4 3 3 SPORT
5.48K subscribers
73 photos
3 links
Download Telegram
Give Blood, Give hope togother we save lives!

Magaaalaa Shaashamannee Haile hoteelitti qophii hunda xumurree jirra!

Deeggertoonni kilaba keenyaa kanneen Magaalaa shaashamannee fi naannoo ishee jirtan irraa hin hafinaa!

Wal argaan Haile hotel!❀️
πŸ”₯
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀1πŸ”₯1πŸ‘1
πŸ“ŠNick Woltimade vs Alexander Isaak
πŸ₯°5😘3πŸ‘2
Harra jaalallee Lamin Yamaal Niki Nikol turte kan bakka shaakalaatii isa fuudhee gale.
πŸ₯°3❀2😘2
Mukti leenjisummaa Arseen Weenger guddachaa jira. 🧠🌳
❀3😘3πŸ‘2πŸ₯°1
πŸ‡ΈπŸ‡ͺGareen biyyaalessaa Siwideen leenjisaa isaanii Jon Dahl Tomossan hojii irraa ari'anii jiru.

Siwideen taphoota gulaallii waancaa Addunyaa irratti gahumsa gadi Aanaa mul'isaa jirti.
😘3❀2πŸ₯°2
Roonaaldoo  erga waggaa 30 guutee booda goolii 90 Poorchugaalif lakkoofsiseera!
❀6πŸ₯°4πŸ‘2
OFFICIAL

Evercost fi Senegal waancaa Addunyaa bara 2026 darbuu isaanii mirkaneeffatanii jiru.
πŸ”₯3❀2πŸ₯°1
OFFICIAL

Taphataan Nezerland umurii 29 Firank Diyong  mana Baarseloonaa keessa kontiraata haga 2029 isa tursiisu mallatteessee jira.
❀4πŸ‘2πŸ₯°2😘1
βœ… Taphoota jalqabaa 2'n isaa Rating Sene Lammens argate kan nama ajaa'ibuudha
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀5😘3πŸ‘2πŸ₯°1
Garee cimaa pririimiyeerliigii Ingilaand  torbee 8ffaa

[Who Scored]
πŸ₯°4😘3
Hiriira Astonviilaa

11:00 πŸ”° Astonvilaa Maan Siitii waliin
πŸ‘4πŸ₯°3❀2
β˜‘οΈRoobert Lewaandoskiin garee waliin gara shaakalatti deebi'ee jiraa jedhameera.
πŸ‘5❀2
❌ Imalli Erling Haaland Taphoota 13 Irratti Walitti Aansuun Goolii Lakkoofsisuuf Iamalaa Ture Har'a Aston Villan Jalaa Dhaabbatee Jira
πŸ₯°4❀3😘3
Yeroo ammaa kanatti bilbila harkaa keenya qofa fayyadamnee yeroo itti galii dabalataa itti argachaa jirru dha. Carraaleen kuni immoo hojii networking kan ta'ee fi platform irratti taskilee nuuf kennaman guyyaa guyyaan xumurudhaan gara kaffaltii guddaatti itti darbuu dandeenyudha.

πŸ”΅Kanaafuu namoonni hojii online nu waliin hojjechuu barbaaddan #inbox nu dubbisuun jalqabaa.

πŸ”΅ Ammaaf hojiilee online bilbilaan hojjetamu 3 (sadi) jiru:

πŸ”΅Namoonni isiniif mijatuu fi nu faana hojjechuu barbaaddan #inbox na dubbisaa!

Hojichaaf maaltu barbaachisa?
βœ”οΈ Hojichaaf kan barbaachisu bilbila harkaa fi network qabaachudha.
βœ”οΈ Task guyyaa guyyaa xumurudha!
βœ”οΈ Namoonni haaran jalqaba guyyaa torbaaf welcome bonus guddaa argatu!
βœ”οΈ Yeroo boqonnaa keessanitti guyyaatti yoo baay'ate sa'aatii 3 hojjettu!πŸ™

Nu dubbisaa:
@Getu_Abera βœ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀4πŸ‘2πŸ₯°2😘1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀5πŸ₯°2😘2πŸ‘1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀2πŸ‘1πŸ₯°1😘1
🚨 47 CAREER TITLES FOR LEO MESSI!

πŸ‡ͺπŸ‡Έ 35 with Barcelona
πŸ‡¦πŸ‡· 6 with Argentina
πŸ‡«πŸ‡· 3 with PSG
πŸ‡ΊπŸ‡Έ 3 with Inter Miami

THE MOST SUCCESSFUL PLAYER OF ALL TIME. 🐐
❀8πŸ₯°2
THE BATTLE OF CLEAN SHEET

SANCHEZ VS RAYA πŸ”₯πŸ”₯
😘5πŸ₯°2❀1