๐Ÿ’žDJ Xalayyaa jaalala.
1.24K subscribers
203 photos
5 videos
4 files
1 link
Dhugaa
Download Telegram
#Atkoota'uu_baannan
........
Sin jaaladha hedduu
Baayyeesaa garmalee
Kiloon bira ga'uu
Hangasaa madalee
.........
Ciisu suman yaadaa
Ka'ullee bar sumaa
Jalalli akkasii
Maaluma jedhamaa?
........
Onneen koo siif rukutti
Dachaa dachaadhanii
Hunduma caalchisee
Sin jaaladha anii
..........
Akkanatti osoon si jaalluu
At koo ta'uu baannaan
Addunyaan Balleessaa
Atis badda waliin.
.....
@Esayas
๐Ÿ‘10โค2
โค1
โค5
Jaalala jechuun miiradha
Dhiphina namatti toludhas
Namni dhugaan jaalate ni dhiphata garuu keessa isaa gammachuun dhokataa ta'e ni jira; jaalatamuu caalaa jaalachuun nama gammachiisa; sababni isaas onnee nama jaalatu qabaachuu keenya nuuf mirkaneessa.
Yeroo hedduu namni jaalala dhugaan nama jaalate olmaa isaa keessatti nama sana hedduu yaadaa oola
Ni dhiphatas garuu ni gammada!
Walii keenyaaf jaalala dhugaa haa qabaannu.

Gammachuu qabaadhaa

Nama jaalattan argadhaa!

Olmaa bareedaa qabaadhaa!

โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ@Esayas
๐Ÿ‘17โค7
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
.                 #โ€‹โ€‹โ€‹แŠ“แแ‰€แˆฝแŠ›แˆ แˆ†แ‹ด
          โ”โ”โ”โ”โ”โœฆโœฟโœฆโ”โ”โ”โ”โ”
                  แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ตแˆฝ แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ด
                     แˆ†แŠ– แ‹จแ‹˜แˆˆแ‰€แ‹
                   แแ‰…แˆญแˆฝ แˆตแˆˆแŒˆแ‹›แŠ
               แ‰ฃแˆชแ‹ซแˆฝ แˆตแˆˆแˆ†แŠ•แŠฉ แАแ‹

                   แˆ†แ‹ด แŠ“แแ‰€แˆฝแŠ›แˆ
                  แˆแˆแˆแŒˆแ‹ แ‰ขแˆŸแˆ‹
                 แ‹จแŒ แ‹จแŠฉแ‰ตแŠ•แˆ แ‰ฃแŒˆแŠ
                  แŠ แˆแŒ แŒแ‰ฅแˆ แŠฅแŠ”
                 แŠ แ‹ญแŠ•แˆฝ แАแ‹ แ‹จแˆซแ‰ แŠ

                   แแ‰…แˆญ แŠ“แแ‰€แˆฝแŠ›แˆ
                   แˆ†แ‹ด แŠ“แแ‰€แˆฝแŠ›แˆ
                  แŠ แŠ•แ‰บแŠ• แˆˆแˆ›แŒแŠ˜แ‰ต
               แˆแ‰ค แŠ แŒฅแ‰ฅแ‰† แ‹ญแˆ˜แŠ›แˆแกแก

          ยคยคยคยคยคยค ๐ŸŒบยคยคยคยคยคยคยค

@Esayas
โค5๐Ÿ‘1
๐Ÿ™๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’žyaadaf qeeqa yoo qabaatan comment nuf gochuu hin irraffatina ๐Ÿ™@Esayas
๐Ÿ™ แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ซแ‹จแ‰ต แŠซแˆ‹แ‰ฝแˆ แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ซแ‹จแ‰ต แˆ˜แˆตแŒ แ‰ต แŠ แ‰ตแˆญแˆฑ ๐Ÿ™@Esayas๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
โž–โž–โž–โž–โž–โž– โ™ฅ โž–โž–โž–โž–โž–โž–


โค๏ธ แŠฅแŠ“แ‰ด โค๏ธ

แ€แŒ‰แˆญแˆฝแŠ• แŠ แ‹ญแ‰ผ แ‹จแŠ”แŠ• แ€แŒ‰แˆญ แˆณแ‹จแ‹
แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‹ˆแŠ•แ‹ต แ€แŒ‰แˆญ แŒˆแ‰ฃ แŒˆแ‰ฃ แ‹ซแˆˆแ‹
แŠฅแˆณแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแАแŠซแ‹ แ‹จแ‰ฐแŠฎแˆ›แ‰ฐแˆจแ‹
----แˆˆแŠซ แˆˆแแ‰…แˆญ แАแ‹
แ‹จแŠแ‰ตแˆฝ แˆ‹แ‹ญ แ‰†แ‹ณ แ‹จแ‰ฐแˆธแ‰ แˆธแ‰ แ‹
แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‹ˆแ‹จแ‰  แˆแ‰ฅแˆต แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แ‹จแŒˆแˆจแŒฃแ‹
แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‰ผแ‹™ แˆœแ‹ณ แ‹จแ‰ฐแ‹ฅแŒŽแˆจแŒŽแˆจแ‹
--แˆˆแŠซ แˆˆแแ‰…แˆญ แАแ‹
แ‰ แŒ‰แ‰ฅแ‹แŠ“แˆฝ แ‹ˆแˆซแ‰ต แ‰ แ‹ˆแŒฃแ‰ตแАแ‰ตแˆฝ
แŠฅแАแ‹šแ‹ซ แ‹แ‰ฅ แŠ แ‹ญแŠ•แˆฝ
แŒŽแˆ‹ แŒŽแˆ‹ แ‹ซแˆ‰แ‰ต
แŠจแˆˆแˆŠแ‰ต แŒจแˆจแ‰ƒ แ‹ฐแˆแ‰€แ‹ แ‹จแˆšแ‰ณแ‹ฉแ‰ต
แŠ แˆแŠ• แ‹ฐแˆ แˆˆแ‰ฅแˆฐแ‹‹แˆ
แŠ แŠ•แ‰บ แˆˆแŠฅแŠ” แ‰ฅแˆˆแˆฝ แ‰ แŒชแˆตแŠ“ แŠ แ‰งแˆซ
แˆฐแ‹แ‰ฐแˆปแ‰ธแ‹‹แˆ
---แ‹ญแˆ„แˆ แˆˆแแ‰…แˆญ แАแ‹
แŠ แŠ•แ‰บ แ‹จแแ‰…แˆญ แŠ แˆแ‹ต
แ‰ฐแˆแˆณแˆŒแ‰ต แ‹จแˆ˜แ‹แ‹ฐแ‹ต
แŠ แŠ•แ‰บ แ‹จแแ‰…แˆญ แˆ›แ‹•แ‹ต
แˆแŠญ แŠฅแŠ•แ‹ฐแŠจแ‹˜แˆซ แŒ€แˆญแ‰ฃแˆฝ แ‹จแŒŽแ‰ แŒ แ‹
แŠ แˆแŠ• แАแ‹ แ‹จแŒˆแ‰ฃแŠ แŠฅแŠ” แ‰€แŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ตแˆ แАแ‹
------แŠ แŠ•แ‰บ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แ‹จแˆ†แŠ•แˆบแ‹ แˆˆแŠซ
แˆˆแแ‰…แˆญ แАแ‹
แˆ˜แ‹ณแแˆฝแŠ• แˆณแ‹จแ‹
แŠ แˆปแˆซ แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แ‹จแˆˆแ‹
แ‹ตแˆ…แАแ‰ต แ‰ แˆแ‰ถแ‰ณแˆ
แˆธแŠญแˆ แŠ แŒฅแแ‰ถแ‰ณแˆ
-----แŠฅแŠ“แˆ แ‹แ‹ท แŠฅแŠ“แ‰ด
แ‹แˆแ‰ฅแ‹จ แˆณแˆตแ‰ แ‹
แˆแŠ• แŠ แ‹ญแАแ‰ต แแ‰…แˆญ แАแ‹
แ‹ญแˆ„แŠ• แˆแˆ‰ แ‹จแˆ†แŠ•แˆบแ‹
แŠ แŠ•แ‹ดแ‰ต แ‰ แ‰ตแ‹ˆแŒ‚แŠ แАแ‹แข
แŠฅแˆ› แ‹›แˆฌ แแ‰…แˆญแˆฝ แŒˆแ‰ฃแŠ!!!

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โœฆโค๏ธโœฆโ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
แˆแˆญแŒซแ‹Ž แˆตแˆˆแˆ†แА แŠฅแŠ“แˆ˜แˆฐแŒแŠ“แˆˆแŠ• ๐Ÿ‘

โœ๏ธ@Esayas
๐Ÿ‘11๐ŸŒ1
๐Ÿ‘11โค3
Deemtee hin fagaattu
Nattis hin dhiyaattu
Yaada waliin hirta
Fuullee kiyya jirta

Yookaan aachi hin siqxu
Yookaan natti hin hiiqxu
Giddu gidduu taate
Garaakoo na nyaatte

Anis akkumakeeti
Murtoo cimaan dhabe
Garaa murachuufis
Inuman dadhabe

Ela...
An daa'ima miti
Kan dalga baatamu
Takka na jibbitee
Takka hin jaalatamu!

Haqasaan dubbadhaa
Atis haqa dubbadhu
Garaakoon muradhaa
Garaakee kutadhu

Waanuma fedheefuu
Murtoon kan abbaati
Garaan murtoo dhabe
Dhukkuba abbaati!

@Esayas
๐Ÿ‘13โค2๐Ÿ’”2
โค3
Channel name was changed to ยซ๐Ÿ’žDJ Xalayyaa jaalala.ยป
๐Ÿ‘6
๐ŸŒนnamoonii yaada kessan namoota jaalatan birran gahachu barbadan gara kesssan nu qunnama yaada kessan kan namoota isin barbadan birran isini geenyu ta'a
@Esayas
๐Ÿ‘18โค8
Onneen osoo dubbaatee
Afaan immoo cal jedhee
Alaan haguugee
Keessaan si ibsuu fedhee

Afaan koo

Afaanin si ibsuu dadhabee
Keessoo hoo akkasumaa?
Gaaf gaafii cal jedhee
Imimmaan koo qofat dhumaa

Dirra dachee kana
Homtu kan si ibsun jiruu
Lubbuun osoo siif bahee
Galata keen jijjiiruu

Eegaa

Jechi si ibsun jiruu
Hundumtisaa hoofaa
Galata kee kan deebsiuu
Rabbii guddatte qofaa
@Esayas
๐Ÿ‘4โค3
๐Ÿ‘8
๐Ÿ’žDJ Xalayyaa jaalala.
Photo
Qofummaa koo!!!
~
Maaltu qofummaa caalee
Gaafan waa'ee kee yaaduu
Duraaniyyuu gowwaan ta'ee
Gaafan siif dhukkubee aaduu!
~
Si jaallachuun maal buusaa
Jaalalaa-foo hin qabduu bakkaa
Namni dhugaa isaa si jaallatuu
Yoomiyyuu si biratti yakkaa
~
Kanaafuu ani sirraa citeeraa
Jaalala kees nan goolabee
Utuun baayyee si jaalladhun
Jaalala haqaa sirraa dhabee
~
Gaafan sin jaalladha-jedhuu
Ati galtee kolfa natti duutaa
Utuuma anaan hin xumuriin
Onnee namaa keessa buutaa
~
Anaan maaltu na dhukkubsee
Maal kanan boqonnaa dhabuu
Utuuman ija koon ilaaluu
Kanan abidda harkaan qabuu
~
Lammaffaa maqaa kee hin dha'uu
Maqaa jaalalaas sitti hin kaasuu
Akka kanaan duraa maraadhees
Imimmaan jaalalaa hin lolaasuu
~
Kan kee kanumaan dhumee
Jaalala kees nan dhaabee
Konkolaataa kee keessaa bu'ee
Konkolaataa qofummaan yaabee
~
Baraan jiraadhu hundumaa
Takkaa kennaa koo dhabuu
Atimmoo deemii barbaadii
Ani dhimma kee hin qabuu
~
Gaafan jaalala kee lallabuu
Maalif gowwaa na seetaa!
Maal nama hundumaa jaallattee
Konkolaataa maaliitti feetaa!
~
Jaalala dhugaa hin beektuu
Afaanin dhugdee machooftaa
Gola onnee keetii keessatti
Dhiira meeqa naqxee hooftaa!
~
Kana booda jaalala dhaabee
Kanan jiraadhuu qofaa
Sammuu nagaan deemeen
Jireenya koo hordofaa!

โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ@Esayas
๐Ÿ‘15โค4๐Ÿ”ฅ3๐Ÿ‘3
๐Ÿ‘21โค15