Gaazexaa Bariisaa maxxansa har'aa!!
Gaazexaa Bariisaa Caamsaaa 3 bara 2016 maxxanfame
https://press.et/.../bariisaa-sanbataa-caamsaa-3-bara-2016/
- Telegram
Ethiopian Press Agency/Afaan Oromoo
ykn liinkii
https://t.me/EthiopianPressAgency_AfaanOromoo
- Marsariitii
https://www.press.et/afanoromo/

#Sagantaa qormaata biyyaalessaa sadarkaa 2ffaa baranaa
***
Gaazexaa Bariisaa
Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee sagantaa qormaata sadarkaa 2ffaa bara 2016 ifoomse.
Qormaatichi intarneetiifi waraqaan kan kennamu yoo ta'u, naannoo Tigraayiin ala sagantaan naannolee hundaafi bulchiinsa magaalotaa ifoomeera.

Teletoonii har’a adeemsifameen qarshii miliyoona 154.5 walittiqabameera📞
#Labsii_nageenyaa_Naqamteerraa labsame
*****
Gaazexaa Bariisaa
Ummata bira dhaqaniis ta’e gara waajjirasaaniitti affeeranii mariisisuun, yaadota biyya ceessisan, maddisiisuun harkaafi sammuu qulqulluudhaan hojiirra oolchuun, biyya qarree diigamaarra turte baraaruun, hawaasa seenessa qeenxeetiin burjaajii adda addaa keessa ture yaadasaa jijjiiruun, dallaa jibbiinsaa diiganii riqicha jaalalaa falaasama Ida’amuutiin tokkummaa sabdaneessummaa labsuufi hojiin agarsiisuun kan beekaman.
Saba guddaa, Oromoo keessaa bahanii duudhaa Oromummaatiin afaansaa dubbachaa, ittiin barreessaafi mariisisaa waltajjiilee argatan hundatti nagaa lallabuun kan beekamaniifi kanaanis badhaasa noobeelii nageenyaa kan fudhatan.
👇
https://press.et/oromifa/2024/05/11/labsii-nageenyaa-naqamteerraa-labsame/

Abbaan qabeenyaa Obbo Fayisal Abbaa Maccaa (Godina Jimmaarraa) qarshii kuma 200 Itoophiyaa qulqulluuf arjooman.
Pirezidaantii Ittaanaan MNO Obbo Awwaluu Abdii waamicha Ministira Muummee #Daandii_Qulqulluu_Jireenya_Fayyaa jechuun teletoonii karaa dijitaalaa taasisan fudhachuun gumaacha taasisanii jiru.
Naannoo Itoophiyaa Jiddugaleessaatti inisheetivoonni haaraan bocamanii bocamanii hojii keessa jiru
(Biiroo Qonnaa Naannichaa)
(Biiroo Qonnaa Naannichaa)
#Warshaa bakkaa bakkatti socho'u ‼️
*****
Gaazexaa Bariisaa
Itiyoo Injiinariingi Giruup warshaa konkolaataa guddaadhaan fe'amee oyiruu qonnaan bulaa bira geeffamee omisha timaatimii qondeessu hojjetee agarsiisa tibbana Itoophiyaan haa omishtuurratti dhiyeesse daaw'attootarraa dinqisiifannaa guddaa argateera.
Bakka bu'aan giruuppichaa Obbo Girmaayee Li’uulsaggad ibsa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, haala qabatamaa amma jiruun waan omishni timaatimii daran baay’ateef gatiinsaa gadi bu’ee bakki kiiloo giraamni tokko hanga qarshii afurii fa’itti ittigurgurama, darbees gatamu jira.
Akeekni keenya omshinti timaatimii dafee akka hinbadne yeroo ittifayyadamaasaa dheeressuun akka hawaasni fayyadamu gochuudha. Guutummaasaa Bariisaa iftaaniirraa argattu
Charinnat Hundeessaatiin