#Warshaa bakkaa bakkatti socho'u ‼️
*****
Gaazexaa Bariisaa
Itiyoo Injiinariingi Giruup warshaa konkolaataa guddaadhaan fe'amee oyiruu qonnaan bulaa bira geeffamee omisha timaatimii qondeessu hojjetee agarsiisa tibbana Itoophiyaan haa omishtuurratti dhiyeesse daaw'attootarraa dinqisiifannaa guddaa argateera.
Bakka bu'aan giruuppichaa Obbo Girmaayee Li’uulsaggad ibsa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, haala qabatamaa amma jiruun waan omishni timaatimii daran baay’ateef gatiinsaa gadi bu’ee bakki kiiloo giraamni tokko hanga qarshii afurii fa’itti ittigurgurama, darbees gatamu jira.
Akeekni keenya omshinti timaatimii dafee akka hinbadne yeroo ittifayyadamaasaa dheeressuun akka hawaasni fayyadamu gochuudha. Guutummaasaa Bariisaa iftaaniirraa argattu
Charinnat Hundeessaatiin

Tajaajila haqaafi seera duudhaa ganamaatti deebisuuf manneen murtii aadaa cimsuu
**
Gaazexaa Bariisaa
Bulchiinsa Magaalaa Roobeetti dandeettii raawwachiisummaa abbootii seeraa manneen murtii aadaa cimsuuf hojmaataafi dambiiwwan seeraa irratti leenjiin hubannoo cimsuu kenname.
Leenjichi qindeessummaa Waajjira Aadaafi Turizimiifi Manneen Murtii Idilee Kutaa Magaalotaatiin kan qophaa'e yoo ta'u, abbootiin Gadaa, haadholiin Siinqee, barreessitoonni manneen murtii aadaafi qooda fudhattoonni dhimmi ilaallatu argamaniiru.
Abbootiin seeraa manneen murtii idilee kutaa magaalota sadeeniii labsii, dambiifi hojmaata manneen murtii aadaa irratti barreeffama ka'umsa marichaatiif oolu dhiheessuun qooda fudhattoota waliin marii bal'aa taasisaniiru.
Ittigaafatamtuun Waajjira Aadaafi Turizimii Bulchiinsa Magaalaa Roobee Aadde Alamnash Tsaggaa tajaajila manneen murtii aadaa si'ataafi dhaqqabamaa taasisuuf, dandeettii raawwachiisummaafi gahumsa abbootii seeraa yeroo yeroon fooyyessaa deemuun murteessaa ta'uu dubbatan.
Mootummaan ummanni Oromoo haqa walootiif aadaafi duudhaasaa ganamaatti deebi'ee tajaajila haqummaa akka argatuuf yeroo ammaa manneen murtii aadaatiif xiyyeeffannaa olaanaa kennee hojjataa jiraachuu yaadachiisuun ummanni keenyas kana beekee baasiifi deddeebi'iinsa tokko malee haqasaa barbaaddachuufis ta'ee waldiddaasaa hiikkachuuf mana murtii aadaatti dhimma bahuu akka qabu dhaamaniiru.
Hojii hanga ammaatti gama manneen murtii aadaatiin hojjatameenis fooyya'iinsi guddaan dhufuu Aadde Alam ibsaniiru.
Hirmaattonni marichaas leenjii hubannoo argatan kanaan qaawa hojmaata manneen aadaa keessatti isaan mudachaa ture maqsuun tajaajila haqummaa karaa duudhaa Oromoo ganamaatiin hawaasa biraan gahuuf qophii ta'uu himaniiru.
Kominikeeshinii Magaalaa Roobee

Gaazexaa Bariisaa maxxansa har'aa!!
Gaazexaa Bariisaa Caamsaaa 3 bara 2016 maxxanfame
https://press.et/oromifa/2024/05/18/bariisaa-sanbataa-caamsaa-10-2016/
- Telegram
Ethiopian Press Agency/Afaan Oromoo
ykn liinkii
https://t.me/EthiopianPressAgency_AfaanOromoo
- Marsariitii
https://www.press.et/afanoromo/

“Pirojektonni sababa rakkoo nageenyaan addaan citanii turan gara hojiitti deebi’aniiru”
- Bulchiinsa Godina Wallagga Bahaa
****
Gaazexaa Bariisaa
Wallagga Bahaatti pirojektonni sababa rakkoo nageenyaatiin ijaarsisaanii addaan citee ture gara hojiitti deebi’uu Bulchaan Godinichaa Obbo Waaqgaarii Nagaraa ibsan.
Obbo Waaqgaariin ibsa torbee darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, Wallaggi Bahaa godinaalee rakkoo nageenyaa hamaa keessummmeessaa turan keessaa isa tokko.
Pirojektonni bajata naannoonis ta’e federaalaatiin hojjetamaa turan sababa rakkoo nageenyaa tureef ijaarsisaanii addaan citee ture ammaan tana haalli nageenyaa fooyya’uusaatiin gara hojiitti deebi’aniiru. Pirojektonni kunneen saffisaan akka xumuramaniifi kanneen otoo hineegalamiin turanis dafanii akka eegalamaniif Ministirri Muummee Doktar Abiyyi kallattii kaa’aniir..
https://press.et/oromifa/2024/05/18/pirojektonni-sababa-rakkoo-nageenyaan-addaan-citanii-turan-gara-hojiitti-deebianiiru-bulchiinsa-godina-wallagga-bahaa/

#Shaashamanneen akkuma Finfinnee misooma kooriidarii eegalte
******
Gaazexaa Bariisaa
Shaashamanneen akkuma Finfinnee misooma kooriidarii eegaluu bulchiinsi magaalattii beeksise.
Kantiibaan magaalattii Obbo Adaanaa Taklagiyoorgis Wiixata darbe Gaazeexaa Bariisaaf akka ibsanitti, inisheetivii misooma kooriidarii Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad kallattii kaa’an hordofee Shaashamanneen Magaalaa Finfinnee muuxannoo fudhachuun misooma kooriidarii eegalteerti.
Misoomni kun kan eegalame Kutaa Magaalaa Alattii jedhamutti yommuu ta’u, daandii kiiloomeetira 2.4 dheeratu haala sochii konkolaataaf mijatutti meetira 14 akka bal’atu taasisuu cinatti deemsa lafoof akka toltuuf bitaafi mirgisaa meetira 18 bal’isuun ta’uu himanii...
https://press.et/oromifa/2024/05/18/shaashamannee-akkuma-finfinnee-misooma-kooriidarii-eegalte/

Qorichiifi meeshaaleen wal’aansa fayyaa qarshii biliyoona afurii Tigraayitti ergamaniiru
*******
Gaazexaa Bariisaa
Waliigaltee Piritooriyaa booda qorichootaafi meeshaaleen wal’aansa fayyaa qarshii biliyoona afuritti tilmaamaman gara naannichaatti ergamuu Biiroon Fayyaa Naannoo Tigraay ibse.
Hogganaan biirichaa Doktar Amaanu’eel Hayilee Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, sababa waraana Itoophiyaa Kaabaatiin naannichattti dhaabbileen fayyaa hospitaala riifaraalarraa eegalee hanga keellaa fayyaatti midhaan irra gahee ture.
Dhaabbilee fayyaa miidhaan irra ga’e adda baasuuf Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomaniifi Ministeerri Fayyaa walta’uun qorannoo bilisaa gaggeessuu himanii, dhaabbilee fayyaa naannichaa......
https://press.et/oromifa/2024/05/18/qorichiifi-meeshaaleen-walaansa-fayyaa-qarshii-biliyoona-afurii-tigraayitti-ergamaniiru/

Barana sadarkaa biyyaatti biqiltuun biliyoona 7.5 akka dhaabamu ibsame
****
Gaazexaa Bariisaa
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaatiin biqiltuu biliyoona 7.5 dhaabuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu Koreen Teeknikii Ashaaraa Magariisaa Biyyaalessaa ibse. Sadarkaa biyyaattis Waxabajjii 22 akka eegaluuf murtaa’ee eegalchiisuu sagantaa kanaaf qophiin eegaleera.
Daarektera Ittaanaan Koree Teeknikii Ashaaraa Magariisaa Biyyaalessaa Obbo Geetaachoo Gizaawu kaleessa Gaazexaa Bariisaatti akka himanitti, Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaatiin sadarkaa biyyaatti biqiltuu biliyoona 7.5 dhaabuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Karoora kana milkeessuuf qophiiwwan adda addaa taasifamaa jiru.
Akka ibsasaaniitti, iddoo biqilaan dhaabbatu lafa hektaara miliyoona 1.8 adda ba’uu, buufati biqiltuu 115 hojiitti galanii hojii keessa......
https://press.et/oromifa/2024/05/18/barana-sadarkaa-biyyaatti-biqiltuun-biliyoona-7-5-akka-dhaabamu-ibsame/