Adsense Account - Kan youtube'dhaan banamee verify ta'e namoonni qabdanii fi gurgurachuu barbaaddan na qunnamaa! Gatii bareedaadhaan isinirraan bita.
Inbox: @Eebbaa1
Inbox: @Eebbaa1
β€9
Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama!
Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofaaf ashaaraan kennama jedhanii yaadu. Garuu yeroo dhiyoo asitti namni paaspoortii haareffatus, kan bade baafatus ta'e, tajaajila kamiyyuu argachuuf dirqama biiroo immigration deemee ashaaraa kennuu fi suuraa haaraa ka'uu isa barbaachisa.
Sababnisaas paaspoortiii inni fudhatu E-Passport waan ta'eef suuraa fi biometrics(ashaaraa) haaraa kennuun dirqamadha.
Kan ashaaraan hin kennamne paaspoortii inni duraa E-Passport yoo ta'e qofadha.
Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan @Orodv1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Magaalaa feetanirratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.

β€21
Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera!
Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n:
π Marsariitii (Website):
https://result.eaes.et
π Telegiraamii (Telegram):
@EAESbot
π Ergaa Gabaabaa (SMS):
6284
π Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint
NB: Admission number sirrii fi Maqaa jalqabaa(First name) qubee sirriidhaan barreeffamuu qaba!
@EbaDigital

β€15
Facebook page 30K followers ol qabu kan qabdanii fi gurgurachuu kan barbaaddan na qunnamaa!
Link page sanaa fi gatii ittiin gurgurachuu barbaaddan naaf barreessaa!
Inbox: @Eebbaa1
Page active ta'uu qaba!

π3β€1
Dafaa itti fayyadamaa! - Paaspoortii guyyaa 45-60 bahu ammas deebi'eera
Na biratti guuttachuu kan barbaaddan na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta!

β€17
DV'n deebi'ee jira - Baga Gammaddan!
Ji'a 10 dura bulchiinsa Donald Trumpiin uggurri DV lottery irra godhamee DV2027 osoo hin guutamin hafee ture. Akkasuma namoonni DV-2026 abbaa carraa ta'an process akka hin godhanne ugguramanii turan.
Amma egaa, Uggurri sun kaafamee namoonni DV-2026 abbaa carraa ta'an process isaanii akka itti fufan hayyamamee jira. Ta'us yeroo baay'ee gabaabaa ta'etu kennamee jira. Hanga September 30'tti xumurachuu akka qaban himamee jira.
Ulagaa haaraa DV haaraa guutuuf:
DV haaraan ji'oota itti aanan keessatti ulaagaa haaraadhaan guutamuuf akka jedhu ibsameera. Ulaagaan sunis paaspoortii qabaachuu fi kaffaltii $1 kaffaluudha.
Asumaan namoonni DV ittiin guutuufis ta'e dhimma biraadhaaf paaspoortii baafachuu barbaaddan bilbila bio irra jiruun telegramaan na qunnamaa! Paaspoortii haaraa qofa miti, Kan moofa'es, kan bades haa ta'u tajaajila paaspoortii kamiyyuu nabiraa ni argattu.
Inbox: @OroDV1
Hub: Guyyaa DV'n guutamu ji'oota itti aanan jedhame malee jala muramee hin ibsamne.

β€40π1
Baga bara haaraa 2019 nagaan geessan!
Ayyaana Gaarii! π»π»π»
Ayyaana Gaarii! π»π»π»
β€31π5π₯1
Forwarded from OROMO DV
Paaspoortii amma yoo guunne gaafa DV nuuf qaqqabaa?
Gaaffii nama baay'eeti!
Deebii: Eeyyee ni qaqqaba!
Akkamitti?
DV-2027 guyyaan itti guutamu ammayyuu hin ibsamne. Yoo xiqqaate ji'a 1 dursee himama. Yoo guutamuu jalqabes galmeen isaa guyyaa 33'f tura. Kanaafuu ji'a 2 ol qabna jechuudha.
Paaspoortiin immoo turtii ji'a 2 keessatti xumuramaa jira. Kanaafuu nuuf qaqqaba jechuudha.
Paaspoortii nabiratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Haaraa baasuuf, Haaressuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma Umrii fi maqaa sirreeffachuufis na dubbisaa! Beellama idilee fi ariifachiisaadhaan magaalaa barbaaddan irratti isiniifan guuta.
Hub: Gatii paaspoortii ofii keessaniin kallattiidhaan dhaabbata paaspoortiif kaffaltu waan ta'eef sodaa tokkollee hinqabdani!

β€12
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Course Bilisaa - Guyyaa dhumarratti yaadni tokko naaf dhufe
Ethiopian TikTok Creative Award injifadhee galii achirraa argamuun course bilisaa isiniif qopheessuun yaade. Addatti namoota tiktok koo NOMINATE fi VOTE godhaniif course dabalataa kennuun yaade.
Yoon dorgome vote gochuudhaan na injifachiistuu? Mee yaada keessan na beeksisaa!
TikTok koo naminate gochuuf link kana fayyadamaa!
https://www.creativeawards.et/
Step 3 qofa(viidiyoorraas ilaaluu dandeessu):
1) Link banuudhaan MAIN CATEGORIES kan jedhu filadhaa!
2) Category jiran keessaa gara gidduutti kan argamu STEM kan jedhu jalatti NOMINATE bakka jedhu tuqaa!
3) Username bakka gaafatutti
Nominate gochuu keessan naaf mirkaneessuufimmoo dhumarratti screen record godhaa kaawwadhaa! Gaafa course qophaa'u bilisaan isinif kenna jechuudha.
@EbaDigital
Ethiopian TikTok Creative Award injifadhee galii achirraa argamuun course bilisaa isiniif qopheessuun yaade. Addatti namoota tiktok koo NOMINATE fi VOTE godhaniif course dabalataa kennuun yaade.
Yoon dorgome vote gochuudhaan na injifachiistuu? Mee yaada keessan na beeksisaa!
TikTok koo naminate gochuuf link kana fayyadamaa!
https://www.creativeawards.et/
Step 3 qofa(viidiyoorraas ilaaluu dandeessu):
1) Link banuudhaan MAIN CATEGORIES kan jedhu filadhaa!
2) Category jiran keessaa gara gidduutti kan argamu STEM kan jedhu jalatti NOMINATE bakka jedhu tuqaa!
3) Username bakka gaafatutti
ebatips barreessuudhaan SUBMIT NOMINATION kan jedhu tuqaa!Nominate gochuu keessan naaf mirkaneessuufimmoo dhumarratti screen record godhaa kaawwadhaa! Gaafa course qophaa'u bilisaan isinif kenna jechuudha.
@EbaDigital
β€11
Breaking - Paaspoortiin guyyaa 45tti bahu ammas deebi'eera!
Finfinnee dabalatee magaalota baay'ee keessatti beellamni ashaaraa paaspoortii guyyaa 45 - 60 qofaan guutamaa jira.
Damee Finfinnee irratti beellama ji'a 3'n kan guutamaa ture sababa Damee haaraan 2 kutaa magaalaa Nifaas Silkii fi Kolfee Qaraaniyootti waan dabalameef guyyaa 45tti deebi'eera.
Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan mana keessan teessanii karaa online nabiratti xumurachuu dandeessu. Ashaaraa kennuu fi paaspoortii fudhachuu qofaaf qaamaan deemuu isin barbaachisa. Gatii paaspoortii ofii keessaniin kallattiidhaan kaffalattu waan ta'eef birriikootu nyaatama jettanii waan sodaattan tokkollee hinqabdani. Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, kan bade baasuuf, akkasuma umrii fi maqaa keessan sirreeffachuu yoo barbaaddan beellama normaliinis, ariifachiisaadhaanis magaalaa barbaaddan irratti isiniifan guuta.
Inbox: @OroDV1
Gaaffii yoo qabaattanis 0976761682 irratti naaf bilbiluu dandeessu!

β€10
Eba Digital
Course Bilisaa - Guyyaa dhumarratti yaadni tokko naaf dhufe Ethiopian TikTok Creative Award injifadhee galii achirraa argamuun course bilisaa isiniif qopheessuun yaade. Addatti namoota tiktok koo NOMINATE fi VOTE godhaniif course dabalataa kennuun yaade.β¦
Ethiopian TikTok Creative Award NOMINATE gochuun xumurameera. Kan NOMINATE na gootan galatoomaa!
Yoo maqaa koo baasan step itti aanu vote gochuudha.
@EbaDigital
Yoo maqaa koo baasan step itti aanu vote gochuudha.
@EbaDigital
π12β€4
Badhaasa kaardii birr 300 - Nama 4'f
Fuula Tiiktookii haa EbaPassport jedhu banee dhimmota paaspoortiin walqabatan irratti maxxansuu eegaleen jira.
Kanumarratti hundaa'uun viidiyoo hundarratti kaardii birr 150 nama 2'f guyyaa guyyaan badhaasuuf murteesseen jira.
Badhaafamuuf waan 3 qofatu isinirraa eegama.
1) Follow gochuu
2) Viidiyoowwan dhumarra jiran 2'n like, Comment, Repost gochuu
3) Comment keessan like gochisiifachuu
Viidiyoo 2'n irratti namoota comment isaanii sa'atii 24 keessatti like olaanaa argate 2'n ni badhaafamu.
1ffaa) Kaardii abbaa 100
2ffaa) Kaardii abbaa 50
Har'a viidiyoo 2 irratti hirmaachuudhaan kaardii badhaafamaa!
Bashaasni kaardii inni kun bor galgala sa'atii 2:30pm irratti ni kennama!
Hub: Like keessan yoo xiqqaate 15 ol ta'uu qaba.
Tiktok link: https://www.tiktok.com/@ebapassport
@OromoDV

β€12π4
Forwarded from OROMO DV
πΊπΈ DV-2027 - ODUU HAARAA
Manni federaalaa Ameerikaa guyyaan galmeen DV-2027 gaafa Oct 29 akka beeksifamu ajaja dabarsee jira. Galmeen DV kunis guyyoota 30'f akka turu qajeelcha kennee jira.
Ajaja kana bu'ureffachuun US Department of state gaafa Oct 29 guyyaa galmeen DV-2027 jalqabu ni beeksisa jedhamee eegama. Kanaan alatti guyyaansaa adda bahee hin ibsamne.
Hanga beeksifamutti namoonni paaspoortii of harkaa hinqabne paaspoortii baafadhaa. Kan Expired isin jalaa ta'es haareffadhaa. Tajaajila paaspoortii kamiyyuu nabiraa ni argattu.
Inbox: @OroDV1
Amma daftanii paaspoortii yoo guuttan gaafa DV'tti isiniif qaqqabuu danda'a.

β€25π1π₯1
Guyyaa Galmee DV-2027 irratti odeeffaannoo dogoggoraa baay'eetu faca'aa jira
Odeeffaannoo qulqulluu hanga ammaatti jiruun guyyaan galmee ammayyuu hin murtoofne. Haa ta'u malee yeroo dhiyootti akka murtaa'uu qabu manni murtii ajaja dabarsee jira.
Kanaafuu, Hangasitti namoonni paaspoortii hinqabne baafadhaa! Kan Expired isin jalaa ta'es haareffadhaa!
Ammaa yoo daftanii paaspoortii guuttan carraan guyyaa DV'tti isiniif qaqqabuusaa olaanaadha. Nabiratti guuttachuu yoo barbaaddan ba qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
HUB: Gatii paaspoortii ofii keessaniin kallattiidhaan dhaabbata paaspoortiif kaffalattu waan ta'eef birriikootu nyaatama jettanii waan yaaddoftan hin qabdani!

β€7π3
Oduu cabsaa DV-2027- Mootummaan Ameerikaa DV'n dafee akka hin guutamneef ol iyyannoo fudhate
Torban tokko dura manni murtii federaalaa Ameerikaa California'tti argamu DV'n gaafa Nov 1 akka banamu ajajuunsaa ni yaadatama.
Haa ta'u malee mootummaan Ameerikaa ajaja kana mormuudhaan ol iyyannoo fudhateera. Ol iyyannoonsaas ilaalamee fudhatamuu ykn fudhatamuu dhiisuu danda'a.
Gaaffii guddaan garuu yoo ol iyyannoonsaa fudhatame maaltu ta'a? Yoo fudhatama dhabehoo maaltu ta'a kan jedhudha.
- Ol iyyannoonsaa yoo fudhatama argate ammas guyyaan galmee dv yeroo hin beekamnetti kan darbu ta'a.
- Ol iyyannoonsaa yoo fudhatama dhabemmoo, Ammas irra deebiidhaan mana murtii 9th circuit jedhamutti ol iyyannoo biraa akka fudhatu gabaafamee jira.
Maaltu ta'uu danda'a kan jedhu wanti qabatamaan hinjiru. Hangasitti paaspoortii baafachuu yaalaa isiniin jedha. Waan haaraan yoo jiraate isinan beeksisa.
DV ittiin guutuufis ta'e dhimma biraadhaaf namoonni paaspoortii baafachuu barbaaddan na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
'Hi' hin jedhinaa! Kallattiidhaan dhimma keessan barreessaa!

β€16π₯2
πΊπΈ Breaking News - DV-2027 gaafa Nov 1 akka hin banamne mirkanaa'e
Kun namoota paaspoortii ganaa baafattaniif oduu gammachiisaadha. Asumaan paaspoortii baafachuu barbaaddan na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Odeeffaannoo har'a(Oct 30) baheen manni murtii Ameerikaa Nineth Circuit jedhamu ol iyyannoo mootummaa Ameerikaa fudhate mirkaneessuudhaan guyyaan galmee DV-2027 yeroo hin murtoofnetti akka darbu taasisee jira.
MAALTU TURE? MAALTU TA'E?
- Oct 15 manni murtii federaalaa DV'n Nov 1 akka banamuu fi Oct 29 ulaagaan isaa akka ibsamu ajajee ture.
- Oct 19 mootummaan Ameerikaa ajaja kana mormuun ol iyyannoo fudhate.
- Manni murtii federaalaa ol iyyannoo mootummaa kuffise
- Mootummaan ol iyyannoo biraa mana murtii Nineth Circuit galfate
- Oct 30 manni murtii Nineth Circuit ol iyyannoo mootummaa mirkaneesse
Falmiin ammayyuu kan itti fufu ta'a. Odeeffaannoo haaraan yoo bahe isinan beeksisa.
Odeeffaannoo sobaatiin hin burjaaja'inaa!

β€7
Challenge salphaa qarshii Kuma 25 isin badhaasisu galgala kana isiniifan maxxansa!
Hirmaachuuf qophiidhaa?
Sa'atii 1:30pm irratti na eegaa!
Hirmaachuuf qophiidhaa?
Sa'atii 1:30pm irratti na eegaa!
1π49
Badhaasa qarshii Kuma 25 - Nama 20'f Step salphaadhaan
Akkam jirtu? Fiilmii gabaabaa an hojjedhe kana namoota like, comment, share fi repost godhaniif badhaasa waliigalaa birrii kuma 30 qopheesseen jira.
Badhaasni kunis namoota comment isaanii like fi reply olaanaa argatee fi namoota hiriyoota baay'eef share godhan 20'f kennama.
1ffaa) Qarshii 5000
2ffaa) Qarshii 4000
3ffaa) Qarshii 3000
4ffaa) Qarshii 2000
5ffaa hanga 10ffaa) Qarshii 1000
11ffaa hanga 20ffaa) Qarshii 500
Badhaasni kun eessaa dhufe? Dhuguma kennamaa?
Fiilmii gabaabaan kun challenge waan ta'eef view guddaa yoo argate qarshii guddaa na badhaasisa. Animmoo badhaasa sana keessaa qarshii kuma 25 bifa kanaan isin badhaasa.
Qabxiin sadarkaa badhaasaa akkamitti ilaalama?
Comment like: 50%
Comment reply: 25%
Share to friends: 25%
Challenge kun gaafa onkololeessaa guyyaa 30 xumurama. Kanaafuu guyyaa 10 hafe kanatti step jedhame hordoftanii badhaasa kanarratti hirmaachuu dandeessu!
Carraa Gaarii!

β€11π8
Hubachiisa: Comment keessan yaada gaarii fi nama jajjabeessu qofa ta'uu qaba!
Comment kadhaa of keessaa qabuu fi emoji qofaan barreeffamu fudhatama hinqabu!
Fakkeenyaaf comment suuraa akkasii fudhatama hinqabu:
1) Please like reply naaf godhaa! Kan jedhu β
2) ππππ β
Namoonni dura comment gootan irra deebiidhaan comment sirrii barreessaa!

π7β€3