISTAANAA RAAJII QUR’AANAAN DUBBATAME
🌍🌺🌺🌺🌺🌺🌍
🌹Waan hunda dura bara 610 akka lakk. Awurooppaatti Qur’aanni Nabi Muhammadiin (S.A.W) irratti bu’e akkaataa amantiin Kiristaanaa adda addaan fottoqaa deeman akka raajiitti lafa kaa’eera. Jaarraa 14 duratti jechi Rabbii Qur’aana keessatti dubbatetu yeroo ammaa hojitti hiikamee argameera.
🌹Amantiin Kiristaanaa yeroo duraatiif addunyaa irratti kan uumamte akka lakk. Awurooppaatti bara 42 waggaa 9 Yesusiin booda biyya Sooriyaatti Anistookiyaa iddoo jedhamutti ture. 🌺Guyyaa uumamte irraa jalqabee wal-dhabbii fi wal-lola guddaan akka isaan jidduu ture mee Macaafa Qulqulluu haa ilaallu.
🌹 Dameewwan adda
addaa kan jaarraa kana keessatti argaman garaa garummaa guddaa wal-gidduutti akka qaban seenaaf taa’ee haalli qabatamaan amma jirus kanuma mul’isa. Haalli qabatamaan amma jiru kunis jechoota Qur’aanaa hojiitti hiikamuu nutti agarsiisa.
“Tokkoon tokkoo (gariin) isaanii Yihuudaa irraa gadi bu’anii akka seera Muusetti yoo kan hin kittaanannee taatan hin fayyitan jechuudhaan obboleeyyan barsiisaa turan isaanii fi #Phaawulos akkasumas #Barnaabaas giddutti wal-dhabbii fi wal-mormiin guddaan yeroo uumame #Phaawulosii fi #Barnaabaas akkasumas isaan keessaa illee namootiin tokko tokko filatamanii akka jaarsummaadhaan murtiin kennamu taassifame.” (Hojii Ergamtootaa 15: 1 -2)
itti fufa.... join
Chaanaala keenya 👆👆godha
👍#YouTube irrattis f.a_islamic subscribe
#Facebook page Faaya Amantaa Islaamaa follow godha
#Twitter follow
#Instagram irrattis follow akka gottan kabajaa fi jaalalaan isin gafan.